Qaaanqee Show:- 'Naqadheen durba fuudha!!' Obbo Eebbaa Lammii waliin Kutaa 1ffaa

  Рет қаралды 152,907

Qaanqee Show

Qaanqee Show

4 ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Пікірлер: 419
@worknehnerea8322
@worknehnerea8322 4 ай бұрын
ቃንቄ ሾው በጣም እናምግናለን ❤እኚህ ታሪካው ስው በማቅረብህ ጋላቶሚ ዋን ሁንዳፉ
@hawwiimucaayawayidoo4156
@hawwiimucaayawayidoo4156 4 ай бұрын
Wwwwwww dhugaa hojii gaariidhaa jabadhaa habtee galatomii tadee fi hundii keessaan warrii gargartaan hundii keessaan galatomaa😍😍😍
@user-jx3qj8ju6w
@user-jx3qj8ju6w 4 ай бұрын
❤❤ዋው በጣም ደስ የሚሉ አባት እድሜና ጤና ይስጥልን ❤❤❤❤
@gosadibaba
@gosadibaba 4 ай бұрын
Habtish, You deserve thanks and respect for presenting this talented father here❤
@birhanukufa8995
@birhanukufa8995 4 ай бұрын
Thanks a lot habtish
@AbdetaDadi-fj4eq
@AbdetaDadi-fj4eq 4 ай бұрын
Jaarsa cimaadha umurii haa dheeratu !
@abaytesfaye2619
@abaytesfaye2619 4 ай бұрын
Anaan abbaa koo! Surely this father have good talents,what he speak is really matured and well cohereinted! Media's have power to show him!!
@aminabdulkadir3312
@aminabdulkadir3312 4 ай бұрын
Habtish heddu galatomi abba kenya umri isani nuf hadheressu anis waankiyya argadhen enjoy itti godhan jira imimanis naqabera ittis gammadatuma 😭😭🎉❤
@FamilyChannel7-37
@FamilyChannel7-37 4 ай бұрын
Habte Qaxaalee… God bless you! This touched my soul!
@ksaksa-dh7hy
@ksaksa-dh7hy 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@SammaanSiraaj
@SammaanSiraaj 4 ай бұрын
Habtee koo umrii kee umri harragesa isiniif ha laatu O koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-ry1zc9nv2d
@user-ry1zc9nv2d 4 ай бұрын
Umurii dheraa sin haa jirachiisuu Waqayoo abba koo❤❤❤❤😢
@user-wp5bo6kd4o
@user-wp5bo6kd4o 4 ай бұрын
Baayee galatoomii abtamuu❤❤❤❤❤❤❤❤nuuf jiradhuu
@SariQueen-mx3sv
@SariQueen-mx3sv 4 ай бұрын
Waw namichaa biyyaako wayyuu tuqaa❤❤
@olingahsule1040
@olingahsule1040 4 ай бұрын
I loved you more than ever Haptamu lamu❤
@robashow7614
@robashow7614 4 ай бұрын
Eebbaan maqa tole❤ Long live for icon man
@adamahmed1788
@adamahmed1788 4 ай бұрын
Umrii dheertu nuuf jiraadha abba ko Eebbaa lammii❤❤❤❤❤❤ habtamu ko atilleen nuuf galatoomi❤❤❤❤❤❤❤❤
@wolkiteendaleguteta5553
@wolkiteendaleguteta5553 4 ай бұрын
Thank you Habtee, Tade and the first Afan Oromo commutator
@DareAbel
@DareAbel 4 ай бұрын
waqqayyoo isin haa ebbisu
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 4 ай бұрын
Wowwwww dhugaa hojii gaariidhaa❤❤❤❤❤
@robaoddaa2362
@robaoddaa2362 4 ай бұрын
Wow really doing excellent job Specially What you did for this father I lost words to say thanks Kan jiraa issa ulffesuu akana Specially thanks to our great oromo Tadalaa Dassuu ( amsle’e das jeedhii jiradhuu ) Akaa abbaa kenyaa kanaa gamachiftaniti
@bontuboru2097
@bontuboru2097 4 ай бұрын
Waaqayyoo Isiin Ha Eebbisuu❤❤❤❤😍😍😍👍👍👍
@user-oc9fw1pb2g
@user-oc9fw1pb2g 4 ай бұрын
Habtaamu hedduu galatoomi dandeettii Abbootiin keenya uumamaan qaban iyyaafattee ilma sabaa ta'us kees mirkaneessiteetta ! Nama maqaan isaanii Obbo Tolasaa jedhaman dandeettii ajaa'ibaa gama aartii Masanqoon qaban jiru maaloo akkuma Abbaa keenya kana ifatti baafte isa kanas nuuf dhiheessi !
@feraol507
@feraol507 4 ай бұрын
Merci habtish ❤
@gedawarriors9000
@gedawarriors9000 4 ай бұрын
You did great brother habtamu!
@EphremBeri
@EphremBeri 4 ай бұрын
Thank you Habtamu Lamu ,,,,,may God bless you and Adugna Angasu
@user-bi8cz4vs3f
@user-bi8cz4vs3f 4 ай бұрын
Umurii dheeraa isiniif haa keenuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@motitsegaye7257
@motitsegaye7257 4 ай бұрын
I appreciate you Habtish I'm so happy thanks
@ashenafisafawo6068
@ashenafisafawo6068 4 ай бұрын
Wow thanks ❤❤❤❤
@shambelgetachew4555
@shambelgetachew4555 4 ай бұрын
Thaaaaaaank you very much!!!!!!!
@Littileorogyrl-rm9uo
@Littileorogyrl-rm9uo 4 ай бұрын
Thank you habtish ❤❤❤
@AbdetaDadi-fj4eq
@AbdetaDadi-fj4eq 4 ай бұрын
thanks very much Habtish!
@ephremwolde3790
@ephremwolde3790 4 ай бұрын
Habtish Galanni dachaa siif haa ta'u🙏
@muktarsado3324
@muktarsado3324 4 ай бұрын
Wow wallahi adda 😮
@GadiseMamo
@GadiseMamo 4 ай бұрын
Wow wow jarsaa tonkolanyaa kana waqayyooo umurii isaa yaa dheresuu❤😅😅😅😅😅😅
@user-zk4zq8vg6r
@user-zk4zq8vg6r 4 ай бұрын
Mashaallaah mashaallaah❤❤❤
@OromiaMediaCenterMiidiyaaHandu
@OromiaMediaCenterMiidiyaaHandu 4 ай бұрын
Thank you our great and respectable brother
@derejeteferi8449
@derejeteferi8449 4 ай бұрын
Amazing!
@user-dq8rh6lo5t
@user-dq8rh6lo5t 4 ай бұрын
Habte keenyaa hafii nuuf jiraadhu dhugaa baay'ee sii dinqiifaadha.... ammas haallaa kanan itti nuuf fufii namoota baay'eettu jiraa ammas achumaan gara horrootti imaali dhamsaa kootti.....❤❤❤ .. I'm proud of you ❤❤❤
@gadisaabdisa6787
@gadisaabdisa6787 4 ай бұрын
Thank you habtish🎉🎉🎉🎉
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 4 ай бұрын
It is great work thanks you Habtish
@naolabebe402
@naolabebe402 4 ай бұрын
Thank you so much habte koo
@wosent7336
@wosent7336 4 ай бұрын
Habtish u did great...jabaadhu
@user-gk3kc9cd6r
@user-gk3kc9cd6r 4 ай бұрын
Habte guddaa galatoomii, nuuf buli umrii dheeradhu.thank you within great respection
@caalookakebede9280
@caalookakebede9280 4 ай бұрын
Wow wow nuuf jiraadha abbaa koo
@solomongutema8596
@solomongutema8596 4 ай бұрын
Thank you Habtish!
@user-jl6pl9ct6w
@user-jl6pl9ct6w 4 ай бұрын
Umurii dheera nuuf jiraadha Abba keenya ❤❤❤
@seniyaefdsiyum3964
@seniyaefdsiyum3964 4 ай бұрын
Wow so Amazing habtshaa galatomii atisii!!🎉
@lemessaamenu178
@lemessaamenu178 4 ай бұрын
Eebbifami,
@tameosmantameosman1631
@tameosmantameosman1631 4 ай бұрын
Habtee raayyaa abbaa maccaa nuuf dhiyeessi mee❤ Manguddoo ajaa'ibaati umrii nuuf haa dheeratan ❤😊
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 4 ай бұрын
Umurii dheraa nufii jiradhaa Abb kenyaa ❤❤❤
@Abdioro12-np5wm
@Abdioro12-np5wm 4 ай бұрын
Abbaakoo nama cimaa❤umurii nuuf dheeradhu
@gutemaguutuu5117
@gutemaguutuu5117 4 ай бұрын
Tadele Gemechu never cease to amaze me. 🎉❤😊
@zedo8044
@zedo8044 4 ай бұрын
Ergaa ajaayibati Abbaa keenya❤❤❤
@samsungmobilee5215
@samsungmobilee5215 4 ай бұрын
Abbaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤umrii dheera nuf jiraadha ❤❤❤❤
@WakgariFerede
@WakgariFerede 4 ай бұрын
Habtaamu waqayyoo si ha Ebbiisuu hojjii gaarii Akkasii Abbaa irraanfatamee akkasitti umataattii baste akka innii gargaramuu gochuu ketiif Ulfadhuu Ebbiifamii big respect
@user-sv9ze5bo2f
@user-sv9ze5bo2f 4 ай бұрын
Thank you
@nurabonsa9387
@nurabonsa9387 4 ай бұрын
Wow that's awesome
@hansaareeshow7961
@hansaareeshow7961 4 ай бұрын
Habtee Baga Jiraatte dhugaa rabbii hedduun si diqisifadha.
@birhanukenate7466
@birhanukenate7466 4 ай бұрын
Really amazing Job, Habtish Baay'ee Galatoomi, Nama dhokate ifatti baastan!
@user-fu9ul6lg7c
@user-fu9ul6lg7c 4 ай бұрын
Thanks!
@scholars_speech
@scholars_speech 4 ай бұрын
habtish you have respect from oromo
@abduoliyad
@abduoliyad 4 ай бұрын
❤❤thank you habtish!
@panafpride1109
@panafpride1109 4 ай бұрын
THANK YOU HABTISH
@kumibahrain8137
@kumibahrain8137 4 ай бұрын
Abbaa kenyaa waqayyoo umurii keessaan haa dheeressu❤❤❤ H,Galatomi🙏🙏
@dawitalazar5311
@dawitalazar5311 4 ай бұрын
Amazing one
@SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA
@SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA 4 ай бұрын
Habtamu guddaa galatoomii sin si jaalladhu olittii rabbii siha jaallatuu❤❤❤❤
@EliasEnjigu
@EliasEnjigu 4 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu habteekoo nuuf jiraadhu
@nahomfikaduofficial7911
@nahomfikaduofficial7911 4 ай бұрын
Thank you so much Haptisha
@user-ez7if5vv4w
@user-ez7if5vv4w 4 ай бұрын
Nuuf jiraadha ebifaammaa dachaa gooftaan umraa siinif haa kenuu❤❤❤
@milkesawedajo5979
@milkesawedajo5979 4 ай бұрын
❤❤❤Habtish Jabadhuu gayeen keessan guddadha
@NaziifImar-lz5sh
@NaziifImar-lz5sh 4 ай бұрын
Of dhaaddaa sa
@jebessazeleke993
@jebessazeleke993 4 ай бұрын
Baayyee sittis isaanittis Gammanne❤
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 4 ай бұрын
wowuu kanin duraan hojii ketii akasi maraa bakkaa hin qabuu turee garuu dhugaa bay'ee natii tolee abbaa koo umuri dhera nuuf jiradhuu gotaa artii
@bulchaayele3363
@bulchaayele3363 4 ай бұрын
Thanks namana
@user-rh1bx3uo8x
@user-rh1bx3uo8x 4 ай бұрын
Wow!❤
@bonsaasefa2034
@bonsaasefa2034 4 ай бұрын
Aja'iba namni talent akkasi qabuu wagga hamma kana dhokfame utuu ummatan wal hinbariin ta'uunsa nama ajai'aba! Atis kan sitti baases ulfaadha
@user-zd7no5re5n
@user-zd7no5re5n 4 ай бұрын
Wow amazing father long life for you ❤️❤️
@user-zv9vv5uc9h
@user-zv9vv5uc9h 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ maloo wanumma tokko haa godhamuufii
@ebsaetana9651
@ebsaetana9651 4 ай бұрын
waan garii akkasii kana hojjechuun bayyee garaa nama cibsa jabaadhu
@NunukumbaProsperityparty
@NunukumbaProsperityparty 4 ай бұрын
Great
@mergoyonas
@mergoyonas 4 ай бұрын
Eebbifami Haftee Keenyaa!
@TamamTamana
@TamamTamana 4 ай бұрын
Habtish❤ tankyou
@keenaakoo9378
@keenaakoo9378 4 ай бұрын
Uuuuuuuffffffff ulfaadha umurii dheraa jiraadha Abbaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢
@debelatarecha
@debelatarecha 4 ай бұрын
Wow amazing video and talented hero father❤
@janeetjaneet7761
@janeetjaneet7761 4 ай бұрын
❤❤❤❤wow amazing nama dinqii
@gnaroterfa2155
@gnaroterfa2155 4 ай бұрын
Good job .
@janbotube508
@janbotube508 4 ай бұрын
Jabadhu jeneral galatomi
@lemessabacha905
@lemessabacha905 4 ай бұрын
wow Fantastic surprise Habtish!!
@user-zk8bw6eo4l
@user-zk8bw6eo4l 4 ай бұрын
Wow ♥️♥️♥️
@beyenejilo6798
@beyenejilo6798 4 ай бұрын
rabbin isin ha eebisu jiradha
@SintayoDeressa
@SintayoDeressa 4 ай бұрын
Habtee qaxalticha ilma sabaa nu boosteem nuuf jiraadhu namoota akkasii mullisuu keef.miidiyaan akkasii dhabamuun namoota akkasii kennaa addaa qaban baayyeen dhokatanii jiru.Yaa ilma sabaa keenyaa waan nama ajaahibu namni akka obbo Eebbaa kanaa keennaa gaazexessummaa osoo hin baratin gonfatan tokko godina jimmaa aanaa limmuu kossaa magaalaa limmuu gannat keessa jiru.hojii humnaan jiraatu,Gammadaa Show irratti dhiyaatanii turan hadaraa nuuf dubbisi.
@user-ri1ux4pe4d
@user-ri1ux4pe4d 4 ай бұрын
Waan akkaa mukkaa ororoo jedhani
@ayyeeadunyaa2171
@ayyeeadunyaa2171 4 ай бұрын
Dhugaa dubataan jarsii kunii mucaan issaan mana Mucaa wasilaa koot horii egaa jiraa 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼garruu waqayyoo guyyaa qaba edaa
@hanatu
@hanatu 4 ай бұрын
Eyee Waqaa guyaa qabaa dhuga ❤
@AbdulazizAbajihad
@AbdulazizAbajihad 4 ай бұрын
Woow habte koo baga nuuf fidde
@dirrootube3519
@dirrootube3519 4 ай бұрын
Uuuuuffffffeeeeeee abba keenyaa jabaadhaa
@obsaabdissa3887
@obsaabdissa3887 4 ай бұрын
Guddaa eebbifamaa warri jaarsa kanaaf kennitan.
@user-rp4pr6zb2n
@user-rp4pr6zb2n 4 ай бұрын
Nuuf jiraadha waggaa 1000 (kuma)❤❤❤❤
@Natowallo
@Natowallo 4 ай бұрын
Wwa qanqe jabadhu. Qeerroo wallo nuufidi oke❤
@godanahuka9527
@godanahuka9527 4 ай бұрын
Jabaadhii Habtiisha
@user-ed2gq8pf4i
@user-ed2gq8pf4i 4 ай бұрын
Uuuffeee ebifama dachaa Abayii koo umuriin kesan nuf hadheratuu.😢😢😢😢bayeen jaladhee uuufffeee abiyee koo maloo digarsii cimaan ha godhamufii
@megersaabone4164
@megersaabone4164 4 ай бұрын
wow baay'ee namatti tola;Guddaa galaatomi habtamu
@biliseedaanii3611
@biliseedaanii3611 4 ай бұрын
Habte ebbifami❤ media ketti waamte harka duwwaa waan gadii lakkifneef
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 16 М.
Hojii Aartii irraa gara Faaddaalummaatti!!  Buzee
48:10
Qaanqee Show
Рет қаралды 72 М.
KINDNESS ALWAYS COME BACK
00:59
dednahype
Рет қаралды 165 МЛН
WHO LAUGHS LAST LAUGHS BEST 😎 #comedy
00:18
HaHaWhat
Рет қаралды 23 МЛН
ПРОВЕРИЛ АРБУЗЫ #shorts
00:34
Паша Осадчий
Рет қаралды 6 МЛН
Kamer Yusuf concert in Melbourne 2024
35:39
ziad diretube
Рет қаралды 58 М.
Manguddoo Masiinqoo rukutuun beekaman obbo Eebbaa Lammii
7:07
Saambee entertainment
Рет қаралды 3,5 М.
EGEREE COMEDY: MATAA GADI QABACHUU
11:37
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 277 М.
Keessummaa Waamaraa
19:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 13 М.
え、、、!
0:11
美好秋人
Рет қаралды 17 МЛН
LEVITATING MAGIC REVEALED 😱😳
0:18
Milaad K
Рет қаралды 8 МЛН
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
0:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 7 МЛН
Нажимай выше ☝️☝️☝️ #а4 #глент #риви #viral
0:25
Как меняются люди
Рет қаралды 3,8 МЛН
КАЧЕЛИ ИЗ АРБУЗА #юмор #cat #топ
0:33
Лайки Like
Рет қаралды 3,7 МЛН