Sirna Awwaalcha Obbo Kabiir Huseen

  Рет қаралды 9,903

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 23
@etefanoshabtemariam5353
@etefanoshabtemariam5353 4 жыл бұрын
Namnii kamiyuu ni du'a namaa du'araa hafuu tokkoollee hin jiruu. Obbo Kabir Huseen Waqoo dhalatanii du'anii kan jadhamaan mittii. Abaa hiyesaa, Saboonaa fi jalatamaa kan ta'an turaan. Namnii kamuu hojjii cinqii qabuu kamuu hin filattuu saba isanii angefachuuf jechaa hojjii rakisaa ta'e illee hin dhifnee. Namaa mottumaa degaruu danda'ee fi abaa ilmaan hiyesaa hundattii. Kanaan ollii isaaniif bareesuu danda'a maal godhaa NAGAAN BOQADHUU GOTTAA !!! Gonii ni du'a hojjiin gottaa garuu senaa ta'ee hafaa.
@kafesamy
@kafesamy 4 жыл бұрын
Baay'een gaddee Rabbiin lubbuu isaanii jannata haa keennu.
@aminaamina1359
@aminaamina1359 4 жыл бұрын
inalilahi wainaa ilehini raji.uni yaa rabii janatuli firdofsini qananisi
@afrahakram4270
@afrahakram4270 4 жыл бұрын
الله يرحمه يسكن حلاله في الجنه
@hagerezegeye3845
@hagerezegeye3845 4 жыл бұрын
We Ethiopian almost all of us love ❤️ Obbo lemma mergerssa very much.
@husseinabeti6626
@husseinabeti6626 4 жыл бұрын
ijoleen OBN kararatti bayaa kadhadhaa malee dhugaa sabaa dabarsuraa dubatti hin jedhinaa
@fatiyasafi5306
@fatiyasafi5306 4 жыл бұрын
Rabbii jannataa haa kennuuf
@oromiyabirthoromo1916
@oromiyabirthoromo1916 4 жыл бұрын
የእኔ ደግ አባት ነፍስ ይማር ታታሪ ባህሉን አክባሪ አገር ወዳድ አባቴ አጎደሉብን እረፍተ ነፍስን ፈጣሪ ይስጥልን
@kenealumu1465
@kenealumu1465 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffff bay,ee gaddee waqayo jananta haa keennuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@egzaberfiqirenewangel1388
@egzaberfiqirenewangel1388 4 жыл бұрын
Uuuffffffff waqqayo nabsee isaani haa maruuu 😢😢😢😢
@daroogurumoo8352
@daroogurumoo8352 4 жыл бұрын
Dhuga dubachuf obn dinaa oromoo undercover dha
@warkan3shdamasa845
@warkan3shdamasa845 4 жыл бұрын
Obn abiyifi takala jala kadha umani oromo habidi hikutatu dhuga isinu badani
@sadaakemaalsadaakemaal5383
@sadaakemaalsadaakemaal5383 4 жыл бұрын
😭😭😭😭😭💚♥️💚💚♥️
@samiahmed6875
@samiahmed6875 4 жыл бұрын
رحمه الله تعالى
@warkan3shdamasa845
@warkan3shdamasa845 4 жыл бұрын
Midaya boqolo ta u kesani duru bekina obn gara kesani gutanani umata kesani irarafatani baye isinifi gadina
@fjn3310
@fjn3310 4 жыл бұрын
Obb.shmallasa blxgaanan fuulla.kesaa si kaabateekkk
@wayinshetgetacho4263
@wayinshetgetacho4263 4 жыл бұрын
Nabese haa maru
@fatiyasafi5306
@fatiyasafi5306 4 жыл бұрын
😥😥😥😥
@minassieshibru266
@minassieshibru266 4 жыл бұрын
Lemndenwe ye Abo Lema megrsa Yaltelalfwe.???
@merrymerry4133
@merrymerry4133 4 жыл бұрын
Tishii isini oromoo shuxamita hadharuu sagalee namaa kechaa muratini sinaa morruu
@fatiyasafi5306
@fatiyasafi5306 4 жыл бұрын
Bayyee gaddaa
@seenaananolesalandhugadha7554
@seenaananolesalandhugadha7554 4 жыл бұрын
Gaabe edo hin taane Gabbee jedha. Kan lamatta Haasawa obbo lammaa tiif obbo jawaar irraa murtanii dhiyeesun keessan maal agarsiisa seetan? kabaja seena hayyu keenya goota keenya qabsaaya keenya waan hunda oromoo keenya kan ta'an fi hardha kan adunyaa kanarra boqatan obbo kabiir huseen waaqoo tiif kabaja uummata oromoo tiif akka hin qabne ta'u keessan sirritti ibsallee agarsiissalee. Kana quba qabaadha. Uummani beeke jira.
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 3,5 МЛН
Ibsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraa Kenname
4:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,2 М.