KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
CHEATING ON MY BAE PRANK!*SHE CRIED *Prank Aja'ibaa Obse Ara'a Ni bochisee || Ibsu Obse
16:41
🦋ጋሽዬ እና ብሩኬ ተገናኙ ሀይሚ የትም አትሄድም አለው😭
30:13
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
Этот бой - Самое большое РАЗОЧАРОВАНИЕ за всю КАРЬЕРУ БУАКАВА!
01:00
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
00:27
Obsee Akkammitti Fooni Lukkuu Maatti Kee Waalin Nyaachuu dandeesse
Рет қаралды 40,621
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 191 М.
IBsu Obse
Күн бұрын
Пікірлер: 363
@ibsuandobsefamily
Жыл бұрын
KZbin channel kana subscribe godha waan hedduu isin fayyadhuu irraa baratuu keessaatuu shamaran kzbin.info/www/bejne/kHrKnJSep853bbc
@asiyaatubeoromoofood5082
Жыл бұрын
Galatomaa ibisufii obasitii 🥰
@badhaatu2052
Жыл бұрын
Miskina too wlh garaa na nyaate bakka abbaan koo salaati jedhe na kaasa jette saniti rabbin danda.adha maatii kee hundaa gara amanti islama siif haa fidu inshallaah🤲😭
@habibaabdirzaqi4811
Жыл бұрын
😂😂😍😍 dhuga keti
@sumearsi8095
Жыл бұрын
😥😥Ee wolah anale garaa naa nyaatani
@mariyamienate8814
Жыл бұрын
Ofifu dukkuna kessa jirti mal godhan dukkana kessaa😂😂😂
@nasritube3553
Жыл бұрын
Dhugaa keeti
@badhaatu2052
Жыл бұрын
@@mariyamienate8814 inshallaah sihis rabbi karaa dhugaa irra siha kahu.....🤲☝️
@shukriijemal3618
Жыл бұрын
mashaa Allaah heddu takka natti toltan dhugaa dubachuf bultiiti akkan senu na gotan obse fi ibsu isiinin jaaladha💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262
Жыл бұрын
mashalah ❤obsee baga rabiin karaa qajelaa kanaa sifidee atis abaa manaa garii tahifii jabesii hadaraa
@hawwiijaalmarroo634
Жыл бұрын
Rabbiin matii kee hundaa gara amantii musilima sif Haa fiduu inshaallaa 💓
@helleen4304
Жыл бұрын
Inii isan Amanani mal nutii ta,ee sin jedhanii
@haramain071
Жыл бұрын
Hawwi matti wali tane ha wal gudisnu sanyii ko
@faxumaahassan7272
Жыл бұрын
Saluu allh nabii sallallahu Aleyhi wassallam ❣ Masha Allah tabarakallaa ❤
@Halimaatube12
Жыл бұрын
S A W
@nabiileshow
Жыл бұрын
S.a.w
@etobhh4559
Жыл бұрын
Masha Allaah
@haramain071
Жыл бұрын
Faxumaa matti wali tane ha wal gudisnu sanyii ko
@hdrys7490
Жыл бұрын
Mashaa allaah heddu namati toltuu garuu gafii tiyyaa kesaaa takkaa na debinee obsee malif matii obsaa biraa hin demini
@ksaapple5613
Жыл бұрын
Mashaa Allah mashaa Allah obleti tena rabbin Amale imana isni ha dabaluu 💓💓
@KeyartHD
Жыл бұрын
Obasicho baga ngha debite gamaa abba mana kee kabajama fi jaltamati rabbin wolifi issin haa kahu wallah Masha'Allah tabarkallaah Rabbini matti or family kee cufaa yuu sif haa qajelchu isalamuma issan haa wofaqu inshallaah yaa Rabbii ☝️🤲
@darishtube2605
