bagaa gamadee Qasim keenyaa bilisummaan dhuftee alahmdulillah akkaa tv tokkoo irratii nu afertaan asummaan isiin gafaan tv oromoo tv omn fi kan oromoo hunduu aman nuf fidaa Qasim simbo
qaasim koo hedduun si jaaladha hangam akka si jaaladhu hin beeku!!!hedduu si yaanne maalumaaf badde? ok bakkuma jirtutti fayyaa nuuf ta'i hojii kee ka saba keetiif dalagdeef galanni kee bilisummaa haa ta'u"
jechi ittiin si ibsinu hin jiru bakkuma jirtuutti nageenyi Rabbii sirraa ha jiraatu bilisummaan ati sabaa keetiif hawwiite dhufatuma jirti nuti sabni Ke heddu si jalaanna
Artesti qasim keenya Baayee sijaalanna sirbi keellee ergaa guddaa ofkeessa qaba An sirba kana yoomuu hin dagadhu muudanno qaban waan ta.eef Rabbi Bilisumma nuhaa garsiisu saba koo gabiroomuun kan duraatu hin gaya
@sabbontuuArsiibahaa4 жыл бұрын
Dhugaa jettee
@makiyaabduro99607 жыл бұрын
uuuuu sijaladhaa qasimii lubbu kiyaa ijaa hamtunio si hini argini qasimii bayee sijalladhaa lubbu kiyaq