Our Wedding | Dr Nafyad and Ayantu | Cidhaa Dr Naafyaad part 1 | ሰርግ|

  Рет қаралды 287,240

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

#wedding
#cidha
#serg
#aruuza Dr Naafyaad
Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 656
@barkotbarni2445
@barkotbarni2445 8 ай бұрын
ዋውውው !!!! እንኳን ደስአላችሁ!!!🎉🎉🎉 እንክን ጌታ ለዚህ ቀን አበቃችሁ!!!!❤ “ስለዚህ ሰው አባቱንና እናቱን ይተዋል፥ በሚስቱም ይጣበቃል፤ ሁለቱም አንድ ሥጋ ይሆናሉ።” - ዘፍጥረት 2፥24
@proggenius2024
@proggenius2024 8 ай бұрын
Wow Dr. Nafyad, I'm now your huge fan. What a beautiful wedding ceremony! Sending lots of hugs :) Rabbi gaa'ela keessan siniif haa ebbisu. Nama boonsitu.
@NanoBelama
@NanoBelama 8 ай бұрын
Really amazing. What a blessing!. Congratulations!!
@samuelabate2904
@samuelabate2904 8 ай бұрын
Amazing wedding Amazing place chose for this best ever wedding Wish better life for both dr and his partner
@adisrago7080
@adisrago7080 8 ай бұрын
Wowww naf yadi baga guya kana gesani baga waqayo isin gargaare❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯
@siifaantube5427
@siifaantube5427 8 ай бұрын
Matii naf ta'i ❤
@MagarsaaGuddaa
@MagarsaaGuddaa 7 ай бұрын
Bareduu mucas❤🎉❤
@YadiiMaan
@YadiiMaan 7 ай бұрын
Iloveyou
@kennaashawaa.9955ambo
@kennaashawaa.9955ambo 8 ай бұрын
Wow akkam baredduu Dhuga bagaa siin ga'ee naf yadi kenyaa bayyee siif gamanee oraah bulla🌷🌷🕊️🕊️🙏🙏
@ahme9759
@ahme9759 8 ай бұрын
እንካን ደስአላቹ እግዛብሔርይመስገን ለዚቀን በቃቹ አሜን።❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@haneyabdela6609
@haneyabdela6609 8 ай бұрын
Congratulations 🙌 🎉dr this amazing weddings and good friends
@missabyssinia2293
@missabyssinia2293 8 ай бұрын
My beautiful people! May God bless your union! 🙌🏾🙌🏾❤️
@garibahadji9647
@garibahadji9647 8 ай бұрын
congratulatioons. GEMEDA OLANA MEETI?
@DawitTsegaye-w4v
@DawitTsegaye-w4v 8 ай бұрын
amazing baga ittin si gahee Dr. mana faarfannaa siniif haa tau ammayyuu. jajjabaataa namaa. congra
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 8 ай бұрын
Woooww dotor iyee congratulations 🎊 👏 💐 umuri dheeraa wajjin jiradhaa ari wajjin filadhaa waggaa hardha ilmaa kasuti badhaa
@selamademsung5995
@selamademsung5995 8 ай бұрын
እንካን እግዚአብሔር እርዳክ መልካም የትዳር ዘመን ይሁላችሁ❤
@bisra7025
@bisra7025 8 ай бұрын
Congratulations 🎊 👏 💐 🥳Happy Wedding ❤❤❤
@tamirudame9219
@tamirudame9219 8 ай бұрын
Dr. Nafyad and Ayantu, congratulations on your special day! I wish you both a lifetime of love, joy, and abundant blessings as you begin this journey together🎉🎉🎉
@sifaantube1230
@sifaantube1230 8 ай бұрын
Woww Dr bagaa gammadde congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations umrii dheeradhu hori buli
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 8 ай бұрын
❤❤❤❤Wwwwwooohora baay'edha, jiradha Kan Abiraham fi saraa isif haa ta'uu
@astermekonnen9340
@astermekonnen9340 8 ай бұрын
እንኳን ደስ አላችሁ መልካም ጋብቻ ❤❤❤❤❤❤
@ekramahmed3892
@ekramahmed3892 8 ай бұрын
Wow ❤❤❤🎉🎉dactor keenyaa Baga guyyaa gammachu keetin issin gahe hora bulla lamma ta'a chissa sadi taha kaa'a
@eebbaafbeekootube
@eebbaafbeekootube 8 ай бұрын
Gaa'ela fakkeenya ta'u isiniif haa ta'u.