Жыл бұрын
Mashaa allaah mashaa allaah obsee & ibsuu rabiin walif isiin haa dhisuu❤❤❤❤
@meryaamtube9651
Жыл бұрын
mashaalaa allah mashaalaa allah Rabbii umrii isin haa dheresuu
@iluutube6835
Жыл бұрын
Maashaallaah Obsee & Ibsuu Rabbiin Waliin Umrii Sin Haa Dhereessu obse maatii keellee rabbin gara amantaa dhugaatti isaan ha fidu
@saadaagazaali8333
Жыл бұрын
Raabbiin haadha fi abbaa kee garaa amaanti dhugaa fidee ibidaa jahaanam jalaa siif haa basuu yaa obsee
@saadyu
Жыл бұрын
mashallah heduu takaa namaa toltuu fonii sanaa iratii ustazaa gafee rakoo qabuu bismilhaa jedhanii yo nyatanii jedhanii
@samerraamera2213
Жыл бұрын
Maashaallaah tabarakallaah abba kee salati sini jedheni maashaallaah tabarakallaah Raabbiin urmii isani ha dhersuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰☝️
@sartuuahmaad4219
Жыл бұрын
Mashaa Allaha Mashaa Allaha tabarkala 🥰🥰🥰🥰🥰obsee maatii kee namaa garidhaa❤️❤️❤️❤️❤️wly Rabbii umrii siif haa😍😍😍😍😍dhiisuu❤️❤️❤️❤️
@nasritube3553
Жыл бұрын
Wallaahi ibsuu fi obse. Hedduu takka nubuhaarsa jirtan. Isin jaalannas. Asumaanu. Waan takka. Tan beeku. Qabnu Fakenyaf. Nama amanta islaama Ala jiruun Ayyaana Haata,u. Abatballa kan jedhamu.jechu Baga ittin Isin gahe Jechuun. Shari,a islaama kessatti dhoorkaadha maalif jennaan isaan gammachisun waan kessa jirtuuf Jecha. Ollumaan kanuma biraatini malee kanaanimiti. Dhiifamallee Naaf godha
@aaishaadam2860
Жыл бұрын
Maashaallah maashaallah rabbiin maatii keelle haa deebisuu
@rahmakedir5635
Жыл бұрын
Mashallaah Mashallaah tabarakallaah mattiin kee hedduu matii gaariidhaa amasii jibbaa Amatii Islam hin qabanii hadaraa kara isalmumaratii wamii malii ykn sababa kee Amatii kana fudhachuu mala obse ❤
@adamtube4401
Жыл бұрын
Maashaa'allah maatii kee rabbin sii haa qajeeluchuu inshaa'allah obsee
@honeyahhassanhassan3384
Жыл бұрын
As wr wb obse Rabbiin matiite islamuma hakenufi.inshaallah Du.aii godhif.sinjaldha.rabbiifjecha habibity tiya 🥰🥰💋
@sumayasumaya4074
Жыл бұрын
Bismilaah rabbin dandahadhaa abbaf matii kee hundaa rabbin hidayaa siif haa kennuf inshaallaah biizinillah 😭😭😭😭
@saartuuahmed5865
Жыл бұрын
Mashaa Allaah Obse Rabbii sirraa haa jalatuu inshaa Allaah hedduu namatii toltaan wly rabbii waliif isiin haa dhisuu 😍😍❤❤
@astertaashome885
Жыл бұрын
Obseen Hin sobdee dhugaa ani peenxeedha garuu musilimaatu qalaaree nuuf oduu bichaa karaa dhugaan peenxeedha gara amantaa dhugaati deebii 😊❤ karaa dhugaan YESUS KRISTOS QOFAADHA❤
@hadonhadona1293
Жыл бұрын
Marsha Masha allah uffannikee baayemdhaga bayebareda
@HaadhaZakariyya
Жыл бұрын
mashaa allah hedduu das jetuu wolifi isn haa dhisuu
@arabeearsii1848
Жыл бұрын
