Sanyii Haacaaluu : Ijoollee Qaalii Kutaa 4ffaa

  Рет қаралды 161,778

DIBABEMEDIA

DIBABEMEDIA

Күн бұрын

#sanyiihaacaaluu#dibabemedia#qaanqeeshow#donkeytube*Watch as Besufikadu Hachalu, a
🎵 *Hook* 🎵
Hey there, welcome back to our channel! Get ready for some hilarious moments as DibabeMedia take the lead in interviewing the one and only Besufikadu Hachalu. Trust me, you don't want to miss this!
*And that's a wrap for our video "DibabeMedia Do Funny Interview With Besufikadu Hachalu In Afan Oromoo". We hope you had a great time and can't wait to see you in the next one!
youtube / @dibabemedia
facebook www.facebook.c...
tiktok tiktok.com/@tiktokorosh
Enjoy with our kids drama & unique funny talent!!

Пікірлер: 510
@sanyiibulloosanyiileenjisoosan
@sanyiibulloosanyiileenjisoosan Жыл бұрын
Jabadhuu sanyii Garuu ijoolee teenyaa tana oromoo you tube nama afaan oromo dubbatuu like fi share godhuu hin betiin nafyanyaa jala figuu male kotta gatii itti kafaltiin subculture fi like share commeent godhiif jabadhuu jedhiin Keesattii ijoolee shamarin network kan madamii yeroo qabdii warra biyya keessa ta, e hojii baredaa fi barumsaa baredaa nuf kenna jiruu kan jabadhuu jedhiin nama gargaruu qarshii qofan osootanee wal jajjabbeesuu maatii waliif ta, uu jabadhu nama jechuu Itti fufii yaanii keesan baredaa jechu fa, aa gargarsaa ta, aa jabadhaa🙏🙏🙏
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Ebbifamii! Nuuf jiraadhuu!
@seenaakiyyaa4781
@seenaakiyyaa4781 Жыл бұрын
Guddaadhuu dhalotaa qubee meqaa kesaantu akka koo muca kana jalaatee mee😕😍😍😍😍
@madinamadina3852
@madinamadina3852 Жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏💞💞🙏🙏🙏🙏💞💞💞
@tamiratabasa1410
@tamiratabasa1410 Жыл бұрын
baayee bareeda , baayees ergaa guddaa qaba akkuma warraa ollaa keenyaa dinqi lijoch jedhan osoo miidiyaa kee guddiftee dacheen oromoo baldhoon ijjoollee qaalii hedduu akka siif laattu abdiin qaba. guddaa galatoomii , jabaadhu attillee. baayeee na kofalchiiftaniittu.
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Eebbifamaa!! Nuuf jiraadhaa!!
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more....... Jajjabaadhu. #Please ijoollee oromoo nama wan gaarii hojatuu yeroo arginuu wan biraatiin yoo qarqaaruu dadhabnee #likeandshare gochuudhaan haa jajabeessinu fayyaa galatooma #ijoollee oromoo hundaa keessanuu walqixa isin jaaladha. Naaf jiraadha.
@Liiduuyoutube123
@Liiduuyoutube123 Жыл бұрын
Please mati nafi tayii sanyii
@asfawhabtamu1921
@asfawhabtamu1921 Жыл бұрын
Yaada gaariidha
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
🙋🙋🙋🙋🙋 IJOOLLEE QAALII 🙋 Hamma dhumaatti yoo ilaaltan , dubbii jabaan dhumarraa Jira🙋 🙏 DibabeMedia 🙏
@Genet800
@Genet800 Жыл бұрын
Qaxalee koo guddadhui😂😂😂😂😂😁😳
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Jabaadhu atis 🥰🥰
@jamelanaser7400
@jamelanaser7400 Жыл бұрын
Wly mucaa bayee jaladhee uuuuuuufffeee♥️♥️♥️gudadhuu💘💘baredukoo
@shalto3760
@shalto3760 Жыл бұрын
Nuufi gudadhu ilmaa Oromoo qulluqulu❤ 😍😍🥰🥰🥰
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Mucaan mulataa qabaa Waaqayyoo gooftan isaa haa ebbisuu 🥰❤️
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naf tayaa❤❤❤
@dursiitube1791
@dursiitube1791 Жыл бұрын
I like this one
@tatekdeneke
@tatekdeneke 10 ай бұрын
great man
@chalamerga7602
@chalamerga7602 Жыл бұрын
Gaaffii yeroo gaafattu salphisii akka ijoolleef tahutti gaafadhu ati
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Yaada keessaniif galatoomaa
@musaadaddafo4457
@musaadaddafo4457 Жыл бұрын
Jabaadhu media keemmoo guddisi.Oromiyaan ijoollee akkanaa hedduu qabdi.
