Sooren abi go irraatti adda bahe jiraachu hin dandahu jette😔😱

  Рет қаралды 10,046

Abi fi sore

Abi fi sore

Күн бұрын

Пікірлер: 357
@Abifisore
@Abifisore 3 сағат бұрын
youtube.com/@abigo12.?si=4bG0jaOYIhcA1GCB subscribe godha account koo lamaffadha
@Dubai890-tl7vm
@Dubai890-tl7vm 3 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@Dubai890-tl7vm
@Dubai890-tl7vm 2 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢
@Tig-je6gq
@Tig-je6gq 2 сағат бұрын
Abi go❤️😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@BiraKiya
@BiraKiya 2 сағат бұрын
❤❤❤❤
@ayelubest
@ayelubest Сағат бұрын
Abo go abshir baaba waaqayyoo beekaadha 😢😢❤❤
@MartaAbdii
@MartaAbdii Сағат бұрын
Mee itti araramii abiigootii warii jetaan yokiin soreefi abiigon waliinbaareeduu warriijetaan lakiigodhaa❤❤
@TolashiAddunya
@TolashiAddunya 29 минут бұрын
Jirenya kee nutu si filatamo kun jirenya keeti
@Masii-tube
@Masii-tube 3 сағат бұрын
1ffa uffata hin taane uffatte video hin waraabiin❤ 2ffa obbolleessa kee ykn maatii keetu nama ati jaallattu siif filata utuu hin taane sumatu eenyu waliin akka deemtu filata isaaniif kabaja malu kenniif Abigon waan si jaallatu fakkaata Atis yoo miira jaalala qabdaaf ta'e utuu waliif galtani bareeda!
@QidistTashome
@QidistTashome Сағат бұрын
dhugaa jete tuni jalala hin bekituu solana dhugumaa naa fudhaa jete yadii 😂😂😂😂😂 abigo dhugaa nama jalala bekudhaa
@chaltuathubia7460
@chaltuathubia7460 Сағат бұрын
Ani Kaa jedhuu dhuga yoo obbolessa qabatee mucaa kana akka gemii hin taphatinin isalee hin dabarsaa yoki😢 akka wan obbolessa kiyya taheti dhugaa garaa naa nyatee😢😢
@YuggyGggu
@YuggyGggu 57 минут бұрын
Dhugumaa Qashatii koo kunii safuu betuu
@birituworkina8408
@birituworkina8408 7 минут бұрын
Dhugaa keti ❤❤❤❤❤❤🎉 nuti kan nu jalatuu hin beknu😂😊
@ናቡ
@ናቡ 3 сағат бұрын
One isaa Tiktok setemo yero fete dhufte yero fete demtufi 💔🙆‍♂️🙆‍♂️
@SanyiiApp
@SanyiiApp 2 сағат бұрын
Dhugadhaa
@hananAhimed
@hananAhimed 2 сағат бұрын
Oduu dhisaa isin warii komentii
@oromiyyajittuu6073
@oromiyyajittuu6073 2 сағат бұрын
Dhugaa jette waaq💪
@KadijaaFuroo
@KadijaaFuroo 2 сағат бұрын
Dhugaa ketii wly 😅😅😅😅
@BAlvbr
@BAlvbr Сағат бұрын
Bareduu ko kanii jalaatu calaa kanii sijalaatu sifii yadaa gatii tafii jireenya ketii hin qosii😢😢❤
@KemartiWarqina
@KemartiWarqina 2 сағат бұрын
Sole immoo maatii sif jaalatee malee inni hamma Abigo jaalala sif hin qabu
@Burtukaan-s6g
@Burtukaan-s6g 3 сағат бұрын
Namani akka koo abiin gaduu isaa argee gadee jiraa
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx Сағат бұрын
Eee jira 😢😢❤❤
@Sifaansifaan-m5d
@Sifaansifaan-m5d 3 сағат бұрын
Rabii walit isin haa debisuu sorr Abi rabii tokoo isnii haa godhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@manhalam4141
