Sa'ad Awall: Sifoolera ** NEW ** 2017 Oromo Music

  Рет қаралды 256,287

Oromp3

Oromp3

Күн бұрын

Oromo Music : Sa'ad Awall - Sifooleera (Official Video)
RE-UPLOADING THIS VIDEO IS PROHIBITED!
Sirba kana bakka biraatti fe'uun dhoorkaadha! #OromoMusic Oromo music #OromoSong #OromoSongs Oromo traditional songs Best Oromo songs Popular Oromo songs Oromo folk music Oromia music #OromiaMusic Oromo cultural music #TopOromoSongs Top Oromo music videos #OromoMusicVideo Oromo music legend Oromiffa songs Famous Oromo singers #Oromp3 Ethiopian music Oromp3

Пікірлер: 296
@orolove7599
@orolove7599 7 жыл бұрын
አቤት ድምፅ ,አቤት ዜማ ,አቤት ግጥም እና አቤት ዘፈን wawoo። ብቻ ነዉ ።Galatoomiiiiiiiiiiii
@Hassan-vg2om
@Hassan-vg2om Жыл бұрын
❤❤
@ኦሮሞነኝከውሎካምሴ
@ኦሮሞነኝከውሎካምሴ 7 жыл бұрын
abshir ilmaa biyya koo rabbi bilisumma ijaan sii haa agarsisuuu saduyee dhugumma gubbanee yaa wan ofii umrii nuf dheradhuu😍😍
@adamyusuf9040
@adamyusuf9040 18 күн бұрын
Oromoon hundii sa.ad kenyaa biraa nuuf dhabaadha
@adamyusuf9040
@adamyusuf9040 18 күн бұрын
Yeroon bobaahe aree enyuu siraa naabusa hangaa har.as soddaa mitii kan na ajeechisee obsaa galatomi sa.ad kenya nuti sijaalana ijooleen batee siraati dhumnaa❤❤❤❤❤
@obsaahuseen3158
@obsaahuseen3158 7 жыл бұрын
Like tuquu hin dagatinaa sirba afaan oromoo yeroo caqastan. Sa'ad keenna jajjabaadhu dhugumatti guggubanne
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645 7 жыл бұрын
iliyaas huseen Sif like godhee
@obsaahuseen3158
@obsaahuseen3158 7 жыл бұрын
abdiinkoo rabbii abdiin koo rabbi galatoomi
@SaFff-gp5xx
@SaFff-gp5xx 5 жыл бұрын
Leki sii tuqee sanyii orommoo leki leki 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷garaa koo araee araee
@burtukanabarashad7597
@burtukanabarashad7597 4 жыл бұрын
Wwwwwwwwww🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 4 жыл бұрын
Sin wal'aaluu naaf galee deemi narraa....Hamtuun sin argin gooticha keenyaa, Artist Sa'aad
@firaolbuta3521
@firaolbuta3521 7 жыл бұрын
)((( እውነትም ጉበኔ !!! ወላጅ አይኑ እያየ ልጆቹ ሲቀጠፉና በእስር ሲማቅቁ እንደማየት፣በአልተማረ መሐይም ጦር በማንገቱ ብቻ እንደመተዳደር እና እንደመገዛት በዚች ምድር ላይ ምን የሚያቃጥል ነገር አለ ???