@Worke-hr5mf
@Worke-hr5mf 8 ай бұрын
Waaww congratultionsi❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@cgvb6766
@cgvb6766 8 ай бұрын
Woooow baga geessan Doctor keenya siniif gammadeera dhugaa
@waaqayyoogudadhamalo6475
@waaqayyoogudadhamalo6475 8 ай бұрын
Wow wow wow bagaa waaqayyoo ittin isiin ga, ee dhugaa bayyee namati toltuu dhugaa umurii dheeradhaa ❤❤❤❤
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 8 ай бұрын
Wow amazing ceremony! May God almighty take all the glory! I bless your marriage in the name of jesus christ of Nazareth! Stay blessed forever!
@SofSofi-cr2ou
@SofSofi-cr2ou 8 ай бұрын
Wwwwww baga rabbiin guyya dhallota lamataan sii gahee beekka koo ❤❤❤❤
@BetelemmagarsaBetelemmagarsa
@BetelemmagarsaBetelemmagarsa 8 ай бұрын
Wwwwwww baga waqqayo isinin, gae gaila, Sara fi, Abraham isinif yaa godhu ❤❤❤❤❤
@Juhiikalil
@Juhiikalil 8 ай бұрын
Wowow Dr nafiyad bagga rabbin guyya kana si gesise Dr Kenya masha allah tabaraka allah hora bulaa
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa 8 ай бұрын
Maasha allaa Maasha allaa baay'ee namati tola nuf jiradha kan milki kan gamachu sif hata'uu qali kenyaa❤❤🎉🎉🎉
@MiskiyaAbzinb
@MiskiyaAbzinb 8 ай бұрын
Mashaallh jetee 😂😂 mazuma mitti bar😂😂
@DiribaDiriba-vr1ji
@DiribaDiriba-vr1ji 8 ай бұрын
Woòow namatti toltuu farfattootaa Affeeraachuu diddee malee @
@deboradebora3543
@deboradebora3543 8 ай бұрын
Wowowowowo ijarraa afaa nuuf jiirraadhaa baabbaarreedoo qaaqaallii waaniii kenya bagaa gaammaadee dokator keenyaa horraa bulaa ❤️❤️❤️❤️❤️👍
@SUae-tn5th
@SUae-tn5th 8 ай бұрын
Baga waqayyoo guyya kanan isin ga'ee❤🙏 walin horaa bayyadha ga'ilaa milkii❤❤
@zemedealemayehu3325
@zemedealemayehu3325 8 ай бұрын
Baga gammaddan Dr. Barri jireenya keeysan kan eebbifame haata'u.
@mekedaskebeta683
@mekedaskebeta683 8 ай бұрын
Bagaa isif ta'e Waaga kanaa gaalata biraan kotaa Ebifamaa, kaaalati hundumaan❤
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 8 ай бұрын
DR Ga'ilaa Ebbifama siifaa ta'uu🥰🥰 Maaloo shammaraan keenyaa ufaannaa keessan sirreffadha sirreffadha mee uuma keessan sodaadha
@dagyman936
@dagyman936 8 ай бұрын
Waaqayyoon chidha abrahaamiif saaraa siniif haa godhu Doctor sin jaalanna qaalii namaa❤❤ umrii dheeraa jaalala rabbii waliin siniifan hawwa❤❤❤❤❤
@thebigcreatorr
@thebigcreatorr 8 ай бұрын
Jaalladheerra❤❤❤. Gaa'ila Waaqayyo Eebbisee isiniif haa ta'u!!!
@hayatshelilabedesa1373
@hayatshelilabedesa1373 8 ай бұрын
Woww wooww Woww amazing wedding ijarra hafaa wollah
@DevWithAmanuel2024
@DevWithAmanuel2024 8 ай бұрын
You glorified your God and respected your community! Descent marriage !
