KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
#GUUTUU ABARRAA NAAF BILBILE.... | SEENAA FIQIRUU | GAMMADAA SHOW
51:31
Hachalu Hundessa FULL Album Oromo Music collection 2021 2021 06 14 18 33 00 1 572
2:38:40
快乐总是短暂的!😂 #搞笑夫妻 #爱美食爱生活 #搞笑达人
00:14
Каха и лужа #непосредственнокаха
00:15
Players vs Pitch 🤯
00:26
Players push long pins through a cardboard box attempting to pop the balloon!
00:31
Seenaa Gabaabaa Eebbisaa Addunyaa Hagayya 30 Bara 1996 Waggaa 24n Hara'a Wareegame
Рет қаралды 57,483
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 141 М.
Oromia 24
Күн бұрын
Пікірлер: 265
@hawwiihawwii7363
4 жыл бұрын
Wly Anni Amman du'ee biyyoo ta'uutii Hacee koo fii Ebisaa koo hin dagadhuu Madaa bara baraa natii ta'aanii uuuuuuf garaan koo gubatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@samiraqasim480
3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭
@chaltujifara1544
4 жыл бұрын
Uufffff uufffff yaa ijolee kenyaa biyoonii siniti yaaslphatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@zamzamahmad1940
4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅 oromoo koo qomo koo leenca koo dhugaa dubbachuf yartun kan hangaa hardhaa biyyaaf lafaa kenyaarati nutti taphaatu tokkuma dhabuu keenya malee gootas beekas dhabnee mitii maal goonare tokko tokkon funaanani nu fixaan yaa oromoo tokkuma tokkuma tokkuma haceenis osoo tokkumaf bohuu osoo oromoof bohuu yartuun garaa dhoqeef sammu dhoqee nyaate 😭😭😭😭😭😭
@oromiyabirthoromo1916
4 жыл бұрын
ታደሰ ብሩ ነዲ ገመዳ ጃራ ኣባገዳ ኤቢሳ አዱኛ ሁሴን ... አጫሉ ኡንዴሳ ........... ነፍስ ይማር ጀግና አይሞትም ዘላለም ይወሳል ለእኔ ስትሉ ሞታቹልኝ እጅግ አመሰግናለው የልቤ ስብራቶች ሁሌም እወዳችዋለው
@ኢስላምዲኑሰላም-ሠ3ኀ
4 жыл бұрын
እፍ ኦረመኛ አልችልም ግን የዚህ ልጅ አሟሟት ይሠቀጥጣል
@falamatuamboo9117
4 жыл бұрын
Harasi yomiii nuraa abatee dutii kanee ebboo nyatee hacee dabalte wayoo oromooo😭😭😭😭😭😭😭
@የእየሱስልጅነኝ
4 жыл бұрын
Anaa Hundaa keecha kaa akka haacee gaara koo naa gubbe hin jiruu😭😭😭😭😭 Hundaa isaan Waaqqayyoo lubbuu yaa maruu😭😭
@kiyakiya5004
4 жыл бұрын
Wayyooooooooooooo gsbrummaan oromoo gabrooma keessa osoo hin bahin garuu bilisoomne seenee xiqqoo akkuma barraquu egalleen. Osoo xiqqumalle hin gammanne hacee keenya deebite nurraa fudhatte gabrummaam 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭boo'ee bule yoon barii ka'u akka waan bakki madaa tokko qaama koo keessatti malaa gudunfatetti ganama na keessaa rooba 😭😭😭😭😭💔💔💔💔malaan godha boo'an jiraadha umrii koo guutu si achis nama hacee caalu hin argannus. Nama akka haceetti bo'ufiis hin dhufu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Ebboo fi hacee biyyoon siin fudhatteka 😭😭😭😭😭 lubbu keessaan haa maaru
@ТарекуГамад
4 жыл бұрын
Hacee koo ebboo koo maloo garan nuu gubate
@tekootube
4 жыл бұрын
Jabaadhu gammeekoo seenaa Gootota keenya biros nuf himii
@kiyayemam658
4 жыл бұрын