@orolove7599
@orolove7599 7 жыл бұрын
Wawoooooo maal kuun akka aja'iiba namaat toolla best of best
@noormakamreh8649
@noormakamreh8649 2 жыл бұрын
Gotaa kenyaa umuri nuuf dheradhuu wayo sagalee kee 💕💕💕💕💕💕💕💕
@sabontuwalloo4444
@sabontuwalloo4444 2 жыл бұрын
Amaa nujalaa hidhameera😭😭😭
@noormakamreh8649
@noormakamreh8649 2 жыл бұрын
@@sabontuwalloo4444 dhugaa jetaa moo malif sagalee tanefi oromon homaa dhagenyee qaxaa moo sanyi
@sabontuwalloo4444
@sabontuwalloo4444 2 жыл бұрын
@@noormakamreh8649 dhugaadha yero loli tigraay walloo esnani bahan san oromon walloo shanee jedhamani hidhamani jiraan sa'ad awall wara shanee jedhame hidhame keessaa isaa tokko😢
@lkioubosafe5771
@lkioubosafe5771 4 жыл бұрын
😍😍 ሣቦና ብያ ኮት ሠድ አዋል ዋሎ ባቲ የጅዳ ሣፋር ልጅ 👍👍💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤
@abbicho1618
@abbicho1618 7 жыл бұрын
Sa'aado baayye namatti tola 👌 Ergaa cimaa qabas Jabaadhu jajjabeekoo💪
@oromiyaabiyyaaabbaakoojitu161
@oromiyaabiyyaaabbaakoojitu161 6 жыл бұрын
Gallani kee billisummaa haa ta,uu 🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪🇾🇪🤜🤜💪💪💪💪👍👍👍👍lenca oromo
@ililiioromo8563
@ililiioromo8563 7 жыл бұрын
Wow hedduu baredaa sirboonii kee galatoomii sanyii koo hamtuu si hin argiani sagaale tuni sirraa haa tursisuu 😍😍😍😍😘😘😘😘
@zenatyesufyesuf87
@zenatyesufyesuf87 5 жыл бұрын
የሰፈሬ ልጅ ምርጥ የጅዳ ሰፈር ልጅ ምርጥ ስራ ነው ውዴ
@olumaroba3108
@olumaroba3108 3 жыл бұрын
Zenat Yusuf Yesuf ,is this singer ( musician), who played Gubee Lole? Can you please tell me why on wheelchair? Please I need information
@muleabdissa1437
@muleabdissa1437 7 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Nuufi jiradhuu sanyii ofiiiiii, jabadhuuu Qomoo Koo
@oromodiscoverkiya2949
@oromodiscoverkiya2949 7 жыл бұрын
kee naa gallu toolli kee sii barren jirra ..... wow what can we do man you are on point
@zelalemtemesgen1398
@zelalemtemesgen1398 7 жыл бұрын
Oromodiscover kiya yaa sa'ad barredu qacalle dhiraa kessaa kiyya waan bayye naa kastee sa'ad i respect you more really atii jechuun kutatuu namatii abbo naaf jiradhuu naggaf nagenyaan siif hawaa gubatte dhugaa jette gubba kee kessi kiyyas bekka mee kan waqayoo haa callu bonaa dhiraa miss you really::
@boonaawalloo9428
@boonaawalloo9428 2 жыл бұрын
free Artist Sa'ad Awal fi Ummata Oromoo 😭😭😭😭
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 3 жыл бұрын
ዋዉ ነው ቆንጆ ያገሬ ልጅ 😍😍😭😭👌👌👌👌😥😥🙏🙏🙏👍👍💞💞💞💞💞💞💞💞💞💌💌💌💌🙏🙏🙏
@wallowarrawaayyuhawwiiorom4096
@wallowarrawaayyuhawwiiorom4096 7 жыл бұрын
namati tola jabadhuu sanyii koo sa'ad Awwal mucaa biyya kootti
@MohammedAbdu-rq7ye
@MohammedAbdu-rq7ye Жыл бұрын
wow best music bro ❤❤❤❤ im wollo bati❤❤❤
@hvjbhvjn7687
@hvjbhvjn7687 3 жыл бұрын
ሠይድ ኬኛ ጎተኮ ያገሬልጅ አተኮለኛ ውድነህ ፈጣሪይጠብቅህ የኛጀግና እኳንም የኛሁንክ በሬዳ ባቲኮ
@zinnuyedingillij9093
@zinnuyedingillij9093 7 жыл бұрын
Uuuuuffff nyaadhee garaan qabu maaf summiin na sooratta dhugaa jette Lammiikoo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@samiidire3883
@samiidire3883 7 жыл бұрын
jaabduLamiikoo
@kuwaitkuqait6200
@kuwaitkuqait6200 7 жыл бұрын
Lammii koo
@hawiitolaamucaawalagaa5500
@hawiitolaamucaawalagaa5500 7 жыл бұрын
Zinnu ye Dingil Lij اثيوبيا jabbadhuu
@Hailan494
@Hailan494 Жыл бұрын
Free Sa'ad Awal🙏🙏
@elfuurji7001
@elfuurji7001 7 жыл бұрын
Jabaadhu Ilmaan oromootifis jajjabina kenna sirbi kee.
