Faarisse buula fi dhiite buulaatu jira biyya sana keessa keessuuma warri dhite buula jedhammaan suun Uummata Oromo lafara duguga jiriti yaa saba. Galatoomi Dr. Milikkessa.
@ZiyadAliyyii-fx5hx7 ай бұрын
❤❤❤❤
@yaarabbiyaaallah13617 ай бұрын
Yooyyaa Yooyyaa ilmaan aayyaa
@marimagudato59527 ай бұрын
Yaa rabi Abiy nurra kasse yaa Allh ❤❤❤😢😢😢😢
@ShaxaIbro7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Marsimoy-t7q7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@odaahora84787 ай бұрын
Yooya ! Nafyaana barano kan bifa adda " Retro-faschiston "PP" maqaa dogoggoraa "marii" jedhu jalatti "shira" viizaa isaanii dheerefachudha, hiikaa biroo hinqabduu. Tuni immoo hafuura dhumaa kan bar dibaa 19ti Impayeera deega, dakoo tan deebsuf abjotuu. Tuni immo gounkumma hin tatuu.
@aliyedalu64017 ай бұрын
Dr. Bara baraan mufiidhaan jara kana irraa baqachuu/fagaachuun quba nutti qabsiisutti jira nutti fakkaata. Jarri moo qaawwa kanatti fayyadamuun mataa irra nubayutti jiruu maal jettu? 53:16
@mlbmlb71507 ай бұрын
Guddaa Galatoomaa Dajanee fi Dr Milkeessaa jabaa dhaa OMN sagalee ummataa waliin Translate to somali
@lemijemal9607 ай бұрын
Milkeessaa welcome
@bahirumamo94597 ай бұрын
Namma qale kesa Kenya has hasofte dhuga ete heme nute henbanu abanko maqako yogegeryu enyumako garu nate hema nagudesa.
@OdaaShanan-mr6lv7 ай бұрын
Inni Alaabaa sanarratti garee urjii kaasuu fedhuufi hinfenetu jira jechuun isaa kun kan agarsiisuu mormiin jiru kanuma jechuusaati. Qaamni Alaabaan biraa naaf ta'uu qaba jedhu fudhatama hinqabuu kan biraa hinkaasinaadha.
@obsinaankedir65497 ай бұрын
Mararaaf Fa'a keessatti Hinrmaachaa hin jiran moo
@kbmtv90737 ай бұрын
Namichi kun afuuftu amateurish dha. Inni fi Taayyeen tokkuma. Tayyeen kobota siyyaasni maal akka ta'e hin beekne yoo ta'u Milkeessaan immoo culullee gowwaadha. Baraa 2011 Milkeessan nama hoogganaa OPD olaanaa ta'e mootumman sadarkaa " fear and hate" irra hin jirree ni kufaa jedhee barreesse. Nama akkasaa hin agarre nama hooggaanaa olaanaa ta'e motummaan koo sadarkaa " hate & contempt" irra waan jiruuf ni kufaa jedhe. Namittiin afuuftuu gowwaa dha.
@abdulshukurtumba19717 ай бұрын
Galatoom dr milkeessaa
@AbiyoroEthiopia7 ай бұрын
oduun kee hundi hinaaffaa malee homi tokko madalaa tokko hin kasu
@BegnaAbdeta7 ай бұрын
Situ hinaafaadha, dubbiin Kan keetu madaallii hin kaasu, ati waan barbaadde dubbadhu malee garee Oromo ta'uu hin dandeessu.