sa'iid irra deddeebidhaan na dorsisaa jira

  Рет қаралды 19,928

Wabii Tube

Wabii Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 485
@neimabeker
@neimabeker Ай бұрын
jaalala akkanaa osoo rabbii fi rasuula kee jaalatte gammachu yeroo hundaa argatta. intala muslimaa jaaladhu waliin aakhiraa gaarii argattu
@AsuuTijanii
@AsuuTijanii Ай бұрын
Dhugaa keetiii❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulbasixNagaa
@AbdulbasixNagaa Ай бұрын
Sallallahu aliiy wasallam Sallallahu aliiy wasallam Sallallahu aliiy wasallam Sallallahu aliiy wasallam ❤❤❤❤
@Hayaat-z3l
@Hayaat-z3l Ай бұрын
@@neimabeker Saallallaahu Aleeyhi Wosallam Saallallaahu Aleeyhi Wosallam Saallallaahu Aleeyhi Wosallam Saallallaahu Aleeyhi Wosallam
@DerabiGadisa
@DerabiGadisa Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@rabiyarabiya3960
@rabiyarabiya3960 Ай бұрын
Saallaallaahuu aalleeyyii waassaallaam Saallaallaahuu aalleeyyii waassaallaam Saallaallaahuu aalleeyyii waassaallaam
@falahalanazi
@falahalanazi Ай бұрын
Dhuga rabbii heduu nama mararta qallii rabbii sii haa gargaru 😢😢
@Nuriya-k5s
@Nuriya-k5s Ай бұрын
Atti Amaanta qabada mii maliif wan rabii siif hiin keninne hawitta Kaan rabii siif qodde hiin dhabadu tawokal allh
@Ishaalaa
@Ishaalaa Ай бұрын
Deemii maarataa waatii akaa jaalaalaa umrii namaa yeroo bifaa yaadaa qabeenyaa naamaa qisaasuu aduunyaa kaanaaraa jiiruu watiia atii bootaa keeniiteefii siimaa deebiyee miidhaa
@makiyatubu7618
@makiyatubu7618 Ай бұрын
Amishirii wobi ko wolhii baye biye ani vidiyo kee lalee Namin jalala beku sifi hubata amishiri ❤❤❤❤❤❤
@Jemila-i6p
@Jemila-i6p Ай бұрын
Rabbinn radiyaa rahamataa sifii hakenuu❤❤❤❤❤
@ffaf126
@ffaf126 Ай бұрын
Osoo keyrii sifii qabatee rabiin siraa hin qabuu turee garu wan keyrii sifi hin qabnefi rabiin siraa qabee intalaa tanaa rabiin keyrimafi waa hundaa dalagaa obolesaa rabiin intalaa muslimaa tani sodaa rabii qabduu sifi haa qoduu❤
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Ай бұрын
Wabiiko dhisii nama iddoo sifi in qabnee duuka maaliif rakkataa waaqayyoo waan sifi ka'ee qaba ❤❤❤❤❤❤
@واجه
@واجه Ай бұрын
habshir qalii namaa ❤️❤️❤️❤️❤️
@FayoWalisoo
@FayoWalisoo Ай бұрын
Attii jalallaa qofaf mittii dhugaaf nama jirattuu attii jabadhirattii❤❤❤❤
@FoziyaBulbula
@FoziyaBulbula Ай бұрын
As wr wb Akamii jitanii umataa musilmaa wobii Akaa oboletii ketiti wotii Anii sifii dhamuu hirenii Qodaa Rabitii italaa musilmaa Rabii sii haa basuu inshallh Atii hinii yadin Rabin kadhuu❤❤❤❤❤❤❤
@waritulabuu3012
@waritulabuu3012 Ай бұрын
Anatuu sif kanaa kotuu anis midhamtudha wal fayifna onnee dhotee hodhinaa❤
@KuledaDubai
@KuledaDubai Ай бұрын