@wzbestobsinetagaarfahussai2640
@wzbestobsinetagaarfahussai2640 7 жыл бұрын
garaan jaalala hin beeyne jibbaa akkamitti barare sa'ad keennaa umrii nuu dheeradhu galannii kee bilisummaa haa ta'u
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 2 жыл бұрын
Jabadha jajabee koo qalii umrii baraka qabdu isni haa kenu Rabbii 💔💔💔💔💔💔💔💔
@ababbeechwirtutt8863
@ababbeechwirtutt8863 7 жыл бұрын
Uuuuuuuu uuuuuuuu mucis bay'ee tokkon namati toludha umuri ke hadhereesuu saboona mucaa oromoo jajaabadha itti fufii garaa fulduraati Kan Kanan olii sirraa ....
@DaraartuAyyub-ng9xm
@DaraartuAyyub-ng9xm 7 ай бұрын
😢😢😢abshiir gotta ko rabbii bilisumaa ijjaan sii haa garsisuu😢😢😢
@boonaailmawalloo8222
@boonaailmawalloo8222 6 жыл бұрын
Sa'ad koo naf jiradhuu hedduu namatti tola lencaa harmee koo naf desee
@مشوم
@مشوم 3 жыл бұрын
Bayee bareda
@مشوم
@مشوم 3 жыл бұрын
Bilbila kee naaf ergii siin barbada
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 2 жыл бұрын
Amma batan moo akkam ijole BTE qobin jimaha qero 110 kudan mana hida neqxeti jedhan meskena 💔😔
@walloobiyyakoohhf1116
@walloobiyyakoohhf1116 4 жыл бұрын
Wellisa kun cimadha jajabessa ilman oromoo 💪💪💪💪💪💪💪💪👌👌👍
@sarasara-ph1nu
@sarasara-ph1nu 7 жыл бұрын
Eyeen gubatee garan keenya yoom nu darbaa lataa wan hudafuu jabadhuu
@halikedi818
@halikedi818 7 жыл бұрын
wowow bayye midhaga sa'adiyee jabadhu qomo koo
@wallowarrawaayyuhawwiiorom4096
@wallowarrawaayyuhawwiiorom4096 7 жыл бұрын
bayyee namati tola jabadhu sanyii koo sa'ad Awwal mucaa biyya kiyyaa
@boontuushawaa9954
@boontuushawaa9954 4 жыл бұрын
Kee nagaluu sibaree jiraa bayyee namati tolaa jabaadhu
@setegngebeyehu7571
@setegngebeyehu7571 7 жыл бұрын
Galatoomi. Jabaadhu. Hojii biraan si eegna.
