❤❤❤ Jawaar Adam ati yoo jawaar arrabsitu ufuma arrabsaa jirta sadarkaa kanatti gadi bu'uun kee hedduu nama gaddisaa. Rabbi booda namaa hin balleessin akkanatti. yaa qarshii wanni ati hin goone hin jiru. 😢😢😢
@ODAATube-yf3ic5 күн бұрын
Namnii siin dhagaaahu jiruu
@NewsandInformationchannels5 күн бұрын
Jawaar adam gara aangoo mootummaatti dhufuu qaba nama gama kamiinuu cimina qabudha Please gara angootti akka dhufee oromoos biyyas nama jijjiru waan taheef tumsa yaa goonu very very important person
@ZelalemAshetu-h6e4 күн бұрын
Jabaadhaa. Warra hubachuu hin dandeenye iyyuufi nama arrabsuu qofa beekuf gurra hin Kenninaa.
@AlemudinKasim5 күн бұрын
Maqaa gota keenya baatte wanta akkana ajaayu haasayuu keettu naa gaddisiisa akkamitti xiraaya ykn ajaaya uffe uffe uffe maqaa kana qofaa of irra jijjiri. Yeroo hunda dhugaan ni injifata waan boru si qaanesuu irra of qusaadhu doofa akka keeti kanatu wagga 150 akka gabrumma jala turru nu taasise Jawaar jeechun ummata ummanni hanga fedhe dhiibamus ni injjifata dhugaan lama hin jirtu dhugaan takkuma inshaallah dhugaan ni injifaati allahu akubar yaa Allah nu bilisoomsi .
Humaa beytan darsa Wal gesse hin qaanfatani kijiba dila kana namni jirachu dadhabee
@sufiyanadem71955 күн бұрын
Faannoon Oromoo wanti goote hin jiru. Faannoon bara 2018 dura ni jiruu?! Eenyutu ijaare?! Faannoon ilma Itoophiyaati yoo tuqamte yoomillee hin taa'u kan jedhe eenyu? But said something true #Jawar is a political Elon Musk!! He is coming right back!! You can not escape!!
@ODAATube-yf3ic5 күн бұрын
Kosiiiiiiiiiiiiiiwan
@makiama95614 күн бұрын
😂😂😂😂 jaarri kuni ajaa'ibaa qabuu mee dhugumatti rakoo ummaani keessaa jirruu illaallun qoftii hin gahuu😢😢😢
@ayelebedane26555 күн бұрын
Then what is the final solution?
@abdissaicdo53485 күн бұрын
Seenaa fi haala adeemsa Faannoo ilaalchisee yaada keetii ni hubadha. Rakkoo nageenyaa fi mirga namoomaa keessatti ka'uu malaala ummata Oromoo fi kan biroo ilaalchisee yaada cimaa dhiheessite. Dubbii kana irratti fala argamsiisuu fi furmaata bu'uuraa fiduuf, tooftaa adda addaa fudhachuun barbaachisaa dha. Mee yaada furmaataa tokko tokko kaa'uuf: Waajjiraalee Nageenyaa fi Mirga Namoomaa Cimsuu Mootummaan federaalaa fi naannoolee hojii nageenyaa fi eegumsa mirga namoomaa irratti xiyyeeffannoon hojjechuu qaba. Namoota hojii badaa raawwatan qoratee seeratti dhiheessuun mirkaneeffamuu qaba. Hawaasni Nagaa fi Araaraa Cimsuu Gurmaa’ina hawaasaa (abbootii gadaa, abbootii amantii fi dhaabbattoota hawaasaa) nageenya buusuuf hirmaachisuu danda’a. Kun rakkoo hubannoo dhabuu fi wal amantaa dhabuu furuuf ni tajaajila. Dhaabbattoota Hawaasaa fi Jaarmiyaalee Hojii Hawaasaa Hirmaachisuu Jaarmiyaaleen hawaasaa fi miti-mootummaa akka AICDO hojii nageenyaaf bu’uuraa qaban irratti hirmaachisuu fi deggersa isaanii argamsiisuu danda’ama. Qabeenya Samame Irra Deebifachuu fi Maallaqa Akka Nagaan Fayyadamuuf Murteessuu Qabeenya namoota samame sirnaan deebi'uu fi hojii badinsaa ilaalchisee mootummaan tarkaanfii sirrii fudhachuu qaba. Kunis wal-dhibdee bu’uuraa hir’isuuf gargaara. Akkamitti Ummata Oromoo fi Amaaraaf Waliigaltee Buusuun Danda'ama? Ummata walitti naanna’uun jiraatan gidduutti jaalala, nagaa fi obbolummaa itti fufsiisuu irratti xiyyeeffannoo kennuu fi deggersa cimsuu feesisa. Keessumaa, yaada "walbira jiraachuu danda’uu" gad-fageenyaan barsiisuun ni barbaachisa. Furmaata bu’uuraa fiduuf dubbii tana hayyoota, qaamolee mootummaa, hawaasa fi dhaabbattoota adda addaatiin irratti mari’achuun barbaachisaa dha. Akka yaada gaariitti ka’umsa sirrii ta’eera. Dhugumaan furmaata barbaachisu hojirra oolchuuf waliigaltee irratti hojjechuun murteessaa dha.
@Ebrahimsied-yz3ox4 күн бұрын
Wan gari dabaritan
@Ebrahimsied-yz3ox4 күн бұрын
ibbis kessan namat tola
@AlemudinKasim5 күн бұрын
Dhugaan lafaa irra jirtu oromoon kaleesaas du'a ture har'aas du'a jira nuti kan barbaannu nama nagaya keenya nuu deebisu qofa