Pirank 🤣 Yasin Oro Irratti Guyya Iidaatiin Akka Malee Goone kkkk 🤣

  Рет қаралды 82,229

Jafe Tube

Jafe Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 445
@hdks432
@hdks432 5 ай бұрын
Aboo jafee rabii sodadhuu malif Akana gotta Abaa kanus 😢 siraa gonee garuu bisimilahii qalbii nama cabsuun garii mitii
@HamdiishaAdem
@HamdiishaAdem 5 ай бұрын
Dhugaa keeti aba.comant
@FinteShow
@FinteShow 5 ай бұрын
Dhugaa keetii wanii akkana tahuu hin qabuu
@manhalam4141
@manhalam4141 5 ай бұрын
Dhugaa wly walitti tabachun barbachiisa miti
@Omturkey2028
@Omturkey2028 5 ай бұрын
Haram wallahi innuu ijollee waliin rakkatee guddifataa jiraa maliif qalbii cabsitee wallahi 😢😢😢
@MariyaaMuhamed
@MariyaaMuhamed 5 ай бұрын
LALA jafee geru namattii dhagama malif akana hojattaa geru wankopajiruf kopummaan akaittii dhagamu gottani bar malloo yasin Ablleen fiddaa Affiicho kkk😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@CARCARWOOD-po2yl
@CARCARWOOD-po2yl 5 ай бұрын
Akkana wal godhuun sirrii miti
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw 5 ай бұрын
Aboo rabii sodadhuu guyaa idatinilee malifii qalabii namaa cabasitaa😢😢😢😢icccc
@MariyaaMuhamed
@MariyaaMuhamed 5 ай бұрын
Wly nadhukubsee akamallee jafe malif aka gotte.malloo.😢😢😢😢😢
@MuhammedHussen-dc5un
@MuhammedHussen-dc5un 5 ай бұрын
Yaa jaaffe taa.ii qalbii nama hin cab.sini booddee dhiifama gaafattuus irraa if qusadhu habiibii bakkaan sihaa gahu ❤❤❤❤
@makiyaaaliyyii8169
@makiyaaaliyyii8169 5 ай бұрын
Eeee miskina wlh jedhe Sheikh kenya Sheikh Amin ibro Rabiin umrii keeysan nufha dhereysuu 😅mee qalbi wal cabsu kan dhisa 😍
@Marwe_Tube
@Marwe_Tube 5 ай бұрын
Awoo Jafe Hojiteemo 😅Warri Prank Jaffe Kana Jaalattan akkasumaanu Prank deebuhuun jafe isin gammachiifte like 👍 godha Asumaanu Maati Naaf Taha Subscribe naaf godha please 🙏
@Fathitube
@Fathitube 5 ай бұрын
Wly jafe kiya atii dhuguman nama dhugatii atii baga nagayan dhuftee🎉🎉🎉❤❤❤
@Ramex_oro
@Ramex_oro 5 ай бұрын
Abbaa kanus hedduu jaaladha malliif prank goota qooyi jafe sitti Aretin jira
@Rashaad-b8j
@Rashaad-b8j 5 ай бұрын
Korbeeysa san ni galchite mo akkam goote qalamee jira inni mucaan yaasin ni kolfe mo 😅😅😅😅
@AbdallaaUsmail-fz2wy
@AbdallaaUsmail-fz2wy 5 ай бұрын
Pirankin tan dur san yotate malee tun wa piranki mitii
@Fulbaana
@Fulbaana 5 ай бұрын
Jabaadhu jaaffee koo Prank kee hedduun jaaladha
@MuazJabal-me4kk
@MuazJabal-me4kk 5 ай бұрын
Woyii jafe hinuma lubbut taphate Abuu kanusi Kuni nama bareedudha 🥰🥰
@hawwaa2136
@hawwaa2136 5 ай бұрын
Kootu piraki ma badee nuti itti borhara wori mana madani jirru nati tole jirra❤❤❤❤🎉🎉🎉
@maahirAhmade
@maahirAhmade 5 ай бұрын
Aboo jafe akkaa si yaanuu numaa beytaa maa akkanaa nurraa turtaa
@ArifMohammed-s7r
@ArifMohammed-s7r 5 ай бұрын
jafe tube heddu iti baleyiste jirta wallahi nuf qixaaxamu qabda dhuga