Mubee saaltaa raakaa lammaa saalatii duwaaii godhuu akkaa rabbii nii jaallaaisii siikessaa baaleesu isiinii siichii siijaalabaatetii kaanafuu maataaofii idhugbsiinii rabiin kaanii isii caaluu siifiihaakenuu
@AmaniiiAmaniii-l6g
@AmaniiiAmaniii-l6g Ай бұрын
🎉🎉🎉
@yeshitolesa4224
@yeshitolesa4224 Ай бұрын
❤️❤️🥰🥰🥰🥰obsi kana jalatu waaqqayyo sihageen damma ofi🥰🥰🥰
@Jaarraatube79
@Jaarraatube79 Ай бұрын
Abshir Rabbiin tee hin gonee isii tan Rabbiin siif qoodee hin dhabduu tan ofii jaalatuu siif kanuu Rabbiin ❤❤❤❤❤
@vibile1353
@vibile1353 Ай бұрын
Maashaallaa maashaallaa tabarakaallaa 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻👍👍👍☝️☝️☝️
@fatiyaa9383
@fatiyaa9383 Ай бұрын
Rabbii sihaa milkeesuu waan ofiijallatee rabbii sihaakenuu
@KetoranTeka
@KetoranTeka Ай бұрын
Ati jalalaa ishen midhamate ishen jalaala sa'iidin midhamte wayii jalaala Kan rakkistudha dhugaa😢😢😢
@Vethg-gu8jr
@Vethg-gu8jr Ай бұрын
Wow atii dhugaa nama gariidhaa ❤❤ jiraadhuu
@Aliyaasanyii
@Aliyaasanyii Ай бұрын
As wr wb akkam wabii koo sini jalalaadha waalih atii nafii bekii mubee koo Lubbiyee kiyaa dhugaa isnii jalalaadha dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@Maryam-f9d
@Maryam-f9d Ай бұрын
Sah dhugaa dhaa nagatuu dursaa 👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👏👏
@ZaraaTube
@ZaraaTube Ай бұрын
amshirii sanyii ko qalii 🥰🥰🥰
@DemaFaye-z7g
@DemaFaye-z7g 22 күн бұрын
Obssi wabii qaali namaa rabbi humnna siif haa ta'u duruma micayyitti kenniteefi silaa hojii saanii keessa fagaachuu didde yaa bukeeffatanii tolchanii isaan😢😢😢
@Aisha2023-v7e
@Aisha2023-v7e Ай бұрын
😢😢😢😢oduni fi aduni lagizefi namaa gudii ati abshirr 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa Ай бұрын
Masha Allah tabarkalah Rabin umarii nuf si ha dheresuu hamtu sira ha qabu walahi inshallah misikina ko amala qabesa nama ya quluqulu nama 😢❤❤🎉🥹😭🤲☝️❤️‍🩹💔❤️‍🩹💔🖤
@BontuTulu-h9c
@BontuTulu-h9c Ай бұрын
Ati nama jabaadhaa waaqayyoo kan siif keennee lafuma jirti kanaaf waa’ee ayyuu sammuu kee keessaa haqii isheen kan biraa filattee waaqayyoon kadhadhu
@TreTre99-k7h
@TreTre99-k7h Ай бұрын
Namaa akkaa kee samuu balla jalallaa gudaa kan qabuduufii imanaa kan wabduu kan hadhas boruus itii miilkoftuu siif haa keenuu raabii🥰🥰🥰🥰🥰🥰 imanaa qabdaa atii
@islamnawhiwotejanatnawminyotee
@islamnawhiwotejanatnawminyotee Ай бұрын
wl wr wb mashaAllah akkasi jabadhu obollesa kenya❤❤❤😢
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h Ай бұрын
Rabbin isin haa milkessu maati naa taahaa❤❤❤❤❤
@BontuuTube-t1n
@BontuuTube-t1n Ай бұрын
Ayyii Wabii koo Heduu Gara Naa Nyaate Dhugaa Wabii Koo Dhamsan Sif Qabu Ayyuun Si Dhifte Demtetii isheen Ama Jireenyaa Matta Ishee Jirachaa Jirtii Akkas Yero Taa uu Isheen Si Dagatetii Jechuudha Kanafuu Hireen Qoda Rabitti Hireen kee Harka Rabii Kee harka Jiraa Hadara kee Waa ee Ayyuu Dagadhu Hama Dandese Irra Fagachuuf Yaali Tasisi Hadhoko 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@MakkiDallu