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Tolee. Galatoomii!
@fariiorotube
@fariiorotube Жыл бұрын
Heduunu jalaladhaa mucaa ko masha allh Rabbii bakkan nufuu hageyuu yaa oromo tiyyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💔
@beshenenuabu
@beshenenuabu Жыл бұрын
waqni sii yaa gudisu atis jabadhu ijole bayye gagari bayyee nuf fidi maloo
@Faadumo-u1d
@Faadumo-u1d 10 ай бұрын
❤❤❤ mashalaa❤❤❤
@diribeedabalaa2302
@diribeedabalaa2302 Жыл бұрын
Uuuuuuuffffffee waqaayyoo sii haa ebbisuu bareduu koo 🥰🥰🥰🥰🥰
@sifanlemma1606
@sifanlemma1606 Жыл бұрын
Buchokoo eebbifamii sin jaaladha ❤️❤️❤️
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Amanuel mucaa qaxaalee kanaa heeduu jaaladhee 🥰❤️❤️👏
@Fkr861
@Fkr861 Жыл бұрын
Waaqaa beeka dhugumayyuu abushee koo jabaadhu
@dbv4216
@dbv4216 Жыл бұрын
Amazing how mucca ajja'iba kana namati tollaa gudadhu Habib i love you 😍😘💖❤♥💕😍
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Dhugaa Waaqayyoo mucaa kana nu jabesii amoo kolfaa garaa dhumnee nama kolfisaa jechii isaa damma nadhiiidha oso yaroo hundaa nu fidee 🥰❤️
@halimanurefako8967
@halimanurefako8967 Жыл бұрын
Dhugaa mucan kunii akkaa Nama gudatii hasayaa rabbin isaa haa gudisuu marsaa 3 falee nu fidii hasayaa isaa bayee dasii jedhaa yeroo meqaa iraa debiee lalee
@qabaneehayiluu285
@qabaneehayiluu285 Жыл бұрын
Waqayoo siiaa gudisuu 🥰🥰🥰🥰🥰❤️
@mohammedtola4036
@mohammedtola4036 Жыл бұрын
Lencaa Rabbii nuuf haa guddiisuu ilmoo Gootaa Gootumma oromoo irra dhalatee mitii 😍😍😍
@umuualiyaatube2352
@umuualiyaatube2352 Жыл бұрын
Wallahi heduu na kofalchise daimini nuufi gudadhuu kichuu koo
@hawihawi5539
@hawihawi5539 Жыл бұрын
Dhugaa waqayyo bayee namatti tola mucaan waqayyo ha gudisu ❤️❤️🥰❤️🥰❤️
@Hbg-k1n
@Hbg-k1n 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@BuchuuBuchee
@BuchuuBuchee Жыл бұрын
Gudadhuu ❤❤❤kodekoo
@burteechimdesa5444
@burteechimdesa5444 Жыл бұрын
Guddadhuu waqayyoo sii haa guddissuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💝💝💝💝💝💘💘💘💘💘💘💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 Жыл бұрын
woww Baayy'ee Gaaridha Garuu American birri akka bishanitti isa jedhesan lakki hojetanitti argatu jedhin
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Tolee. Ebbifamii yaada keef
