OROMIA11: Turtii hundeessitootaa fi miseensota baandii Shanan Gibee wajjiin taasifne.

  Рет қаралды 7,367

Oromia 11

Oromia 11

Күн бұрын

Пікірлер: 54
@MohammedBinAljazeera
@MohammedBinAljazeera 7 ай бұрын
Oromia 11 hedduu galatoomaa. Seenaan Oromoo bal’aa fi gadi fagoodha. Aartiin ammoo Aadaa Hawaasa tokkoo beeksisuu keessatti shoorri inni taphatu salphaa miti. Baandiin Shanan Gibee ammoo Aartii Hawaasa Jimmaa Oromoo maccaa beeksisuu keessatti shoorri inni taphate jechaan kan ibsamu miti. Big respect.🙏
@hayatah7696
@hayatah7696 7 ай бұрын
Ijjoollee shanan Gibbee esaa jirtuu Addaa keesaa guddisaa wly yeroo ummaana dhabbinee jedhanuu kuni qabanidha
@nabanishafi
@nabanishafi 7 ай бұрын
Garaan quufe ofiinuu nama eebbisa jedhanii.... Ulfaadhu haadhooo🥰🥰🥰
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 7 ай бұрын
Wollaahii Masiikoo waanansiinjedhu hinqabu nama akka keetii Rabbiin nuufabaayyisu❤❤❤❤❤
@Eeaatt911
@Eeaatt911 6 ай бұрын
Baandiin ijoollummaa koo irraa kaasee, akkaan jaalladhu dhugumayyuu hin faarfamnee! Aadaa Jimmaa Oromoo baay'een sinumarraa barree!♥♥♥
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 7 ай бұрын
Kanaa caala anatii naa Aa bosuu jiraa jedhe yaaduu❤❤❤🎉🎉🎉
@theodrostekalign7246
@theodrostekalign7246 7 ай бұрын
Masii kooo atiiiii dhugaaa saboontu oromooodha jabadhuuuu Rakko ariistoota keenya irra qaqabuu kan dursiite argamtuu umrii dheeerrrraaaaaaaaaaaaaaa
@muhetube2813
@muhetube2813 7 ай бұрын
Galatoomi masarat daabaa Worra shanan gibee waamtee nuuf affeeruu keetiif ❤❤
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 7 ай бұрын
Wow!!!!! Warra seenaa guddaa hojjeettan noora baga isin agaree. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZebibazebibaZebibazebiba-xi7wz
@ZebibazebibaZebibazebiba-xi7wz 7 ай бұрын
Ayyii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jimuyeko
@SalahMohamed-ms3zu
@SalahMohamed-ms3zu 7 ай бұрын
Wow heddu galatooma Abdii nutti hortan, edda jirraa ka jedhu nutti dhagahamee wolahii
@FueeTu
@FueeTu 7 ай бұрын
Oromia 11 hedduu ulfaadha❤❤
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 7 ай бұрын
Masikoo umri dheertuu Rabbiiin siifakennu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 7 ай бұрын
Woww namati tolu Umuri Dherradhaa❤❤❤❤
@ZiinaaAbbaajiihaad
@ZiinaaAbbaajiihaad 7 ай бұрын
Gallatomi jimmaa ❤koo
@miftahuumahammuud6695
@miftahuumahammuud6695 7 ай бұрын
Uuuuuuuf jimmaakoo❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 7 ай бұрын
Oromiyaa❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@rifoohuseen
@rifoohuseen 7 ай бұрын
Oromiaa 11 bayee galatomii adaa shanan gibee nu haferu ketif galataa gudaa qabdaa nubiraa❤👍👏
@RomanRoman-vj5xz
@RomanRoman-vj5xz 7 ай бұрын
Wow what a beautiful voice ❤
@saliharayya2409
@saliharayya2409 7 ай бұрын
My.jima❤❤
@riyaadraayyaa8078
@riyaadraayyaa8078 7 ай бұрын
Galatoomaa warra keenya!
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 7 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@halakeekiyyakuwait1414
@halakeekiyyakuwait1414 7 ай бұрын
Low shanaan gibee😢🎉❤
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 7 ай бұрын
Welcome
@FayisaMosisa
