Qormaata Jaalalaa NEW! Ethiopian Movie 2017 in Afaan Oromoo

  Рет қаралды 167,696

News ET Social

News ET Social

6 жыл бұрын

The Latest Ethiopian Movie from DireTube.com Qormaata Jaalalaa NEW! Ethiopian Afaan Oromoo Movie 2017

Пікірлер: 251
@almazgirma5815
@almazgirma5815 5 жыл бұрын
Bayee bareedadha jabadha ijollle biyya kooti Filmi Afaan oromo yomuma akkuma amarifati nuuf jajabatan hawwa ummani oromo heddu hojiin garuu xinnadha Anis yoon gale filmi hojechun barbada prodiuser qopha.i jedhani kast ana gochuf qr irra guddinuma arti oromof oso tola filmi tokko waan gara ko skrit ofuma bareese hojedhe hawwi kooti namni si hordonna jettan me like
@senatube3786
@senatube3786 4 жыл бұрын
Tolee
@ethiopianatbete9730
@ethiopianatbete9730 6 жыл бұрын
ዋውውውው ገና አይቼ ሳልጨርስው ወደደኩት አሪፍ አስተማሪ ድራማ ነው የኦሮምኛ ሙቪ ዉስጤ ነው
@yordiyene1272
@yordiyene1272 6 жыл бұрын
♥♥♥♥♥
@tolinakebede181
@tolinakebede181 4 жыл бұрын
Fiilmii bareedaa hojjettanii waan xiqqoo dogongortan innis alaabaa oromomummaa ibsu dhiistanii kan hormaa arkatti hidhachuun salphina salphina caaluudha
@hadhishakaarradiimtuu7573
@hadhishakaarradiimtuu7573 2 жыл бұрын
Eyeen dhugadha salpiina
@jamiillaakamaalloo1662
@jamiillaakamaalloo1662 5 жыл бұрын
Filmiin kunii yeroo duraa lalluu nattii hin tolee Dhumaratii garuu heduu naa gamachiisee wwwwww Maashaallaa tabrakalaah tokkochaa Akkaa kumaa jabadhaa Akkanumattii itti fufaa
@jirraharas5485
@jirraharas5485 6 жыл бұрын
bayy'ee Namatti tolaa jabadhaa 😍😍😍 caalchisaa akka artiin oromoo guddatu jabesaa sanyiiwan koo
@dandiidhugaatawahidhoodha3542
@dandiidhugaatawahidhoodha3542 6 жыл бұрын
Wowowow bayy'ee barumsaa guddaa qabaa nuuf jiradhuu ijollee oromo lammii koo 😍😍😍😍galanii keessani billisumaa nuuf haa ta'uu Ameen
@user-us7qf6mu3x
@user-us7qf6mu3x 6 жыл бұрын
ዋው ሀርፍነው
@kiyyaaagaro702
@kiyyaaagaro702 6 жыл бұрын
Wwwwwwwoooowww ijollee kenyaa bayyee namatii tolltuu jajabadhaa jajabee ko😍😍😍😍
@iloveyoudad1487
@iloveyoudad1487 6 жыл бұрын
www betam des yemil ina asitemar new bertu beziwu qetlu jabadhaa
@merganemomsa267
@merganemomsa267 5 жыл бұрын
wow nice fikir yashanifal
@portakalportakal1230
@portakalportakal1230 3 жыл бұрын
Wowwwww ijoolee biyyaa koo jabbadha dajiiyyef hiriyyota isa yeroon biyyaa jiruu ilaleen jiraa guddaa das nama jedha jajjabbadha jajjabbeewwan koo
@anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099
@anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099 6 жыл бұрын
Waaqqaa yooni siyaa ebbisu.u
@durogabi1869
@durogabi1869 4 жыл бұрын
So nice
@asteraster291
@asteraster291 3 жыл бұрын
Wwwwwwwwoo Jabadhaa namaa gamachsaa
@maryamhadhaakoo3046
@maryamhadhaakoo3046 6 жыл бұрын
wowwwww hojii garidhaa jabadhaa bayye dasssssss nama jedhaa
@frnoffchanal9113
@frnoffchanal9113 4 жыл бұрын
Jabadhaa
@user-dz3rs6sm1k
@user-dz3rs6sm1k 6 жыл бұрын
wooowwwww very nicee
@margejesus8934
@margejesus8934 4 жыл бұрын
Bayyee namatii tolaa itti fuufaa qomo koo baayyeen isiin jaallaadhaa❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤💪
@destadesta8867
@destadesta8867 6 жыл бұрын
wowwwwwwwwww jabadha ijollee oromo
@bousayobousayo5940
@bousayobousayo5940 6 жыл бұрын
wawwww bay'ee baredu ijolee biyya koo itti fuffaaa jabaadha