@YurubCali-gi6lh
@YurubCali-gi6lh 24 күн бұрын
Masana
@YurubCali-gi6lh
@YurubCali-gi6lh 24 күн бұрын
❤😂
@FromsaHassen
@FromsaHassen 5 ай бұрын
Awo jaafar yo rabbi sodaatte wan takka kannif rabbin sin dhiisu
@alimaaitah4538
@alimaaitah4538 5 ай бұрын
Wlh Ati Rabin Sin dhisu wlh Ana ofi sahe Ati moo
@duriialiiartoromo
@duriialiiartoromo Ай бұрын
Malii yasiin kadhaa egee
@FeysalAhmed-j3s
@FeysalAhmed-j3s 5 ай бұрын
Naha rifachisee malee qalbii namaa firraa egii jaffee kiyyaa qaalii😮 😢 Yasin karaa biraatii haatii manaa biraa jirtuu akkana godhuu qabduu dhugaa 😂😂😂😂❤❤❤
@duriialiiartoromo
@duriialiiartoromo Ай бұрын
Naraa haqii jin jafeen malii boo
@uas-ic2nz
@uas-ic2nz 5 ай бұрын
Uuuuffff hojii Kee nyadhuu jafaar aboo qalbii namaa hin caabsin lakkii 😢😢
@adhaafiraailluu
@adhaafiraailluu 5 ай бұрын
Haram aleyik wly.jafee dhugaan biti kennufi.malif abbaa ijjolle qalbicabsitun😭😭😭😭kansatifu rakate akkadhatti ilman guddifata jira😢😢
@AbdallaaDawud
@AbdallaaDawud 4 ай бұрын
Anii Piranke Hordofuu Bayeen Jaladhaa Garuu Piranken tunii Kolfaan Nu fixee wly Jabadha
@wareoro3366
@wareoro3366 5 ай бұрын
Abboo rabbii sodaadhaa! Risqiin pranki wali hin godhin 😢
@Tayba-mf3md
@Tayba-mf3md 5 ай бұрын
Wallahii jafee hojii kee nyadhuu haramaa miskina wallahi garuu Birankin kee hedduu Daes na jedha itti fufii
@Galmanlove
@Galmanlove 5 ай бұрын
Welcome back bagaa ngy dhuftee qalii nama❤❤❤❤❤
@gaaddo430
@gaaddo430 4 ай бұрын
Itti hin hambisne wly😅
@Fjpiyar
@Fjpiyar 5 ай бұрын
Jafe tube nuf jabdhuu dhugaa sin jaladha bro❤
@SumeyaAbdiadam
@SumeyaAbdiadam 5 ай бұрын
Muaz Mohamed irratti nuuf dalagi jaaffee pls
@AyantuuKalifa
@AyantuuKalifa 5 ай бұрын
Muaz iratii dalagamee jiraa jalaa senii lalii
@سميةجمال-م8غ
@سميةجمال-م8غ 5 ай бұрын
Bitu qabdaa jaafee misikinaa yaasin raabbii sodadhu😢😢qaalbi miskina caamsuun mali jeechu😢😢
@MiskiyaAbzinb
@MiskiyaAbzinb 5 ай бұрын
Ani akka malee qabini nadhukubsatee wollhi 😢😢 matilli sifi tawuu ballagee😢
@MustariiApp
@MustariiApp 5 ай бұрын
Wly qalbi nama fiti hin cabsi obalesa ko wly heduu rifadhee😢😢😢
@AbbaasSumayyaa
@AbbaasSumayyaa 4 ай бұрын
Dhugaa atin jannatan galtu poolisii azaabaa wajjiin dubbadhee jira
@Haanichoo
@Haanichoo 4 ай бұрын
Abuu kaanus gaaraa naa nyaatee walahii uuuuufff Akamitii Akanaa gotaa yaboo😢😢😢❤❤❤
@AbdallaaDawud
@AbdallaaDawud 4 ай бұрын
Jafee Kanaa Akaa Obolesaa Kiyyaa Hanagafatin Jaladhaa Yasinile ♥️♥️
@YurubCali-gi6lh
@YurubCali-gi6lh 24 күн бұрын
@CaffeeHajii
@CaffeeHajii 5 ай бұрын
Bagaa Nagy dhufte bro 🥰
@Obsee170
@Obsee170 5 ай бұрын
Wly wan akana dhisaa, hin degarinaa wly jafee ara wan sirii gonee wly😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Oro769
@Oro769 5 ай бұрын
Icc😢😢😢😢😢😢 14:49
@NejashTeha
@NejashTeha 4 ай бұрын
Wly jaaffeen korbeessa yaassiiniif geessuuf malee itti fayyaa hin qabu ani.