@orommmmmmmm
@orommmmmmmm Жыл бұрын
masha alha kuni yogudatee bika guda gaha bika dhira gahii
@wubshetayane3921
@wubshetayane3921 Жыл бұрын
kkkkk..er waqayyoo si haa guddisu!! isaa gaafatu irrattii muudii qabacha turtee...baayyee caaltii mucattiin wooow isheen tuni haaceedhuma waan tokko
@urgokebe7331
@urgokebe7331 Жыл бұрын
Gudadhuu kormee koo rabbii wan yadee ittii sif yaa gutuu 🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲
@boseharme5695
@boseharme5695 Жыл бұрын
Wayyoo cimtuu sanyii dhiraa.waqayoo si ha guddisuu ❤️❤️❤️❤️❤️
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 Жыл бұрын
Kkk heeduu namattii tolaa Rabbii sii haa guddisuu bakkaa atii yaadeeni sii haa gahuu
@sabanatuarsiimunneesa1539
@sabanatuarsiimunneesa1539 Жыл бұрын
Maashaalla rabbii sii.haagudisuuu
@ptrcl6791
@ptrcl6791 Жыл бұрын
Pls continue... Bayyee namatti tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Omturkey2028
@Omturkey2028 Жыл бұрын
Haacee natti fakkataa dhugaa daima rabbiin sammuu itti kennee♥️
@derartou5760
@derartou5760 Жыл бұрын
Habibi❤❤❤❤❤
@samirakhaderyoutube6335
@samirakhaderyoutube6335 Жыл бұрын
Rabbiin sii haa guddiisuu xiqishuu koo ijaa dinaa hafii
@nuaiyaajman4313
@nuaiyaajman4313 Жыл бұрын
Waqayoo sii haa guddisu 😍😍😍❤️❤️❤️❤️
@umakalidarasijajutub4528
@umakalidarasijajutub4528 Жыл бұрын
Wawawawawawawawa Da,imatin qulufii rabbin haa gudiisuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞💞💞
@hawinewayuma9070
@hawinewayuma9070 Жыл бұрын
Pratl3
@mariyamariyam
@mariyamariyam Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@wardawarda3201
@wardawarda3201 Жыл бұрын
Uuuuuuuufffff kkkkkkkk Qaxalee ko gudadhuu ebifamii maqaa iyasusi 😍😍😍😍😍❤❤❤❤😘😘😘😘
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 Жыл бұрын
Yaa mucaa kaan guddaadhu 🥰🥰🥰😍😍😍😁
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Dama kana waqaa uuuuphaa gudadhuu hadho kooo dhugumaa hudumaa rabitui bekuu❤️❤️❤️❤️
@asiaasia6277
@asiaasia6277 9 ай бұрын
❤❤❤
@borifantv
@borifantv Жыл бұрын
Hamma dhumaatti ilaaleen kolfaan maraadhee🤠🤠🤠🤠🤠🤠🤠🤠🤠
@habibamudiin3459
@habibamudiin3459 Жыл бұрын
Dhugaa Raabii mucaa kanaa Daqiqaa dhibaa nu warabii Hasaan isaa ba.enutii tollaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Tolee . Ebbifamii!