@አባዮyoutubeገርፋ012
@አባዮyoutubeገርፋ012 5 жыл бұрын
sa ad awwl ወወወወው ያገሬ ልጅ
@hayatkader2035
@hayatkader2035 7 жыл бұрын
Wowwwwww Bayee Namattii Toolla Jabadhuu Qoomma koo ♥♥♥♥♥♥♥
@bashoolelo7427
@bashoolelo7427 7 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuffffffffff anan qomoo koo galatomaa nuf jiradhuu sanyii namaa
@umarabdalla6842
@umarabdalla6842 Жыл бұрын
😍😍😍Sa'adaa kooo😭😭😭
@MouradJMrotterdam
@MouradJMrotterdam 7 жыл бұрын
Waaa wooow Nuuf jiraadhuu Nuuf jiraadhaa Weelistoota /artists oromo
@warqiiagarii4954
@warqiiagarii4954 7 жыл бұрын
Jabaadhuu sadoo bayee namati tolaa wawww dhageeffatamee hin qufaamuu
@SaraSara-eb3ne
@SaraSara-eb3ne 7 жыл бұрын
Bayyee baredadha nuuf jiradhu sabona oromoo
@mahamedahmed2916
@mahamedahmed2916 7 жыл бұрын
Sa'ad awwal baaye sijaalanna muca biyya koo Abshir sanyii koo nibariiti.
@sameramohamad3425
@sameramohamad3425 7 жыл бұрын
Abshriiiiiiii sanyii ko😍😍😍
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 10 ай бұрын
❤❤❤😢😢 Miskina Koo Rabin Mana Hidha Sana Si Haa Basu
@oromooromia9140
@oromooromia9140 6 жыл бұрын
I love your music
@abduosman4532
@abduosman4532 7 жыл бұрын
Saa'ad heddu gaalatoomi abshiir 😢😢😢
@enaena1949
@enaena1949 7 жыл бұрын
uuuufff Mali gonna gubanne
@turkiwollo3811
@turkiwollo3811 7 жыл бұрын
wooooooooooooow bayyee namatti tolaa jabadhuu dhugaa waguddo sirraa eennaa said awwaal
@taufik023
@taufik023 6 жыл бұрын
Aaah lammikoo Anaa nyaatuukaa nyaadhe ille garaadha hin qabu ma suumiin na soraataa uuuuuuuffff yaa raabii
@MahamedAhmed-oh6ul
@MahamedAhmed-oh6ul 8 күн бұрын
Gubaate gaaran😢😢😢
@chaliekazim3766
@chaliekazim3766 7 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuufffffff yaa Lammi koo dhugaa jetee sabonaa Oromo 😭😭😭😭😭😭😭😭
@jettiibalee1812
@jettiibalee1812 4 жыл бұрын
I love this song
@revolutiontube2383
@revolutiontube2383 Жыл бұрын
Mucaa xiqqaa onnee garaa.Hara'a hidhamee sagalee dhabe.
@wzbestobsinetagaarfahussai2640
@wzbestobsinetagaarfahussai2640 7 жыл бұрын
waaw sanyii mooti hedduu midhaga rabbii umrii sii nuhaadheressuu
@አለምግርማከቤሩት
@አለምግርማከቤሩት 6 жыл бұрын
Ani siif haa gubadhu lammii koo uuuuuuuffffffiiiiiiiiiii abshiir yoo Rabbiin jedhe bilisoofna qeerroooooooooooo✌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍
@keennaamalkamu5380
@keennaamalkamu5380 7 жыл бұрын
woow woow Baay.ee Namatii tolta Gaalanikee Bilissuimaa haa ta.u Sanyii Goota Galaniike Danuudha
@whoami5919
@whoami5919 7 жыл бұрын
Sa'ad sagaale garii qabda jabaadhu leencaa
@taibabb1992
@taibabb1992 7 жыл бұрын
uuuuuuuuu jajjaabadha lammii koo rabbiiin issiin wojjiin haa jirtuuu maali godha obsa woyyaa nu gubaatee garaa uuuuuuuffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@wawfh6292
@wawfh6292 7 жыл бұрын
waw heddu namatti tola jabaadhu jajjabee sabaa
@fanitube3414
@fanitube3414 3 жыл бұрын
