Sayyoo Mokonnin New Oromoo Music 2024 Dubbiin Rabbii Waa lamaa

  Рет қаралды 62,025

Sayyoo YouTube

Sayyoo YouTube

Күн бұрын

Пікірлер: 161
@TolesaMoges-io3ps
@TolesaMoges-io3ps 22 күн бұрын
Dhugaa kedha jaaloo dhugaa waaqa anoo maaloo maal godhuu adaraa waaqa uuuufff 🎉 Bagaa dhalattee qaalii Salaalee Bagaa ittii cabsitee Tanaa dhamsaa guddoo qabdii namaa bekuuf 🎉🎉🎉
@Boharttii
@Boharttii 20 күн бұрын
Jabadhaa sayyoo sanyii dhiiraa maqaan aboota keenyaa har'as ni jiraa❤❤❤
@DaraaraaEntertainment
@DaraaraaEntertainment 22 күн бұрын
Bravo💪waan danda'aniin saba ofiif sagalee ta'uun akkana! Thank you🙏
@Vision-Daamxoo-Fiqaaduu
@Vision-Daamxoo-Fiqaaduu 21 күн бұрын
Ani weellisaa Daamxoo Fiqaaduun jeedhama seena naaf dhawwadha oromoo ko sayyo ko baga milkooftee gota keenya
@ObsaAbara
@ObsaAbara 20 күн бұрын
Jabaadhu gota koo baayyee natti tole dhugaa rabbii
@esmaelhassen5111
@esmaelhassen5111 22 күн бұрын
“... ijoolle maaloo Yaa korommii laga Daannisaa, Barat Saree nama nyaachisa!” Weellisaa Sayyoo Mokonnin uummata keef sagalee waan taateef galatoomi! #salaalee_darraa
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@qeeeoromoo1393
@qeeeoromoo1393 22 күн бұрын
Yaa rabbii keenya kun hanga yoomiiiti tunilee ni darbutti inshaa allaah
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@awelbamud3085
@awelbamud3085 20 күн бұрын
Dhugaa keet nu hundinuu Tokkummaa Oromoo baayyee arguu hawwinaa... Guyya tokko tarii tokkummaa Oromoo arguu dandeenyaa Abdii hin kunnu mee🙏
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@Simboo_tw5rq
@Simboo_tw5rq 21 күн бұрын
Galatoomi jabaa saba 🙏🙏🙏 Sayyoo Mokonnin
@Falmii
@Falmii 22 күн бұрын
Yookaan namaa dabarsa Okolee jala buusee Yookaan nama dabarsa mogolee nama buusee❤️
@Caalumaajifaaraa
@Caalumaajifaaraa 22 күн бұрын
Osuma gadheen xixxixxuu Gootnii moo'a giddiittuu Dhaamsa jabdu ❤❤❤❤❤❤❤
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@shalematolesaofficial
@shalematolesaofficial 21 күн бұрын
Jaba koo well come 🎉🎉🎉 kan ammana dubbate Eynutu jiraa nuuf galatoomi sayyoo🎉
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@BezoLama
@BezoLama 16 күн бұрын
Jabadhuu jaba promo gotaa hatti desse waqayoon sii haa milkeessuu❤❤❤❤❤
@TadeButa
@TadeButa 22 күн бұрын
Abbaatu dhowwataa roorroo sanyikoo
@Sheefii
@Sheefii 20 күн бұрын
Akkastii sanyii koo Aartiin yoo dubbattu! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@GadisaBayisa-r8h
@GadisaBayisa-r8h 21 күн бұрын
Boolli Hin jiru Lafuma Boonyi hin jiru calluma Korommii Laga daannisaa Baratu saree Nama nyaachisaa.... Ergaa guddaadha. garaa Nama nyaata. Ulfaadhu!!
@AyuuDhabii
@AyuuDhabii 17 күн бұрын
Lenncaa wayii 😢❤❤❤
@AlemiAdugna
@AlemiAdugna 22 күн бұрын
Jabaadhu boombii keenya!