@manhalam4141 3 сағат бұрын
Dhugaa soree mucaa kaana jabefadhu pls pls
@SifuuWallaggakiyya
@SifuuWallaggakiyya 3 сағат бұрын
Wattti kun naa galee fowwof jettemo dhuggumaa akkas ta.a jirti😢garu lammassani dhabbuf jirtii bubee abigo❤ jabba nama❤ ittalii kun sirri mitti hojji ketti debbi.ii ati kan carra ketti hin dhabduu❤Abshir❤❤❤
@beashadubeashadu3508
@beashadubeashadu3508 2 сағат бұрын
10:43
@MeesfinKebede
@MeesfinKebede 2 сағат бұрын
Ani garuu kanan jedhu maatiike kabaji garu dhimma jireenyakeetiif maatii hin gaafatiin abigon si jaallata dhugaa hin goyyomin
@LaliseTadelech
@LaliseTadelech 2 сағат бұрын
Ufanna kee sireefadhu akka Sammu nama hawwatutii garuu dhifama❤❤❤
@Liki-s3b
@Liki-s3b 3 сағат бұрын
Handhuraa dhoksii
@Gureetube23
@Gureetube23 3 сағат бұрын
Waawa jabadhu hadhoo koo ❤❤maati nafi ta'a oromoo kiyyaa ❤❤❤❤
@FatumaKh
@FatumaKh 3 сағат бұрын
😘😘😍😍
@SumyyaMussatube
@SumyyaMussatube 2 сағат бұрын
nafille debisi mee
@Qabbane
@Qabbane 2 сағат бұрын
Ok jabadhu ❤
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 52 минут бұрын
Koottu naaf tahi siifin taha❤
@Gureetube23
@Gureetube23 37 минут бұрын
@KennaaGalaanaa tole
@masaratmarga8465
@masaratmarga8465 2 сағат бұрын
Sore atii gattuu wayitti dhugaa amma sii jibbe jiraa😢😢😢😢
@RomanRomantekazurge-l3u
@RomanRomantekazurge-l3u 3 сағат бұрын
Siiri godhee dhugaa Rabbi qabbenyyaaa ilaalti hintali
@Janetfayyisaa-rs2fh
@Janetfayyisaa-rs2fh 2 сағат бұрын
Dhugumaa jetee intaalii hin xaqamituu
@LinaShibiru
@LinaShibiru Сағат бұрын
Eyen dhugaa ishen midhagina ykn qabenyaa barbadii mucan garuu miskina garuu moo mucatii iti fayadamufii malee halii ishe 😁🤔
@مسيثيوبي
@مسيثيوبي 49 минут бұрын
Maloo sore dhisi baqaa yoo siti dhiyatee ini debie tuu ma jalalaa keesa Galaa Wani bayyee sijalatu kanafi 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulbasixNagaa
@AbdulbasixNagaa 2 сағат бұрын
Dubartiin dhirraa ofii jallatuu osso hin tanne kaan ishee jallatu dukka buhuu qabdi kanaf soreetti ❤❤abi go namni akka kotti yanni kessan like 👍 naaf godhaa
@SameeraSameera-z5d
@SameeraSameera-z5d 53 минут бұрын
Ulfaa moo qoyii 😂😂😂
@FiiriwotBiranu
@FiiriwotBiranu 2 сағат бұрын
Haadara irra faagadhu soree yoo hiriya taana jettes inni sii jaallata waan ta'ef ni midhaama malumaa ta'a erga dide osso irraa faagate😢😢😢😢😢😢
@Silaasee
@Silaasee 2 сағат бұрын
Asisii jirtaa 😂😂B&H jalaisii sii dhabee hin bekuu anii garuu kometii dubisun dhufee😅diramadhumaa namaa hundatuu dhugaa sinitii fakata burukedhaf kometii yeroo baresitu ofii qabii hin dhiraa arbisamu mitii😢sinf hin galuu malee dhirii akaa burkee garamin lafaa kanara hin jiruu😢❤
@FiiriwotBiranu
@FiiriwotBiranu 2 сағат бұрын