Wow bayyee bareda sagaleke jabbadha wow 💞💞💞💞
@boonttuwalloo9852
@boonttuwalloo9852 7 жыл бұрын
dhugaa keeti garaan nu gubate abshiir iftomuf jira guyyaa gamachuu arguuf guyyaa gaddaa obsan dabarsuu qabna lammiiwan keenya kan waregama kafalaa jiranifis rabbii janataan isaa haa gamachiisu
@meemee2328
@meemee2328 5 жыл бұрын
kee naan galluu tolii kee sii bareen jiraa jatteree uuuuuuuuuuuuuuuuuuf 🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👌 galanii kee bilisummaa yaa ta'u lamii koo
@gogoshahan8513
@gogoshahan8513 6 жыл бұрын
Sadiyee baye bareda jabadhu
@hareglove1427
@hareglove1427 6 жыл бұрын
Wowwww dhugaa baay, ee namaati tolaa 😍
@firaanmalee2987
@firaanmalee2987 7 жыл бұрын
Namatti tolaa nuu jiradhuu qoomo koo
@oromiyyajiitu6904
@oromiyyajiitu6904 7 жыл бұрын
Wowowow uuuumphaaaaa lubbuu umrriii Kee nuuf haa dheeressuu
@imankasim5181
@imankasim5181 4 жыл бұрын
Abshir qomo koo 😭😭😭😭
@oromooooromia807
@oromooooromia807 6 жыл бұрын
Bilissumma harka geessetti yoo rabbi jedhe omaanirra
@زهرهزهره-ذ3غ
@زهرهزهره-ذ3غ 7 жыл бұрын
Wowwwwwww Sa.ad Awwla Naaf jiradhuu lencaa koo
@sadiyeabduro698
@sadiyeabduro698 6 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭rabbin nufii haa birhimtuuu
@xajituutashite4446
@xajituutashite4446 7 жыл бұрын
Uuuuuffiii amishir sabaa koo😭
@zeeyitunaaarsiihasasaa9895
@zeeyitunaaarsiihasasaa9895 4 жыл бұрын
Ufiii akkami gara nama nyataa
@semirasaboontushawaa7276
@semirasaboontushawaa7276 6 жыл бұрын
Nuf jiraadhu waan offi
@dagimuna7781
@dagimuna7781 7 жыл бұрын
abshir rabbi nuf jira nibariti jabadha
@lkioubosafe5771
@lkioubosafe5771 4 жыл бұрын
😥😥 የኔ አን በሳ የገረ ልጅ
@mukayidris7152
@mukayidris7152 6 жыл бұрын
woww wwww sanyiiii koo nuufi jiraadhuuu 💓👍👍
@werkbswerkbs8107
@werkbswerkbs8107 6 жыл бұрын
jabadhu qerso akasuma gubadhera gara fi cogara na madera biya kotifi bruti ira
@fikruweyesa6983
@fikruweyesa6983 2 жыл бұрын
Jajabadhaa yaa sabaa koo
@mukayidris7152
@mukayidris7152 6 жыл бұрын
jaaladhaa goota ko nuufii j jiaadhuuu 💓👍👍
@lakilaik3115
@lakilaik3115 7 жыл бұрын
Baye garidha jabadhu lami ko
@saharaahmed6258
@saharaahmed6258 6 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️Yaa Allah sanyii koo galbii sin jaladhaa
@helenethiopia2395
@helenethiopia2395 7 жыл бұрын
Bilisummaa argi lammii koo
@jiituuambojiituuguddataa7864
@jiituuambojiituuguddataa7864 7 жыл бұрын
Uuuuuuuffffff dhugaa keti tiruukoo nufi jiiraadhu 😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
@kiyayemam658
@kiyayemam658 4 жыл бұрын
Gubatee gubatee garaan koo 😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ayeshaayesha1447
@ayeshaayesha1447 6 жыл бұрын
Mucaa biyyaa koo lencaa 💟💟💟💟ijarradhuu 💙💙💙💙💟💟
@wallo-v4s
@wallo-v4s 11 ай бұрын
free.sa.ad.awwal😢😢😢😢
@zaindmour2214
@zaindmour2214 7 жыл бұрын
Wowwwwe galinii kee bilisumaa haa ta,uu
