Sabboonaa Tafarraa [

  Рет қаралды 362,424

Irbuu Entertainment

Irbuu Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 369
@fedhasabaa5227
@fedhasabaa5227 2 жыл бұрын
"Ishoo obbookoo,obbookoo bagaa sii laatee Dooraa!!!jeedhamuu sirbaa Ajjeesaa Gafarsaaf ykn Gootaaf bara 75 oli duraa Dubaroon sirbamaa/weedifamaa turee fakkaataa Galatoom!!!
@xy59
@xy59 Жыл бұрын
Sirboonni kee kan biroo Sagalee caalaa bultumee fakkaatanii waan sirbamaniif baayy'ee baayy'ee Baayy'een si jibba ture. Sirba kanaan garuu sin jaaladha sagaleen ofii akkatti bareeda! Sirba ajaa'ibaati
@booreeentertainmen
@booreeentertainmen 6 ай бұрын
Maal jeechuu feetee ati wa'een sirba waan beektuu qabdaa moo oduu bartee
@waad8287
@waad8287 2 жыл бұрын
jabduu koo ati kennaa oromooti
@Obsakaba5061
@Obsakaba5061 2 жыл бұрын
Hedduun ajaaibsiifate sabboonakoo waaqayyoo nagaa siif haa kennuu
@waseshiferawase1363
@waseshiferawase1363 2 жыл бұрын
sabboonaa sirbikun kan yeroo waliin deemudha jabaadhu qomoo ko.qaata bilisoomnee waboo waliin.keessattuu inna ati gadhee gad gombisanii innati jettee
@Obsakaba5061
@Obsakaba5061 2 жыл бұрын
Shubbiiftoota kanallee osoo hin raajeeffatiin hin darbuu maqaa keessaan wallalullee galatoomaa... Falmataa Phawuloos jabaadhuu atillee natti toleera.
@boharsaboruu0918
@boharsaboruu0918 2 жыл бұрын
Maatii siif taheera maatii nagodhadhuu
@sabboonaabayyanaa
@sabboonaabayyanaa 2 жыл бұрын
Sirba Horroo aari Kenya itti obbaafanna.
@naolwakgari7228
@naolwakgari7228 2 жыл бұрын
sagalee kiloleef shubbistoota akka alladdu bishaan keessa socho'aniin hojjetuu yeroo bay'ee. garuu sabbonaan darectera ofii kan *acting facial & gesture* isaa (direct) godhu maaf dhabee? akka itti bareefii fedhii isaa qofaa osoo hin ta'iin dawaataa akka hin nuffisiisnetti ( relax & make good facial acting and ignore highly emotional acting , specially with his face and hand) osoo ta'ee torbeeti view 100k miti 1m oltu irra dedebi'e dawwata jedheen abdadha.
@kenenimarkos6055
@kenenimarkos6055 2 жыл бұрын
Sabboona sabaa nuuf jabaadhu jabaako sijaallanna❤️💝barichatu warra garaaf male warra haqaaf hin taanef silaa situ appaartamaf hayi laxi qabaata.kunis homaa miti sabakee qabda kormako Kan Saba qabu kabaja qaba nuuf jabaadhu💪💪🙏wqni si haatiksu🙏🙏🙏
@fisahatekalign1507
@fisahatekalign1507 2 жыл бұрын
Sabboonaa Tafarraa jabaa nama quuqama saba isaa qabudha.nuuf jiraadhu
@najemsanyiioromo6688
@najemsanyiioromo6688 2 жыл бұрын
Baayyee dasjedha jabaadhu leencako
@debelibachaofficial5761
@debelibachaofficial5761 2 жыл бұрын
Sabboonaako nuuf jiraadhu si jaallanna nuti Oromoon
@kunkushadverts3632
@kunkushadverts3632 2 жыл бұрын
Umriin raagi! Bilisummaa argi!
@jiregnawakwaya3602
@jiregnawakwaya3602 2 жыл бұрын
Baayyee bareeddu. Ija hamaa irraa hafaa.