@GelanaLalgelo
@GelanaLalgelo 22 күн бұрын
Galatoomii jabaakoo. Keenya sila baruma Baran boyicha ta'e
@hyuyuyytyu3530
@hyuyuyytyu3530 10 күн бұрын
Jabaadhu cimtuu namaa.
@HundeeWaaq
@HundeeWaaq 22 күн бұрын
Jabduu koo!
@HundaolAyele
@HundaolAyele 21 күн бұрын
Sayyo king. galatomi wan ofi
@Fetene.kasahun
@Fetene.kasahun 21 күн бұрын
YOkaan naamaa dabarsaa okolee namaa guutee yokaan yokaan namaa dabarsaa mogolee namaa busee galaatoomii gootaa koo🎉🎉
@GadaSaddeet
@GadaSaddeet 22 күн бұрын
Odaatu sirra biqile Gadisa nuf ta'ee malee yaa dachee
@RobaRoba-e5e
@RobaRoba-e5e 8 күн бұрын
Saayoo saanyi dhirawaqyon dheera sig haakenu jaabako
@FayiseHabtamu
@FayiseHabtamu 15 күн бұрын
Anan yaa sabaa koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@BaayyuuWarrakuyyu
@BaayyuuWarrakuyyu 22 күн бұрын
Yaa korommii Laga daannisaa baratu saree nama nyaachisaa,,,😢😢😢😢😢😢
@BegnaNegash
@BegnaNegash 22 күн бұрын
Sayyoo ilma sabaaf dhukkubsatuu!
@Primeelyrics
@Primeelyrics 21 күн бұрын
Jabadhu sanyi gota logo design sif hojedhe ture kessan na dubbisi
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@gadaatube1437
@gadaatube1437 21 күн бұрын
Ormi xuqee nama ilaala abbaatu dhoowwata roorroo🎉❤❤
@tokumahordofa
@tokumahordofa 21 күн бұрын
jiraadhuu waan hawwite argi❤
@Tiyyahundadadesu
@Tiyyahundadadesu 20 күн бұрын
Salaalee Koo keesaan sirbaa qofa ta'e maqaan 😢😢
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 21 күн бұрын
Galata Guddaa qabadaa Oromoo irraa sagalee keen jabaa dhuu 💘😥😥 Translate to English
@kibitadese696
@kibitadese696 21 күн бұрын
Sayyoo keenya thank u
@gidobaressa2613
@gidobaressa2613 22 күн бұрын
Ana nyaatu salaaleko
@CaalaaNugusuuTub
@CaalaaNugusuuTub 21 күн бұрын
Galatoomii Jabaa Namaa 🙏🙏
@demetura5227
@demetura5227 3 күн бұрын
Wow wow Oromo koo
@Zaytonq
@Zaytonq 14 күн бұрын
Gubbanne kenyaa dharran abbasse uff sallallee dharra gubannee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢lamii koo 😭 nuf jirraadha😢😢😢
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 10 күн бұрын
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu kooooo
@yordanosgirma7989
@yordanosgirma7989 22 күн бұрын
Akkana kinoo
@salaaleeartii3025
@salaaleeartii3025 19 күн бұрын
bayyee bayyee 💪💪💪💪💪💪💪💯💯💯💯👍👍👍👍
@WebiTeshome-g3o
@WebiTeshome-g3o 18 күн бұрын
Jaaba ilmaa sabaa nuuf jiradhuu hojii barredadhaa.
