RNH 552, February 2, 2020 Soora Qalbii

  Рет қаралды 7,791

Nuuralhudaa

Nuuralhudaa

Күн бұрын

Пікірлер: 108
@samiratiyya5431
@samiratiyya5431 5 жыл бұрын
Wa'aleykum salami warahmatullahi wabarakatuhu ﷺ Masha Allah tabaraki Allah Rabbi galani haa gahu obbolesa fi obboleti kenya rabbi baga isani gamachise rabbi sheeyxana nama jidu senu hunda haa qabu salphata Alhamdulillah
@warqiwarqi5803
@warqiwarqi5803 5 жыл бұрын
As war Wab maashaa Allaah maashaa allaah Jabaadhaa hojii gaarii irra jirtan wallahi dhugaa dubbachuuf gaafa iyyannoo obboleessa keennaa San dhagehe hedduu gaddee yaa rabbii gammachuu isaa nu dhageessisi jedhe alhamdulillaahi Rabbiin ammallee Nagayaan walitti haa deebisu
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Alhamdulillaah
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486 5 жыл бұрын
Bagaa nagayaani nu debitani ya Hayotaa tenaa wollaah bayee isin yanee ya ustaazotaa tenaa isin jalanaa garuu Rabbiin nu calaa isin ha jalatuu insha'Allah
@alhmdullha4058
@alhmdullha4058 5 жыл бұрын
Rabiin wolitii jaraa ha debisuu insha Alha
@ramaryaarbu475
@ramaryaarbu475 5 жыл бұрын
Wa wr wb maashaa Allaah Maashaa Allaah maashaa Allaah Rabbiin isinrraa hajallatu JZK
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 5 жыл бұрын
WL Wr WB mashaa Allaah Rabbiin isinii irraa haa jaaltuu ustazottaa tennaa qaqaalii umrii dhertuu Rabbiin isinii haa kennu amiiiin Alhuma amiiiin yaa Rabbii hedduu hedduu isinii jaladhaa Rabbii jechaa sagantan kessaan hedduu nama gamachisaa itti nuhu fuffaa inshallah Fariya and Abdul laxifi Abdur Nasir akkusuma worrii qoppii kana fakkatuu nuhu qophesitan Rabbiin jazzaa kessaan jantan isinii haa debisuu Alhuu akkuber.
@aann2192
@aann2192 5 жыл бұрын
Mashaaallaaah Mashaaallaaah Mashaaallaaah Rabbiin ummurii keysaan nufaa dherreesuu
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@salihaqandulaxif1837
@salihaqandulaxif1837 5 жыл бұрын
Maashaalaa tabaraakaala raabiin isiniraa haa jallattuu dhadachaa jallalaa haraa keesattii waheen obboleti tenafi obbolesaa keesa namaa bochisaa raabiin walittii haa debisuu sheyxanii akkatii addan namaa baftii yaa raabii nu tiysii
@faxiimaafaxiimaa7615
@faxiimaafaxiimaa7615 5 жыл бұрын
Wl wr wb Mashaa Allah mashaa Allah
@tawakaltualahii9852
@tawakaltualahii9852 5 жыл бұрын
Waleekum salaam warhmaatulaahi wabarakatuhuu nooruu kabajamtoota keenya qaqalii kamiisa hedduu isiin egaa ture alhaamduuilaha bakkuma jirtaniiti raabbii keeyrii bal,dhoo keessati tiiyfate insiin nuuf haa tiiysuu inshaa,alaha
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@alawiyamozamel4727
@alawiyamozamel4727 5 жыл бұрын
Wa'aleeykumasalam waramatulahi wabarakatuahu jazakaallahu keyran
@faaxumasaafawo4032
@faaxumasaafawo4032 5 жыл бұрын
Masha Allah Rabii siin iraa haa jalatuu
@nanattiarsiioromoo7630
@nanattiarsiioromoo7630 5 жыл бұрын
Walekum wassaallam warahmatullaahi wobarakaatuhuu Maashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Rabbii isiniraa yaa jalatu barumsaa heddu isiniraa argatta jiraa rabbin umrii kessanii nuu haa dheressuu
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Aamiin, Jazaakumullahu khayran
@alhamdulillahrabbilalamin6237
@alhamdulillahrabbilalamin6237 5 жыл бұрын
Walleykum salaam warahamatullah wabarakatuhuu masha allah rabbin isin irraa haa jaalatu insha allah jaaza keessan rabbin jannatan isin haa deebisu