Eebbokoo utuu kankee boonyu hacaaluu dabalatanni goototta keenya Seenaa isiin hin dagatuu baruma baraan ijjollee ishee gabartii oromian maal goona garaan gubatee yoomiyuu onnee keenya keessaa jirtuu 💔💔💔💔😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@nasurinasuri9705
4 жыл бұрын
Ana dhufu gammee qomoo koo Jabaadhuu Asumarraan seenaa gootota fi hayyotaa biros nuuf dhiheessii Adaraa kabajaan si gaafanna
@oromiyabirthoromo1916
4 жыл бұрын
thank you jewar ስለ ኦሮሞ ህዝብ ማንነት እንዳውቅ አነቃቃከኝ ወንድሜን በመኪና ጎተቱት አሉኝ እኔን ለእኔ ነፃነት የሞታቹት ጀግኖቼ እጅግ በጣም አመሰግናለው ነፍስ ይማር
@tiyashewa8818
4 жыл бұрын
Seennaan si yaadata yoomiyyuu 😍😍😍😍😍😭😭😭😭😭😭😭 HACE..... Lammii koo goototaa keenya isin 💪💪💪💪💪 😭😭😭😭😭😭😭
@qameabdo4089
2 жыл бұрын
Gottaa ko ebbii ko uuuuuuffee yarabbii yaAhh 😭💔😭💔😭😭😭
@obseeshow9855
4 жыл бұрын
Uuuuuuffffiii oromoo koo😭😭😭Ana haa nyatuun namaa hin nyaatu mali gonaa gubanee. Senaan Bara baratan ni yadata 💔😭💔❤️💚💓🌳
@nasurinasuri9705
4 жыл бұрын
Biyyoon sitti haa salphattuu Eebbisa koo 😢😭 hayii carraa ijjoollee keennaa 😭😢
@asamersalalleekuyyuu156
4 жыл бұрын
Uuuufffff kichuwan koo biyyoni siinitti haa salphattuu garaan nuu gubatee 😭😭😭😭
@kiyyaaloveekenaajesus4721
4 жыл бұрын
Motumaa Etiphiyaa bulchuu Hundinuu Yeroo jijiraamuu Gototaa oromoo nyachuu Qofaadhaa biyeen Isaa haa Nyatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@samiraasamiraa7246
2 жыл бұрын
🥺🥺🥺🥺🥺🥺💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@hananababiy2005
Жыл бұрын
E tg⁴6_
@senaatube8378
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuufffi yaa rabii koo gotaa gotaa dhabanee oromoo nii uuuuuuuuuuufffi garani bichaa nugubatee 😭😭💯💯✍✍✍✍✍✍✍🙏🙏👍☝️☝️☝️sena Rirmin hin nyatuu jedhee hacaluu hudessaa ✍✍✍✍✍😭😭😭😭☝️☝️
@godisgoodallthattime3406
4 жыл бұрын
Uuuuffffff maloo garaan nuu gubbatee akkami Tanna 😭💔oromoo ta'uu koo ofii jibbee Ebbisaa sennaa isaa malee qamani isaa hin bekkuu kichuu kana Garuu hacee ilalaa sirbaa isaa dhageefataa guddadhee dinii ijaa kenyaa jamsitee yaa goftaa naaf birmadhuu kaa anoo Hanga luubbun Adunyaa kana irraa jiruu du'aa hacee hin ammanuu😭
@bezuneshtube570
4 жыл бұрын
Ani osoo Lubbuun jiruu billisumaa sabaa kotii argaa lataa yaa rabii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MariamMariam-lw7xt
4 жыл бұрын
Welcome Gamme Gamme Gamme Gamme Gamme Gamme Gamme rabbi biyyo itti haa Salphissu 😭😭😭
@berkecorner4540
4 жыл бұрын
Uuuuuufff maloo keenya kun maalidha lataa oromooti garaa jabatuu 😭😭😭😭😭😭💔
@hikonorollah3284
4 жыл бұрын
Welcome gaamee galatoomii waanii ufii like share subscribed siiffii godhee jiraa oromoo ko sanyii uuufffii sabona oromo jabadhuu rabbiin sii garagaaruu haayyaattii
@HabibaDathu
7 ай бұрын
R.I.P a legend who l will never be forgotten ❤❤❤. A lion like Mandella a human right foundermentalist GoD bless u bro .