@FayisaMosisa 7 ай бұрын
Jabaadha dandeettii guddaa qabdu hojiitti jijjiira.
@NABIYATELIYAS-wc2ub
@NABIYATELIYAS-wc2ub 5 ай бұрын
Wow❤❤❤❤❤❤❤
@VdBf-xj7fx
@VdBf-xj7fx 7 ай бұрын
❤❤❤
@famehawol5073
@famehawol5073 7 ай бұрын
Wowow baye namatii tolaa
@ZinbQatar
@ZinbQatar 7 ай бұрын
👍👍👍👍👌👌👌👌
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 7 ай бұрын
💔💔💔😭🙏💚🌳💚🌳
@kedijazeinu683
@kedijazeinu683 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jafernasirjimma
@jafernasirjimma 7 ай бұрын
Gaaffiin gaafatamu qabu baayyeen otuu jiruu wantoota xixinnodhaan yeroo gubde namoonni kun ijoollummaa keenyaa faana seena addaa qabu turan
@sefujihad1576
@sefujihad1576 7 ай бұрын
Hin odeessin kanumaa ol baasuun jeraatuu guddaadha
@sefujihad1576
@sefujihad1576 7 ай бұрын
Nama galateeffachuu Aadeffadhu mee
@Abdulaziz1786h
@Abdulaziz1786h 7 ай бұрын
😮😮😊😊😊
@GjvjObn-ev2yq
@GjvjObn-ev2yq 7 ай бұрын
Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa Galatomaa ulfaadhaa jechun barbadaa Bayyee nati tolee dhugaa
@እትዮቲዩብ
@እትዮቲዩብ 7 ай бұрын
Baay'ee Namatti tola Adaan oromoo Kan Awwaalame kaasuun kan jiru kunuunsuun Aadaa oromoo itti fufuu qaba!
@melber7957
@melber7957 7 ай бұрын
Oromiyaaaaaaaa🎉🎉🎉🎉🎉💫💫💫💫💫🌟🌟🌟🌟🙌🙌🙌🙌🙌💎💎💎
@theodrostekalign7246
@theodrostekalign7246 7 ай бұрын
remix ittu ta,ee NAFIISA KOO
@soretimohammed
@soretimohammed 7 ай бұрын
😍😍😍😍
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 7 ай бұрын
Wow Oromo koo
@Warqee-ei3yk
@Warqee-ei3yk 7 ай бұрын
Yaa oromoo jedhee Abiy maal ta'ee oromoon kun yoo waljajabeessee? Kanumatuu ilaalaa!? Ayii
@tuchakore572
@tuchakore572 7 ай бұрын
Oromiyaa keessatti Baandii dura hunda'e Baandii Afran Qalloo ti
@nasartube2437
@nasartube2437 6 ай бұрын
Jimmaadha
@MaremaAGidi
@MaremaAGidi 2 ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@LidiyaHasan
@LidiyaHasan 7 ай бұрын
Kuta2ffaaa fidagaaaa adaraaa
@makiama9561
@makiama9561 7 ай бұрын
🙄😒🥰
@jafargibee2914
@jafargibee2914 7 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@rayaanrayaan589
@rayaanrayaan589 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Momena-t8d
@Momena-t8d 7 ай бұрын
💪💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🫡🫡👍👍👍👍
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 7 ай бұрын
❤❤❤❤
@belayche4050
@belayche4050 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@azeezaibrahim6570
@azeezaibrahim6570 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤
Bishiriyyaa Borshaa (Washii) - New Ethiopian Music 2019(Official Video)
5:46
OROMIA11: Imaltuu- Naqamte
54:50
Oromia 11
Рет қаралды 5 М.
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
路飞做的坏事被拆穿了 #路飞#海贼王
00:41
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 26 МЛН
TURTII ARTIST URGEESSAA ASHEETUU WAJJIN TAASIFNE.
31:10
Oromia 11
Рет қаралды 7 М.
OROMIA11: Walhaabarruu- Pastor/faarfataa Baacaa Bayyanaa
1:10:06
OROMIA11: Imaltuu- Dambi Doolloo
57:22
Oromia 11
Рет қаралды 2,1 М.
Baandii Shanen Gibee _ Asaasee roobe | ሸነን ጊቤ ባንድ _ 1994 ዓ.ም | @ethiowork
28:29
Zeynu Mahbub -Burtukaana koo-(Official Video)
5:32
Vision Entertainment
Рет қаралды 251 М.
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41