OMN Xiinxaltootta Abrahamif Yohun Hin Balaalefana Hin Gadhinaa Hin Jedhina Maliif Yoo Jetani Sabni Oromoo Salalleettii Bara Dheraa Hagam Bahee Galluu Dhadabe Kanaf Yoo WBO Hin Ta'iin Oromoon Tokko Harda Hin Ga'uu Yoo WBO Hin Ta'iin Baqa WBOn Nuuf Ha'jiraatu
@lalistuusabaatiКүн бұрын
Itti himi kun kan akka nadhootti yaadu diinaaf na'ee xebexebaa jira
@adammahammad796Күн бұрын
bayyee bayyee galatamoo❤❤❤🎉🎉🎉
@SaAs-q3mКүн бұрын
Abo wbon Haa jiratuu
@oriaadiga40112 күн бұрын
Good job
@WekjiraGonfaКүн бұрын
"Oromoo Oromoo ajjeesu arguu caalaa salphinni hin jiru." Uummanni keenya garmalee dararamaa jira. Mootummaarras WBOrraas abdii hin qabnu. ✓Waaqni fala haa kaa'u.
@Bahariimahamad-gs7rf2 күн бұрын
Rakkoo Rabbiin guddaan nu uume nuhaa baasu walumaanuu haa ta,uu malee maaliif filisxiinii hin dubbanne
@taffagemechu9737Күн бұрын
WBO❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@oriaadiga40112 күн бұрын
Welcome back
@MurtiiMuxafaa2 күн бұрын
Welcome ❤❤❤
@derejemekonnen-nj1nbКүн бұрын
Jabaadhaa guraa Fi sagalee ummata oromoo
@BadhasoAbdalla-j3d2 күн бұрын
Jabadhaa❤sidubaajiaa
@Ramaddii-d6z2 күн бұрын
dhuga dubachuf kan nagaya didee OPDO jedhati dhuga jiirtu dubadha kana namu hadhagayuu WOBON arara hin diine arara kan umata oromo madalu hin arkane kana rakon kana adunyan raga batii kan warana ega ajesani aka iti dhichisan godha jiiru motuma wobon yo godhele haqa malif wan kana motuma jalqabe wan tahef jalawan isani yero motuman hala akasitin ega ajese iti dhichisiise yero hubatu isanile nama wan tahaniif ariin isaniti dhufu mala jechu kiya ani kanin jedhu kan arara diide motuma tahu aka wobo hin tahiin siriiti gabaasu qabdan
@GodanaKalicha14 сағат бұрын
Waraana caalaa gabrummaati uummataa keenna miidhaa jiraa miidhaa turesi. kanaaf kan nu balaaleffachuu qabnuu gabrummaadha malee waraanaa mitii. garuu, naamusi waraana hin jiruun dhugaadha. kana ammoo fooyyesuuf dhiibbaa godhuun keessan gaariidha
@KifleWakoDube2 күн бұрын
Maaliif bara hunda imimmaan keenya hin dhaabannee yaa rabbii maaliif nuuf rafte.
@bahirumamo94592 күн бұрын
DABEN KANA MINLKE KASE HANGA HARATE RABE MARRO OYOMOFE WHITHEN A CENTURY LATE,RABE AKA AGRTU KENYATE HAEGU.
Yihuun fi Abraham irraa xiinxalli akkasii hin eeggamu Jecha waraanni Bilisummaa Oromo nama hamma kana fixxneera jechuun tuffiidha Yihuun bifa qabsoo oromoo kan godhamaa jiru walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa uummata oromoo mirkaneessuudh Wal haa caqafnu Ijoollee akka isin yaaddanitti wanti dhufu hin jiru Dandeessa waan qabsoo dhaadhessa Abraham dhaabbadhu waayee naamusa waraana Bilisummaa oromoo irraa dubbachuuf hamilee hin qabdu ati dabeettidha goonni biyyaaf lola Be carefully
@sicheyoab7Күн бұрын
Isinis propaganda pp oofuutti kaatanii? Tplf + Tplf= Tplf. But pp + ABO is not = Oromo. You must think smarter. Tplf never gone into war against one another. WBO and pp have been in war for 6 years. Why do you weep for pp soldiers when you did not cry for civilians massacred by Abiy's drones' attacks for 6 years? OMN stop shameful talks.
@SaAs-q3mКүн бұрын
Pptuu araraa didee wa,ee namusaa waranaa bilisumaa oromoo isinin hin gahuu usaa hin kijibinaa
@KmfhHkmКүн бұрын
𝑵𝒖𝒇 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒚𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒐𝒎𝒏
@kachehargaya8704Күн бұрын
24:04
@AliyyiiAbdala-g8z2 күн бұрын
Dhugan jirus kanumaa
@BezaWandimhunyКүн бұрын
Oromiyaan ofii of hin bulchitu etiophiyatu bulchaa Jira kanaf Akka tigrayyi ta,uu hin dandechuu tigrayyi ofif of bulchitti
@birhanuGeremew-d6p2 күн бұрын
kan iddo biraa hangam fixinsii Finxaaleyiin Amaraa Oromoo irratti taasisaa jiranuu fi buqqatiin rawwacha jiranu ibsamee hin beeku. Garuu Go.Ki.Li.Shawaa Aanaa Ammayya keessatti badiin isaan qaqqabsiisa jiraan Ummataa addunyatti ganasaa ta'aa hin jiruu OMN rakko ummata kanaas irratti odessa adara.
Baga dharaa goote WBO Ko Waraani Billisumma Oromoo Hin Jiru Yabarbadheesineen Sarele WBOn Jira mo'hinjiru.WBOn Awaru Oromiyaan Biyaa💪❤💚❤
@BoruHalkano-mx4rd2 күн бұрын
Oromummaa akkaana,,,????
@ShanankooluuRisaa2 күн бұрын
Abo wbon haa waaru🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@BadhasoAbdalla-j3d2 күн бұрын
Itiimudii wbo
@TajuMohammed-s2r2 күн бұрын
dhuugaa keeti
@mohamedabdo-qb7zp2 күн бұрын
Waan garaa nama nyaataati Oromoon akkanatti wal fixxuun. Feel sorry
@oriaadiga40112 күн бұрын
I erase my case
@homaboneya85272 күн бұрын
isa reeffa gototuu moo isa ajjeesee itti sirbuu tu cubbuu dha. Ajjeesanii sirbuun aada dha bar. Duuba ajjeesanii akka irratti booyan eegdaa? Meediyaa kun cufamuu qabdi. Oromoon gantuu hedduu qabdi.