@nadhiinadhii2692
4 жыл бұрын
Dhigaa Koo dhigaa Koo dhigaa Koo ijoolee orooma Koo seenaa Bara baraan siini yaadata gototaa onnee sibilaa safuu ya biyyoo
@huletexsadiqnegn3755
4 жыл бұрын
Hangumaa yommii garuu kaan lammiin keenya dhumuu wayyoo haccee wayyoo ebisaa adunyaa hinumaa sin nyataan kaa qabsahsn oromoo hundumtu hin barakatu adunyaa kanara yaa waqayoo atti faradikaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@safiyasafiya3957
4 жыл бұрын
Wanii oromonii inii daganee baraa baranii siafi haccee fi ebisaa adunyaa rabbii wolii isinii arafaaisuu😭😭😭😭😭😭💘💘💘💘
@belayneshteshoma7349
4 жыл бұрын
Ani dhalani bara sani garuu amma yooni ilaalu na marachaa 😭😭😭😭😭
@belayneshteshoma7349
4 жыл бұрын
Du.aa hacee Dadhi galanaa ijan kiyyaa Argee obsaa dhabbee ebisaa moo vide ilaale senaa isaa dhaggahee ergaa guddadhee bay.ee gaddaa uufffffffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@furaajullaa8508
4 жыл бұрын
Jabaadhu wan bonsaa hojjachaa jirta
@gullalleetube8754
3 жыл бұрын
Uuuuuuuffffff yaaa Ebbiisaa 😭😭😭😭😭😭😭
@yasiminroba5691
3 жыл бұрын
Uuufii naa maddayyee keessi kiyyaa aaaaaaah naa waddame marrumani koo .😭😭😭😭😭😭hacee koo Ebaa koo
@bezuneshtube570
4 жыл бұрын
Uuuuuufffffffff fffffff yaa jiruu Kenya sabaa koo Oromoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@asniyeeasniyee2672
4 жыл бұрын
Uuuuf Anni ajechaa hacce naa marachuu maalee humtu naati hin haafanee dhugaa rabbi ammas haccalun akka do dhufee sirbuu ykn akka lubbun jiruu natii fakkatta uuuuuuuf gubaate garaan ko yaa rabbi obsa naaf ladhu😭😭😭😭😭😭😭🙆🙆
@thameemathameema6699
4 жыл бұрын
Yaa Rabbii kiyyaa nuu bimadhuu Garanii nuu gubbatee Yaa Lamii tiyyaa anaa haa nyatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sssddd3240
4 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffff biyyen Ana Anyatu lencaa Akkaketi dhabnee Ar'aas hacee dhabnee malgona baruma baran bonyaa biyyen isiniti haasalphatu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@rahamakadiir3475
2 жыл бұрын
Wayoo ana nyaatu oro koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@firiolshawaa7230
4 жыл бұрын
Uuuuuuffff yaa ijoollee oromoo koo biyyoon siniti yaa salphatuu seenen sin hin dagaatu😭😭😭😭
@madinaintalaxiqii5488
4 жыл бұрын
Haccee kayyo isaa qabate jirate dhugaa dubate gara isaa deme nagayan boqadha 😭😭😭😭
@abdijamal1014
4 жыл бұрын
Dhugaa dubachuudhaf Nama akka Eebiissaa fi Hacaaluu jaaladhu hiinjiiru marafu dacheen isiiniiti haa salapatu Gotowwaan keenyaa hundda😢🙏
@jamelako4822
3 жыл бұрын
Jabadhuu seenaa gototaa oromoo nuuf himuu kesaniif galatomaa
@hanaginchi6105
4 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo EEBBISAA koo seenaan sin degaruu yoomillee
@hunddahammatukoooromiyaa6508
4 жыл бұрын
Well Come Gammee galtaa gudda sif qaba Jabadhuu Qomoo koo Senna gototaa birole akka nuuf dhiyesituu kabajaa fi jaalalan sirraa egnaa♥️💚❤️♥️💚❤️♥️💚❤️
@obsiineetoromiyaa7690
4 жыл бұрын
Uuuùuuf yaa lammii koo rabbiin biiyyoo isiniittii yaa salpiisuukaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👆Gammee Nuu Jiradhuu Ijjii Hamtuun Siin Argiin