@Silaasee nu maarachani ofii waa hin qabnu waara qabu wajiin maarne😁🤣🤣🤣🤣🤣
@RobeKebeda
@RobeKebeda 2 сағат бұрын
Nama jaalalaa kabbaajjaa guddaa Sifii qabuu midhinii obboletiko 😢😢
@laloomotiiwaqayyooabdiikot4119
@laloomotiiwaqayyooabdiikot4119 Сағат бұрын
Atii maliif xawalewa tataa dhiraa tokkoof amanamii jiradhuu
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 51 минут бұрын
Jabaadha diramaa bareedadhaa😊😊😂😂 Maatii naaf taha mee ijoollee oromoo anis isinii taha warri qabdaan❤❤❤
@LomiiKoi
@LomiiKoi 2 сағат бұрын
Hundafuu waqayyo waliti sina debisu Abi gon garuu Jallalaa dhugaa Siif qabaa sore koo😢❤
@RahelShasho
@RahelShasho 2 сағат бұрын
Rabinii adanii sinii hinii basinii dhugaa rabii walitii sinii yaa ararsuu 😍😍😍😍😢😢😢😢
@HanamulatuDhaba
@HanamulatuDhaba Сағат бұрын
Jaalala dhugaan wajjin hin jiraattu taanaani hiriyummaafi isatti hin siqin caalaattiyyuu yoos miita dhugaa🥹ani garuu siif jaalladheeraa✋✋
@Seenuu501
@Seenuu501 3 сағат бұрын
Sore koo❤❤ Nama meeqatu akka koo soree jaalata kootamee ❤
@Baniam-js3fr
@Baniam-js3fr Сағат бұрын
Kuni hojidha malee jabadhaa Umata gowaa argatani issini
@ABEBANEGASA
@ABEBANEGASA 28 минут бұрын
Lubbee kan sii jalaatee siif wayyaa mattiin kee sii hubaachuu qabuu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@واجه
@واجه 3 сағат бұрын
inni hoo sitti dhiyate jalalli itti cala maal jechudha jalalaan itti fufaa ❤❤❤❤❤
@AbeerWriekat
@AbeerWriekat 3 сағат бұрын
Soretii gaaru dhifaama siin jeechaa Naama miidhuufi hin yaadiin waaqaayoo faala Naamati deebisaa waani taa'efi Abe koo dhugumaani sii jaalta Solan hin sobaa
@HababoShj
@HababoShj 6 минут бұрын
Dhugaa mee pernkis yoo tahee ada hin bahenaa xiqoo tura😂😂😂❤❤ ani isin jaladha
@chaltuathubia7460
@chaltuathubia7460 Сағат бұрын
Abbo batishii soree dhirafi sibilan hin taphatani mucaa itti hin taphatun Sabin Isaa jalala kessa qosan hin jiruu atii ammaracii lallatartaa garuu dhuga rabii Ani dubayi Kee akka kositi akka gatamtutu naa galee inni midhamee Jira atii kana boda namaa akkasitti sii jalatu hin argartu rabbi sii hin kennini ati garuu muca hin midhin dhuguma yoo obbolessa qabatee .osoo Kaa jalatan egani Kani namaa jaltuu namaa darbaa atii ofi sirressi😊😊
@MilkooBaharuu
@MilkooBaharuu 4 минут бұрын
Ati sharmuuxadha isaaf hin tatu❌. Abigo jabaadhu hojjeedhu💞 gafaa tokko siifis darbee Seenaa sif ta'a😭💔💞💞💞💞 yena jegna wondema💪💪💪💪💪💪💪💪
@RobaTolcha
@RobaTolcha Сағат бұрын
Sobduu
@dinkyababa7880
@dinkyababa7880 Сағат бұрын
Sobaan sammuu nama hidhurraa,otoo waan gaarii hojjaattani
@natalinatali1792
@natalinatali1792 46 минут бұрын
Waqayoo walitii isiin yaa hararsuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@SuhailTaneez
@SuhailTaneez Сағат бұрын
