No video

Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee

  Рет қаралды 1,695

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

9 ай бұрын

Qophii kana keessatti ijoolleen hubannoo waa’ee Paarkii Biyyoolessa Gaarreen baalee ni argatu.
Paarkiin kun eessatti akka argamu? Qabiyyeen bal’ina isaa hagam akka ta’e waan Gaazexeessaani fi Daawwachiisaan ykn hogganaan Paarkii kanaa dubbatu irraa ni argatu.
Paarkii Biyyoolessa Gaarreen Baalee keessa Biqiloonni sanyii addaa, Bineensonni Marartee ta’an kanneen akka Gadamsa Baddaa, Jeedala Diimtuu, Tuqaa guddaa faan keessatti argamu.
Bosonni Harannaa bulluqii fi Tullu diimtuun akkasumaas Lafti Pilaatoon Saannaatee achitti argama.

Пікірлер: 4
@user-ev6uq3vb7f
@user-ev6uq3vb7f 7 ай бұрын
❤🎉
@abdulkadirmohammed7949
@abdulkadirmohammed7949 9 ай бұрын
WW so green
@abdulkadirmohammed7949
@abdulkadirmohammed7949 8 ай бұрын
Baayye gaaridha keessattu naannon oromomiyaa lafa qabeenya baayye badhaatedha qabeenni kuni keessattu waggoottan muraasaa as mancaee jira sababa adda addaatin keessattu sababa babaldhifannaa lafaatin bosonni mancaee jira karaa mancaatin bosonaa hafuu dandau irratti osoo hojjatamee baayyee gaaridha ka mancae karaa bakka buufamuu qabuun osoo bakka buee gaaridha
@BenyamEshetu-qi2yx
@BenyamEshetu-qi2yx 6 ай бұрын
ኦሮሚያ በውብ ባህል በውብ ተፈጥሮ የታደለች ትልቅና ትልቋ ክልል ናት። ግን በተለይ በባቢሌ ዝሆኖች መጠለያ እየደረሰ ያለው ከፍተኛ ጉዳት በጣም ያሳዝናል። ለኢንቨስትመንት የተሰጠ ቦታ ህገወጥ መኖሪያ ቤት ግንባታ ህገወጥ የከብት ስምሪት ከህገ ወጥ የዝሆን አደን ጋር ተደማምሮ መጠለያ ፓርኩን ከነ ዱር አራዊቱ እያጠፋ እያወደመ ይገኛል። ኦሮሚያ ክልል በጣም ሰፊ እና ለምለም ነው ለኢንቨስትመንት እርሻም ሆነ ለነዋሪ የተትረፈረፍ መሬት አለ። ይሄ ታላቅ የተፈጥሮ ቅርፅ ለትውልድ የሚተላለፍ ሃብት ነው። እንደ አረማያ ሃይቅ ከጠፋ በኋላ ወደ ቀድሞ ይዞታው መመለስ እጅግ ከባድ ይሆናል። የኢትዮጵያ ልምላሜ የተፈጥሮ ውበት የዱር እንስሳት ከፍተኛ ሃብት መገለጫ ኦሮሚያ ክልል ነው። እባካችሁ መፍትሄ
Mil’uu qorannoo:-  Asallaatti dhugaan haqanqalame, seerri dabe  investimentii gufachiise.
1:03:53
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
DACHEE  SAMIRRAA Paarkii Biyyoolessa Gaarreen Baalee Daawwadhaa
34:54
Sunglasses Didn't Cover For Me! 🫢
00:12
Polar Reacts
Рет қаралды 5 МЛН
小宇宙竟然尿裤子!#小丑#家庭#搞笑
00:26
家庭搞笑日记
Рет қаралды 32 МЛН
Это реально работает?!
00:33
БРУНО
Рет қаралды 4,3 МЛН
Dookumentarii Aanaa Adaabbaa
30:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 869
Life in the mountains of Ethiopia | Bale
22:07
By Nishan
Рет қаралды 9 М.
2016 ዓ.ም የዳሎል ማእከላዊ ዕዝ ሜንትናንስ የስራ አፈፃፀም ፕሮግራም
19:09
Dallol Central Command / ዳሎል ማዕከላዊ ዕዝ
Рет қаралды 332
Seenaa ummata oromoo fi Hundeeffama Magaalaa Finfinnee
17:28
GIDDA TUBE
Рет қаралды 102 М.
'Qusannaa'  Diraamaa
10:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 13 М.
Turtii Bareedaa Ijoollee Qaxaleewaliin
13:21
OBN GAAMMEE
Рет қаралды 1,1 М.
Visit Oromia-BALE MOUNTAINS NATIONAL PARK
30:00
Visit Oromia
Рет қаралды 20 М.
#Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Baalee
4:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,5 М.