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭baggaa Rabbinii wolitii issanii debbisses alhamdulilhh wollahii Sallallahuu alley wassallmii Jazzakhallaa Insha'Alhh 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486 5 жыл бұрын
Mashaallaah tabarakalaahu mashaallaah mashaallaah mashaallaah alamdulilh wolaah aani bayee gamdee jaraa saninif aboo Rabbiin isiniti ha gamaduu italaa aka tetii Rabbiin nu ha bayisuu
@asiyaabdulqader6297
@asiyaabdulqader6297 5 жыл бұрын
Walkum Salaam waramatulahii Wabarkatuuh Mashaa Allaah Tabarakallaah jzk
@kurulusosman8550
@kurulusosman8550 5 жыл бұрын
Mashaa allaaha tabaarakallaaha hedduu namatti tola Rabbiin jannataan isin haaqananiisu garu gaafii qaba dhiifamaa wajjiin sagantaa tafakura tana sila video nuu gootanii
@عايشهعايشه-ي2ي
@عايشهعايشه-ي2ي 5 жыл бұрын
Mashaallah mashaallah bagaa nagaya nu deebitanii ❤❤
@makagojam6709
@makagojam6709 5 жыл бұрын
As wr wb mashallaha mashallaha badaa namati tola wollahi 👍💝💝💝💞💞
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh. atis galatoomi
@nafisaaqaso8944
@nafisaaqaso8944 5 жыл бұрын
Assallaa waleyekumi wrahamatulhi wabarakatuuhu Mashaa Alhaa mashaa Alhaa Jazakalhaa Jabadhaa Rabin bakuma jirtaniti ija Rahamatatin isn haa ilalu
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Allaahumma Aamiin. guddoo galatoomi
@makidafanoo7501
@makidafanoo7501 5 жыл бұрын
Maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah Rabbinni isnni irraa haajallatuu inshaa Allaah Jzkl
@amunmusa964
@amunmusa964 5 жыл бұрын
Masha allh
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 жыл бұрын
Wl wr wb Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'AlhhMasha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'AlhhMasha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh Masha'Alhh
@siifuufayyiso5902
@siifuufayyiso5902 5 жыл бұрын
Mashallaa mashallaa baga nagaya nu debitani
@alhmdullha4058
@alhmdullha4058 5 жыл бұрын
Jezan kesaan jenataa insha Alha
@firdowsrashad9993
@firdowsrashad9993 5 жыл бұрын
Wl wr wb Masha Allaah masha Allaah baga nagaan wolitti deebine baga dhutan
@ruqiyyaausmaan7806
@ruqiyyaausmaan7806 5 жыл бұрын
waleyiku'massallam warahmaattullahi wabaraakattuhu Mââshãã Âllââ mediyaan Nuuralhudaa Soor Qalbii Muslimaa heduu ittii gamanee jirraa barusaa hedduulee irraa argata jirraa.Qobessitoota Qophii Nuuralhudaa heduu galtoomaa Rabbii umaari kessan issiin haa dheresuu inshaa allah
@dliilkadir4401
@dliilkadir4401 5 жыл бұрын
As wr wb jirtuu anii amaata 4 sini waliin jiraa maamiile kesaan yaroomarati garuu Amma wain siniti himaadha fi dhuufee jalqbaa Muhammad siraaj maliif badee tolee anii biyya namatiin jiraa hatii tiyaa qaroonko isimalee kan in arkiine turee gafaan biyaa bahuu bayye na dhukuubu turee hatiikiyaa akkas nan jeete nafii atii wiilii wal hin gaarru nan jete dubiin ishees dhugaa ta'e hatii tii yaa balaa konkoolaatan boqaate Aduniiyan kuullin waan dhuume natti fakaate garuu Raabbiin gaafa balaa namtti buusu duraa obsaa namatii buusa obseen ji'aa muraasa booda intaala bareedu takaan arkadhee abdi koo hunduumà isirran kayyadhe gadda hadha tiyaas isittin obsee anii Saudi Arabia tiin jiraa isin garuu biyya biroo jirtii amaata tokkofi batii muraasa dura nikaa godhaane isiniis biyya ti galen dhuufa jettee garaa biyya galtee kaniis nii ciime anii humnaaol wanin jaladhuuf obssa dhabee egaa isiniis