Of-eeggannoo 🛑 Cirrachi Kalee Kalee namaa Fail gochisiisuu danda’a! Furmaanni isaa maali

  Рет қаралды 3,478

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Пікірлер: 39
@IbrahimIbrahim-q8d
@IbrahimIbrahim-q8d Ай бұрын
Thank you our doctar
@AaAa-rb6bu
@AaAa-rb6bu Ай бұрын
ሰላም ዶክተር እንዴት ነህ. ዶክተር አነድ የሐረረ ከተማ ዶክተር በረከት ሀጎስ የተባለ ሰው በአንተ ፕሮግራም ላይ ብትጋብዝልን ደስ ይለናል ተባረክልኝ
@khalidsheikhmamud493
@khalidsheikhmamud493 Ай бұрын
Barnoota atii nuuf dabarsituu irraa waan baaye baradhee Dr Galatoomaa
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 Ай бұрын
Dr.Ayuuni.naguma.Miikini.nagadha.na.dubisini.tolee❤
@DanielNagara-t7q
@DanielNagara-t7q 25 күн бұрын
Galatooma baayyee isiniirra baranne !
@shageyasin1581
@shageyasin1581 27 күн бұрын
Bayyee galaatomi dr mee gafaa koo kaa furmaani maali yaa dr mormii kiyyaa gara duubaatin hanga mataa na dhukkuba turee turee nati deebina please yoo maali jiraate naaf himi
@KABHadhaaBushaa-c7i
@KABHadhaaBushaa-c7i Ай бұрын
Galatomii dr kenyaa ❤❤❤
@Wissam-z9n
@Wissam-z9n Ай бұрын
Abaa milkesaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 Ай бұрын
Dr.nafi.baga.nagani.dhufite
@keyrushafi
@keyrushafi Ай бұрын
Dr. Rakkoon hancufa/gororra baay'achuu maali Akkamitti irraa fayyuu dandenya
@AliMusaa-t8g
@AliMusaa-t8g Ай бұрын
Dr Galatoma
@xaahirhusen
@xaahirhusen Ай бұрын
Dr me lakkoofsa keessan naf kenaa
@Keeraj-q9x
@Keeraj-q9x Ай бұрын
Dr galatooma
@aregaentertainment
@aregaentertainment Ай бұрын
Galatoomi Dr Naaf
@MagarsaNigatu-n1z
@MagarsaNigatu-n1z Ай бұрын
Dr kaleeko lamasaayu baaye nadhukuba ilaalamuf jedheemo qarshiin dhabee kanaafu akasumati akanii nadhiisuf imoo maal gochuun qabaa ???
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomaa Dr 🎉
@TaybaAbdu
@TaybaAbdu Ай бұрын
Abba milki🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤jiraa dr ♥️
@FuaadSaadoo
@FuaadSaadoo Ай бұрын
Hi baay’ee galatoomi Dr. Keenya. Dr. Nafyad Getu ; dhugaadha maqaan kun siif mala ati Naaf yaadidha. Biyyaaf lammiif yaaduun baay’ee nama gammachiisa. Ammas baay’ee galatoomi❤ . Maatiin kees naguma mitii? Milkiisanis nagaadha mitii?
@MohammadRoja-st7em
@MohammadRoja-st7em Ай бұрын
Mashalhaa 🎉
@BekriJema
@BekriJema Ай бұрын
Baayyee namatti tola naafi keenya
@HxZnsk-j4r
@HxZnsk-j4r Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@KhadraKhadra-cu2wo
@KhadraKhadra-cu2wo Ай бұрын
ኢሰኒሲኑፊገለቶማ❤❤❤
@KetoranTeka
@KetoranTeka Ай бұрын
Dr keessaan si dubisen ture maloo naf debisii
@TiyyaaTube-li6cx
@TiyyaaTube-li6cx 26 күн бұрын
Akkam ngy keessani Dr adaraa nabira darbbin shamarran tokko lagun osoo itti dhufuu ulfaa'u ni dandeessi pls naaf deebisi
@chalaedosa
@chalaedosa Ай бұрын
Wanti kun anaan iyyuu natti cimaadha follow up gochaan jira garuu jijjiramni hin jiru Dr???