Mashaalaah Mashaalaah Mashaalaah Mashaalaah rabii umurii isiin ha dheresuu heduu isiin jaladhaa
@xahazakir1662
Жыл бұрын
Dhuga rabii obsu eba qabida itala kana fuchu ketifi 🥰🥰
@bbbbjjjj5979
Жыл бұрын
Rabbi isanif habirmatu
@munee.tuube.9823
Жыл бұрын
Mashalaaa mashalaaa. Obseko. Jabdhu
@meryaamtube9651
Жыл бұрын
mattii gariiqabda mashaalaaallah rabbii wali hin dhusuu mattii jalalaa❤❤❤
@nabiileshow
Жыл бұрын
Meryaam tube (matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@sadia3340
Жыл бұрын
Ibsu gafi yoo deebiftuu maa nyaraa guurtaa namaa kaabbajii ok thanks
@shasheetubshasheetub6528
Жыл бұрын
Mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa 😍😍😍😍❤️💯
@abdurazaqman6562
Жыл бұрын
Ummaata keenya ka hongeen fixaa jirtu san rabbin bira haa jiratu baaye isiin jalaadha jabaadha
@giftiiwarraailluu3319
Жыл бұрын
lukkus ta'e hantutayyu dubartin hin gorra'un hin jirtu ibsuu mashallah obsee and ibsuu waliin umrii dheradha rabbin ilmo siniif ha hakennu🥰🥰🥰🥰
@meriyamaadem9045
Жыл бұрын
Akkaa sharrii'aa kennaatti qaalluun nii dandaamaa
@giftiiwarraailluu3319
Жыл бұрын
@@meriyamaadem9045 qaluuf gorra'un adda bekii dubartin islama horii gorra'uu ykn morma erra busun hin jiru😳
@Hawii-xd1tz
Жыл бұрын
Mashaallah rabbiin matikele sif hafiduu kara amantii dhugaatii
@bahartube9948
Жыл бұрын
Gafii tiyaa damoo respect 🙏 wlh legend rabbii jechaa isn jaaladha ibsu and obse
@nabiileshow
Жыл бұрын
Bahar Tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@aashacook9266
Жыл бұрын
Mashaa allh mashaa allh mashaa allh mashaa allh obsee rabbiin amtaa ke jabeftuu rabbiin si hagodhuu abshiri ruhii too umrii wajin isin hadhersuu💘💘💘💘💘💯💯
@hegereetube6161
Жыл бұрын
Masha Allah family kee rabbii sif hadhisu respect akka sif godhan nuf himtee kabajama jedhan akka salattuf nakaasa jette dhugatti nama addaati rabbii karaa isarraa ha kaayuu
@nabiileshow
Жыл бұрын
Hegeree tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@oromobiyaakiyaa7898
Жыл бұрын
Mshllha tabarakalaa matinke Rabiin umuri isni sif hdheratuu
@zeytunaaahmed7264
Жыл бұрын
Mashallaah Allah tabarakallaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤
@newchannal3594
Жыл бұрын
Wollah heduu hedu heduu baredu wollah Akkanumatii uffadha hali kessanilee mashallah rabbin issin haa jalatuu yaa qaqaali wan obbolewanii kiyyaa
@nabiileshow
Жыл бұрын
matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@umuzubeer6012
Жыл бұрын
Wallahii gafii kiyyaa turee subhaan akkah
@hilwaabdi8689
Жыл бұрын
Qoyi ibsu atti yoo Matti hin lalitu na deebisi hedu namatti toltu ❤
@sumayasummaya6531
Жыл бұрын
Msahaa allah tabaraak allah
@kadijaa9088
Жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah bagaa nagaa deebitee qaalii tiyaa ❤❤❤