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
4 жыл бұрын
Wayoo garaa nama nyaata isaa bekku badhus seenaan isaa bayyee naa gadisisa ayii carraa oromoo baruma baran nama jalanu dhabana ebboo koo biyyeen sitti haa salphaatu Kaa haacees biyya nuu barsisi Kaa 😭😭😭😭😭😭Wayoo ani gubadhe garaan koo naa gubatee 😭😭😭😭😭😭😭
@ayantukabeta9021
4 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuffffffffffff yaa caaraa oromoo koo maalii keenyaa kuni baay'ee nama gaddisaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@SamsungJ-qs4qx
3 жыл бұрын
Wayyo ebbisa koo rabbi kan jannata siha godhu
@kalbakalba7071
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuufffff yaa lamii koo biyoo sinitii yaa salphatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@fatiyaawallagga1166
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuf yaa rabbii koo garaan Kenya yomumma nu fayya lata
@sanyiihachaluhundessa3529
4 жыл бұрын
uuuuuuuufffffffff.Ebisa.kenya.hoto.sifi.bonyu.hacee.dabatan.mali.gona.rabbi.wara.bocha.nugodhe😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@lucasbentley3350
3 жыл бұрын
instablaster...
@alamituugiree2461
4 жыл бұрын
Uuuffeeee ani Ammaa Adunyaa kanraa jirutii ijoolee kan hin dagadhuu😪😪😪😪😪😪
@akakefjiiarayesusko6386
4 жыл бұрын
Uuuf yaa rabi gara nugubatee maalloo
@oromiyaayoutubelalistuu1184
4 жыл бұрын
Korma dhufa borratu biyyoon ija hin bu'u saba dhugaaf falmatu seenaan hin dagatuu❤💚❤
@alal3491
4 жыл бұрын
Hoomilee.senan.isan.hindagatuu.gototaa.oromoo.onnee.oromoo.kesaa.jiruu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@badriitube8375
4 жыл бұрын
Oromoon bara baraan gotaa cimaa malee hin dhabduu haacee and eebbisaa💔💔😭😭😭
@sifaanoromiyaa5925
2 жыл бұрын
Uuuuufffeee 😭😭😭😭malii lataa carraan ijolee oromoo Kuni😭😭😭
@astuutasemas4824
4 жыл бұрын
Yoomiyu senna issin hin dhagatuu gototaawaan keenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@hunddahammatukoooromiyaa6508
4 жыл бұрын
Wayyo Haccee koo ijja kenyaa bar ATI yomilee sin dagadhu akka sumale Ebbisaa Addunyaa bara baran sennan sin yaadata 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@urjiioro8110
4 жыл бұрын
OROMO koo kenyaa du,a qofaa ta'ee😭😭😭😭😭😭😭😭
@hessaalmansoori4254
4 жыл бұрын
Ayyiii yaa an nyaatuu yaa Lammii kooooooo gototaa Oromoo isini nyattee saroon 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@hawwiiintalashawaalixaa4823
4 жыл бұрын
Waaqayyoon jannata isiinif haa kennuu uuuuuuuuuuufi lammii koo baraa bara bochaa ta'ee keenyaa jireenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭
@ayantugonfa6998
4 жыл бұрын
Uuuufffffii lubbuu saa janataa nuf haa gallu😭😭🥺
@derartuabera6496
4 жыл бұрын
Uuuuuuffffff carraa Kenyaa kanaa Maal gonaa waqayoo lubbuu isaan nuuf haa qananisuuf 😭😭😭😭😭💔💔💔
@user-lj7vz2kb7j
3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤😂😂
@qoomonwal-argee2962
4 жыл бұрын
Gammessa Koo Gammachis Tashomee. Atis Umri Dheeradhuu Qabsaya Eebbisa Addunyas Bolla isaatti Daadhi Haa Guutu. Qabsayan Ni Kuufa Qabsoon itti Fufa Abiy Must Go
@zamzamahmad1940