@zahraghulam6859
@zahraghulam6859 4 ай бұрын
Uuuuuuuuf yaa raabi kiyyaa maalo akkan waal godhuu maaltu fidee gowaa waallaahi 😢😢😢😢😢
@AmeeMohammad
@AmeeMohammad 5 ай бұрын
Dhugaa dubachuff Eeduu namatii tolaa sagalee oll fudhee kolfee 😂😂😂 Akasumaa hiriyotaa kiya 3 ifii sherr godhee 😂🎉
@Nuuroro430
@Nuuroro430 5 ай бұрын
way hedduu takkaan rifadhe qalbiin namaa hamtuudha jaaffee wallay galatoomaa anatu gammachisaan je.e duraan abbaa kanuus 😂
@GhjLkx
@GhjLkx 5 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢Araa Anuu Qalabin Nachapee Yasin Dhisii Jafee Aba Kanus Aka Malee Gotee😢😢😢😢😢
@HbdHhd-uz2sm
@HbdHhd-uz2sm 5 ай бұрын
Wlh jafe hin balesite 😢😢 Kolifani nufixe 😂😂
@HikmaaGabre_6
@HikmaaGabre_6 4 ай бұрын
Wolahi bilah jafe malo guyya edatin qalbi nama cabusun gari miti wly rabbin sodadhu prank tokko tokko irratti 😢 rabbi Yasin gara nyaate Jafee rabbin sii dhisa garu😂
@obsee6808
@obsee6808 5 ай бұрын
Wlh yasin abba garrii dhira dhugati rabbi sih gargaru.
@fathifathi9021
@fathifathi9021 4 ай бұрын
Jafe hojikee nyaadhu wlh😢😢😢😢😢 kun gaariimiti garaana nyaate yaasin😢😢😢
@AbseUmer
@AbseUmer 5 ай бұрын
As we wb jaafee Kenya wanikuni xiqasho akamii
@lelisaabdimohamed6196
@lelisaabdimohamed6196 5 ай бұрын
Wan hundafu atti ati ABA Gari ABA Isa dhugati yasani jafe ati hojete nyadhu
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 4 ай бұрын
😭😭😭pirankii badaadha kun 😢😢😢wly garaa na nyaate yaasiin 😢😢😢
@A23Samsung-lz6zn
@A23Samsung-lz6zn 5 ай бұрын
Wly hafe bayee nama arsuta ati habibi akamitii namnii nama aka isa toko akana godha bro iti debin wly sanuu guuya idatin 😭😢😡
@zaramohame2370
@zaramohame2370 5 ай бұрын
Miskina Yasin Shari hin beku ta Isa takitima❤
@muheaman3816
@muheaman3816 4 ай бұрын
Dhugaa Qalbii nama cabsuun Gaarii mitti ok
@Haanichoo
@Haanichoo 4 ай бұрын
Walahii waan gaarii mitii miskin Akaam qalbii nama cabsuu😢😢😢😢
@Amiiraa__Jalalaa25
@Amiiraa__Jalalaa25 5 ай бұрын
Hay Abba kanus miskina 😂Jafee hojii teh moo 😅
@zubeyrimohammed1029
@zubeyrimohammed1029 5 ай бұрын
Jabadhu jabaa kenyaa sibira jirraa
@BarwaqoYasin
@BarwaqoYasin 4 ай бұрын
Jqjqbaadhu isin wqrri as jalatti arkamtan bar kun prank bro sis maaaliyo pirqnk hinbeeytanii
@faximamahamad5150
@faximamahamad5150 5 ай бұрын
Qalbii nama piraki jatanii qalbii isaa ififuu ilman iti rakakcha gudifata jira hamilee isa bayee chabsitee wly😢😂