@MakkiDallu Ай бұрын
Inshalla amshri jallti gowa nmma goti wolala nama goti jalala jechn yoo maqa issa wamtu xixodha garru jechi jalala bayye nama midha offi irrti arge sobba jechufi bayye hubdhe midha jajala uuuuuuffffffi wlh hnn ulfta amshirri fuduri kee iffa jaltni dhabni leni wanuma jirru 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@mujaahidumar
@mujaahidumar Ай бұрын
Waahee isheetiin of cinqaa hin oolin hanga feetellee yoo of cinqitellee waan rabbiin siif hin qoodin hin argattu waan taheef jacha Isheerraa garaa khutadhuu akka rabbiin jaalala ishii si kheessaa baasee tan ishiirra caaltu rabbiin sitti qabu akka onnee Khankeellee gara ishii biraatti siif qabu du,aaii godhiitii rabbiin kharadhu habiibii
@SafiyaAhmed-sx6eg
@SafiyaAhmed-sx6eg Ай бұрын
Dhugaa ketii wobbii ❤❤❤❤❤❤❤
@fatyiaahmed3077
@fatyiaahmed3077 Ай бұрын
Wabii dhuga bantaa jabdhu ❤❤
@JibirlAfqaadir-zrke
@JibirlAfqaadir-zrke Ай бұрын
Mube istgafara salaadhu duwa,ii goradhuu Rabbiin Kan sif hin tanee sirra haa qabuu
@najatimohamed8510
@najatimohamed8510 Ай бұрын
Abshir wadimee koo rabbii ta ifii jalatuu sif haa kenuu wly mada jalaa kanuma argetu beka 😢😢
@KiyarFozetub
@KiyarFozetub Ай бұрын
Wobi wayee jalalaa yeroo atii hasoftuu ofii yadadhaa jalalaa kestti bayee midhamee garuu namumma jaladhuu argadhee Alhmdullillh arsaa meqaa kafale obsaa meqani Alhmdullillh
@meronkiflu8162
@meronkiflu8162 Ай бұрын
Abshir ati goota rabbikee kan ofiisaa jaallate siif hin kenna
@ayyanabdii
@ayyanabdii Ай бұрын
Abshir wabii koo rabin takaa teti sif ha hiruu obsii ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@MargaKaddir-j8q
@MargaKaddir-j8q Ай бұрын
Ashrii qalii namaa 😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
@Hayaat-z3l
@Hayaat-z3l Ай бұрын
uuuuuuf 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Waalhii Anilee Akka ke kan te. e Abshiri Rabbumatu jiraar inshallah 😥😭 qaali Nama
@MesraEsa
@MesraEsa Ай бұрын
Wabi jalala mal aka tahe hin bektu😢😢😢
@dararatukwt2379
@dararatukwt2379 Ай бұрын
Rabbii yadaa muradaa kee haa gutuu❤❤❤
@Momokoko-d5b
@Momokoko-d5b Ай бұрын
Hireenii kee Kaa Raabbii siif qodee laafumaa jiraa ta isii caltuu ❤❤❤❤❤❤❤Mubee kenaa Raabbiin ❤❤❤❤❤ dhisii ofiraa ❤❤❤❤❤❤
@SifanSifan-c7g
@SifanSifan-c7g Ай бұрын
Jabadhuu rabbiin sii haa jabeesuu inshaa allah bakka attitude yaadenii sii haa gahuu qaali❤❤❤❤
@Rabiya-q6f
@Rabiya-q6f Ай бұрын
Amiin inshaa Allah sibiras nageenni haa jiraatu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@HadhaKooTube
@HadhaKooTube Ай бұрын
Dhugaa qabda qalii abshir qalii Keenyaa Rabbii si Jiraa😢
@hawi610
@hawi610 Ай бұрын