@AwaalTamaam
@AwaalTamaam 21 күн бұрын
Jabaa sabaa❤❤
@Bontuuoromoo-m8x
@Bontuuoromoo-m8x 20 күн бұрын
Jabadhuu jaba kenyaa
@GetuFetula
@GetuFetula 20 күн бұрын
Anan Lammii koo salaalee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@SugeesaAjama-z7q
@SugeesaAjama-z7q 20 күн бұрын
Dhugaa jetee marat saree namaa nyachisaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪
@WonderfulSchnauzer-xx8yo
@WonderfulSchnauzer-xx8yo 21 күн бұрын
Jabadhu sanyiii ormoo ❤❤❤❤❤
@olbanatulu519
@olbanatulu519 21 күн бұрын
Galatoomi 😍 jabadhu
@AbebeAsfaw2139
@AbebeAsfaw2139 22 күн бұрын
👑 King
@Gezahegn-j8u
@Gezahegn-j8u Күн бұрын
Aboo sitaa toluu saynii
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 15 күн бұрын
Namni jiraatti gadhaa'e nama du'een obboleessa
@ArarsooNajjash
@ArarsooNajjash 20 күн бұрын
Yaaya raabii diramadhuffa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😅😊😊😅😮😢😂❤❤❤❤❤
@GelaneAdane-kp8vo
@GelaneAdane-kp8vo 20 күн бұрын
💔💔💔💔💔💔🎶🎶🖤🖤🖤🖤jabadhuu sirbaa kunii ergaa bayee qabaa 😢😢😢😢
@ajmanuae4823
@ajmanuae4823 20 күн бұрын
dhugaa keetii 😭😭😭☝️
@yoobsical7084
@yoobsical7084 22 күн бұрын
Good
@ShimalisJambo-o5p
@ShimalisJambo-o5p 21 күн бұрын
Bayeen Bohee Sirbaa Ke Kanan Guyaaf Hallkan Gutuu Dhagefachan Bullaa Jiraa Sayoo Ko Bagaa Kenyaa Nuf Tatee
@NuuBar-uj7zk
@NuuBar-uj7zk 21 күн бұрын
Hubataa namaa galatoomi garaan nuu gubatee
@WaloomaWalooma
@WaloomaWalooma 21 күн бұрын
Ati jabaadhu
@ShananHotelandResort7300
@ShananHotelandResort7300 21 күн бұрын
Sanyiikoo dhiira sagalee taliilaa
@bayisabulbulasanbatu4761
@bayisabulbulasanbatu4761 21 күн бұрын
Sayyoo kiyya 🙏🏾
@GadaSaddeet
@GadaSaddeet 22 күн бұрын
Ykn nama dabarsaa ykn namaaf dabasa
@SifanAbbichuSifanAbbichu
@SifanAbbichuSifanAbbichu 20 күн бұрын
Wow Osoo kan keenya ta'uu battee garaa na nyaatta turte!
@ChalaTiki-r5m
@ChalaTiki-r5m 21 күн бұрын
Good❤❤❤❤
@KUUSH123
@KUUSH123 21 күн бұрын
Fayyaa ta'i
@Milkeessaa797
@Milkeessaa797 21 күн бұрын
Jabaadhu❤
@abditakala5713
@abditakala5713 22 күн бұрын
Ayii
@giiftiietertemenetn9896
@giiftiietertemenetn9896 22 күн бұрын
Uuuufff 😭😭😭😭😭😭😭💔😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Gumbichuu
@Gumbichuu 20 күн бұрын
Sayyoo sagalee kilolee bayyee galatomii 🎉🎉🎉🎉
@MosisaBojiMB
@MosisaBojiMB 21 күн бұрын
Jabaa mucaa yoona wayti sabaaf dubbatan yoo akka dhaban malee
@Liiban-Media
@Liiban-Media 22 күн бұрын
🙏
@Singoitors
@Singoitors 21 күн бұрын
❤❤ waan hambifatte hin qabdu gurbaa ❤❤
@FikaduMokonin-ly9th
@FikaduMokonin-ly9th 20 күн бұрын
Nuuf jiraadhu si JAALLANNA
@ibsaoro971
@ibsaoro971 21 күн бұрын
Baay'ee namatti tola! ❤❤❤❤
@GetuFetula
@GetuFetula 20 күн бұрын
Galatoomii 🙏 Jabba koo❤❤
@olitadese211
@olitadese211 14 күн бұрын
waaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa hin quufamuuu................
@AdugnaLenjiso
@AdugnaLenjiso 16 күн бұрын
Uuuuuffffiii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@abbaaBiyyaabadhoobekele
@abbaaBiyyaabadhoobekele 19 күн бұрын
Kormee koo💪💪💪💪💪💪🤛
@fayyisaaaddunyaa-ts9hb
@fayyisaaaddunyaa-ts9hb 22 күн бұрын
Jabaa,koo
@WelisaaAbulee
@WelisaaAbulee 21 күн бұрын
Jabaa dhiraa jabadhuu lencaa salalee
@rabbirraakef4843
@rabbirraakef4843 19 күн бұрын
Kormee dhiiraa!