@biraanetube320
@biraanetube320 Жыл бұрын
baayee ergaa guddaa qabaa maaloo ijolee xixiqoo lafaa dhuftuu jajabeesa dhugaa
@hadralalemda4134
@hadralalemda4134 Жыл бұрын
nu gudadhuu baredaa koo waqayyo sii ha gudisuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@bayisefikadu7896
@bayisefikadu7896 Жыл бұрын
Mucaa qaxalee nuuf guddaadhuu bareeduukoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@kennaagezewu6741
@kennaagezewu6741 Жыл бұрын
Guddaadhuu Dammakoo uuffff nuufjiradhuu
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 Жыл бұрын
Ijooleen xiqqoon illee biyyaa bahuu yaadi😊😊😢😍😍😍😍😍
@wacaalewalloo5224
@wacaalewalloo5224 Жыл бұрын
masha Allah
@LalistuReta
@LalistuReta 8 ай бұрын
Aja.ibbaa❤❤❤❤
@nuaiyaajman4313
@nuaiyaajman4313 Жыл бұрын
Eee mucaa cima 😍😍😍😍😍
@ayeetuushow
@ayeetuushow Жыл бұрын
Uf kaa mucaa qalii nuu jiraadhuu guddadhuu bakka gudaa gahii 😍 atilee ijolee akkas basuu ketiif galaatomii😍
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naf taya❤❤❤
@baraka99ethiopia72
@baraka99ethiopia72 Жыл бұрын
Jabadhu oromo koo
@bontuabsi8189
@bontuabsi8189 Жыл бұрын
Rabbi si haa guddisuu qaxalee koo
@JireenyaIslaamaa
@JireenyaIslaamaa Жыл бұрын
*Jabaadh* u@
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💔
@Shenane
@Shenane Жыл бұрын
Gudadhuu waqayoon sii gudisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@helleen4304
@helleen4304 Жыл бұрын
Wayyoo qamotaa gutuu laka,aan se,ee waq Waqayyoo siin haa gudisuu 💋
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞
@zamzamboja2192
@zamzamboja2192 Жыл бұрын
Mashaa allah akkam namatii tolaa rabbii yaa gudisu
@Sumayaa54
@Sumayaa54 5 ай бұрын
Saree koo guddaadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bnbnmbn918
@bnbnmbn918 Жыл бұрын
Dhugaadha hacaaluun homaa hin balleessinee😭😭😭
@soraaqalbiitube1602
@soraaqalbiitube1602 Жыл бұрын
Jabadhuu my brother
@jesusismylife9525
@jesusismylife9525 Жыл бұрын
Wow! Guddaadhu galmaa ga'ii Bareedduukoo ❤️🥰
@birtukantolasagirma5175
@birtukantolasagirma5175 Жыл бұрын
Maloo jajjabeesa❤❤❤❤😂😂😂😂😂
@umuualiyaatube2352
@umuualiyaatube2352 Жыл бұрын
Wwwwwwwoooww kichuu koo rabbiin sii haa gudisuu ♥
@tigistedosa5990
@tigistedosa5990 Жыл бұрын
Waaqayyoo si haa guddisuu 😘🙏
@mohammedtola4036
@mohammedtola4036 Жыл бұрын
Mashaa allaah Rabbii ija hamtuu sirra haa qabuu 🤩
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 Жыл бұрын
Qachoo koo gudaadhuu maaloo🥰🥰🥰
@JamilaaMoosisaa
@JamilaaMoosisaa Жыл бұрын
Baga nagaan dhufte Qaxaalee keenyaa Rabbii si haa gudisuu Bakka yade olitti Gudaadhu argaami Asuman mati naf ta'a pls Oromo koo
@agegnwisraeal
@agegnwisraeal Жыл бұрын
dhugaa mucaa kana waaqayyoo haa guuddisuu maal naa kollfiisisaa
@Omturkey2028
@Omturkey2028 Жыл бұрын
Guddadhuu kichuu koo♥️♥️♥️♥️
@a71green25
@a71green25 Жыл бұрын
Kkkkkkkuuuu Woooooww Wecome
@AdAd-ce8vv
@AdAd-ce8vv Жыл бұрын
Masha alah
@gahaanrabi4480
@gahaanrabi4480 Жыл бұрын
Maashaallaah guddadhuu mucaa
@AmiraMoti
@AmiraMoti 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤⚘⚘😍😍😘😘
@Omturkey2028
@Omturkey2028 Жыл бұрын
Dammaa koo ija hamaa sirra ha qabuu
@lemishelema8937
@lemishelema8937 Жыл бұрын
Guddadhu oromiyaaf ta.i jabeessaa maaloo
@abukena3815
@abukena3815 Жыл бұрын
Wow amazing! Nuuf guddaadhuu
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 Жыл бұрын
Guddaadhu Buchee koo Maloo mucitaani Natti tole Otooni Nafi kennanni ❤️❤️❤️❤️
@fariiorotube
@fariiorotube Жыл бұрын
Mucaa Kan nufaa jabbessaa Oro tiyyaa
@iftubenti4917
@iftubenti4917 Жыл бұрын
Waaqayyo si'aa guddisuu miyooftu afaan dammaa!.