galte abaan shee mahrii ka duraarra ciimse 2 faa naagafate yoo mahrii kana keenu baanan akka karaa faksiitiin srra hikaa nan jedhee anii isi dhabuu waan hin dandeenyef tolee jedhee Amma isiinis gallaan na dagaate aniis galuuf abaan kiiya mana waan kobaa jiiruf na tasuuma siif jaruu hin dandau nan jedhee ijoole xixiiqoo walii manakeesa jiirata mana hin qabnuu akkan hin gellef danqaa natii ta'e isiin dhuufuf kaaraan cuufa natii tae Dr liwaul islaam biraan naf gaa fariiha atiis abduullaxif atiis hundaa keessan Raabbi fi jeechaan hundaa keesan jaladhaa oboleewan midiyaa kana ordooftan martii du,'naaf godhaa rakko hamaa kessan jiraa amana As wr wb maqaakiiyaa d=i) godhaa hundaa ihn himinaa
@hayataliyii2561
@hayataliyii2561 5 жыл бұрын
Maashaa Allah rabbiin isiinirra haa jaalatu jzk
@dubaiprince6291
@dubaiprince6291 5 жыл бұрын
Assalmlekum woramatulhi wobarakatu media nuralhuda sora qalbi musilimaa imimman qabachuun dadhabbee mucayyoo ABBA mana debbi jette dhagahe😭😭💗💗
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
@radyaherbo4514
@radyaherbo4514 5 жыл бұрын
As wr wb akaam nagayaa jirtuu mee Lakkossaa dhadachaa jallalaa itiin Qunamuu naaf ergaa 😭😭😭☝️☝️☝️
@na3emana3ema83
@na3emana3ema83 5 жыл бұрын
صلي الله عليه وسلم وعليكوم اسلم ورحمته الله وبركاته Maasha'allah baga nagaan nuuf deebitanii bakkuma jirtanitti rabbin tikaa ofii jala isin haa kewwatu🌹🌹🌹❤❤❤❤
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Aamiin
@alhmdullha4058
@alhmdullha4058 5 жыл бұрын
Wl wr wb masha Alha Rabiin isiniraa ha jalatuu bagaa nagan debitaan
@obsiifurtuu.jireenyatii6633
@obsiifurtuu.jireenyatii6633 5 жыл бұрын
Ws.wr.wb Mashallah mashallah rabbii isiniraa.hajalatuu.wanii.garii..isi jzk
@islamummaanfurmaatadhalail9339
@islamummaanfurmaatadhalail9339 5 жыл бұрын
Ani haa dhufuu Barakallahu fikum
@abdurahmanyasin1216
@abdurahmanyasin1216 5 жыл бұрын
Www masha allah baga ngyn deebitan
@ameenaabdullah5727
@ameenaabdullah5727 5 жыл бұрын
AssAllaamuu Alleeyhum waraahmatuullaii wabarakatuu jzk mashallah mashallah mashallah mashallah
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486
@hadhaakalidiibinuabduljaba9486 5 жыл бұрын
Walekumisalam waramatulaah wabarakatuu aleeni ya sorataa Qabii kenyaa ya Nuura hudaa. Ya Gagariwaani kenyaa
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Galatoomi atiis
@sabbuntuarsii9347
@sabbuntuarsii9347 5 жыл бұрын
Mashaallaah mashaallaah ❤❤❤😘😘😘
@mashomasho2887
@mashomasho2887 5 жыл бұрын
Wl wr wb mashallah tabarakallah Baga nagaan Nuuf dhuftan Qaqqaliiwwan Kenya Rabbi jazaa keessan jannata isiniif hagodhu 😍😍💕💕☝️☝️
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@moamoa9110
@moamoa9110 5 жыл бұрын
Ws Wr Wb Baga Nuuu Jiraattan Irri Ansuudhan Xummuraa Mucaa Warra Xaddacha Jalalaa rratti Dhihen Sitan San Dhumaasa Nuf Himaaa Amaana Aleykum Kan Hojjattu Satti Zina Dalagesan Salamun Aleykum Ajmain
@hayatabintzakeri7468
@hayatabintzakeri7468 5 жыл бұрын
Wl wr wb Mashaa Allaah
@homemashaaAllaahmashaaAllah
@homemashaaAllaahmashaaAllah 5 жыл бұрын
Mashaa Allah hojji gari iraa jirtaan jabadhaa rabbii isiin haa gargaruu isii jaladhaa hundaa kessaan rabbii f jechaa❤❤❤❤👌
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Rabbiin isaaf jecha nu jaalatte si haa jaalatu
@jeylannure5465
@jeylannure5465 5 жыл бұрын
Wa aleykum assalaam warahmatullaahi wabarakaatuh baga nagaan nuudeebitan!