Mucan biya ganda jiru sin jalatu iti yadi abi koo jabefadhu❤❤❤❤
@EtuTeshome-s2q
@EtuTeshome-s2q 2 сағат бұрын
Oduu Atii baledhaa Ma itii Fakkeesitaa kolkolee 😢😢
@Chaltu1
@Chaltu1 3 сағат бұрын
So jechuun camera man Abi godha😂❤
@Oupsi-fi1kn
@Oupsi-fi1kn 2 сағат бұрын
Iko😂😂😂😂
@fufuilu1212
@fufuilu1212 2 сағат бұрын
😂😂😂😂
@oromiyyajittuu6073
@oromiyyajittuu6073 2 сағат бұрын
Daawatootni hin gowwoomina please kunii muddii isan nuti qabacha jiraniidha ammayyu camera man isanii Abigodha kanaafuu dirama dha daawwatootan jechuu hin barbaadan malee kunii toftaa ittin KZbin irraa view argaatanidhati taasagaba yaa saba keenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰
@DaawitAbera
@DaawitAbera 3 сағат бұрын
Wel come
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 42 минут бұрын
Matin yero amantana keysati ilmo ofitif hin filanif nama ati jaalatu yooni Abba qabenya yooni tahe matin sin barbaadani akka ati enyuma isatif yoni filaate ykn wal filaatani Boru Rabbi qabenya ni arkkatani hundinu ni dabarti ❤
@mohammedtofiqe5737
@mohammedtofiqe5737 Сағат бұрын
Maaliif rakifita ha a hirafatu dhiisi baqaa wa 2 hin filatinii takkaa warra keessan filadhu takka isaa filadhu Mucaa jaalala gowa godhee waan biraa miti
@Nanatisime
@Nanatisime 2 сағат бұрын
Maatii naaf taa,a qaalii waan oromoo kiyyaa
@makiiyeadamaaliji5064
@makiiyeadamaaliji5064 Сағат бұрын
Dhuguma akana jaladhu sori🥺💔
@SaraSara-gm5ou
@SaraSara-gm5ou 2 сағат бұрын
❤❤❤❤❤hindhissin
@fatmahfatmah6234
@fatmahfatmah6234 3 сағат бұрын
Dhuga mucaa miskina onnee cabsitee jalqaba maa didin tik tok iraa maa arabsita soran nama baayee bakka sif qabu miti sababin shamaraa heedduu......😢😢 Abi jaladhuu❤
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 Сағат бұрын
Taragagayii soree xawalwalee in tayiin yeroo kanatii ummurii kanan off nama gorssuu danda'uu bar atii 😢😢😢
@SiifAbdi
@SiifAbdi Сағат бұрын
Jibisiftu wayi😊
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx Сағат бұрын
Ararama ❤❤❤❤❤❤❤😢😢
@birtukanaseffa
@birtukanaseffa Сағат бұрын
Ufataa ke sirefadhuu bakish mucaa ittin taphattin .nama nama jalatun obosesa jechuun hin tatu❤
@JdhgHzhg
@JdhgHzhg 2 сағат бұрын
Sooree solanii caraa biyyaa biraa egachuu jiraa abi goo jabefadhuu dhugaa rabbii
@manhalam4141
@manhalam4141 3 сағат бұрын
Dhugaa dubachuu sifi solan wajjin gamachuu hin qabdu dhugaa dubadhu abi go jabefadhu pls
@suuuuup2736
@suuuuup2736 2 сағат бұрын
Atii umataan tiritiif gochuu finii jetee abi go dhan moo tiritidhaf mitii jeteen Maa sobdaa atii
@SamiraBerya
@SamiraBerya 2 сағат бұрын
Soreetii maalii garaa kee nyaata hir'siii😊😊
@Baz-gy6vb
@Baz-gy6vb 38 минут бұрын
Soret abigo Sif waaya
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 2 сағат бұрын