@amantifikiru5630
@amantifikiru5630 2 жыл бұрын
Dhiira ko ijoollee wallaggaa warra diinaaf hin jilbeenfanne dirree goototaa bilisummaa argaa ❤💚❤
@soresakaba5622
@soresakaba5622 2 жыл бұрын
Baay'ee bareedaadha. Sin ajaa'ibsiifadha! Sin jaalladha! Galanni kee bilisummaa haa ta'u!
@bikilaasefa7662
@bikilaasefa7662 2 жыл бұрын
WBO faarsuun gootummaadha Ejjennoo akka sibiilaa
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@devadebala4375
@devadebala4375 2 жыл бұрын
ishoo obbo koo.. ishoo obbo koo.... galaatomi ilmaa saba
@argiibest119
@argiibest119 2 жыл бұрын
Sabboonaa ati eebbisaa adduunyaa lammaffaadha♥️♥️♥️♥️
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@FnughFnugh
@FnughFnugh Ай бұрын
Jaabadhuu saaboonaana oormtiichaa nuu jiibaniisa iraa anuu hiina oluu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@makosose9801
@makosose9801 2 жыл бұрын
Jabaa namaa sabbonaako
@haleelaaroorroo5998
@haleelaaroorroo5998 2 жыл бұрын
Shamarri keenya kun akka isheen ashakitu ilaallaa haabbee ! Ija hamaa irraa hafaa ! Waaqayyo isin haa guddisu !!!!!!!!!!!!!
@teshekiya430
@teshekiya430 2 жыл бұрын
Galanii kee Bilisummaa haa ta'u...... Leencaa Oromiyaa koo.....🌹🌲🌹
@Tamamelias
@Tamamelias 2 жыл бұрын
Sabboonaa sabaa ti ati galatoomi goota
@edokejo7264-YouTube.
@edokejo7264-YouTube. 2 жыл бұрын
Jabaa namaa, umriidhaan buli Leenca koo 🙏
@SoriHangerasa
@SoriHangerasa 2 жыл бұрын
sabboonaa akka maqaakee jabaadhu nus si waliin jirra
@jimmaaaddisebeba8626
@jimmaaaddisebeba8626 2 жыл бұрын
Waan ofikoo sin jaladhaa
@sifansifan7314
@sifansifan7314 2 жыл бұрын
Wow sabboonaa kenyaa qalii nufi jiradhuu jabaa koo 🐅🐅🐅🐅🐅❤💚🌳💚❤🌳💚❤🐅
@biratudinka3786
@biratudinka3786 2 жыл бұрын
Leencaa Horroo Nuuf Jiradhuu 🌹🌹🌹
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi oro ko qaali ofiii
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 жыл бұрын
Sabboonaa koo an mal sif haa ta'u laata dhugaa rabbii 💔😢❤️🌳❤️
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@oromiyyaanbiyyaa9029
@oromiyyaanbiyyaa9029 2 жыл бұрын
Wowwww namaatii tolaa bagaa milkoftee Sabbonaa kenyaa
@beetlemtaddasa4138
@beetlemtaddasa4138 2 жыл бұрын
Sabona kenyaa nuuf jiradhuuuuu
@abdiijimmaa
@abdiijimmaa 2 жыл бұрын
Ormoo laaman waal ficcissisa ayyíiií ayyyyiiii 😭😭😭😭😭 ayyíiií rabbi
@oro298
@oro298 2 жыл бұрын
Ejjannoo kee dhaabbata dha. Goota koo jabdu koo. WBO faarsuun mataan isatu Gootummaa dha
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@semeramohammed4529
@semeramohammed4529 2 жыл бұрын
.Bilisummaa saba isaaniif jechaa warreen lubbuu..."Qaalii kennitan Galatoomaa WBO'n koo 💔😭😥
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@dangagutu755
@dangagutu755 2 жыл бұрын
Wyooo nuu jiraadhuu sabboo oromtichaa
@LetaGude
@LetaGude 10 ай бұрын
Woo Sabboonaa Sirba Kee Keessaa kan Natti hin tollee hin Jiru hundasaa Akka Lubbuu kiyyaattin jaaladha Nuuf Jiraadhaa Umurii dheeraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@marsimoitamiru1170