@ayantukabetaayantukabeta9163
@ayantukabetaayantukabeta9163 8 ай бұрын
bagaa gammddaani dr keenyaa waalii horaa bulaa baay'ee dha congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯💯💯😍😍😍😍😍☺️☺️☺️☺️☺️☺️☺️😊😊😊😊
@siifaantube5427
@siifaantube5427 8 ай бұрын
Ayantuu matii naf ta'i
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117
@waqayyooabdikootiwaqayyooa9117 6 ай бұрын
Abba cabasaa keenyaa baga waqayyoo isni gammachise hora bulaa❤❤❤❤❤❤
@fufuilu1212
@fufuilu1212 8 ай бұрын
Wooww baga guyyaa dhaloota keessan isa lammaffaa geessan mabruk dr naafyad💍💍👑👑👑👑
@weynishet7857
@weynishet7857 8 ай бұрын
Dr ,bagaa isiin ga'ee bagaa gamadaani waaqayyoo gaa'iillaa keessaani isiif haa ebbisuu🎉🎉❤❤❤❤ gaa'iillaa kani Abraham fi saraa isiinf haa tasisuu🎉🎉🎉
@wazalaadam8774
@wazalaadam8774 8 ай бұрын
Woooow saragima filimi Turuki te malee
@birhanemengistu
@birhanemengistu 8 ай бұрын
Baga gammadde dr nafyad ❤❤❤❤ waliif jiraadhaa❤❤❤
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 8 ай бұрын
Wow congratulations Dr waliin ollaa bulaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 8 ай бұрын
Wowww bagaa waqayyoo sin gayyee ❤❤❤❤❤congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉
@firiiyoutube6721
@firiiyoutube6721 8 ай бұрын
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf Yaa bayatuu bagaa nagaan dhuftaan qaliiwaan koo heduu Namaati tolaa Congratulations 🎉
@natsanetnastanet8890
@natsanetnastanet8890 8 ай бұрын
Gooftaan baaraa jireenyaa keesaan haa Ebbiisuu Dr keenyaa 🎉🎉🎉🎉bagaa gamaadaan
@BiftuYonas-l3o
@BiftuYonas-l3o 3 ай бұрын
Wow አዩ በጣም ነው ምወድሽ የኔ ቆንጆ🥰🥰🥰🥰ዶክቴርም🥰🥰🥰👏👏💖💗💓💓💓💖💖💖💖💗❤❤❤❤❤
@JamilakadiroKadiro
@JamilakadiroKadiro 2 ай бұрын
Very nice vedio dr Nafiyad 🎉
@EboRebira
@EboRebira 8 ай бұрын
Woow baga gammaddanii Dr keenya waliin horaa bulaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@obseedinqii2315
@obseedinqii2315 8 ай бұрын
Wowwwoo baay'ee namti tola dhugaa bagaa waaqayyoo siin gargaaree hora bulaa waajiin ❤❤❤❤❤❤❤❤
@bm6056
@bm6056 8 ай бұрын
Congratulations Dr .beautiful wedding ❤❤❤
@Tsige-xj7fo
@Tsige-xj7fo 8 ай бұрын
Woow baga gammaddan lama ta’aa ciisaa sadii ta’aa ka’aa
@Zayid-zx5zh
@Zayid-zx5zh 8 ай бұрын
Wooo bagaa gese hadhookoo ebbifaamii dachaa ayyaanii waqaa sif ha bayaatuu bagaa gamaadanii
@alemneshnugusu2914
@alemneshnugusu2914 8 ай бұрын
Wowwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤akati baredani Congratulations dokater ❤❤❤
@nounanana3343
@nounanana3343 8 ай бұрын
wowowow Baga guyyaa kanaan isin ga'e gaa'ela Eebbaa kan gammachuu haroo bulaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 8 ай бұрын
WOW wow bagaa ittiinii sii gahee Dr keenyaa
@DawitGospelMissionary
@DawitGospelMissionary 8 ай бұрын
waaw saboonaaf beekaa keenya baga waaqayyo si milkeessee
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 8 ай бұрын
Wwwwwwooowww baaga gaamadanii baaga itti isini gaahee horaa buula congratulations 🎊 👏 💐 ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 8 ай бұрын
Congratulations Doctor Bagaa waqaayoo gooftaan kanaan isiin gahee.