Jabadhuu homaa mitii atii garuu ishii ofii kesaa basii😢😢❤
@sortii-t6t
@sortii-t6t Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ yeroo duratifii sii barsee atii ilmaa oromoo bardaa qaxalee kanaa amshir anuu sitii herumaa❤❤❤wobii jiruu koo nafii tii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ pilisii Oromoo lik nafii godhaa akkaa wobii arguuu😊😊😊😊😊😊😊😊😊
@FaximaMuhee
@FaximaMuhee Ай бұрын
Abashir mudhaa jalaa namani bekuu siti hin laluu qalii😭😭😭🥹🥹💔💔💔💔💔💔💚💚♥️♥️❤️❤️
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy 26 күн бұрын
Yaa wobii kenyaa dhugaa qabdaa tarii nama jalqabaafi jalalaa egalee tataa jalatii yeroo jalqabaa nama jalataan dhabaan bayyee jabataa garuu sii qofaa miti namni jalalaan midhamee namni jalatee dhabee hundinuu gubatee kessaa darbee jirataa jirraa garuu nutu hin beynee malee wontii nuti osoo jalanuu dhabnuu keyrii nuu hin qabuu ta.aa rabbii waa hundaa bekkaa kanafuu ana qofaa miti jedhii uffii irraa dhisii
@Kuait-o3t
@Kuait-o3t Ай бұрын
Dhugadhaa wlh 😢😢😢😢ayii
@HAa-t6e
@HAa-t6e Ай бұрын
Abshiir wabii koo bro koo ni darbaa wanii hunduu Atii obsi malee
@KeriyaMorke
@KeriyaMorke Ай бұрын
Amashirii YAA Obolesaa koo wobii Adunyaa Kanaa irraatti wontti Hin Darrabinee Hin jiruu Guyyaan Hundii Gamachuu Miti akkasumaas Gaduule Miti lnshaa Allah 😢🥰
@jetefifinnee657
@jetefifinnee657 Ай бұрын
Dhugaa rabbii mucaan kun garaa na nyaatee uuf😢😢😢❤ Abishr bro ❤
@lkk1263
@lkk1263 Ай бұрын
Amiiiiiiiiiiiii amiiiiiiiiiiiii 🤲🤲abshiir sanyii Nama
@AbdulbasixNagaa
@AbdulbasixNagaa Ай бұрын
Waahleeykumassallam worramaatullahii wobbarakatuu Alhamdurilla
@Aax-h8q
@Aax-h8q Ай бұрын
Ishiin jalala tanee qabenyaa laltee dhisii rabii kan ishii caluu siif yaa kenuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@ZaytonaJaja
@ZaytonaJaja Ай бұрын
Ws,wr,wb,abashirii,rabiin,wanii,sifii,qodee,qabaa,❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@NadhiiObora
@NadhiiObora Ай бұрын
Abshir obbollesaa koo qaalii rabbiin taa sifii tatuu si haa keennuu ❤❤❤
@Nazifaajoonii
@Nazifaajoonii Ай бұрын
😘😘😘😘😘😘mashallaa ❤️❤️❤️❤️
@NajoaMohmd
@NajoaMohmd Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma ashaaAllaah Ma
@hanatu
@hanatu Ай бұрын
Wabii yo dubatuu akaa damaa yo hasoftuu akaa lencaa mali jedhee si faraa jalalii otoo bifaa qabatee si fakataa damaa jechufi damii gagaa qabaa ananii jechufi ananii dhamaa qabaa me mali jedhee si farsaa ❤saidoo & ayuu & Wabii & sumayee rabii araraa giduu kesanii ha busuu nutii nagaa kesanii fenaa ❤Wabii Bareduu kanaa ya Ormoo me laki itii robsaa tokofa jalalii gowaa namaa gotii ergaa caraa ayuu fi saidoo toko taee atii obsuu dirqamaa
@LpLp-sc8yx
@LpLp-sc8yx Ай бұрын
Hanaa walaloo baresuu dandes😢🥰
@Wabii-j4r
@Wabii-j4r Ай бұрын
Hannii lubbuu❤
@DarartuuTashome