4 жыл бұрын
Gamme koo garaan nu gubatee bara baran garaa nu gubu yaa hiree oromoo maluuma ollee lata 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@rahimaa4228
4 жыл бұрын
Well come
@masukahmmed718
4 жыл бұрын
Woyyoo woyyaa woyyyyooo haadhoooko uuuuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭
@girleth7767
4 жыл бұрын
Welcome oromi 24
@saraadachasaa3810
4 жыл бұрын
Yaa lammii koo 😭😭😭❤💚❤
@oromtittiitube8149
4 жыл бұрын
Biyyeen itti hasalpattu
@sirkannaanmohammad4422
4 жыл бұрын
Eebbisaa Addnyaaa koo 😭😭😭😭💔💔
@wallaaggaakooo3346
4 жыл бұрын
Uuuuuuufff Yaa Oromoo malifi kanii keenyaa gadaa qofas taa ee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤕🤕🤕
@hdej6162
4 жыл бұрын
Biyon siti hasalpatuu ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@እግዚአብሔርመልካምነ-ኰ1ኈ
4 жыл бұрын
Uuuuffff waaqayyoo lubbu keessaan mirga qulqulootaa isaan haa dhabuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@HalimaAlhalima
6 ай бұрын
Jiraata yomuu lencaa ❤❤❤❤❤
@faisgeedabala3258
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😢😭
@sabontuutube8787
4 жыл бұрын
Oromo kooo 😭😭😭😭😭😭😭qabsotaa koo 😭😭😭😭😭lubbu kessan haa maruu
@obseekayofanii6021
3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffiiiii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔Wayoo Kenya kana
@bonigudeta
Жыл бұрын
Wareegama Qaalii Nuuf Wareegamtaniif Baraa hanaga bara baraatti yaadatamaa jiraattu
@faxumaitalaislam2873
4 жыл бұрын
Senna isin hin dagatuu yomilee gototaa Oromoo nufi jechaa Weregaman 😭😭😭😭😭😭
@anisahnurmala5114
2 жыл бұрын
Yaa lammii koo seenaan isinii yaadataa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@chaltuhaji3955
4 жыл бұрын
😭😭😭 biyoon itii haa salphatu
@birreehailu1275
4 жыл бұрын
💔😭💔
@huletexsadiqnegn3755
4 жыл бұрын
Wayyoo wayyee barumaa baraan nu nyataan😭😭😭😭😭😭
@hawwiiintalashawaalixaa4823
4 жыл бұрын
Waggaa A L I....( 1996_2013) har'aa waggaa 18%) A l Erop( 2004_2021) jedhe yaada tilmaama koo sirrii nafii himaa...
@seemborak6238
4 жыл бұрын
Uuuuuuffiiiii ebboo koo😢😭😭😭♥️❤️💔
@abdiikooabdiikoo5922
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffffiiiii lammii koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@caaltuulijtewaahidoo9452
4 жыл бұрын
Uuuuufffffff yaa rabb koo maloo 😭😭😭😭😭😭😭
@fanafana3665
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffffffff yaa lammiikoo gotaa ebisaakoo 😭😭😭😭😭😭😭 gudaa galatoomii Gameekoo
@zineetihabiie1964
3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuffffeeeeeee edinsafii haceee yomu hi rafanuu. Nukeesa jiraa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@makishashelove3527
4 жыл бұрын
Uuuffffff Ebisa ko siifu oso gubanu hacee nu jalla nyatan 😭😭😭😭
@mesarattola8771
4 жыл бұрын
Lubbu isaa yaa marru
@iftuutube7841
4 жыл бұрын
Wowww 💯💯💯💯💯👍👍👍👍💟💟💟💟
@hayyatii4926
4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭❤❤❤24
@birkenanesa7854
4 жыл бұрын
Fakkatiin Ebbisaa Hacee turee garuu Mal gonaa Binensaa nuttii bay'isee aaaaahhh onnee nu madahee 😭😭😭😭💔💔💚 isiiniis galataa guddaa qabduu senaa nu barsisuu kessaniif.