@mariimasiraaj3913
Жыл бұрын
Mashaaaa allaaah Tabarakaaa allaaah Ummata nabii muhammada s-----A-----W---
@samirahabosh3613
Жыл бұрын
SAW SAW SAW
@zabibamuhmad7091
Жыл бұрын
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla tabrakala
@MuhammadAbdurahman-er4qj
Жыл бұрын
Masha alha rabii jachaa isinin jaladha
@Halimaa4455
Жыл бұрын
Warrii kee Amantii kanarrat dhiibbaa siit godhu dhabuu saniitiif ha galatomanii dhugaa✅ isan illee Rabbii ha fiidusan yero biraa demte gorsiifasan
@nabiileshow
Жыл бұрын
Halima matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@kadejaalala1207
Жыл бұрын
Mashaa allah rabbin umrii isin hadheeressu rabbin ilmoo isiniraa habasu
@meriyamaadem9045
Жыл бұрын
Maashaallhaa tabarakalh 💞💕 matti jalala
@zamzamhussein2016
Жыл бұрын
MASHA ALLAH ❤️ My sis & My bro isin jaladha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@makiahmmmk6038
Жыл бұрын
Mashaala Mashaala Mashaala tabaraakalaa
@rudiyanyusuf
Жыл бұрын
Ibsuobse heddun issin jalaadha jabadha ..halumaa kanan itti fufaa
@habsaajeddah9259
Жыл бұрын
Long life obse &ibsu
@maashooabdurhman8797
Жыл бұрын
MashaaAllah❤️❤️❤️🥰🥰🥰
@haramain071
Жыл бұрын
Mashoo matti wali tane ha wal gudisnu sanyii ko
@mesiitub9532
Жыл бұрын
Ibsu and obse well came 🙏isni jaladhaa ❤️❤️
@amaltube82
Жыл бұрын
Uuuuuuuuu pheexen kiristaana sanuu hin gayu obboleetti yoo worra kee jaallatte karaa bareeda daandii nabi muhaammad SAW tti yaami shahaadaa qabsiifadhu. 😭si immoo rabbiin si jaallata ibsu sababa siif godhee karaa Amantii keenyaa si fide maashaa Allah rabbi sirraa haa jaalatu. Maatii keessan kaAmanti hin qabne kanas Amantii islaamatti waami. Pheenxe jechuun 😭😭asgfirullaah
@nabiileshow
Жыл бұрын
Amal tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@Abdusalaam-e3z
Жыл бұрын
Ibsa who is your favorite person?
@jaalalakeetifgorora379
Жыл бұрын
Maashaallh Maashaallh Maashaallh Maashaallh tabaraka jkz
@nabiileshow
Жыл бұрын
matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@husenseniu8962
Жыл бұрын
Maasha Allah maasha Allah obse nagayaan galte
@QazQaz-ec5lg
Жыл бұрын
Mashal allaha tabarakla galatomi qalii koo
@ummii913
Жыл бұрын
Asalamualeyekum warahamatulh wabarakatuh bagaa nagyan dhufteen Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah tabalaaka ❤️❤️❤️
@nasimaethiopia5657
Жыл бұрын
Mashaa Allhaa heduu bareduu
@soraaqalbiitube1602
Жыл бұрын
Please oro ko matii naf taha ❤ 💚 🇧🇫 🙏 wal jajabesuu adda ha godhanu oromo ko qalii ❤
@magebintimahammad3193
Жыл бұрын
mashaa Allah tabarakallah 🥰 rabbii walif isin haa dhisuu Obboleewwan 🎉 💖 ❤ ♥ 💕 💓 🎉 💖 ❤ ♥ 💕 💓 🎉 💖
@Labuumultimedia
Жыл бұрын
Masha allah jabadha hedduu isin jaladha.