@chitanib2248
@chitanib2248 5 жыл бұрын
bagaa nagaan nuufi dhuftaani RNH❤️❤️☝️☝️
@iapps8189
@iapps8189 5 жыл бұрын
Welcome baga nagyan dhuftan
@siyaamon2282
@siyaamon2282 5 жыл бұрын
Mashaallah mashaallah mashaallah 🤗🤗🤗🤗🤗😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@shitayedasta3132
@shitayedasta3132 5 жыл бұрын
Aslamualeykum Worhamatalla wobarakatuu mashalla tabatakallaa bagaa rabi navayanii isinii jebise
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
@zamuusuleman2680
@zamuusuleman2680 5 жыл бұрын
صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته ماشاء لله تبارك الله ماشاء لله تبارك الله ماشاء لله تبارك الله ماشاء لله تبارك الله Ahleeen fikum qobesitotaa nuralhuda Rabbi siniraa haa jalatuu midan kesan janatan sin haa debisuu inshaa allah 👍👍👍👍💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Allaahumma Aamiin, atis galatoomi
@0000-z4e
@0000-z4e 5 жыл бұрын
Namaa akkanaa arigachuun kunuu kenaa rabbbitt
@lii4842
@lii4842 2 жыл бұрын
MashallhS....L.....M❤🌹🌹🇪🇹❤🇸🇦
@radyaherbo4514
@radyaherbo4514 5 жыл бұрын
Ws wr wb Mashaa Allaah Mashaa Allaah bayee namatii tolaa Qopiin kessaan nuuf jiradhaa
@sabontuarsiiarsii2843
@sabontuarsiiarsii2843 5 жыл бұрын
Wa wr wb akkam ngh jirtan baga ngh dhuftan ani garuu gafi qaba iyyanno kiyya barese durale furmata hin argane
@amiinahhussein6191
@amiinahhussein6191 5 жыл бұрын
Baga naga nudhufttaan
@mohamedsalem4333
@mohamedsalem4333 3 жыл бұрын
👫👫👫👫💋💋💋💋
@afiiznuruu8168
@afiiznuruu8168 5 жыл бұрын
as wr wb maashalaa baayee namaati tolaa jijiiramni
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Galatoomi
@nadhiisufiyan
@nadhiisufiyan 4 жыл бұрын
Mashaa Allah
@OroQueen
@OroQueen 8 ай бұрын
Maashaa Allaah Tabaarakallaa wallaahi sagantaaleen hundi hedduu nama tola Ani taatoota Diraamaa Qophii Sora qalbii keessa hojjadha Diraamaa baayyees Wajjiin hojjadhe garuu amma keessatti biyya ambaatiin jira akka carraa tahe Hiriyyota kiyya mara Arkachuu hin dandahu please akka Diraamaa Kun Itti fufu Haala mijjeessaafi Kabajamo Artst Caayaa Ibrahin (Abduljawad ibrahim) mujaahiddin Haro please Diraamaa Niti dalagaa turre san ammallee itti fufaa Karaan ittin isin qunnamu dhabe aniis taatoota Dirana Icciti jiteenya taatoota diraama Filmaataafi Diraamaa Araaramaa Waliin hojjannee jirra ammallee itti Fufaa please
@amiinahhussein6191
@amiinahhussein6191 5 жыл бұрын
Masha allah jzkr
@mohamedsalem4333
@mohamedsalem4333 3 жыл бұрын
huytbj 😈🌙🍉✈
@sumayyaaoromoo2053
@sumayyaaoromoo2053 5 жыл бұрын
mashaa allaah
@محمدمحمد-ز7و5ض
@محمدمحمد-ز7و5ض 5 жыл бұрын