@DarartuuTashome Ай бұрын
​@@LpLp-sc8yx barbaada siif jedhu dhira mo durba ati sololiyaan dhalte warqe jalati gorora naaf ergii malake lamati mukti gamma sana goge habarare nama bira miti situu na marare walaka barcuma duraa sofe fixe wal argan yomuma ani bohee fixee sani adiin bade kan waraa qaluu lafti anan marte yaa magala karuu bufaata kee godhate gola oneef tiruu kan itiin siin madalu homan tokole hin jiruu garu dubarti jedhen yoo dhira tate dhifama
@KamilaNasser-u7o
@KamilaNasser-u7o Ай бұрын
walaloonke sirrii mitii wabii malif yoo jetee kirstaanii akaamitii janataa keessaatii sitii dhiftiii😂❤🎉🎉🎉
@AyuAngasa
@AyuAngasa Ай бұрын
Wabii italaa maratuuf jetee akkaas tataa siifan qanee ayuun maratudhaa
@RehimaKedr
@RehimaKedr Ай бұрын
Waaleykum asalam worahamatuulahi wobarakatuu
@safisafi5835
@safisafi5835 Ай бұрын
Nutii shamaaran akkuma harmii keenya raraa'uu qalbiin tenaas raraatii dhiisi garuu jabaatee jabiinaa kee itii argiisiisuu qabdaa
@AsafMustefa
@AsafMustefa Ай бұрын
Abshir mube koo qallii nama attii muccaa bareddaa kannaa wayyee ayyuu iranfadhuu hadarra tanttee taa sif tattuu rabin sif hakannuu installation muslima
@FetaF
@FetaF Ай бұрын
❤❤❤❤❤.amshiri qalii nama ❤❤❤❤
@Anassheka-man
@Anassheka-man Ай бұрын
❤❤❤❤dhugaa keeti❤❤❤❤
@HhdUhhd-do7xp
@HhdUhhd-do7xp Ай бұрын
Yaa Rabii mucaa Kanaa qabii amercaa Naf gesii❤❤❤😢😢
@nanat2493
@nanat2493 Ай бұрын
Amiiiiiiiiiiiin summa Amiiiiiiiiiiiin 😢
@hbnhhtghhshaj8424
@hbnhhtghhshaj8424 Ай бұрын
Obsii namin akkaa keeti maali sii gotii mitti❤❤❤❤
@MisganeKebeda
@MisganeKebeda 21 күн бұрын
Abshir atti obsii🎉🎉🎉
@SofiyaAbdii
@SofiyaAbdii Ай бұрын
Wellykumasalam worahmaatullah wobarakhatuu
@khadijakhadijaa2612
@khadijakhadijaa2612 Ай бұрын
As wr wb Maashaa Allah 🎉 ❤❤❤❤❤
@KetoranTeka
@KetoranTeka Ай бұрын
Abshiri gara kutadhuu baq kan booda wanuma nama hundaa muddatudha rabbii kan carra kee sif ha kennuu ❤❤❤
@masaratbayyannee-qi7qh
@masaratbayyannee-qi7qh Ай бұрын
Abshiir Qaxaleekoo rabbii sifii jiraa
@rahmahathubia7584
@rahmahathubia7584 Ай бұрын
Waleykumasallam worahmatulahii wobarakatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii Ай бұрын
Rabbii Sii Haa Tiksuu Biro🎉❤😢
@qamariyanasir9492
@qamariyanasir9492 Ай бұрын
Masha alhha rabbin sif Haa dabalu qali😢🎉🎉🎉🎉
@OromiaTube-q3r
@OromiaTube-q3r Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢kkkkkkkk itala isi caltu rabbin sifin haa kanuu
@sifanNasir-k9f
@sifanNasir-k9f Ай бұрын
Kan ofii jallaatanurra kan namaa jallaatuu woyyaa Ayuun hin dogongoorte rabbiin kan isii caaltu sif ha busuu bro
@KiyarFozetub
@KiyarFozetub Ай бұрын
Uuuuuuuuuffffffff abshri wollaah taa isii caltuu rabbi sii haa basuu inshaallh 🤍🦋🦋👌🏼❤️‍🩹🥺
@AishaaGeleto
@AishaaGeleto Ай бұрын