@AnsaarNuree-ov9pv
@AnsaarNuree-ov9pv 4 ай бұрын
Welcome baga nagayan dhuftan ❤❤❤
@SadiyaAhamad
@SadiyaAhamad 5 ай бұрын
jafee dhuga bayee na arsitee debii gamchisii dhuga uuuffff😢😢😢😢😢😢😢😢
@JibrooHassan
@JibrooHassan 4 ай бұрын
Jaafee Waan Aakkanaa dhiisi Wallaahii
@Seyifu-x7r
@Seyifu-x7r 5 ай бұрын
Hujii too moo piranki risqii
@ApnaTime-k2h
@ApnaTime-k2h 5 ай бұрын
Wlh akanii gariimitii Jafee 😢😢😢
@NasifaNasifa-z1m
@NasifaNasifa-z1m 4 ай бұрын
Yaa jafee wllh xuruu hinii gonee
@zyadtube85
@zyadtube85 5 ай бұрын
Jafe Hhhhhhhh
@zyadtube85
@zyadtube85 5 ай бұрын
Garuu osso namaa biraa ta'ee garii pirnkimtuu kanaa qaba😂😂
@SalihaJemal-o1x
@SalihaJemal-o1x 5 ай бұрын
Qalbi Namaa Caphsun Gaarii mitii wlh
@fedilaabdi-dd1jd
@fedilaabdi-dd1jd 5 ай бұрын
Jafee prank akkana dhiisi dhugaa namatti dhagahama
@AbdullahAbdullah-u6b
@AbdullahAbdullah-u6b 4 ай бұрын
Heduu sii jalanaa
@MusaTubeoro
@MusaTubeoro 4 ай бұрын
Awo jafe maaliif akkas goota guyyaa idattin maali akkas nama godhuun
@WEEBTUBE
@WEEBTUBE 5 ай бұрын
Yasin bagaa Rabin lukkuu Yemen irraa gamaa koribessaa biyyaa ketittii siffii jijjirree
@zuzuamaan-2533
@zuzuamaan-2533 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂. Wlh rabi sii shisuu jafee
@obsaaibraahim8791
@obsaaibraahim8791 5 ай бұрын
Koflakana Nurra jijjiruu Barbaanna❤❤❤ brow kiyyaa.
@ArifMohammed-s7r
@ArifMohammed-s7r 5 ай бұрын
jafe tube heddu iti baleyiste jirta wallahi nuf qixaaxamu qabda dhuga😂😂😂😂
@Aayisha-d6z
@Aayisha-d6z 5 ай бұрын
😭😭😭😭😢😢ayiiyya yaasinoo abshirii miskiina namaaa
@MaakiiTofiqii-lw9ik
@MaakiiTofiqii-lw9ik 5 ай бұрын
yasino kiyaa baayee garaa naa nyatee walhii 😢😢😢 jaafee atii salmii
@KadiirJundii-pp5yr
@KadiirJundii-pp5yr 5 ай бұрын
Masha Allah heddu namatti toola
@kiyyaagech6101
@kiyyaagech6101 5 ай бұрын
Wayinee dhugaa waqaa innii pirank naa azaansiise,prankin akkanaa hin ta'uu😢😢😢
@farhansiraj4889
@farhansiraj4889 4 ай бұрын
Wallahii hedduu takka qalbii isaa cabsiite 😢
@PagolCagol-om2sr
@PagolCagol-om2sr 5 ай бұрын
Garuu sirrii mittii akkanaa namaa godhun
@TaqabbalaaAhmad
@TaqabbalaaAhmad 5 ай бұрын
Jaffe korbeeysa yoo inni qalate qofa sitti fayyina jafe😢😢😢
@nurehd411
@nurehd411 4 ай бұрын
Garuu wallahi Yasin 😢 irrina isarraa mullatuun laaltee prank godhuu hin qabdu Yasin Hedduu Nama gaariidha akkana godhuu hin qabdu 😢