Ws wr wb. Bagaa nagaaya nuuf debiitan. Haali jijiiraama nashiidalee heduu namaati tola
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Galatoomi
@alfiyajamel1975
@alfiyajamel1975 5 жыл бұрын
Mashaa allaaa r n h bayee namtii tolaa aknumtii itii fufaa wolayii wanii ajibatii woronii doktoraa bayee tokko waa irftanii baraa 19? 99 adadaa tiyaa dahumstii obrsonii detee garuu guyaa jalqabaa maqasii kesatii irftanii garuu buli 15 bodaa yoo marmarnii maqasii kesaa jiraa jedhanii lamafafii garaa baqasni garuu isinii garaa akiraa demtee jirtuu hin dandenee ilmoo islee wolumnii garaa akiraa demtee malii gonaa hunduu hojii rabtii rabii isii haa ararmuu 😭😭😭😭😭😭
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Innaalillaahi Wa'innaa ileyhi raaji'uun. Rabbiin Rahmata haa godhuuf. Rabbi jannataan haa qananiisu. hedduu nama gaddisiisa.
@alfiyajamel1975
@alfiyajamel1975 5 жыл бұрын
@@Nuuralhudaa jzk
@dliilkadir4401
@dliilkadir4401 5 жыл бұрын
Maqaako midiyaa rrati hin imina
@sumayiasumayia2644
@sumayiasumayia2644 5 жыл бұрын
Aslamaleykumisalami waramatulahwabarakatuu Alen hayotaa kenya JZK
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
@محمدمحمد-ز7و5ض
@محمدمحمد-ز7و5ض 5 жыл бұрын
As wr wb formiin malii? Mee naaf himaa. Anuu yaada qaba kan iciiti. Karaa kamiin formii kanaa baruu dandaa'a????
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam warahmatullaahi Wabarakaatuh. kunooti foormiin iccitii nuuralhudaa.com/iyyannoo
@ndhsj5845
@ndhsj5845 5 жыл бұрын
As wr wb
@hafizmahammad906
@hafizmahammad906 5 жыл бұрын
diraamaan baayyebareda galatoma
@hafizmahammad906
@hafizmahammad906 5 жыл бұрын
واليكم سلام ورحمه لله وبركاته
@samiiraasanyiioromoo9888
@samiiraasanyiioromoo9888 5 жыл бұрын
Akkamii nagahaa dhufitani
@tawakaltualahii9852
@tawakaltualahii9852 5 жыл бұрын
👍👍👍❣❣❣💪💪💪
@amiinkamal9464
@amiinkamal9464 5 жыл бұрын
Màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa jabadhaa rabbiin isni biraa haa jiratuu
@amiinkamal9464
@amiinkamal9464 5 жыл бұрын
Màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh màashaalh tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa tabarkalaa jabadhaa rabbiin isni biraa haa jiratuu
@mariyamoromo1410
@mariyamoromo1410 5 жыл бұрын
Ws wr wb🌹👍💪❤
@muhammadmm8304
@muhammadmm8304 5 жыл бұрын
As wr wb akkmi Naga qabdani Mali gafin iyanoo kuni dhiyate taremii?????????????????
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
Wa'aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh. ee iyyannoon amma dura dhihaatee jira. garuu sababaa irra deebineef qabna. sagantaa guutuu dhageeyfadhu.