@sabanatuarsiimunneesa1539
@sabanatuarsiimunneesa1539 Жыл бұрын
Hababii🥰🥰🥰
@kiyattoutebe1024
@kiyattoutebe1024 Жыл бұрын
bagaa nagaan dhufitaan 🥰🥰🥰🥰🥰
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💞
@tademelese5073
@tademelese5073 Жыл бұрын
waqaa beeka jedha wanta hundaafuu😘😘😘😘
@alainkarwan3362
@alainkarwan3362 Жыл бұрын
Ijraa haafi qacalee koo
@budhaedao5117
@budhaedao5117 Жыл бұрын
Rabbiin sii haa gudisuu gudadhuu bakaa gayii qaxalee koo
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Жыл бұрын
Kootukaa ammaa dhiraa tanaani waaqa qaqaabii siini jedhe🤣🤣🤣 Guddadhu worqii mucaa🥰🥰🥰 Wollahi qalbiin dhageefadha mee mucaan kun ummaa waaqas haqaa guddaa rabbii dubbisaara
@mkdlawt5463
@mkdlawt5463 Жыл бұрын
Esaa jiratu
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
@sisayteka8045
@sisayteka8045 Жыл бұрын
He is brilliant
@hawwizawude2316
@hawwizawude2316 Жыл бұрын
Gudadhuu Ayuu bekaa nufii taa,ii 💔💔💔💞💞💞💞🥰🥰💗💗
@amiinahusen6758
@amiinahusen6758 Жыл бұрын
Qaroo ija iraa hafii
@addistafara4291
@addistafara4291 Жыл бұрын
Waqayoo sihaa gudisuu🥰🥰🥰🥰
@araraso.mohammed6825
@araraso.mohammed6825 Жыл бұрын
bayyee garii dha dhaloota Qubee Rabbiin nuuf haa dhiisuu
@letamengistu5291
@letamengistu5291 Жыл бұрын
Bra waan daa'imma gaafatan addaa baasi Ijoolleen otuu bashaannansisaa gaafadhu malee hin dhiphisiin
@DIBABEMEDIA
@DIBABEMEDIA Жыл бұрын
Yaada keessaniif galatoomaa
@ririalriri3816
@ririalriri3816 Жыл бұрын
@@DIBABEMEDIA JIIdduni addaani hin kukuttin
@AyuAyu-ti3gj
@AyuAyu-ti3gj Жыл бұрын
Gudadhuu ❤️ lubbuu ko ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Qophii Ijoollee - Taariikuuf Naafii Jiraaf Gudaan waliif maal??
27:34
How Strong is Tin Foil? 💪
00:25
Brianna
Рет қаралды 59 МЛН
Car Bubble vs Lamborghini
00:33
Stokes Twins
Рет қаралды 16 МЛН
У вас там какие таланты ?😂
00:19
Карина Хафизова
Рет қаралды 17 МЛН
#halaaliin Bashaashaa kutaa 1ffaa fi 2ffaa
7:42
Halaaliin Bashaashaa
Рет қаралды 7 М.
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Qaanqee Show
Рет қаралды 105 М.
Siin Jaaladha Yaa Rasuulallaah Ammaar Sh/ Zakariyyaa Al Ikhlaas Concert
7:30
Al Ikhlas Haro Dawa Group
Рет қаралды 570 М.
Bankii_koflaa_part_3_Jalo_Juice_jaartin_jalo_zeeta_Danfistee_irraa_nayxe
10:37
Jalo juice Oro Khan HD
Рет қаралды 116 М.
MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024
5:46
Lidiya Deresse Multimedia
Рет қаралды 1,3 МЛН
How Strong is Tin Foil? 💪
00:25
Brianna
Рет қаралды 59 МЛН