@nabiileshow
Жыл бұрын
Lencho matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@hayathr331
Жыл бұрын
M.allah uffana keysan lachu haalanin jaladhe ❤❤❤❤❣💋
@kooketi7326
Жыл бұрын
maasha allah baga nagan woliti debitani💓💓💓💓💓
@uaeuae-wb8sk
Жыл бұрын
As wr wb Mashaa allaah taabarkalaa bagaa nagayaan debitee Obsee atii esaa garuu Boranadhaa
@bestzain5919
Жыл бұрын
Mashaa Allaa 💞💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️
@misraagwapas60
Жыл бұрын
Mashaallaa Mashaallaa🥰🥰🥰💕💕💕💕💗💗
@fakefakih1892
Жыл бұрын
Mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah Tabarakall 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@bbbbjjjj5979
Жыл бұрын
isin sila oboladhamo jarsa fi jartidha
@faxumaaabduroo6149
Жыл бұрын
Mashaa Alhaa Tabaraka Alhaa Rabbiin Abaa kelee Rabinii haa qajelachuu
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
Жыл бұрын
Mashaaallha tabarakallha mashaa.aallah bagaa gamadee
@ifaalamii
Жыл бұрын
Masha Allha rabin walif isin haa dhisuu jabadhaa horaa rabin ilmo dhin isinif haa kanuu anii heduu takan isin jaladhaa walhii wanumaa hudhuu isinif haa lafisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@juneydiidris4431
Жыл бұрын
anu hedu isan jaladha bro i cant explain
@Deebiikoolove123
Жыл бұрын
Nutti garuu biyyaa keenyaa keessatti Musilemaa kiristaayannaa jennee waal hin qodnuu Wal harkaa funnee nyaannaa turee😢❤😊
@badhaatu2052
Жыл бұрын
Keetis baasuma.maal jechudha? Oromumma wali qabna.malee amantin tan abbaati.
@Deebiikoolove123
Жыл бұрын
@@badhaatu2052 Nannoo keenyaatti amantiin walii in qodnuu
@sabontu3936
Жыл бұрын
@@Deebiikoolove123 mali foon wolit nyana maa
@galmamohamed3506
Жыл бұрын
Mashaallaahaa💞💞👍
@meriyamaadem9045
Жыл бұрын
Allaattii dubartimatu qaallaa jzk
@firomjimma2902
Жыл бұрын
maashaa allaa maashaa allaa ijarraahafaa❤❤
@umuuhamzaa7993
Жыл бұрын
Waniti bismillaa jedhe hin qalamini nyatuni hin tatu umata muslimaa irratti
@misramohammed7613
Жыл бұрын
Bayee sii jalaaladha obse❤❤❤❤bareeduu tena
@kwtstc7657
Жыл бұрын
Mashaallaha mashaallaha mashaallaha
@habsaajeddah9259
Жыл бұрын
Mashaa allah rabbi irrati gadi si ha dhabuu
@badhaatu2052
Жыл бұрын
Mashallaah walif isin haa dhiisu🥰
@hendamuraadmahmud5496
Жыл бұрын
Maati keeti duayi godhi obse akka raab si qajelchu
@hamdiyatube1130
Жыл бұрын
Masha alhaa tabarakalah rabbii irtii sii haa jabsuu eee gafi tuni gafi nuu hudati taa lukuu sunii egaa wari bexee tayee rako hin qabu
@nabiileshow
Жыл бұрын
Hamdiya tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@AlloCel
6 ай бұрын
Icci odduu dhisaa wae Abba manaf jetee amaantii jiijiiraatee maalee karaa dhugaa Goftaa yeesuus qofaa tole acabarbarii oli gadii figde qufte karaa sirri Jeti oduu waan Bira odde
@nasritube3553
Жыл бұрын
واو. ماشاء الله.
@sajaamobile9875
Жыл бұрын
Baba l love you🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤💯💯
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262
Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ heduu sijaladhaa
@indiahusen-nz9ip
5 ай бұрын
Aswrwb jirtu ibsu &obse kun gafii obseti ati erga islamaa tate wan issa barate karran dhuga muslima akka ta,e argite gara isalama fiduf hin yallee❤❤❤❤
@indiahusen-nz9ip
5 ай бұрын
Mati kee jechudha
@ayuye4514
Жыл бұрын
በጣም ነው ምወዳቹ ወላሂ 🥰
@sabonttuarsiisirkka2767
Жыл бұрын
Masha allaah heduu namatti toltaan opse ati ifraan oboleyaan moo akkaam ?isiin hoo Muslima ?