@kiyyaaloveekenaajesus4721
4 жыл бұрын
Uuuuuuuuuu uuuuuu uuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Waqayoon Motumaa Isaa kesaatii Sinahaa Yadatuu Ayiiiiiii Malii Gonaa esaa isiin fudhanaa Ebbisaa koo Haceeeee Koo ♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚💚💚💚😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ebiseetadese7335
4 жыл бұрын
😭😭😭😭🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈 osoon omaasa arguu badhee dhagahuus badhee wayoo ebookoo senaan keen dhagahee malee akka hacee illee siin bekuu uuuuuuuuuuuufffffff yaa biyoo yaa ishii safuu in beenee sii safuu 😭👈
@waqayyoabbidikoti9985
4 жыл бұрын
Uuuuufffffff yalamikoo haccenile isaniti maakame galatamii sena wani gota oromo kan hudatuu nudhiyesi kan dadhifa 😭😭😭
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
4 жыл бұрын
Hayii lamii koo😭😭😭😭😭
@Mosisa.1k
9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Aggaro
4 жыл бұрын
Gammee mee sirefadhuu eregii du,ee wagga 16 malee wagga 24 mitii maliif yoo jetee atii senna kesatii kan dubatee akka ini bara 1996 ajefamee achira kastee yoo asbduumo wagga 16 taha malee 24 mitii yoon dogogooree dhifama gudaa
51:31
#GUUTUU ABARRAA NAAF BILBILE.... | SEENAA FIQIRUU | GAMMADAA SHOW
Risaa Media
Рет қаралды 87 М.
2:38:40
Hachalu Hundessa FULL Album Oromo Music collection 2021 2021 06 14 18 33 00 1 572
Bedri Ahmed
Рет қаралды 1,1 МЛН
00:14
快乐总是短暂的!😂 #搞笑夫妻 #爱美食爱生活 #搞笑达人
朱大帅and依美姐
Рет қаралды 10 МЛН
00:15
Каха и лужа #непосредственнокаха
К-Media
Рет қаралды 48 МЛН
00:26
Players vs Pitch 🤯
LE FOOT EN VIDÉO
Рет қаралды 129 МЛН
00:31
Players push long pins through a cardboard box attempting to pop the balloon!
Daily Viral Brief
Рет қаралды 9 МЛН
6:51
Haadha Dhiiraa
Ebbisa Addunya
Рет қаралды 89 М.
14:45
Mana Keessatti Nagaa Na Dhowwate
Oromia 24
Рет қаралды 11 М.
54:00
OROMIA11: TURTII HAADHA EEBBISSAA ADDUNYAA WAJJIN TAASIFNE.
Oromia 11
Рет қаралды 6 М.
11:11
Seenaa goota oromoo Balaay zallaqaa I Inspire oromia
Oromia Inspired
Рет қаралды 56 М.
15:37
Bultii Diiguun Hojii Seexanaati(Sheexanaati)
Oromia 24
Рет қаралды 24 М.
29:38
Seenaa Gabaabaa S.Jaarraa Abbaa Gadaa ll FANATV II OBS II Ituuf Humbanna ll 4nQallo ll CaliiCalanqoo
Dirree GTV
Рет қаралды 3,7 М.
5:24
Eebbisaa Addunyaa - Magaallee Koo | Oromo Music
Negasa Tolesa Eticha
Рет қаралды 38 М.
32:01
SEENAA BAAROO TUMSAA (an Exemplary leader) #1
Finfinnee Multimedia
Рет қаралды 4,4 М.
9:10
Hacaaluu Hundeessaa,Eebbisaa Addunyaa....
OROMIA KIYA (Ok) Tube
Рет қаралды 16 М.
13:40
Hasawaa Jaal Marroo Dirribaa Yaadannoo Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa Waggaa 19ffaa Irratti godhaan
Oro Edit
Рет қаралды 23 М.
00:14
快乐总是短暂的!😂 #搞笑夫妻 #爱美食爱生活 #搞笑达人
朱大帅and依美姐
Рет қаралды 10 МЛН