@mohsenalmuharrami4442
@mohsenalmuharrami4442 2 жыл бұрын
Jabadha baye bereda
@maazaaintalaadurbeemariyya2062
@maazaaintalaadurbeemariyya2062 5 жыл бұрын
Wooww bay,ee namatti tolttu jabadhaa❤👌
@whoami5919
@whoami5919 6 жыл бұрын
Galaatoma በጠም እነማሰግናልን ደሞ በዝው ብቻ መቆም ይልብትም ብዙ የለተዩ አሉ
@abumd7433
@abumd7433 6 жыл бұрын
Changes that u make galaatoo mi astisi sijjedhaa
@zolykahzozo5149
@zolykahzozo5149 5 жыл бұрын
Who Am I
@sabontuuaggarosabontuuagga1699
@sabontuuaggarosabontuuagga1699 3 жыл бұрын
Wowowowow ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@seidkemal8771
@seidkemal8771 6 жыл бұрын
Woww bayyee namatti tola akkanumatti itti fufaa
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481
@oromiyyaabiyyaakoojituumag481 6 жыл бұрын
Uuufff garaa namaa nyaata kani kopee dhiquusun 👏👏uuff nama mararatuu
@djwilii5559
@djwilii5559 6 жыл бұрын
Hedduu namati tolaa Oromoo tenyaa jabadhaa .Arstiin Fayyaa Kenyaa
@hamziyasani3628
@hamziyasani3628 6 жыл бұрын
owowowwoowo dhugaa nama.tolla itti nufii fufaaa fakkata akkana wowowoowowwoow. qomowwan.kena isin.jalaadhaa 😍😍
@diboraamucaakakuu4395
@diboraamucaakakuu4395 3 жыл бұрын
uuuufff bayy'ee garaa namaa nyataa 😥 jabbadhaa 🙏
@christinetinah7395
@christinetinah7395 6 жыл бұрын
Wowww baay'ee namati tolaa
@karemomda8444
@karemomda8444 4 жыл бұрын
Jabadhaa sanyiiwan koo
@keetuunaabonsaayesusoromoo433
@keetuunaabonsaayesusoromoo433 6 жыл бұрын
baaayeeeeeeeeeeeeeeee sin jalaaaaaaaaadhaa lammiwwwaankoooo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bontushukute5815
@bontushukute5815 5 жыл бұрын
Baye garidha jabadha 💟💔💖💕💞💝💜
@ghorocell2902
@ghorocell2902 4 жыл бұрын
❣️❣️❣️❣️❣️woowwwwwwwwwwwwwwwwww baayee namatti tolaa itti nuf fuufa💔❤❤❤😍😍
@peacemary5168
@peacemary5168 6 жыл бұрын
Cool flim
@ethioethio6653
@ethioethio6653 6 жыл бұрын
Wowow bayee nama ajiba mucani nama meeqa jisee
@arsiiarbaagugu7628
@arsiiarbaagugu7628 5 жыл бұрын
Afaan Oromotiin hojatamun isaatu nagaha. Ittii fufaa. Jabaadha lamiwan koo.
@rahimamuhammad9326
@rahimamuhammad9326 6 жыл бұрын
mucaa qala😍😍😍✌✌
@umamuminalfalahy4186
@umamuminalfalahy4186 5 жыл бұрын
woww abbsaa barumsa guddatu sirraa argamee Qnjoo jabadhu abdi sabaa Uuuuuuuhaaa baguma kee tatee dhumni ishee
@lijyonitube7755
@lijyonitube7755 4 жыл бұрын
waawu bayye bareda
@abrishshibiruu2985
@abrishshibiruu2985 6 жыл бұрын
Wow
@senatube3786
@senatube3786 4 жыл бұрын
, ❤️❤️💚💚❤️❤️ Nufii jiradha
@meritesema8611
@meritesema8611 6 жыл бұрын
Jabadha iti bonna
@jojog4372
@jojog4372 6 жыл бұрын
Wwwwwoooww heduu namatii tolaa jabadhaaa ittii fufaa
@lenchojemal3683
@lenchojemal3683 5 жыл бұрын
bayye bareda jabaadhaa lammi tiyya
@mojkgiymojmjcnkkfdjpmjkd4557
@mojkgiymojmjcnkkfdjpmjkd4557 4 жыл бұрын
ዉዋ በጣም አሪፍነዉ
@hawwiifiqadduu5355
@hawwiifiqadduu5355 6 жыл бұрын
Uuuuuuffff akkam namatii. tolaa oto jaalalii akuma dirama ta,e
@mekiamekiaoromoarsii5686
@mekiamekiaoromoarsii5686 6 жыл бұрын
hiiiiiiaaaaa namaa jalaatan
@hayathayat3938
@hayathayat3938 6 жыл бұрын
heddu bareedaa
@zaharamohamed3386
@zaharamohamed3386 3 жыл бұрын
Hudee gaariidha hamaale filmi afaan oromo nuf baay'isaa .waan ilaalu dhabnee kaan habaasha ilaala jiraa.
@tertayenesh5543
@tertayenesh5543 6 жыл бұрын
uuuuuuuffffff Osoon Jalalee Akkanatti Karatee Dandahuu Qabadhee.
@anasjamalahmedahmed8297
@anasjamalahmedahmed8297 5 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkk
@radiyaasabontuunamaa8503
@radiyaasabontuunamaa8503 4 жыл бұрын
Kkkkkkk woyii minyotii
@portakalportakal1230
@portakalportakal1230 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk
@mubarekhusen3537
@mubarekhusen3537 6 жыл бұрын
ich mag oromo film danke
@lithiyalithiya4747
@lithiyalithiya4747 6 жыл бұрын
Wow senayeee
@aboabdalhazez8971
@aboabdalhazez8971 3 жыл бұрын
Wwwa
@yoka9335
@yoka9335 6 жыл бұрын
Uuufff gara nama nyata
@meryemkelil9624
@meryemkelil9624 6 жыл бұрын
Galatomaa nuf jiradhaa hedduu namaa tolaa
@sifangedefa2308
@sifangedefa2308 6 жыл бұрын
wawooooo bayye namatii toltu
@humdihumdi2852
@humdihumdi2852 6 жыл бұрын
Wowwwwww baayee namatti tola asalla ardu kessatti qarastan
@yeroosaantube8095
@yeroosaantube8095 5 жыл бұрын
Wooow hedduu namaatti tolaa
@nasranasra3805
@nasranasra3805 6 жыл бұрын
Wowwwww 👌👍👍👍👍💓💓💓💓
@kedutube0753
@kedutube0753 5 жыл бұрын
jabaadhaa jajjabookoo
@homeqouz7878
@homeqouz7878 6 жыл бұрын
wawwo itti fufaa
@yousufabdo9688
@yousufabdo9688 5 жыл бұрын
Maashaalahaa Maashaalahaa Maashaalahaa Maashaalahaa
@hayathayat3938
@hayathayat3938 6 жыл бұрын
Www arif astemari
@umamuminalfalahy4186
@umamuminalfalahy4186 5 жыл бұрын
woww
@kolitwaqira717
@kolitwaqira717 6 жыл бұрын
Baay'ee namatti tola jabaadhaa lammiikoo
@ibsaaabibakar2467
@ibsaaabibakar2467 5 жыл бұрын
Waw 🥉👌
@ghh3611
@ghh3611 6 жыл бұрын
wooow heduu namati tolaa
@tsahaymilktsahaymilk3942
@tsahaymilktsahaymilk3942 4 жыл бұрын
Wwwwwwwwwww baye toko namati toltu 😚😙😙😙😙😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍
@Ikraam259
@Ikraam259 5 жыл бұрын
Galatoma lammiwan koo hedu takka namaati toola filmin kesani nuf jiradha
@lithiyalithiya4747
@lithiyalithiya4747 6 жыл бұрын
Agere nafikagn neber betam ayewati uuuu
@burteeyeejesuselijiburteey9372
@burteeyeejesuselijiburteey9372 6 жыл бұрын
biyya koo Arsii Asallaa yommiin ittiin galaa lataa yaa rabbii guddaa
@rimrin8715
@rimrin8715 6 жыл бұрын
Wwwww hedu namati tola Jabadha sanyiwana koo 💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hagierjenit6092
@hagierjenit6092 3 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa jabadhaa💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@dandiidhugaatawahidhoodha3542
@dandiidhugaatawahidhoodha3542 6 жыл бұрын
Itii fufa bayyee namatii tollaa.....❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍
@yesuusabdiikotiiyesuusabdi1897
@yesuusabdiikotiiyesuusabdi1897 6 жыл бұрын
mesii yee Tewadoho lij wowwww
@abdikoojiratadhaiyesusabdi5744
@abdikoojiratadhaiyesusabdi5744 6 жыл бұрын
Bayya namati tolaamucaa takki namootabayye machuun isaa namaaja'ii
@ayantuelemowaaqayyootiksee5933
@ayantuelemowaaqayyootiksee5933 5 жыл бұрын
Wowowowowowo
@oromofitness9283
@oromofitness9283 5 жыл бұрын
Ds ds nama Kattan nuff jiraadhu oromo koo galatoomaaa
@HABIBAGODANA-lr3rg
@HABIBAGODANA-lr3rg Ай бұрын
Duruumaa beekaa
@jabessagalo8699
@jabessagalo8699 5 жыл бұрын
Fiilmii bareedaa fi ergaa gaarii qabu. Ammas dabalaa!
@hitesfish3267
@hitesfish3267 5 жыл бұрын
namtichii inni jalqabarratti dhuftee faajji eenyu akka harkatti uffatte barii
@ayantualamayo9800
@ayantualamayo9800 5 жыл бұрын
film kesanii bay'ee namatii tolaa lamiikoo jabadhaa
@lesianlesian415
@lesianlesian415 6 жыл бұрын
Qasoo
@teand5856
@teand5856 6 жыл бұрын
ጋይስ ሰበር ዜና አሪፍነው ልቹፈው ኮመታተሮቼ ንገሩኝ ስአዳችሁ
@mediiarsii5185
@mediiarsii5185 6 жыл бұрын
Woyyii jaalala
@mediiarsii5185
@mediiarsii5185 6 жыл бұрын
😍😍😍😍
@sayidabdulkadir4233
@sayidabdulkadir4233 6 жыл бұрын
wow baayyee namatti tola
@mudasirshamsu8286
@mudasirshamsu8286 6 жыл бұрын
Bayee namatiitola
@jaleemgoromtittii6400
@jaleemgoromtittii6400 4 жыл бұрын
💖💖💖👌👌👌👌
@deemaberso9270
@deemaberso9270 3 жыл бұрын
Wowowowo.bosaa.mucaaa
@shameljamal5527
@shameljamal5527 6 жыл бұрын
wwwwwwwwwww bayye namatiii tollaa
@siiyaadeharmeekoo7372
@siiyaadeharmeekoo7372 6 жыл бұрын
www baaye baareeduu
@tassmmeehdhaabhdhaabaa88
@tassmmeehdhaabhdhaabaa88 6 жыл бұрын
Galatomiii
@filmonnegasi2543
@filmonnegasi2543 6 жыл бұрын
wawawawaw nic movei gays!!
@misruuhussen210
@misruuhussen210 3 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@AbdiiAbiyo
@AbdiiAbiyo 7 күн бұрын
Jajabadha
@samuuaggaro565
@samuuaggaro565 3 жыл бұрын
ww
@sadiya.inattu3979
@sadiya.inattu3979 6 жыл бұрын
Woww bayee namaati tolaa haluuma kanaani itii fufaa ye Itaya Lijoch bartu
@abdialoonuufdebiivdni9461
@abdialoonuufdebiivdni9461 6 жыл бұрын
wawawaw ijolee qaqaliwan itayaa iti fufa heduu namti tolaa
@user-qb6dz6cl1o
@user-qb6dz6cl1o 5 жыл бұрын
Akka aja.ibaa namatti tola artileen tenya hunadi haluma kanaan itti fufaa isiniin jenna
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 3 жыл бұрын
filmii kuni Xumuratii natii tolee
@angatokabede9070
@angatokabede9070 6 жыл бұрын
Wwwwwwooo bayye namati to la it to fufa
@user-qm2bm3uq1t
@user-qm2bm3uq1t 20 күн бұрын
Wwwwwwooooooooowwwwwww👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🫶🫶🫶👐👐🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🌹♥️♥️♥️♥️❣️❣️❣️❣️🌹🌹🌹🌹🌹♥️♥️♥️♥️❣️❣️diraama ajaaibaati jiraadha Saba koo❤❤❤❤
@shookalqahtani888
@shookalqahtani888 4 жыл бұрын
Oroomiiyaa
@shookalqahtani888
@shookalqahtani888 4 жыл бұрын
Wlqunaamnti
@fayyeeyahya9942
@fayyeeyahya9942 6 жыл бұрын
video kana nokia durii sanin marani si mo maalif akkana ? wannii biraa achii haa dhaquu bar numaahuu hin mullattuu jolleeni wayi
Little girl's dream of a giant teddy bear is about to come true #shorts
00:32
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 57 МЛН
تجربة أغرب توصيلة شحن ضد القطع تماما
00:56
صدام العزي
Рет қаралды 59 МЛН
አዲሱ ሰው ሙሉ ፊልም Adisu Sew full Ethiopian movie 2021
1:54:49
የጃናሞራ #ፊልም ምርቃት /#janmora film
12:47
New Afaan Oromo Film Abjuu Milkaa'e  2019
1:58:14
OAI
Рет қаралды 171 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 345 М.
WAY FADHII TOO part 1
32:26
dire4ever tube
Рет қаралды 676 М.
filmii Afaan Oromoo ibidaa Ukkamfamee part 2
1:03:23
Sintayehu Sebsibe
Рет қаралды 10 М.
🎬 "Raajii"  | Fiilmi Afaan Oromoo Haara
1:04:10
ELELAN Entertainment
Рет қаралды 25 М.
LEVITATING MAGIC REVEALED 😱😳
0:18
Milaad K
Рет қаралды 14 МЛН
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
0:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 2,6 МЛН
Батя в общественных местах 😇
0:46
Время горячей озвучки
Рет қаралды 1,5 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,1 МЛН