@duretiadem5361
@duretiadem5361 7 жыл бұрын
abshiir saboonaa keenya nuuf jiraadhu , akka dhiyeti hinhafu
@qalenjinakero5529
@qalenjinakero5529 7 жыл бұрын
Guyaa geesetti Obbsii Qomoo koo 💕 💕 💕 💕 👍 👍
@abushroba9668
@abushroba9668 7 жыл бұрын
kee naa gallu toolli kee sii barren jirra ..... sadiye nafi jirradhu lenca nama
@sabontuintalashawa9342
@sabontuintalashawa9342 7 жыл бұрын
uuuuffff yaa lammi koo 😭 😭 😭 😭 jabadhu 💔💔
@shawalove9293
@shawalove9293 7 жыл бұрын
Uffffffff gubadhee 😢😢😢😢
@oromooromia9140
@oromooromia9140 6 жыл бұрын
this is my best music
@ililiioromo8563
@ililiioromo8563 7 жыл бұрын
Uuuuuufff abishr 😢😢💔
@iamfromlebanonjabbaadhuusa4617
@iamfromlebanonjabbaadhuusa4617 7 жыл бұрын
wowowo wowowo wowowo baay'ee bareeda ijaa dina irraa hafii sanyii koo
@mayyutube6906
@mayyutube6906 7 жыл бұрын
Lammii galatoomi yeroo biraatiis olnuu baasi
@diireebadhaso8824
@diireebadhaso8824 7 жыл бұрын
Uuuuuuufffffffffffffff eee dhugaa keeti summii bishaan keessaa
@nohanoha6873
@nohanoha6873 6 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuffffffff gubatee koo lammii koo nuuf jiradhuu👍👍👍👍
@Justice4oromo
@Justice4oromo 7 жыл бұрын
Baayyee bareeda dha , Saad keenya! Mee oromonni as jirtan channalii kiyyaa subscribe naaf godhaa asumaan, baayeen isin jaaladha oromoo koo
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645 7 жыл бұрын
Justice4oromo Ilike siif godhee
@Justice4oromo
@Justice4oromo 7 жыл бұрын
abdiinkoo rabbii abdiin koo rabbi Hedduu galatoomi!
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645
@abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645 7 жыл бұрын
Justice4oromo Galataraa naf hafi lammii koo
@lloveyouoromotv7160
@lloveyouoromotv7160 6 жыл бұрын
Hii👍👍👍👍😚😍😘😘😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Sa.ad awwal baatee girgirrse new 2021
3:47
Wallo Tube
Рет қаралды 6 М.
Sa'aad Awwal - Magaalattii Baatee Feat. Margituu Workineh | Oromo Music
6:29
Negasa Tolesa Eticha
Рет қаралды 195 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 171 МЛН
If people acted like cats 🙀😹 LeoNata family #shorts
00:22
LeoNata Family
Рет қаралды 34 МЛН
Как Я Брата ОБМАНУЛ (смешное видео, прикол, юмор, поржать)
00:59
Shaakkisoo Awwal: Kololaa Koo ** NEW 2017 Oromo Music
7:02
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 37 М.
Caalaa bultume yoosaan geetahun Andu'alam gosaa
17:47
Waliif Official
Рет қаралды 425 М.
Yoosaan Geetahun - keenya Yeroon - New Ethiopian Music 2018 (Official Video)
6:29
Sa'ad Awwal- Wallicha-(Official Video)
5:55
Vision Entertainment
Рет қаралды 413 М.
🛑 DJ Jop Ethiopia_The Ultimate New Oromo Music megamix (Ethiopian Live Music Video Mix 2022)
51:46
Galataa Labuu Wallee Gitaaraa. Guitar music remix 2024
14:51
Galataa labuu
Рет қаралды 717 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 171 МЛН