Wow yaada baayy'ee bareedadhaa hedduu galatoomaa OBNs ta'ee Dr Gammachis
@mohamedabdo-qb7zp11 ай бұрын
OBN Galatooma wantoota Business dubbii akkanaa kana nuuf baayessa. This is very good advices
@FayisaTesfaye-l8r6 ай бұрын
Thanks very much Luba Dr Gamachis for very access my vision to future plans
@Motibelam-lp4qg11 ай бұрын
Eebbifa waan ajaa'ibaati
@FiqiruuAliyu7 ай бұрын
Dhiraa nama lubba Dr gamachisi waqayyoo isin ebbisuu ebbiffamaa ❤❤❤
@GuyoGalgalo-o6wАй бұрын
Good 👍
@NGNegashGemachu10 ай бұрын
Yeroo dheeraa kennaaf Dr. Gammeen nama Baay'ee hawamudha daqiqa itti gababsite afaniirratti qabdani
@KibMitiku7 ай бұрын
Thnk you OBN
@dejenegechana7 ай бұрын
Wow God bless you
@SoresaKabo-pe6dv2 ай бұрын
Guddaa Ebbiifamàa.
@derejebodena877011 ай бұрын
galatooma dr ormayyuu sooraa ooltuu nus akkasuma sooraa! sagantaan akkasi osoo torbetti akkasin 1 dhiyaatee.... if i get chance , i wish to make dr gemechis my mentor!
@WarioGelgeloАй бұрын
Eebbifami dr
@sabaliddi55424 ай бұрын
DR. JIRAADHU EEBFAMII BARUMSAA SABAKEEF GOTTIUU SSALPAA MITTII❤❤❤🎉🎉
@SurprisedAlbatross-ld7ys10 ай бұрын
Good Teaching!!
@wakennetaye127611 ай бұрын
Dr Gammachis irra yaada hedduu waraabuun ni danda'ama. namoota akkasii yeroo barbaddetti argachuun sababa hanqina yeroo qabaniin ulfaachuu danda'a.kanaaf gaazexeessaan nama akkasii dubbisu qopha'ee deemuun yaada gadi fagoo nama kanarra argachuun hordoftoota biraan ga'uun ni danda'ama ture