@omerosmen-bt9nw
@omerosmen-bt9nw 5 ай бұрын
Jafe malif Abbaa Kanasu Akkana Gota miskiticha Jartin isaa dhiifte Cairo jirti maa Akkana Gota yasin Ee miskina
@FatmaFa-lu5qs
@FatmaFa-lu5qs 5 ай бұрын
Gurban kun gagama woyiti pink pirak jedhe haamile nama cabsa
@MounaladiehAwaleh
@MounaladiehAwaleh 4 ай бұрын
Akkana nama godhuun sirriimiti😢😢😢
@RamaRama-mf5lv
@RamaRama-mf5lv 5 ай бұрын
Wlh ani pirakii jafee malee wani jibuu qabu😮
@خديجةيوسفانور
@خديجةيوسفانور 5 ай бұрын
Maa akana gotaa haram alyk والله 💔💔💔🥹🥹🥹🥹😭😭😭😭
@FikaduRob
@FikaduRob 5 ай бұрын
Dhugummaan sin jedha anilee nama heduu si hordofuu keessa isaa tokko garuu akkanaatti hamilee waal cabsuun gaari mitii atii wly qixataa fudhachuu qabda isa qofaa mitii nulee qalbi cabsitee😮 ani garuu kiristanaa heduu takkan qalbiin na cabdee.
@ObsaaAliyyii-fo5cg
@ObsaaAliyyii-fo5cg 5 ай бұрын
Welcome baga nagihan Dhufute
@abdurazaqahmed920
@abdurazaqahmed920 5 ай бұрын
Wallahi silaa korbeessa san achumaan deebistanii qabriin teessan banaadha 🙆‍♂️🙆‍♂️
@AbbaasSumayyaa
@AbbaasSumayyaa 4 ай бұрын
Yoo atin jannata galte anin keessaa sii bahaa😂😂😂😂😂😂
@lizanasir6971
@lizanasir6971 4 ай бұрын
Kkk
@KiyarAbdurazek
@KiyarAbdurazek 4 ай бұрын
Bbbbbbbffodf😅😮😢😮bhgg😮😢xfu😮vi😊😅
@AaBb-pn9lh
@AaBb-pn9lh 5 ай бұрын
no pirankki akanaa ittin debihinii yasin miskina ❤❤
@fathifathi9021
@fathifathi9021 4 ай бұрын
Garaako na nyaate wlh icccc jafe😢😢😢😢😢😢
@DasiiOromoo
@DasiiOromoo 4 ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😢
@BrNasruofficial
@BrNasruofficial 5 ай бұрын
Garuu Alhamdulillaahi kanuma kennitaniif
@ShabansabitShaban
@ShabansabitShaban 4 ай бұрын
Papa munshida addati gaa jafe
@Abdiikessim
@Abdiikessim 5 ай бұрын
Prank sheeyxaanaa sunis Kan Itti demaan wallahi inuma kolfe 😂😂😂😂😂
Accompanying my daughter to practice dance is so annoying #funny #cute#comedy
00:17
Funny daughter's daily life
Рет қаралды 14 МЛН
The Ultimate Sausage Prank! Watch Their Reactions 😂🌭 #Unexpected
00:17
La La Life Shorts
Рет қаралды 8 МЛН
Los N1
0:16
Gaston Serrate
Рет қаралды 2 М.
#Pranki Ajja'ibaa #Yaassiin Siin jaaladha Jaatee Rifachiftee
19:07
Yeroo Jaalalaa: Anoo akkas hin seene  'Gaabbii Jaalalaa'
20:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
Ibsaa fi Raachuun Maakirratti walqaban Tapha Jaalala kutaa 9ffaa
23:56