@tiyyaaboruuf-xr1hm
@tiyyaaboruuf-xr1hm Күн бұрын
gootaa keenyaa jaabadhuu
@SiyonKristen
@SiyonKristen 21 күн бұрын
Jaba nama❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@MahamadAhamad-m6b
@MahamadAhamad-m6b 20 күн бұрын
Mame oro tube
@FiixaaGirmaa
@FiixaaGirmaa 19 күн бұрын
Dhiirri edaa jirtii
@Ynkxje-bn68pe
@Ynkxje-bn68pe 20 күн бұрын
Sanyii Taaddee Birruu
@AffectionateBeetle-jk9di
@AffectionateBeetle-jk9di 17 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤😢😢😢Jabaadhu sanyii.ofii ❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@AmartiiShawaa-vb9ki
@AmartiiShawaa-vb9ki 21 күн бұрын
Galatoomi jaaloo
@Fano55
@Fano55 18 күн бұрын
Uuuffff 😢😢😢😢
@otogatamiru4689
@otogatamiru4689 2 күн бұрын
koromiii ijjoollee salaalee! sayinaan
@LalisaYigezu
@LalisaYigezu 22 күн бұрын
Keenya dubbiin hin fixu
@WalaRorisa
@WalaRorisa 22 күн бұрын
👍👍👍👍
@GutemaRegasaGutemaEthio
@GutemaRegasaGutemaEthio 18 күн бұрын
❤️👍❤️
@AbdulazizGadullaa-pb3lq
@AbdulazizGadullaa-pb3lq 19 күн бұрын
Abdii.biiyaa dhuugakeeti
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 22 күн бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉
@mobayilApp
@mobayilApp 21 күн бұрын
❤❤❤❤
@CaltuuGizachoo
@CaltuuGizachoo 17 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@DajaneeIfaa-l4f
@DajaneeIfaa-l4f 20 күн бұрын
❤💚❤
@obsiioro-c2m
@obsiioro-c2m 21 күн бұрын
👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤
@CallaaAbdujaliil-o6l
@CallaaAbdujaliil-o6l Күн бұрын
Daiman di.2o25
@GenetdubeDubechirfa
@GenetdubeDubechirfa 20 күн бұрын
Sagalee lammii koo ummata salaale fi
@moteamin-l2z
@moteamin-l2z 19 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰👌👌👌💪💪💪💪
Jaagamaa Taaddalaa New Oromoo Music 2024  DISOO VIDEO 2024
6:53
OF-TA'I ENTERTAINMENT
Рет қаралды 193 М.
Dubbiin Rabbii Waa2 Sayyoo Mokonnin
4:53
Lubee Entertainment
Рет қаралды 628
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 13 МЛН
Wall Rebound Challenge 🙈😱
00:34
Celine Dept
Рет қаралды 13 МЛН
Non Stop Afaan Oromoo Music Hana Mohammad
29:41
Hanicho Oro
Рет қаралды 66 М.
#Natti_Mul'ata! JAAL_ABBAA_ROOBAA - new Oromo music
4:36
Bakkalcha Oromiyaa
Рет қаралды 17 М.
Oromia Islamic TV: Sh Abdusalaam kadir
1:14:58
Oromiait
Рет қаралды 283 М.
JAAL JAANJESSAA DIINAA!
15:31
AMBOO Entertainment
Рет қаралды 71 М.
Caalaa Bultumee(qeerransoo) Faacha Gorrorraa New Oromoo Music 2023
9:37
Ramme Melka |Bada Intaleey| New Oromo Music 2024
25:35
MalkaTube Entertainment
Рет қаралды 72 М.
"ሰቦንቱ" | "SABBOONTUU" New Ethiopian Movie 2024 Full Movie, New Amharic Movie 2024, New Oromo movie.
1:33:27
Sekela Entertainment - ሰከላ ኢንተርቴይመንት
Рет қаралды 309 М.
Caalaa bultume yoosaan geetahun Andu'alam gosaa
17:47
Waliif Official
Рет қаралды 444 М.