Anii Bayee Isin Hordofaa Garuu Gafiin Kiyaa motuman Kenyaa Kun Yadaa Umataa Qalamaa Jiruu Kanaf Yadaa Hin Keninee
@KamilTemam-xb7zt2 күн бұрын
dhugaadha mootummaa orromoodha❤❤❤❤❤
@UmareAhmed-h7s3 күн бұрын
Dhugaa ketii
@ibsaamin-eg9zu3 күн бұрын
Yooyyaa baga nagayaan dhuftan ❤❤❤
@BaliBoru-f2q3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa
@samsam-z3s4r3 күн бұрын
Waqaa yoni issanii yafixuu yaa waqaa attii fardii
@ZahraZahrabore3 күн бұрын
Nama guba dhugaa fuuldurri kenya maal tahinna laata maal nuuf wayya dhiiro jarri kun booda Habashaan walii galuuf Oromoon gabrummaa duraanii sanitti nu deebisuun fagoo miti 😢😢😢😢
@AbdulKader-o1g3 күн бұрын
Wwww omn qaxxlee jabaadha
@AfendiAbdi3 күн бұрын
Omn malif wabo dhugaa hin himnee
@muminamumina83953 күн бұрын
Maaloo anii maraachifi qalamee dhuume oromoon maaloo video sanaa mulisaa addunyaatii😢😢😢😢😢
Oromo hundaaf: Warri kana dura Amharaan walfuutan Waaqaan/Rabbiin dorgoggora koo naa dhiisi jedhaa. Kan dhalate garaatti hindeebifnu. Kana booda garuu yoo walfuudhuu dhiisii wal qunnamitii saalaa warra kana faana gootan koondomiin gargaaramaa, akka tasaa yoo walqunnamtan otoo hinulfaayin irraa baasaa. Yoon warra kana irraa dhalche kan dhalate hinguddatiin, yoo guddate jilba hindarbiin jedhaa kakadhaa. Oromo fi amaarri kana booda hirmii dha.
@MasnooMusaa3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MasratNuse3 күн бұрын
😭😭😭😭🥰🥰🥰
@temesbeyene5053 күн бұрын
Motumaa shororkesitu adugnan hinbene !
@DawudMuhammedOromia3 күн бұрын
Lammiilen qulqulluun akka hin dhumneef Hayyoonni Oromoo waliin Oromoof Oromiyaan maal ta’uu akka qabdu qorannaan akeekuu qabu!
@abbaagoolee44963 күн бұрын
Himni kun kan Faannoon ijaarrateedha . Ummatni akkuma Amaaraa , akkuma Tigiree , wareegama barbaachisu kafaluudhaaf of qopheessee , P P fii FAANNOO of irraa haleeluuttu amanuu qaba .
@besttrasheed95422 күн бұрын
Uuuuufffffff😢😢😢😢😢😢
@TarikuTufa-qx6zo3 күн бұрын
Nooraa warra OMN, isin oromoo yeroo biyya keessa turtanii sana beektu,oromoo bara diddaa gabrummaa sana beektu. Oromoon amma jiru guutumaa guututti itti bitaacha'ee jira. Kuun mootummaa oromooti jedhu,kaan isaa qaala'insa jireenyatiin burjaaja'ee jira.kaanaaf kan keenya kun gaaffii guddaa keessa jira
@mlbmlb71503 күн бұрын
Lakkii warri OMN Yeeroo rakkoo wayyee umamaa WBO koo machuu hin dhaqeena WBON sabaaf malee garafi miti 😠 Translate to English