@Guba-b6k
@Guba-b6k Ай бұрын
Dr galatoomi dhibee kanaani waggaa tokko guutuun rakkachaan ture torbàan darbee na keessaa bahe, Karaa sagalee guddaa sanaan caccabee booda bishaan guyyaa guyyaan litirii 4 dhugee na keessaa bahee
@HA11tubee
@HA11tubee Ай бұрын
Dr jalalaa❤❤
@MagarsaNigatu-n1z
@MagarsaNigatu-n1z Ай бұрын
Dr kaleeko lamasaayu baaye nadhukuba ture ture dhiigati najijira ilaalamuf himo qarshiin dhabe kanaafu akasumati aka nadhiisuf maal gochuun qaba?
@MohammedQasim-k5r
@MohammedQasim-k5r Ай бұрын
🎉. 🎉🎉🎉🎉
@ethiopiaethiopia5310
@ethiopiaethiopia5310 Ай бұрын
Dr anaa bakka cinachaa gadii karaa,bitatiin heduu na dhukubaa naraa turee jiraa falii malii
@KemiseDiriba
@KemiseDiriba 8 күн бұрын
sagantaa bareedadha.dhukkubbii kaleetiif haalli uffannaa fi kophee ol kaa'aa kaawwachuun sababa ta'uu ni danda'aa?
@BraniBrani-w8u
@BraniBrani-w8u Ай бұрын
Ani,kaalee,baayyee,nadhuku baa,yero,mati,dubadhuu,kinini,,fudhauu,najedhu,,garuu,,fayida,,naqabu,,falisaa,Mali,
@AbbaaGammachuu
@AbbaaGammachuu Ай бұрын
❤❤
@Mixaadiribaa
@Mixaadiribaa 6 күн бұрын
Malloo ana kessa dhagaa gudatu be dhugaa ano kana nan liqimse mo jedhen garamamen dhise
@nabilanabila-yr4yy
@nabilanabila-yr4yy Ай бұрын
Akam fayadhaa jirtaa obolesaa ko adaraa mucaa wahi zimi jedhee dhigaa tusisaa malin godhaf wanbetura naf himii adaraa
@Muluu-z5p
@Muluu-z5p 14 күн бұрын
Galatoma wani barbadee turee argadha cinachi kiyyaa dhukubi gudaa nati dhagamaa garuu caraa hargadhee ofi lachisuu in dadenyee
@MohammadRoja-st7em
@MohammadRoja-st7em Ай бұрын
🎉🎉🎉
@SintuBekele-g6l
@SintuBekele-g6l Ай бұрын
❤❤❤❤
@HwhHhe-w4r
@HwhHhe-w4r 21 күн бұрын
❤❤❤❤
Furmaata dhukkubbii Jilbaa. Mallattoo kana ofirratti arginaan dafaa ilaalamaa
31:08
Of-eeggannoo Cimaa Dhiirotni gochuu qabdan. Turtii Dr Alemuu waliin goone
42:10
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 3,2 М.
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 30 МЛН
Dhibeen Sukkaaraa Dargaggootaa dabalatee nama hedduu miidhaa jira
52:16
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 2,3 М.
Yeroo Jaalalaa
22:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
Furmaata qaamni saalaa dhiiraa jabaattee kahuu dhabuu ykn kahuu dhabuu
14:43
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 22 М.
ሴቶች ብልጥ ናቸው….... ለወንዶች ብቻ..
22:47
Ahadu podcast
Рет қаралды 24 М.
Dargaggoon ammaa HIV caalaa ulfa sodaata! Turtii Dr Bereket waliin goone
54:12
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 3,1 М.
Furmaata Dhukkubbii Koomee/Tarakasii miilaa |Heel pain |plantarfascitis |
10:25
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 3,8 М.
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 193 М.
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН