Raayyaa Ittisa Biyyaa Fi Waraana Bilisummaa Oromoo Live Irraatti Waliin Mariyaata Turan✊❤️

  Рет қаралды 26,407

SAYA TUBE

SAYA TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 233
@Makha-bz3gdfatumalave
@Makha-bz3gdfatumalave 2 күн бұрын
Yaa rabbii WBO nufi bilisomsiii❤💚❤ ijifanon kesanii mirgan galaa
@Fanousi
@Fanousi 2 күн бұрын
Waqayoo tokkoo sinii yaa tasisuu oromoo koo walii galaa dhugaa oromoo koo maloo dhisaa mee tokkoo taa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KibbiKatema
@KibbiKatema Күн бұрын
Uuuufeyi bayeni namati toltani waqayo wali galte isa isini jiduti ha bayisu jabadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@UrjiLeta
@UrjiLeta 3 күн бұрын
dubbiin akkanaa kun dubbii jabaadha! kana dhagahuudhaaf gurri keenya gammachuun guuteera! jabaadhaa gama danda'ameen maree akkanaa nuuf jabeessaa! isin lachuu tokko! harmee oromiyaadhaaf dhaabbattu! bara tokko; tokko ta'uun ilmaan oromoo waan oolu miti! hamma danda'ametti jibba wal gidduu naquu dhiisaatii garaa wal hubachuu danda'u qabaadhaa! gara waloo oromootti wal fidaa! isin jibba wal irraa homaa hin qabdan! dhaaba siyaasaa garaa garaa keessa waan jirtan qofatu garaa garummaa uuma! kun ammoo walii galuu sin hin dhorkiin!
@IndiyaKasim-u2l
@IndiyaKasim-u2l 3 күн бұрын
Fanoo akkam taa jirta lataa amma oromoo tokko nuf tatee sikessaa dhukke sirra kafti inshallah
@Kadijaumar-z6m
@Kadijaumar-z6m 2 күн бұрын
Jabadhaa wollii garraa yaa Oromo koo. Qaraa Adani faccauukesani kana argee dinnii achii nusenee mormaa numurree jiraa kenaa ibiddani nugubee amabodaa hadarraa yaa Oromo koo wollccinaa hadhabanuu dinaa kenaa uffirraa hadebiffnuu 😭😭😭😭👍👍👍👍🙏
@BilaalAhamad-v3r
@BilaalAhamad-v3r Күн бұрын
@@Kadijaumar-z6m as wr wb akkam naga keetii kadiijaa tenyaa
@AhmedNuur-ht7kf
@AhmedNuur-ht7kf 2 күн бұрын
Baayyee gaariidha, gara tokkummaa koota, Oromoon tokkummaaf dheebote.
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 3 күн бұрын
Yaa rabbii ijoolee kana tokkumma nuuf tasisii rabbii tokkoo isiin yaa tasisuu😢😢❤❤🎉🎉
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 3 күн бұрын
Amen amen amen
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 3 күн бұрын
@gelayeeticha-wv9ed 💖💖😘
@AsAw-tb3mn
@AsAw-tb3mn 2 күн бұрын
Rabbi waali nuu haa galchu ummata koo rabbi Guma ummata kaan haa kafalu
@emmaboshiha8506
@emmaboshiha8506 2 күн бұрын
Raabbin isin haa tokkumuusuu ❤❤❤
@siifaansalale2786
@siifaansalale2786 3 күн бұрын
Waaqayyo tokkoo siin haa tasisuu ❤❤❤
@ALl-rz5vy
@ALl-rz5vy 3 күн бұрын
Yaa waaqayyoo oromoo too tokko naf godhi ummata warra fando jedhamu tana lafarra nuu ballessa orotoo jabadha waqayyo tokko Sina godhu❤❤❤
@MakyaKawet
@MakyaKawet 3 күн бұрын
Rabbumaan nufi haa birmatuu inshaallah 😭😭😭😭
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
Warrii motuummaa gargaruu milikiin garuudhaa
@user-jesus1234
@user-jesus1234 2 күн бұрын
Wow akkam namatti tola mariin garuu oromoon of beekuu fi of ta'uu qaba, saba isaaf quuqamuu qaba
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
Rakkoo oromoo guddaani abiyyii isnihoo maal jeettani
@gasharetuute6912
@gasharetuute6912 3 күн бұрын
Mootummaa Garbooffatammaa Nafxanyaa Minilikii Nuuttii WBO dhaa Dagaaraa Bilisummaa kanii caallee Hiiniijiiruuyee Waaqqayoo Gadiittii!!!!!!!
@KiaKanani
@KiaKanani Күн бұрын
Yaa laamii koo waali gaala waali gaalan alaa gaalu jedhaa oromooni
@MuseFir
@MuseFir 2 күн бұрын
Ammaa walii galaa dhukkee irraa kaasaa ijjoollee Oromoo.
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
isaanu manaa iromoo yeroo gubdan arginee jirraa
@AbdiJihad-l6r
@AbdiJihad-l6r Күн бұрын
Atoo ijibtiin jiraatta maaliif akka waan bosona oromiyaa jirtuutti dubbataq wob deegaruun.gaaridha garuu akka waan wbo taateeti hin dubbatiin yakka waan ta'eef ahimad ati ijibtiin jiraata
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Күн бұрын
Aangoo tikfachuuf Qulqulloota meeqa ajjeessaa jiru warri pp Maaloo Uf baraa obboleewwan
@dabalezode3702
@dabalezode3702 3 күн бұрын
Waaqayyo tokkumma nuuf kenni hadara😢😢
@JaletaAme
@JaletaAme 2 күн бұрын
Wannii itti jirtaan bareeda dha jabaadha
@ilma.walloo-p3o
@ilma.walloo-p3o 3 күн бұрын
Umata deebi'ee wal dhaatu oromo wallahi dhugaa Rabbii oromo itahun kiyya bayyee na qanfachiisa
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 2 күн бұрын
Polisiin oromiyaanuu maana miskinaa meqaa ittii gubee abidaa ittii qaabsisee shaanee nyaachiiftuu jedhaanii lubuu namaa meqaatuu gaalaafaataamee maanasaaraa ariyaamee HBO nis mutumaa faanaa demaa jirtuu jedhaanii miskinaa meqaa ajeesaanii waalaayii haangaa yoonaa obboolleessii abbaa kiyaa maanasaa gaadhiisee iddoo maalettii raakaachaa jiraa ijoolleesaa waajjiin hoorisaa saamaani lubusaa fudhaatee qe'eesaaf maasisaa dhiisee ijjoolleessaa fudhaatee katamaa kesaattii raakkoo gudaa kesaa jiraa kana hundaa kan goodhee shaaneedhaa waarii caakaas waaraanii mootumaas oromoof hin tolee😭😭😭😭😭😭😭
@muzamilusen
@muzamilusen 2 күн бұрын
Jabaadha rabbiin waliif isiin hagalchu
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
Abbaa siyasatuu dubbii ballesaa
@gutemaware8064
@gutemaware8064 2 күн бұрын
Haye warra keenya baga jiratan hundii keessan dhiigaa keenyaa garuu waqaayyoon tokkoo nu haa ta,asisuu bayyeen siin jaaldhe siin laachu garuu
@jamaaljeylaan9801
@jamaaljeylaan9801 Күн бұрын
Isin worri woraanaa bilisummaa oromoofi woraanni mootummaas wolii gallan oromon nagaya.argatte haati teenya obboleesi keenya Abbaan keenya jabaadhaa
@AbbaaFiroomsaa
@AbbaaFiroomsaa 3 күн бұрын
Rabbiif jedhaatii waliif galaa dhiiga ummata keessaniif lubbuu isaanii baraaraa
@Tigest234
@Tigest234 4 күн бұрын
Maaloo tokko ta'a Waaqayyoo sodaa dha adraa ummata Oromoo ilaala arda 😢😢😢😢😢😢😢😢
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
Warrii motommaa gargaaruu diina oromootii
@jamaaljeylaan9801
@jamaaljeylaan9801 Күн бұрын
Garuu mariin keessan marii ummata keessanii waan ta'eef gara worra aangoon irra jiruu hin dabinaa ummataaf marii godhaa jortani galatoomaa
@AshaHshs
@AshaHshs 4 күн бұрын
ya rabii oromoo ko waliigalichii
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Күн бұрын
Amma garuu furmaatatti deemaa walii galaa yoodhugaaf taatan
@Chala-wl4de
@Chala-wl4de 4 күн бұрын
Marii gaarii godhaa jirtan galatoomaa
@ShitayeLolo
@ShitayeLolo 11 сағат бұрын
Waqayyoo isinif wajjin haa ta.u
@BuloNabi-t4o
@BuloNabi-t4o 3 күн бұрын
Oromoon Kenya mootummaa fi woraana adaa billisumma wolii galaa fanno ammaa rifaatuu ishaallh imimmaan harmee tiyya wolii galaa mew
@IjjiggayyoNano
@IjjiggayyoNano Күн бұрын
Dhugaa jetee jiradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Күн бұрын
Oromoof yaadaamee namni diina waliin gamtoome haadha ufii ajjeessuuyyu hinqaanoftu pp 'n akkasitti jirti yoomuu uf hin bartu ijoolleen tun
@Samuelialemayew
@Samuelialemayew 3 күн бұрын
Ana bayyee natii tolee mariin keessaan
@DakteeAhimad
@DakteeAhimad 22 сағат бұрын
Wolon Kenya walini isin jalan
@MuheeHasan
@MuheeHasan Күн бұрын
Jabaadha Rabbiin walifnuuhaagalchuu
@AyalewSedi
@AyalewSedi Күн бұрын
Bayee gamanee osoo wlii galanii dinii qee oromoo hin werwauu
@danielgudu4993
@danielgudu4993 3 күн бұрын
Walaalotaa anii beekaa jedhuu ammansiissuun him rakkissaa
@ObsaMan-l6b
@ObsaMan-l6b Күн бұрын
Waaqayyo tokkoo siin haa tasisuu
@Oromiyaa-t7q
@Oromiyaa-t7q 2 күн бұрын
Raayyaan ittisa abbaa garaati
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 3 күн бұрын
WBO Kan loolluu.multi nationals federalism practical ghauddaff PP fii Fannon kann lola jiran to assimilative & subding power WBO wants self rules &shares . pp wants subding power
@AbdinjiraaAbdinjiraa
@AbdinjiraaAbdinjiraa 3 күн бұрын
Hin sobin nama biyyaa Arabbaa jiruu waranaa Addaa bilisummaa jechuu dhisii shurubaa qabatee Abo wbo Ta'uu hin danda'uu kana bekii wbo mitii degaraa wbo yuu mittii kana ubbadhuu🦵❌❌❌
@BilaalAbdaBilaalAbda
@BilaalAbdaBilaalAbda 2 күн бұрын
Dhugaa kesanii
@Murtiigutoo
@Murtiigutoo 3 күн бұрын
Ijolleen oromo rayya ittisa biyyaa kesssa jiran uffata issanituu falfala qaba!!
@AlmazAraggaa-k1q
@AlmazAraggaa-k1q 3 күн бұрын
waqayyoon nagaa nuuf yaa busuu isinisi rabbiin isin walin yaa tuu 😢😢😢😢😢😢
@AsAw-tb3mn
@AsAw-tb3mn 2 күн бұрын
Rakko gamaa lamaninu jiru marin haa hikaanuu nuu ummani Orommo
@Zaytonq
@Zaytonq 4 күн бұрын
Wbo koo 😭 kanumma dagallattii bellafi dhobu bishanii dandahani wan hin ta in qabanimo wayo kanuma umanii Oromoo beku dadhabe umanile hin jalattani warana motumatu jiba malle 😢😢
@konjitGeleta-d3d
@konjitGeleta-d3d 4 күн бұрын
Maloo bayee namati toltu maloo harka tokko ta,a uuuuufff ❤❤❤
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Күн бұрын
Isin warra gararraa dhiistanii Ufii Walii galtanii Sirnicha Sirreessuu dandeettu Maaloo walii galaa
@muzamilusen
@muzamilusen 2 күн бұрын
Muyaddiin gaafii keetiif waraani bilisummaa oromo ripee lolaadha motumaan biyya biyya bulchaa jiru yoo isaatu mana isarraa abbaadha hanga warabessii maatii isaa manatti ittii seenee nyaata jiru maal eega moo ergaa waraabesii maatii mana guutu nyaate fixee mana duwwa bulchamo? Akkami mee
@BeharuRago
@BeharuRago 2 күн бұрын
Jabaadha sanyii oro
@HadhaaMoii
@HadhaaMoii 3 күн бұрын
❤❤❤❤ tokko isiin Haa godhu
@BontuBogale-y7m
@BontuBogale-y7m 3 күн бұрын
waqqayoon tokko iseen haa tasisuu maloo bayye daasii nama jedhaa yoo akka kannatii mardhitan
@MuhamadAliyi
@MuhamadAliyi 2 күн бұрын
Ziroo gaafin tokoo debinee
@SamSemo-k7k
@SamSemo-k7k 3 күн бұрын
Yaa rabbii dhuga godhii tokko godhii
@FuadAbdurazak-g3z
@FuadAbdurazak-g3z 4 күн бұрын
Akananii walidhufanii walin hasawaanii walhubatanii walii hubataanii walii gaalanii san bodaa walmarii ataanii sabaaf bu'aa Busan
@AlmituuRiqituu
@AlmituuRiqituu 3 күн бұрын
Motumma oromoo bichaa mitii kan buchuu garuu mirgii romoo kabachisu qabaa aboihonii moo lagaa kesaa bahatii garaa abaafi hadha kesantii debi,aa 😢😢😢
@Lomi23Wonder
@Lomi23Wonder 3 күн бұрын
Maloo waqayoo Lalaa tokko nu ta.a
@BosonaCillimoo
@BosonaCillimoo 3 күн бұрын
Ammaa falaasama siyaasaa dhiisaatii faalasama tokkummaa barbaadaa dhiiroo ilmaan oromoo gaafiin oromoo gaafii keessanii yoo walii galtaan abba feetaan teessorraa kaasuu isaa ummanni itti amana tiksuu dandeessu jibba sanyummaa dhiisaa isa dhala namaa miidhuu humna cubbuu dura dhaabadhaa.natti toltu isiin obbolaan karaa waalii banatii roorroo alagaa qoladhaa rakkoo keessaa boodaa fuurannaa haqaaf dhaabadhaa ani faalasama siyaasaa hordofaa injiruu garuu falasamaa nagaa nan feedhaa oromookoo
@Wardah-pk3mt
@Wardah-pk3mt 3 күн бұрын
Yaawaqayyoobiyyaakenyaanagaabusii🤲🤲🤲🤲
@BireBrieBire
@BireBrieBire 3 күн бұрын
Waaqayyoo ararake nuc busi❤❤❤❤
@Meme-s3k
@Meme-s3k 3 күн бұрын
Waaqayyoon tokko isn hatasisu yaa rabbi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@AlmituuRiqituu
@AlmituuRiqituu 3 күн бұрын
Dhugaa ketii qalii namaa❤
@Tigest234
@Tigest234 4 күн бұрын
Dhugaa tokko ta'a tti diinaa in jifaadha
@SudeysiIbrahim-x7i
@SudeysiIbrahim-x7i 3 күн бұрын
Jabadha.itiifufa
@Xjcjg
@Xjcjg 3 күн бұрын
Waqayoo toko sinatasisuu oblewan koo❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Zamzammohamed-x4v
@Zamzammohamed-x4v 3 күн бұрын
Rabii.walli.isii.haa.galachuu.qaalli.waan.koo
@Zamzammohamed-x4v
@Zamzammohamed-x4v 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Zamzammohamed-x4v
@Zamzammohamed-x4v 3 күн бұрын
❤🎉
@MasaratNuguse
@MasaratNuguse 4 күн бұрын
Rabbi tokko isin haa taasisu
@Mekiya-t7f
@Mekiya-t7f 2 күн бұрын
Woobo duraan dhugaa dubbata isin tu sobaa
@Murtiigutoo
@Murtiigutoo 3 күн бұрын
Motumman nama dhuga dubatu hunda fixee nagan rafuu fedha
@FuadAbdurazak-g3z
@FuadAbdurazak-g3z 4 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤oromiyaan nibilisomtii,
@hanatu
@hanatu 4 күн бұрын
Rabii biyaa kenyaa nagaa ha busuu 😢❤
@MatarMatar-v7p
@MatarMatar-v7p 3 күн бұрын
Walii galamee yaa oromoo waqa jalati namni barbachisadha jiraati gogaan irraa quncaa jiraa mormaati qalamaa jiraa gooftan summii kana basaa gidduu kessani isaa Bara miliniki jedhanitu nuuti dhufee isaa milinikire akka senate dhageenya amma garuu ijaan argaa jiraa uuuuuuuf😢😢😢😢😢😢
@danielgudu4993
@danielgudu4993 3 күн бұрын
Biyyaa isaa Jechuun oromoon biyyaa qabaatee?
@danielgudu4993
@danielgudu4993 3 күн бұрын
Saba koo oromoo heduu fi dubbiin siyaassa Ethiopia jedhamtuu hin galee
@Bontuu-f3y
@Bontuu-f3y 3 күн бұрын
nuuf jiraadha issin jalaadha waqaayyoo tokko nuuhaa godhuu,oromkoo amaalee tokkumaatuu nuu basaa,lamiin kenyaa dhumaa jiraa
@Meribekele-f4q
@Meribekele-f4q 4 күн бұрын
Yaarabbi maloobiyikeenyaa Akkawalligaalaangodhii
@shumbeetunaaa
@shumbeetunaaa 4 күн бұрын
Kotaaa rabniii yadaaa murdaaa rabniii isniii haa gutnaaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@hashimabdi-hs3lu
@hashimabdi-hs3lu 4 күн бұрын
❤❤❤❤
@fekadudoboche3151
@fekadudoboche3151 54 минут бұрын
Yaddaa gariidhaa jabbudhu
@HadhaaMoii
@HadhaaMoii 3 күн бұрын
Waali gaalao romoo
@Like-p6c
@Like-p6c 2 күн бұрын
እኔ ከህዝብ የሚል የኦሮሞ ነፃኔት ምንም አላተረፈለትም ከጉዳቱ ይላል መንግሥት ለህዝቡ ምን አተረፌ ከመግድል ዉጭ!
@Murtiigutoo
@Murtiigutoo 3 күн бұрын
ABOn takka sabba kamiin morma muree??
@DanaYousef-j8t
@DanaYousef-j8t 3 күн бұрын
Jabadha injifadha
@BoozAty
@BoozAty 3 күн бұрын
Dhugaa.Dubadhuu.ammayyu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Bontu-vp6hg
@Bontu-vp6hg 3 күн бұрын
Maalo toko ta'a diinaa nura kaasaa 😭😭😭😭😭😭😭
@AlmituuRiqituu
@AlmituuRiqituu 3 күн бұрын
Yes dhugaa ketii
@jamaaljeylaan9801
@jamaaljeylaan9801 Күн бұрын
Marii gaariidha obboleeyyan koo sanyii goototaa nugammachiiseera
@HasanMamud-v8q
@HasanMamud-v8q 2 күн бұрын
👩‍👧‍👦woli galan alaa galan✊
@DawitMamo-s1f
@DawitMamo-s1f 3 күн бұрын
Maaloo orma dhiisaa walii galaa
@AbdiiSabaa-q4e
@AbdiiSabaa-q4e Күн бұрын
Deeggartee duute mootummaa Ufhin beeknee Wayii
@HisaneMhuade-k7j
@HisaneMhuade-k7j 2 күн бұрын
Kunii.sobaa.Haatuudhaa.atii.ergii.motumaakaandeegaartee
@MegarsaAhmed-p3e
@MegarsaAhmed-p3e 2 күн бұрын
Kana baqqaa saba ko❤
@AbdulazizGadullaa-pb3lq
@AbdulazizGadullaa-pb3lq 3 күн бұрын
Dhugaakeeti
Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti mallatteeffame.
6:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 58 М.
Lazy days…
00:24
Anwar Jibawi
Рет қаралды 8 МЛН
Why no RONALDO?! 🤔⚽️
00:28
Celine Dept
Рет қаралды 97 МЛН
SIZE DOESN’T MATTER @benjaminjiujitsu
00:46
Natan por Aí
Рет қаралды 7 МЛН
Deadpool family by Tsuriki Show
00:12
Tsuriki Show
Рет қаралды 3,5 МЛН
OMN   ODUU  MUDDE 1, 2024
21:22
OMN
Рет қаралды 17 М.
OMN Horn Odeessaalee Sadaasa 28, 2024
1:02:21
OMN
Рет қаралды 27 М.
OMN ODUU - SADAASA 29, 2024
21:45
OMN
Рет қаралды 36 М.
Lazy days…
00:24
Anwar Jibawi
Рет қаралды 8 МЛН