@marsimoitamiru1170 2 жыл бұрын
Dhiira dhugaa ani baay'een si jaalladhaam
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 2 жыл бұрын
Ufffffeeeee,lubbuuu nuf dheradha.sabbonummaa kessan kana argiteetu isin ballessuu barbaddi budaan
@abdiijigu4664
@abdiijigu4664 2 жыл бұрын
Sabbona ilma Saba jabadhu
@milkientertain2022
@milkientertain2022 8 ай бұрын
Remember this music with the. Birthday of my Milkii
@LetaGude
@LetaGude 11 ай бұрын
Wow Sabboonaa Tafarraa Sirbi Kee yeroo woboo faarsitu yeroo hundaa sumaa woboo faarsu dhageefadhee natti tola
@kumasaaentertainment5238
@kumasaaentertainment5238 2 жыл бұрын
Wwwwwwwooo bayyee bareeda jabadhuu jaba ija barbadaa💪💪💪💪💪💪
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 2 жыл бұрын
Bg milkoftee jabduukoo ❤️💚❤️🙏
@megersagedefa7202
@megersagedefa7202 2 жыл бұрын
Lencaa horroookoooooooo jiraaadhuuu
@abdiijimmaa
@abdiijimmaa 2 жыл бұрын
Wayyi saboona kana bayyeee nama dhibda
@keebarkeewayyaa7510
@keebarkeewayyaa7510 2 жыл бұрын
Hojii ajaa'ibaati sin dinqisiifadha jabaadhuu leenca koo❤️🙏
@horatube4286
@horatube4286 2 жыл бұрын
Teessoo Abbaa Gadaa yaabdee
@naolgetachew7111
@naolgetachew7111 2 жыл бұрын
Ishobbokoo!!!!!!
@burtukutufa8900
@burtukutufa8900 2 жыл бұрын
Jajjabee keenya nuuf jiraadhu ❤️💚❤️🥰
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
Maati na tayi qaali ko pls
@diinaoltaganu5429
@diinaoltaganu5429 2 жыл бұрын
Jaba nama buli! Cichoomina keetin ajaa'ibsiifadha Sabboonaa koo!
@JureJurenasir-jp8lv
@JureJurenasir-jp8lv Жыл бұрын
Akkaan si jaladhuu dhira koo jiradhuu darbii❤❤❤❤❤❤
@bikilaasefa7662
@bikilaasefa7662 2 жыл бұрын
Boombiikoo Baga dhalatte Nama guyyaa tokko ofiif hin jiraanne Ilma sabaa
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 2 жыл бұрын
Beutyful Oromo, Oromiaa children's ❤💚✅ Mee Oromo 😭 Jebadaa, moderniy minilik wajenee felemechaa jertanee🦾 jebadaa emoo geletomaa! gelen keenaa belisumaa hatoo!! Oromiianee habelesometuu ❤💚☝✝️🕌✅
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@masselect3298
@masselect3298 2 жыл бұрын
Sabbonaakeenya qalii nama jabakoo
@galanigalani8849
@galanigalani8849 Жыл бұрын
Nuuf jiradhuu qaxalee kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@asefaanbesa4575
@asefaanbesa4575 2 жыл бұрын
warra diinaaf hin jilbeenfanne dirree goototaa bilisummaa argaa ❤💚❤
@aynalemmenagistu9171
@aynalemmenagistu9171 2 жыл бұрын
Sabboonaa taffarraa nansee😘💕💕calaa bultume badu bakkaa nuf butee qaxlee kooi💘💋💋💋🎉🎉
@gemechutakele6977
@gemechutakele6977 2 жыл бұрын
Maal jedhee akkan SI ibsu jechoonni Nan gahu sabboonaa Koo murataa ilmaa jabaadhu
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 жыл бұрын
Wow nuf jiradhuu akkati sijalanuu💕💕💕💕💕💕💕
@efiremderessa5021
@efiremderessa5021 2 жыл бұрын
sagalee cunqurfamtootati ati.nuuf jabadhuu hojiin kee gaafa tokko fixee faajii bilisumma oromoo irrati ni yaadamta.
