Haayuu nama obboo ashaanafi please naaf debisi comment kana ani dreams kiyaa fawodeshin hundessee ijoolee hadhaa abbaa qabne barsisuudha anis abbaa qabuu abbaa dhabun hangam akka nama midhuu argeraa kanara ka'u kitabaa gumchaa abbaa jedhuu baressee harkaa qabaa kitabaa koo keessaatis waayee tola oltuumaa baay'ee baressee ani garuu maatii koos bakka abba kootii bu'e ittigafatamuma fudhee obboleyan koo barsisaa harme tosi gargaraa jireenyaa koo jijjiraa jiraa galin kiyaa offi fi matii koo irraa darbe namootaa biraa gargaruuf hin ga'u ani garuu tola oltuumaa maatii koo qofaa gargaruu osso tane maatii koo irraa darbe namoota biraas gargaruu fedhaa walumaagalati dhabaata fowedshin maqaa abbaa kootiitin hundessee namoota gargaruu fedhaa akkamiti dreams koo kana dhugumsaa ani biyaa arbaa jiraa amma please gorsaa xiqoo naaf keni🙏
@DavidKass-t3mКүн бұрын
Mr ashenafi if you see this comment i wanna say i have sent an gmail to you about my great business idea and i just did everything based on you teach and i want your final review please....and i am 18 so i need your feedback please!