@محمدمحمد-ز7و5ض
@محمدمحمد-ز7و5ض 5 жыл бұрын
Ws wr wb. Mashaa alla masha alla masha alla mashaa alla. Heduu namaati toltaan. Iyyaannoo haraaya kesuumeesuuf demtaan kana. Karaa bareefamaa whatsppitin yoo qebaaltaan ho? Maqaa nin himaana dharaa ta'uuf ykn dubaarti ta'u irra. Karaa linkii isiin nuuf ketaan saniin yoo yerooma saniiti bareesiine hin argiin. Achii kessa banaan ni badaa. Irraa na debi'a naa bareesa jedhaa. Kanaafu karaa bareefamaati yeroo dheraa wan fudhaatuuf osoo karaa whatsapp tin nuuf hayyamtaan ho? Anii akka dhunfaa kiyyati maqaa kiyya fi saala kiyya nin himaadha. Me wan kanaa nuuf lalaa. Sagaale woraabuuf daqiiqaa heduu ta'uutu malee. Mee debiin naaf kenaa yaa akwaan. Galaatooma
@محمدمحمد-ز7و5ض
@محمدمحمد-ز7و5ض 5 жыл бұрын
Karaa linkiitin yoo kessa bahaan itti debii'a ni badaa. Yeroo heduu akkas na harkaa ta'e
@samerasamera1133
@samerasamera1133 5 жыл бұрын
Baga nagan nuu dhuftan urjiiwwaan keenyaa
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 5 жыл бұрын
iyyannoo karaa lameeniinuu ni qeeballa. namni whatsapp irraan iyyachuu fedhu karaa whatsappiitiin haa ergatu. namni foormii irratti iyyachuu fedhus foormii irratti haa iyyatu. hunduu akka isaaf laafetti yoo nuf erge ni keessummeessina. namoonni gariin karaa whatsappiitiin iccitii isaanii dubbachuu hin fedhan. whatsappiin lakkofsa namaa mul'isa. kun ammoo iccitii eeguuf gaarii miti. kanaaf karaa lameeniinuu qeeballa.
@محمدمحمد-ز7و5ض
@محمدمحمد-ز7و5ض 5 жыл бұрын
@@Nuuralhudaa dhugaa kessan. Silaa yoo kan sagaaleen ergaatan ta'e kallaatimaan isiin biraa gayaa? yk usmaani fi fariyaa biraa. Kallatiin mo nama ykn namoota biraa bira demee isiin gaha? Bakka kanaa naf debiisa dhifaama woliin. Akkasuma karaa formiitin yerooma isiin hayaa gotaan qofaa mo yerooma kamiiyu ni kesuumeesiitan? Debii naf ladhaa barnoota formiitifiis heduu galaatooma.
@samiiraasanyiioromoo9888
@samiiraasanyiioromoo9888 5 жыл бұрын
Wa er.wb
@juharmuhamadhasan6196
@juharmuhamadhasan6196 5 жыл бұрын
ابو بيلا اهلين
@kadejamohamed3057
@kadejamohamed3057 5 жыл бұрын
🕋🕋☔💞💞💞💞💞💞💞
@nuurallslaamtube2997
@nuurallslaamtube2997 5 жыл бұрын
🌹🌹👍👍👍🌹👍🌹👍🌹👍👍👍👍🌹👍
@zahrahajii3977
@zahrahajii3977 5 жыл бұрын
😍
@mawardimahamadi
@mawardimahamadi 2 жыл бұрын
m
번쩍번쩍 거리는 입
0:32
승비니 Seungbini
Рет қаралды 182 МЛН
RNH 915, January 13, 2025 Soora Qalbii
18:21
Nuuralhudaa
Рет қаралды 20 М.
RNH 567, March 22, 2020 Soora Qalbii
53:57
Nuuralhudaa
Рет қаралды 7 М.
Sheikh Abdurazaaq gorsa bareedaa
16:23
Furtuu multimedia
Рет қаралды 1,5 М.
RNH 916, January 16, 2025 Jaarmaya Bultii
39:57
Nuuralhudaa
Рет қаралды 5 М.
CORAN POUR DORMIR QUI APAISE LE COEUR (Recitation magnifique) 2021
1:31:41
DOUAA PROTECTION
Рет қаралды 15 МЛН
RNH 913, January 6, 2025 Soora Qalbii
16:53
Nuuralhudaa
Рет қаралды 19 М.