@hadhaako
@hadhaako 8 ай бұрын
Congratulations horaa bulaa dafaa ilmaa fidaa koottaa ❤❤❤❤❤😍😍🥰🥰
@getanewase1578
@getanewase1578 8 ай бұрын
Wooow🎉🎉🎉🎉🎉🎉 congaratulations waliin Horaa bulaa baga gammaddan
@EnthusiasticAtom-ml3rd
@EnthusiasticAtom-ml3rd 8 ай бұрын
congratulation doctorMay God bless your marriage❤❤❤❤❤
@etenashlloveyouoromiyaasin1082
@etenashlloveyouoromiyaasin1082 8 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤❤ bagaa gammada abbaa cabsaa bagaa kanaan isiin geenye eebbifamaa
@HappyCrayons-vv1qz
@HappyCrayons-vv1qz 4 ай бұрын
Ga'eela milkii siniif haata'u!.Hora bulaa.Harrii waliin filadhaa!!
@SummayyaummuuAmmaar
@SummayyaummuuAmmaar 8 ай бұрын
Mashaallaa bagaa Rabinii isinii gahee horaa bulaa imaa intallaa arigadhaa umurii wajinii dheradhaa arii wajii filadhaa Congratulations Congratulations Congratulations
@leylaabduro210
@leylaabduro210 8 ай бұрын
Wowww congratulations 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤ bagaa gamadanii horaa bulaa
@MarryOnChain
@MarryOnChain 7 ай бұрын
Marriage is a sacred bond between two individuals, a promise of love and commitment. A wedding is a celebration of this union, a joyous occasion filled with love, laughter, and cherished memories. It marks the beginning of a new chapter in life, where two hearts become one in a journey of love and partnership.
@RealmeC53-h2b
@RealmeC53-h2b 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wawu mashallaa ebbiifamaa chiidha gariii
@ababatsgaye2759
@ababatsgaye2759 8 ай бұрын
Bagaa waqayoo guyyaa kana isinii gayee horaa bulaa umurii dheraa wojinii turaa Dr 🥰🥰🥰🥰
@Mezmurorthodoxethiopia
@Mezmurorthodoxethiopia 8 ай бұрын
Baga geessan Dr akka gaa'eela Abirhaamiis saaraa eebbise waaqayyoo siniifis ha eebbisu hora baayyadha firri eebba gaha❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 congratulations
@Nasima-sk8yr
@Nasima-sk8yr 8 ай бұрын
Wow 🎉 bagaa etiin sii gahe Dr kenyaa mabruk ❤
@kiisiiTube
@kiisiiTube 8 ай бұрын
Wowo waaqayyo waaliin isin haa jirachisu baayyee bareeduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SifanGeda
@SifanGeda 6 ай бұрын
Wow Amazing...... Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@AbdisaAbdulkadir-fm3po
@AbdisaAbdulkadir-fm3po 8 ай бұрын
Woow 🎉❤🎉 It's interesting & really liked it! Have a long life & bright future together! 2ta'aa ciisaa 3ta'aa ka'aa🎉
@ZamzamAmanZamzamAman
@ZamzamAmanZamzamAman 8 ай бұрын
Waaawuuu bagaa sii gayee Dr Nafi yaa bayesa namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Fatima-d7u9p
@Fatima-d7u9p 8 ай бұрын
Bagaa itin isin gayee Dr koo Lechaa sabaa ❤
@Simboogrma
@Simboogrma 8 ай бұрын
congratulations Dr ❤❤❤❤ 😍😍😍 First comment
@lemesahailu
@lemesahailu 8 ай бұрын
Wow congratulation Dr..
@kenenibedada539
@kenenibedada539 8 ай бұрын
Wawwwww baayee namatii tolaa dhugaa waaqayoo bagaa gamadee Dr kenyaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@TegestKosu
@TegestKosu 8 ай бұрын
Gahela ebifamee sinif yaa tahu Dr nafyadii hadhaa mana kee walin
@khaleddawoud2879
@khaleddawoud2879 7 ай бұрын
Wowowow bayyee bareduu ❤❤
@J-CREATIVEE
@J-CREATIVEE 5 ай бұрын
Dr. Baga Gaa'ilte Congra isin lamaanuu 👩‍❤️‍👨. Dubbiin cidharratti Weedduu Oromoo dhiisanii kan amantii qofatti cichanu kun amantii hunda keessa jira nan beeka, ta'us sadarkaa ofitti amanamummaan Oromummaa Oromoo irra gaheefi hin gahin irratti waa namatti himti. It's indication of the level of our Self actualization.