@HundaolAlemu-d2e
@HundaolAlemu-d2e Жыл бұрын
Gayyaa tokko nuuf utuu nuuf hin darbine hin aftu leenca oromoo, waaqayyo sifaana yaa jiratu lammii koo!!
@kuusaalove8711
@kuusaalove8711 2 жыл бұрын
Sabbonnaa ken qali kumaa nufii jiradhuu❤️🙏
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951 2 жыл бұрын
Jabaa haqa irraa maqanee ❤️💚❤️Oromoo koo
@bikilabalis6897
@bikilabalis6897 2 жыл бұрын
Galatoomi ilma sabaa. Nuuf jiraadhu
@Soothi-5s
@Soothi-5s 2 жыл бұрын
Baay'ee namaatti tolaa! thank you for your amazing work sabboonaa koo
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@iamoromofarist8344
@iamoromofarist8344 2 жыл бұрын
Woww Sanyii gootaa 💪galatomii🙏tokkummaa Oromo koo 🥰❤❤❤❤❤
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@Solan-8008
@Solan-8008 2 жыл бұрын
Jabadhu dhiirako 🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌻🌼🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
@chalalammessa5356
@chalalammessa5356 2 жыл бұрын
I appreciate this sing 🌟 Seriously I admire you Sabboonaa❤️ Oromo will prevail 🌟 OLA forward/ go ahead ❤️💚❤️
@hey1232
@hey1232 2 жыл бұрын
Amennnnnnn 👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@tesjitesji6857
@tesjitesji6857 Жыл бұрын
R❤❤
@feyisagomoro5173
@feyisagomoro5173 2 жыл бұрын
waanan ittin ibsun dhabee kan kee kana
@danieelgemeda9909
@danieelgemeda9909 2 жыл бұрын
Sabbooko nuu jiradhu gootako ❤️💚❤️
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@HamiticKushitic
@HamiticKushitic 2 жыл бұрын
We Oromo have the best Adaa :) Naaggaayaa :)
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@jirex430
@jirex430 2 жыл бұрын
Jabaa keenyaa sabboonaa galatoomi 🙏🙏
@leluhunde9228
@leluhunde9228 2 жыл бұрын
Sabboo Koo keenna goota oromoo nuuf jabaa'uu
@muraadmohammed6006
@muraadmohammed6006 2 жыл бұрын
Jabaadhu jabaa koo mirgaan gallaa
@kumeraibsa6101
@kumeraibsa6101 2 жыл бұрын
shubbisa horroo akkam namatti tola
@zerihungebre3031
@zerihungebre3031 2 жыл бұрын
Sirboota Sabboonaa
@abditum7935
@abditum7935 2 жыл бұрын
Saboonaa dhiiraa wayii,,,WBO
@ebooromoo5854
@ebooromoo5854 2 жыл бұрын
Jabaa koo Bagaa Milkooftee🙏🏼🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚💚💚💖💚💖💚💚💖💖💚💖🥺💖🥺💖🥺
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@tayetashoma6476
@tayetashoma6476 2 жыл бұрын
nama akka maqaasaatii nuu jiraadhu! God save you from day hyna
@olyadtube4579
@olyadtube4579 2 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu leenca fakki nama🔴💚🔴
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@jiituuoromoo860
@jiituuoromoo860 2 жыл бұрын
Jabaa koo nuuf jiraadhuu ❤️❤️♥️💯💯
@tashomalamma5624
@tashomalamma5624 2 жыл бұрын