@safiyyaashashee7689
Жыл бұрын
mashaallaah❤❤
@haramain071
Жыл бұрын
Safiyyaa shashee matti wali ha tanu sanyii ko
@ifnaanjibril4440
Жыл бұрын
Maash aallah tabarakaallh Obse%ibsu long life together 😍😍😍😍😘😘😘😘😘👌
@nabiileshow
Жыл бұрын
Ifnaan jibril sanyii too matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@ifnaanjibril4440
Жыл бұрын
@@nabiileshow Amshiiir bro ❤
@badriyaaliyiomar3669
Жыл бұрын
Masha allh wooooow
@aizaaizq6477
Жыл бұрын
Maasha allaah maatii kee Raabin sif has qaajelchuu inshaalla
@oromtittiiarsii9036
Жыл бұрын
Rakkoodha wlh maatiin Amantii garagaraa hordofu kun
@hamdiyaabdurahim1917
Жыл бұрын
Masha allah warra kees rabbin gara amanti kanaatti ha fudu
16:41
CHEATING ON MY BAE PRANK!*SHE CRIED *Prank Aja'ibaa Obse Ara'a Ni bochisee || Ibsu Obse
IBsu & Obse Family
Рет қаралды 58 М.
30:13
🦋ጋሽዬ እና ብሩኬ ተገናኙ ሀይሚ የትም አትሄድም አለው😭
Haymi Tube ሀይሚ ቱዩብ
Рет қаралды 128 М.
00:38
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
00:22
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
Kotiki_Z
Рет қаралды 42 МЛН
01:00
Этот бой - Самое большое РАЗОЧАРОВАНИЕ за всю КАРЬЕРУ БУАКАВА!
БЕЗУМНЫЙ СПОРТ
Рет қаралды 2 МЛН
00:27
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 16 МЛН
23:16
ሽማግሌ ልልክ ነው❤️
Endalk Tube
Рет қаралды 20 М.
31:09
ከባድ መረጃ እነ ዳኒ ላይ ተገኝቷል እሩታ ሌላ ችግር ፈጠረች #EthiopianEntertainment @abgrace #ዮአዳን Ethio @Rutagrace_r
fre Grace Family / ፍሬ ግሬስ ፋምሊ
Рет қаралды 6 М.
20:40
🛑 አብርሽ ሳምሪን ሊወስዳት ቡታጀራ መጣ..😭 @abgrace7318
Bucha grace - ቡቻ ግሬስ
Рет қаралды 55 М.
44:23
ጽናት || ክፍል 16 II ፌርማታ ቲዩብ II fermata tube II SUBSCRIBE
fermata tube ፌርማታ ቲዩብ
Рет қаралды 156 М.
39:07
🛑Surprise Ajaa’ibaa gonef gaggeeyssa hiriyaa kiyya ibsu obse Nayroobi irra Canada🇨🇦 cara gari
Marru show
Рет қаралды 74 М.
29:12
Dhira Biraa Deema Ibsuutti Naa hin himin ja'ee prank Addaa Ayaan irraatti hojadhe
IBsu & Obse Family
Рет қаралды 73 М.
14:06
THUSOH LAHKHOM Date 14/01/2025 || SML OFFICIAL
S M L - OFFICIAL
Рет қаралды 14 М.
12:58
HINSEENE - Diramaa Afaan Oromo Haaraya - 2023 | Roras Tube
Roras Tube
Рет қаралды 149 М.
14:45
Prank Ibsuu irraatti masanuu naratti fudhuufi mana kana gadii hin bahiin ja'ee dhorkee 🤣🤣🤣
IBsu & Obse Family
Рет қаралды 54 М.
29:43
ዕንቁ (ክፍል 41)
Birabiro Tube ቢራቢሮ
Рет қаралды 35 М.
00:38
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН