Qaanqee show: Gingilchaa 25ffaa Jeneraal Habtamu Lamu

  Рет қаралды 43,651

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 417
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 4 жыл бұрын
Welcome habtee dhugaa ketii sabonaa diramaa hojetuu abyiii fi tayee fi shimalisii oromoo iratii gatii isanii rabii haa kenuuf ☝️🤲🙇‍♀️ kkkkkkkkk habtamuu ofii ginigilchitaa ergaa gudaa qabaa thanks bro
@jamaalumar1816
@jamaalumar1816 4 жыл бұрын
Habitiyeeeeeeeee Rabiin na duraa sin fudhiiin waggaa 10000 Naf jiradhuuuuuuuu Dhigaaa koo
@ahimadali4497
@ahimadali4497 4 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftee qaxxalee keenyaa qaanqee show itti fufi baayee gaariidhaa barumsaa hedduu of keessaa qabaa sicinaa Jira jabaadhuu
@qweasqqwwee570
@qweasqqwwee570 4 жыл бұрын
Galtoomii jajabada 💪💪💪💪💪❤❤❤
@musamohammed4463
@musamohammed4463 4 жыл бұрын
Artist Habte hojjii baay'ee baay'ee garrii hojjaacha jirta, jabaadhu. Waan kessaa Ummaata Oromoo hundaa kessaa jiru hojjaachaa jirta jabaadhu
@musaumer5585
@musaumer5585 4 жыл бұрын
jabaadhu gingilchi oromoota gantuufu goota adda baasi tan daabboofi jiraattuufi kan sabaaf jiraatu
@gemtamegersa999
@gemtamegersa999 4 жыл бұрын
Jabaadhuu huuba qabsoo Oromoo keessaa gingilchii baasi. Bravo Habtaamuu!
@habtaamuuxiyyaa7469
@habtaamuuxiyyaa7469 4 жыл бұрын
Habtaamuu Lamuu ati maali gingilfamtaa miti qulqulluudha,warra Kosii qaban ginglichi.Mee Habtaamuu Dhugoo fi Habtaamuu Gaazanyii nuu iyyaaffadhu(Moggoo kee waan ta'aniif baay'een jaalladhati)!
@bashanataso3130
@bashanataso3130 4 жыл бұрын
Namni hunduu akka #HabtamuLamu ofumaan osoo of gingilche !!! Namni isa gingilchuurra !
@xahaawaajjiraa2884
@xahaawaajjiraa2884 4 жыл бұрын
Baayyee gaaridha jabaadhu
@shosh3585
@shosh3585 4 жыл бұрын
Aboo nuf jiradhu fayya ta'i dhugaa si ya dubisu hanga dhumaatii hamaleen hamtuun sin argii gariin sin dhabiin
@abrahamtesema3127
@abrahamtesema3127 4 жыл бұрын
jabaadhu nama ummata keenya dubbatu ni jibama durumayuu harra mitti dura as dhufee
@misraaswrwbjazakaluukeraan770
@misraaswrwbjazakaluukeraan770 4 жыл бұрын
Nu Jiradhuu Habtamu Kenyaa ilmaa Oromoo 💖💖💖💘💘💘💪💪💪💪
@dhigaakohaceeko8735
@dhigaakohaceeko8735 4 жыл бұрын
Ulufadhu urumii nufii dheradhu galata qabadaa 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@dinkineshnegera9772
@dinkineshnegera9772 4 жыл бұрын
Jabaadhu nuf gingilchi Habte. Kolfan nu fixxe
@kassahungurmessa7585
@kassahungurmessa7585 4 жыл бұрын
Dhala dhugaa waaqayyo siif haalatu, ati dhuguma dhugadha akkaataan konkolaataan ati warra ABO ibsite dinqiidha. jabaadhu. garuu jaala qabduuf Ertiraa deemtee WBO ilaaluuf hawwitee waan sidhowwaniif dallansuu kee haala ibsite gaarii ta'uu baatullee oromoo baay'etu yeroo sanatti obbo lammaa fi abiyyiin gowwomsamee ture atis akkasuma taate. ammas baay'ee oromoof akka dhama'aa jirtu argaa jirra kan deemsa keessatti ammas si dallansiisu sitti dhufuu danda'a waanta'eef dallansuun karaa jiijjiiruu otoo hinta'iin maaliif ta'e jettee dhaabbatte of ilaaluu fi maaliif kun ta'e yoo jette dhaabbatte gaariidha. ulfaadhu of gingilchuun kee ormi sirratti odeessitu nisaalfachiisa. galatoomi
@wakeyodabi202
@wakeyodabi202 4 жыл бұрын
Qaxalee namaa warra si beeku akkasumas kan si hin beekne itti himi...jabaadhu haqa calalii gadi guuri...
@birbirsogonfaurgaha2803
@birbirsogonfaurgaha2803 4 жыл бұрын
Abiyii lakka gowwaa, lakkaa gowaa waanii taheef daniel kibratii shiraa xaaxee umata oromo fixaa jiraa" galatomii habte icitii attii basituu bayyee namatii tola"
@meetiimeetii1708
@meetiimeetii1708 4 жыл бұрын
Nabsee wayiii oromoo koo ❤💚❤💚❤
@halimahmoo3828
@halimahmoo3828 4 жыл бұрын
Hojii kee bayee naatii tolaa Alamuu Galatomii
@dagnealemu5391
@dagnealemu5391 4 жыл бұрын
Dhugaadha Habtaamuu keenya waan yaadadhe anis jimman ture waggaa 4n tokkof jecha ummata jimmaa keessa tokko Mootii koo jedhanii nm maqaa hin beekne jajatu Abiyot kana odeessam
@bosonacilaalo4252
@bosonacilaalo4252 4 жыл бұрын
Habtamuu Lamuu abboo nu boharsita. Thank you really ❤💞
@misiraoromootube1004
@misiraoromootube1004 4 жыл бұрын
Gingiicha bayye nama tolla dr haftaamu jabaadhu sanyii Gootaa 😍😍😍😍
@Hasanjuneydi-c2o
@Hasanjuneydi-c2o 5 ай бұрын
Waan hasoytu heddu galatomii umrii nuf dheradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abdulmenankemal9474
@abdulmenankemal9474 4 жыл бұрын
Qaxalee keenya, hogganoota ABO sirrii sirrii itti himte garaa na geesse galatoomi. Kan #TeamLemma san si qofaa mitii hunda keenyaatu machaa'ee ture waan sirra laalamu hin qabu. Amma hojii isaanii laallee jalaa garagalle nuti gufuu miti kan achuma teenyyee isaaniif dhiichisaa oollu. Nuuf jiraadhu.
@kiyyakiyyaozil7104
@kiyyakiyyaozil7104 4 жыл бұрын
Jabaadhu gaarii dha mee shimallis abdiisaa nuuf gingilchi
@vsssshs7753
@vsssshs7753 4 жыл бұрын
Abshiir haftee jabaadhuu sabboona oromtichaa sanyii mootii
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 4 жыл бұрын
Jabaadhu Baayyee waan bareedaa hojjecha jirta Dhugaa sagantaan kee Bashaanannisiisaa Barsiisaa dha. Mee warra fira kee durii sanas Gingilchaa kee irraa ka'ii mee.
@haqaaffalmanna896
@haqaaffalmanna896 4 жыл бұрын
Habtee jabadhuu naftanya dhamaste. Leenca abbaa dhugaa.
@bareedduujimmaa6890
@bareedduujimmaa6890 4 жыл бұрын
ilmanafxanyaa rabbi sihaagonbisuu kun mal mumee ta.ee nubulchaa yarabbii nurraa kasii
@obesiobesi8946
@obesiobesi8946 4 жыл бұрын
Yaa rabbii DR kuni ijoolleedha guddisii attii
@yesunagaakotihi996
@yesunagaakotihi996 4 жыл бұрын
Dhugan jiratuu kanumaa galatomaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🥰🥰🥰
@samiraabdoo9493
@samiraabdoo9493 4 жыл бұрын
Habitamu ani xiqo ta,etani si bekaa nufi jabadhu jajabe kenyaa sirti ginigilichi
@kstrkstr2452
@kstrkstr2452 4 жыл бұрын
Umuri nuf dheradhu baye si jaladha ❤️❤️❤️❤️
@yismashewaabebe4036
@yismashewaabebe4036 4 жыл бұрын
Ulffaadhu!!! Haabtaamuu umrii dheera dhu❤💚❤
@freeman3611
@freeman3611 4 жыл бұрын
Jabaadhu Beekaa keenya. Abbaa qalbii nuuf jabaadhuu gingilchii, sobashe harcaasi.....
@firaketi13
@firaketi13 4 жыл бұрын
Ulifadhu heddu sirra waa baru jirra galatomi!!!🙏🙏🙏###
@mamanasiirhsns1132
@mamanasiirhsns1132 4 жыл бұрын
Qaqee Qeroo oromoo Haftee Bayee Bayee sijaladhaaa Anii hadhufuu 💞💟💜💜💟💟💟💟💞💞💟💟💟💟💞💞💟💟💟💟💟💟💞
@ashefaji2201
@ashefaji2201 4 жыл бұрын
galataamomi atis akkuma mummee keenyaa akka hin tane dursinee sii hin jajuu
@nuriyaarabbii8691
@nuriyaarabbii8691 4 жыл бұрын
Galatoomii leencaa koo nuuf jiraadhuu hojjiin kee baay'ee natii tolaa yoomiyuu dhugaaf hojjaadhu osoo kan akka keeti kun nuuf baay'ee
@zemzemfayiso2274
@zemzemfayiso2274 4 жыл бұрын
Erga kofllee tureeyuu hardha Garuu inkofleemittii garaa nadhukkubeyuu jabaadhuu obbolleeso
@tizazuobsa5190
@tizazuobsa5190 4 жыл бұрын
Habtee jabaadhu Hojiin kee nama boonsaa
@israelleemii8904
@israelleemii8904 4 жыл бұрын
Baayyee bareedaadha dhugaa. dhugaadha haasaa fi haalli keemmoo garmalee namatti minyaawaadha
@Askacademician-1
@Askacademician-1 4 жыл бұрын
Jabaadhu abbaa gingilchaa gingilchii darbi warra hin taane!
@nourakader4077
@nourakader4077 4 жыл бұрын
Noor hayyuu keena habtee nuuf jiradhu abbaa dhugaa fi sobaa gingilchu uuuuuuuuuphaa sin jaalana habtamuu kena
@obsumanokuba1353
@obsumanokuba1353 4 жыл бұрын
Baay'ee naa kolfisistee har'a dhuga rabbii Habtee kiyyaa. ana dhufu!
@kedirgemmeda3942
@kedirgemmeda3942 4 жыл бұрын
bayyee namat tolaa habtee hallii itti dhihesitu kep it up bro........
@ebabirhanu4555
@ebabirhanu4555 4 жыл бұрын
Habtamuu ati goota keenyaadha hojiin kee baayyee nu boonsa jira ani yeroo hundumaan sii hordofaa jira karaa KZbin karaa Gadaa bilisummaas jabadhu
@ahmedahmed2846
@ahmedahmed2846 4 жыл бұрын
Qaanqee show bayyee isiin hammana jeneraal
@sifansifan5918
@sifansifan5918 4 жыл бұрын
Xiyaraa jawwara kootu ofaa I love you jawwe koo 😭😭😭😭😭
@gamechujokora4206
@gamechujokora4206 4 жыл бұрын
Habtee Koo Yeroo Huunduuma Oromo kan dogongosuu Yoo Jirate wan Xiqodhan Kara kenya Dhifne qabsoo Kenya iraa goora garuu Ammas yeroon Jira wan ta'ef
@jaldushawa1207
@jaldushawa1207 4 жыл бұрын
Baayee namatii totaaa nuuf jiradhuu Ati dhugumaa Qaxalee kenyaaam nuuf bulii
@birmoema7978
@birmoema7978 4 жыл бұрын
jabadhuu dhugaa oromoo nuuf mul'isi kessattuu hala yeroo amma oromoo fi oromiyaan kessa jirru.
@Horooshow597
@Horooshow597 4 жыл бұрын
Habtaamuu Lamu Yaa Gameessa namaa Akkami jirta Leencoo Anilleen nagumaa Nadubbisi maaloo An sitti haajomaa Ofirraa nadarbin Yaa Gameessa namaa
@oljiraelias2997
@oljiraelias2997 4 жыл бұрын
Hedduu namatti tola habtish jabaadhu 💙
@toleshiabbay4002
@toleshiabbay4002 4 жыл бұрын
Habtamu artiin gaafa hojiin mulatu baayee nama gammachiisa sirbaan duwwaa miti warra gogaa uffatee uummata burjaajessuuf yaaluu sirriitti gingilchi.
@seenaataddasaa6390
@seenaataddasaa6390 4 жыл бұрын
Eebbifamii habtamuu koo dhugaa dhubatani yoo du,an du,aa hin jedhamuu
@samiraatube3712
@samiraatube3712 4 жыл бұрын
Jabadhuu lecaa Kenya nufii jiradhuu
@abduualiiyeeriyadh7667
@abduualiiyeeriyadh7667 4 жыл бұрын
waaawww jabaadhu Hayuukenya nubonsite yoomu booni
@freeman3611
@freeman3611 4 жыл бұрын
ABO 'n dhiigaraa furdataa. Hidda dhigaarra amma gara dhukaatti nu seenee jira. Abbaan fedhe dhufee deemuu danda'a dhaaba uummataa gaaruu diiguu hin danda'uu. Lubbuu baay'ee itti dhabneerra. HD j/Dawuud ibsa forever!!
@gemtamegersa999
@gemtamegersa999 4 жыл бұрын
Habtaamu baay'een si jaalladhaam naaf jiraadhu baay'ee nama gammachiisaa!
@TrBiTold23
@TrBiTold23 4 жыл бұрын
Wow! Waayeen Konkkolaatattii sanaa barumssa guddaa taatiif turtte utuu beekanii
@bintislam4750
@bintislam4750 4 жыл бұрын
Nuf jiradhuu habtee Kenya 🥰🥰🥰🥰
@dohodocho4347
@dohodocho4347 4 жыл бұрын
Habte, idigetu ke ''vuvu"' 'wede '''RIRIRIM'''desi ayilim? I think he has been achieved his final dreams and at the success of steady state !!!
@omergemeda5785
@omergemeda5785 4 жыл бұрын
Me too brother I support team Lama
@bareedduujimmaa6890
@bareedduujimmaa6890 4 жыл бұрын
Dhugaa rabbi hedduun ittigammadaajiraa dhugaa rabbii
@bikilaterfassa6583
@bikilaterfassa6583 4 жыл бұрын
Galatoomi Habteekoo hafii jiraadhu.
@musaumer5585
@musaumer5585 4 жыл бұрын
sirritti sijaallanna sanyii goota keenya hundumaa gingilchi gingilchaan kee waan hedduu burjaajii irraa bilisa baasa
@afangariinafaagariicaalaa856
@afangariinafaagariicaalaa856 4 жыл бұрын
Habtishaa umurii dheraa jiraadhu.
@maritualemu2922
@maritualemu2922 4 жыл бұрын
Wwwwwww Hamftiyee 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍
@gadissaababetaressa8418
@gadissaababetaressa8418 4 жыл бұрын
Atii jabadhu abbaa barbdee waan barbadee hajedhuu
@GeneneBekele
@GeneneBekele 4 жыл бұрын
I am proud of you. Yes, tell them who you are. You have nothing to feel shame. Keep it up.
@hassenhussen2798
@hassenhussen2798 4 жыл бұрын
Fayyaa ta'i , hojii bareeda hojjataa jirta yaa qaxalee keenya
@backeyoromo4452
@backeyoromo4452 4 жыл бұрын
ማሊ ሃቤቴ ሲ ዱዋ ሚቲ ኡንድምት ኬኛ ገመቹ ኒ ሃርከ ሩኩኔራ ኤኙ የሮ ጀልቀባ ቲም ለማ ከንዴገርኔ አቢይት አከ ኮንኮላታ ጢኖ ከራ ነባሴ መሌ ያዲን ኡዱመኬኛ ሲላ ሃቲ ኦሮሞ ለመተ ኢምቦቹ ቱሬ አባን ፌዴ አቄቁ እንደገዪኒ ቤካ ሺራን ሲጠጡ በርባዱ keep going bro never give up
@sagnibanti3407
@sagnibanti3407 4 жыл бұрын
Baayee gaariidha beekumsa guddaa irraa argate.
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 4 жыл бұрын
Dhugaa bayye nama kofalachifata
@gemechuabdisa6362
@gemechuabdisa6362 4 жыл бұрын
Guddaa galatoomi. Nuuf jiraadhu.
@sabontuuoromoo2533
@sabontuuoromoo2533 4 жыл бұрын
Jajabee koo nuufi jiraadhuu
@limatukebede4916
@limatukebede4916 4 жыл бұрын
Habtee!Yaadaan si waliin jirra jajjabeessi
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 4 жыл бұрын
Jabadhu habtee bayyee gaaridha ofumaf of gingilchita hara'a moo 👍👍🤣🤣
@mohdbornyoung5843
@mohdbornyoung5843 4 жыл бұрын
Baayye nattola habtamu koo nuuf jiraadu baayye garan nu dukkub koflaan
@yhsfhgfrhjt486
@yhsfhgfrhjt486 4 жыл бұрын
👂👍👀
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 4 жыл бұрын
Jabadhuu hojii baredara jirtaa
@bunagimbii2712
@bunagimbii2712 4 жыл бұрын
Qaxalee Oromo baga jiraate🙏 Jabaadhu 👍
@fakihanaser8399
@fakihanaser8399 4 жыл бұрын
Hudufu.maraatum.ifaa.batek💚💚💚💚💚💚💚🌹🌹🌹🌹💯💯💯👍👍💪💪✅✅✅💕💕💕💙💙💙💙
@bintgiftinurab.ahussen8059
@bintgiftinurab.ahussen8059 4 жыл бұрын
Dhugaa dubataa natii toltaa❤❤❣❣❣❣💘💘💘💘💘💘
@dumasawaadhuhasjalaamomina8922
@dumasawaadhuhasjalaamomina8922 4 жыл бұрын
Galatomi haftee ilmaa sabaa jajabadhuu si dubaa jiraa
@seenaataddasaa6390
@seenaataddasaa6390 4 жыл бұрын
Keessaa kiyyaa dubbatee habtamuu koo nuuf jiradhuu sanyii koo
@kindebuli3098
@kindebuli3098 4 жыл бұрын
Qabsoo Oromoo maloo bu'aa dhunfaa waalin wal hin qabsisnaa qabsoon lubbuu of gafata waan ta'ef
@arabugobe8089
@arabugobe8089 4 жыл бұрын
naaf jiraadhuu goota koo leencaa koo mootii koo jalaalaf kabajaa siif qaba qaroo koo.ati dhugumaa leencaa oromooti eessaatti sii argee sii dhungaadha habtee koo boorannarra
@kuwaitkuw6607
@kuwaitkuw6607 4 жыл бұрын
Saganitani kee baayee namati tolaa akasuma barumsa qaba jabadhuu jajabe kena
@solomondawit8866
@solomondawit8866 4 жыл бұрын
Aarii WBO arguu dhabuu keetiif Team Lammaa Deggeruun garuu akkami....
@tigistderib7920
@tigistderib7920 4 жыл бұрын
jiradhuu bayyee si jalanaaa !!!!!
@bonsisabekele4179
@bonsisabekele4179 4 жыл бұрын
Habtoo ulfadhuu galatoomii mataake kessa ct- scan dhaan ilalaan oromoo qulquluun argee while,, microscopy dhaan ilalaan cell dhigaake kessati ABO'N ARGEE ECG dhaan heart kee ilaalaan ammoo WBO,N ARGEE!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!100%
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 4 жыл бұрын
Jiradhuu yomuu dhigaa koo oromoo
@gorjegeleta5276
@gorjegeleta5276 4 жыл бұрын
WBOKOO QEERROO KOO 🌿🌿✍️🍃⚔️⚔️⚔️ ITTII MUDDII 😭🙏😭🙏😭🙏👆👆💪🙏🕐⏳⚖️🙏✍️🍃🕎
@abczright9285
@abczright9285 4 жыл бұрын
Dhugaa rabbii guddaa sijaallanna!!
@sanyiimotii2874
@sanyiimotii2874 4 жыл бұрын
Jajaabee kenaa kunii documentary bared kijiibaa Ilmaan hatoota
@bontubirhanu3158
@bontubirhanu3158 4 жыл бұрын
Baay'ee namattii tola jabbadhuu waaqayyoo umuri dheera sif haa kennu dhugaa dubbachuu kee ittii fuffii.
@bilennegasa3389
@bilennegasa3389 4 жыл бұрын
Namatti tolaa jabadhaa lamii koo
@hawitelila9f5
@hawitelila9f5 4 жыл бұрын
Arra oromo essa jirtu like itti xiqqata qatale kinya kanafe
@sinbookamaal359
@sinbookamaal359 4 жыл бұрын
Habtee qoosaan kee baayyee bareedaadha hedduu nutti tole Taayyee Danda'aa Nuu Gingilchi dabareen kan isaati
@sultanyusuf2772
@sultanyusuf2772 4 жыл бұрын
Jiraadhu lencca kiyya. Hayyuudha dhugaa ati.
@freeman3611
@freeman3611 4 жыл бұрын
Habteekoo yeroo jalqabaammaa hunduu TPLFinu deggartee turtee namicha marataa kana. Amma garuu waraabessa guyyaa ta'ee nu fixaa jiraa. Rabbi kilii isa habaasu. Jabaadhu kormeekoo.
@mohamedelkayselkays9053
@mohamedelkayselkays9053 4 жыл бұрын
Aftamuu Alammuu gingilchaan kee baay'ee kan namattii toluudha dhuuga
Gingilchaa 5ffaa Uummata keenyaf jecha.....
19:25
Qaanqee Show
Рет қаралды 5 М.
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 164 МЛН
How I Turned a Lolipop Into A New One 🤯🍭
00:19
Wian
Рет қаралды 13 МЛН
Friends make memories together part 2  | Trà Đặng #short #bestfriend #bff #tiktok
00:18
EMS Eletawi የጠ/ሚኒስትሩ የብቸኝነት ጉዞ Wed 30 Oct 2024
EMS (Ethiopian Media Services)
Рет қаралды 2,3 М.
ጉድ የሚታይበት ሀገር ገባሁ Abel Birhanu vlog Amsterdam Netherlands
31:53
Abel Birhanu የወይኗ ልጅ 2
Рет қаралды 503 М.
Gingilchaa 4ffaa: Biyyi Abbaan bareeddi!
32:49
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.
ሰበር ዜና ጥቅምት //20//2017
Aminat Abdu(አሚናት አብዱ)
Рет қаралды 30
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 164 МЛН