Abshir Wobii raabbii waan isin keeyriih siif hin qabneef raabbii sirra qabeeta'a jabbadhu❤❤
@عايشعايش-ل7ل
@عايشعايش-ل7ل Ай бұрын
Wl wr wb kan biraa rabbin siif laafa qaba abshiri irranfadhu ittii dhis
@SaraEbissa
@SaraEbissa Ай бұрын
Mucaa jasbaan kun bultiif intaatuu dhaphuu irraa rabbiin Kan ofiiy jallatuu siif haa kennuu
@RadiyaAman-g9f
@RadiyaAman-g9f Ай бұрын
Wl wr wb akm nagaya jirta qali
@safisafi5835
@safisafi5835 Ай бұрын
Amshiir Rabbiin ta isii caaltuu siif haa fiiduu
@HSshejehWHwh
@HSshejehWHwh Ай бұрын
Abshiir wandimee
@BbMm-sb7jo
@BbMm-sb7jo Ай бұрын
Waalaikumussalam warahamatullaah wabarakaatuhuu
@NadhiiObora
@NadhiiObora Ай бұрын
Wa wr wb akkami jirtaa obbollesaa koo ❤❤❤❤❤
@diniyasiqa9207
@diniyasiqa9207 Ай бұрын
Abshii Rabbii wanii ufii jalatee sii haa jalatuu rabbii hawii kee galmaa sii haa gayuu obolesaa koo Qalii
@makiyatubu7618
@makiyatubu7618 Ай бұрын
Wl wr wb dhugaa keti wolhii amishirii❤❤❤❤❤❤
@tsiggeekan7437
@tsiggeekan7437 Ай бұрын
Jaalala jechuun fakkaatti hin qabu homaattis hin madaalamu bifaa fi eenyummaa isaas ilaaluudhaaf bakka hin kennatu bakka itti dhuftee fi bakka itti dhaabattus hin beektu akkuma galaanaa yaa'u malee namaafis bakka kennitee ofii keetis dhaabattee of ilaaluu hin dandeessu yemmuu waa'ee jaalalaa keessa teessu of bada jaalalaa😢
@fatyiaahmed3077
@fatyiaahmed3077 Ай бұрын
Absher oblesaa kanaa Rebin sihagamchisu 🙏 ❤
@Tahir123-yn8ft
@Tahir123-yn8ft Ай бұрын
Maslahl maslahll maslahll 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@pmkstore4056
@pmkstore4056 Ай бұрын
Wabii Abshiri inshaa Rabbii jiraa ❤❤❤❤❤❤
@UrjiiArsii-r6k
@UrjiiArsii-r6k Ай бұрын
Waabii atii mucaa xiqaadha Mucaa baredaadhaa Nama sii jaalaane maaliif midhamta waan Rabbiin sif qode hin dhaabduu😢
@komashk9735
@komashk9735 Ай бұрын
Dhiisii baqaa hadhookoo hin dhiipataan kaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Aax-h8q
@Aax-h8q Ай бұрын
Dhugaa rabii micaan kunii bayyee garaa naa nyataa😢😢😢😢😢😢😢😢
Anumaaf jaalalli hin taanee
14:16
Wabii Tube
Рет қаралды 14 М.
Anis nan fuudha
11:14
Wabii Tube
Рет қаралды 11 М.
Caleb Pressley Shows TSA How It’s Done
0:28
Barstool Sports
Рет қаралды 60 МЛН
Война Семей - ВСЕ СЕРИИ, 1 сезон (серии 1-20)
7:40:31
Семейные Сериалы
Рет қаралды 1,6 МЛН
Grace City Denver - Christmas Eve Service: Dec 24, 2024
1:54:00
Grace City Church
Рет қаралды 29
🛑Muktarf uffata bitefi Surprise godhe muktar baye gamade ww🥰
20:30
Ifrah Mamile | Blind Deaf and Mute❤️❤️❤️ | Kutaa 2ffaa
27:10
የፈኪ መልስ ምን ይሆን ......🥰🥰🥰🥰
9:52
FitlifeTv ፌም ቲዩብ
Рет қаралды 2,8 М.
"ሰቦንቱ" | "SABBOONTUU" New Ethiopian Movie 2024 Full Movie, New Amharic Movie 2024, New Oromo movie.
1:33:27
Sekela Entertainment - ሰከላ ኢንተርቴይመንት
Рет қаралды 325 М.
Oduu fi Xiinxala
Kadiro Elemo
Рет қаралды 537