@gaaddisaadarajjee229
@gaaddisaadarajjee229 8 ай бұрын
Naafyaad baga gammadee congratulations
@gemechuhaile4235
@gemechuhaile4235 8 ай бұрын
horaa bulaa gaila ebbifamaa siniif haa tauu😍😍😍😍😍
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 8 ай бұрын
Bagaa Waaqayyoo Kanaf iiSiin Gaa'ee Dr'keenyaa❤
@kedanayemariyam1323
@kedanayemariyam1323 8 ай бұрын
Waaqayyoo bulti Abraaami fi sara sinii haa taasisuu eebbisuu❤ 🎉🎉🎉
@user-fg1nb8rv4y
@user-fg1nb8rv4y 8 ай бұрын
🎉🎉🎉Wowowowowow congratulations ❤❤❤
@MimiDanye
@MimiDanye 8 ай бұрын
Waaqayyoo ini gaa'eela namafi kenuu Haa eebbifamuu yesus gooftaadhaa ❤❤❤❤
@sifanhasansifanhasan1761
@sifanhasansifanhasan1761 8 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉baga guyya gamachuu kee gete dr🎉🎉🎉🎉❤❤🎉🎉🎉
@HanaaHanaa-j1i
@HanaaHanaa-j1i 8 ай бұрын
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ bagaa milkofitaan Dr keenyaa ❤❤❤❤❤
@miserms4091
@miserms4091 8 ай бұрын
Dr dafii qeeroo wayaneni dugugdee bakka nufi busii sanyiikoo ❤🎉
@rakcity6216
@rakcity6216 8 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤wow bayy'ee namati tolaa Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu Eebbifamaa
@jfj2799
@jfj2799 8 ай бұрын
Wooww bagaa kanaan isin gahee horaa bayyaadha 🎉🎉🎉❤❤❤
@zahramohammed9987
@zahramohammed9987 8 ай бұрын
Waw congratulations Dr kangaa ❤
@nasisaajama7954
@nasisaajama7954 8 ай бұрын
Wwwwwww Mashaallah Mashaallah Tabakarahl 🥰🥰🥰💯💯👌
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 8 ай бұрын
MaashaAllaah Horaa bulaa.dr kabajamaaf jaallatamaa
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 8 ай бұрын
Haadha manaa namaa fuutee haga kana girrisuun maalid? ati nama guddaa mitii haga yoomiitti daa'ima taata Abbaa cabsaa? Safuu hin qabduu warri kee?
@adisutaye344
@adisutaye344 8 ай бұрын
Waaqayyoo Baga kanaan si gahe Dr Baga milkoofte ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Waadaa Jaalalaa Dr Naafyaad fi Haadha manaa isaa nama hedduu boossise
10:43
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 144 М.
Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii|
30:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 335 М.
Every parent is like this ❤️💚💚💜💙
00:10
Like Asiya
Рет қаралды 26 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma
00:14
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 6 МЛН
Cool Parenting Gadget Against Mosquitos! 🦟👶
00:21
TheSoul Music Family
Рет қаралды 14 МЛН
She's very CREATIVE💡💦 #camping #survival #bushcraft #outdoors #lifehack
00:26
TA'E REEFUU!!
9:10
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 318 М.
ዮአዳን (ክፍል 35)
37:15
ለዛ
Рет қаралды 51 М.
ካገባች በ5ተኛ ቀኗ የተገደለችው ሙሽራ
28:05
የወንድሜ ሰርግ !
20:33
Daggy's Lifeclass
Рет қаралды 1,2 МЛН
Yeroo Bashannanaafi bohaartii Ayyuu waliin | Qarshii 20000 nyaatame 🥹
21:36
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 74 М.
our wedding part 2 | Akka ajaa'ibaatti dabarsine
15:50
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 21 М.
Siin jaaladha jettee dr nafyad prank goote micayoon tun Ajaa’iba
22:20
Every parent is like this ❤️💚💚💜💙
00:10
Like Asiya
Рет қаралды 26 МЛН