Sabboona jajjaabe korma nama jabaadhu ati kaayyoo dheeraa qabda
@naarobikaashow1837
@naarobikaashow1837 2 жыл бұрын
matii naaf ta'ii qalii pls pls sanyii koo waan yaa jajabesinuu oromoo koo 💞💞💞💞🌹🌹
@keebartube6432
@keebartube6432 2 жыл бұрын
Sabboonaa keenya nuu jiraadhu🙌🙌🙌
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@gutema8854
@gutema8854 2 жыл бұрын
WBO dhiira keenya sabbona keenya ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳❤️❤️❤️❤️
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 2 жыл бұрын
Wooww baga nagaan dhufte goota koo❤️🥰
@beetlemtaddasa4138
@beetlemtaddasa4138 2 жыл бұрын
Ijoolee biyyaa ko ofkolaa akka kee nuuf bayyiissuu waqayyoo of jalatii gudiisa jirtaa kana keessaa akka falmataa paulsii faa
@nimonateressa7224
@nimonateressa7224 2 жыл бұрын
Leenca baddaa horroo Sanyii Abishee Garbaa ❤️💚❤️💪
@haleelaaroorroo5998
@haleelaaroorroo5998 Жыл бұрын
Shamarran Dhiha Oromiyaa Irraa ! Yaa waaqayyo surraan kee akkanatti haphee ta'ee nu haa qabatu !
@ayuu1047
@ayuu1047 2 жыл бұрын
Wwww lenca kenyaa nu jiradhu😍😍💯
@Mkentertainment1336
@Mkentertainment1336 2 жыл бұрын
keep it up ma boy .......... mirgaan nuuf gaala 430koo
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@jaalalaa
@jaalalaa 2 жыл бұрын
abshiir jajjabaattuu koo ❤💚❤💪
@fatimaal4482
@fatimaal4482 2 жыл бұрын
Jabaakoo nuuf jiraadhuu qalii sabaa ♥️💪💪💪💪💪
@amentiifa6334
@amentiifa6334 2 жыл бұрын
Nice OROMO song🎶🎶 keep up saboona
@imaanaamedia1192
@imaanaamedia1192 2 жыл бұрын
Maatii siif ta'eera,Atis maatii naaf ta'i tiruu! 💗
@abdinegasa5254
@abdinegasa5254 2 жыл бұрын
Sabona tafara
@christianworshipjesus7166
@christianworshipjesus7166 2 жыл бұрын
Qaalii keenya ❤❤💚💚❤❤
@mgr761
@mgr761 2 жыл бұрын
Sabonaa tafee , Ayzoyoi ሌንጫ ወለጋ !
@ruzibona118
@ruzibona118 2 жыл бұрын
Boonaausmaan
New_Oromo_Music_video_Ya_Rabbi_Sabboonaa_Tafarraafi Yoosiif_Yaadataa_2023/2016
8:35
OMN   ODUU  MUDDEE 30, 2024
17:37
OMN
Рет қаралды 21 М.
Chain Game Strong ⛓️
00:21
Anwar Jibawi
Рет қаралды 41 МЛН
Support each other🤝
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 81 МЛН
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН
sabboona tafarraa July 2023
13:35
Booree Entertainment
Рет қаралды 63 М.
JAAL JAANJESSAA DIINAA!
15:31
AMBOO Entertainment
Рет қаралды 101 М.
Sabboonaa Tafarra+*Hin Sodaatiin  Yaa Dhiiro* New Oromic music 2021
10:17
Irbuu Entertainment
Рет қаралды 133 М.
Gameettii Oromo Music by Felmeta kebede
5:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 725 М.
Non Stop Afaan Oromoo Music Hana Mohammad
29:41
Hanicho Oro
Рет қаралды 78 М.
New WBO music Cabsii Gali jaal Nimoonaa Mokonnoon 2024
5:37
Waadaa Gootaa@430
Рет қаралды 256 М.