Hedu si jalata walahi Lubu to 😢Abi go ini hiriyauma hin barbadu yo si fana jirate jalalatu iti dhagayama waliti Isin ha debiisu Sore to 😢garu bulitif ka si jalatu waya Abi go 😢🖤matin homa hin jedhu yo si jalate wan atii jalate sif jalata walahi 😢 adunyan fixesa robatii jedhanii garu qabenya fi fula namatii miti kana madalamu jalala quluqulu qofa 🥺❤️‍🩹💔 Rabin waliti isin ha debiisu☝️🤲
@AhmedAhmedd-o8s
@AhmedAhmedd-o8s Сағат бұрын
Naanii sii jalatuu yoo si jibee debiie si jalachuu hin dadauu😢😢😢😢😢
@SarahSaraha-c8g
@SarahSaraha-c8g Сағат бұрын
Cubbun mucaa kana sin dhiisu sister hin gabbitamo
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 2 сағат бұрын
Dama to Abi go iti debii iii walahi 😭 matiin ke situ amansiisa wan atii jalate isanu tura kesa sif hayama yo atii isa jalate warii ke mirga ke sif eguu qaba 😢atii murtesii😢❤️‍🩹🤲☝️S A
@BerkeBoje
@BerkeBoje 3 сағат бұрын
Hojii, ketii,argate,fakesutuu,garu,intala
@zubaida4197
@zubaida4197 2 сағат бұрын
Anii isii caalaa isaaf gaaddee akkawaan oboleessa koo ta'eeti
@KiniiniiBiraanuu
@KiniiniiBiraanuu 2 сағат бұрын
Soree maloo Abi hin midhiin please 🙏 😢 😢😢😢😢😢😢
@DemoAlshaykh
@DemoAlshaykh Сағат бұрын
Waqayonii Woliti isani haarsuu Waqaa Dhugaa Woliti isani hadebisu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏🥰🥰🥰🥰
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 40 минут бұрын
Ati malif mati tante hn gafaane❤
@BurteeTube-hu3tu
@BurteeTube-hu3tu 2 сағат бұрын
😢mucaa miskinaa kan maa ittii taphataa dhugaa nama mararaa Maatii naafi ta'aa mee Oro ko
@Kwt767-v9r
@Kwt767-v9r 2 сағат бұрын
Ebdee Ebdee abi go si woyaa😢😢😢😢😢❤❤❤❤waqayoo woliti ishii haa debisuu🎉🎉🎉🎉🎉
@sainabsainab-st4rn
@sainabsainab-st4rn 2 сағат бұрын
Attii qabeeynaa lalataaa
@ObsinanShifarraa
@ObsinanShifarraa Сағат бұрын
Garaa ke dhoksii giftii ko ufarraa hin bahiin❤
@AskaleKanea
@AskaleKanea 2 сағат бұрын
Intala koo murteeffadhu jireenya kee maatin siif hin jiraatanii ati murtoo qabadhu malee akka bishaan gabateerra asiif achi hin dhangalahin ok🥺🥺🥺🥺😟😟😟😟😟😟😟
@Janetfayyisaa-rs2fh
@Janetfayyisaa-rs2fh 2 сағат бұрын
Ok😂😂😂
@fufuilu1212
@fufuilu1212 2 сағат бұрын
isheen keessatti abigo injaallatti garuu qabeenya hin qabu maatiinis harktti tuffate garuu garaa irraa murachuu hin dandeenye dhiisa adaraa isheetti hin murteessina
@Taaddee
@Taaddee 2 сағат бұрын
Hamma ATI maaliif qullaa dhaabattee nutti iyyitaree baga bilock si godhe baalagee
@Qatra-lq2ci
@Qatra-lq2ci 24 минут бұрын
Jaladhun.qabenyaa.yo tahe. Fixesa ganamaatii in dhufas in dhumaas 😢😢😢😢😢😢
@BakaniBakani-n6h
@BakaniBakani-n6h Сағат бұрын
Namaa gadisiisaa dhugaa
@llma2748
@llma2748 52 минут бұрын
Abdi abshir
@NorhrMmbgxd
@NorhrMmbgxd 3 сағат бұрын
❤❤❤❤❤hin dhissin
@SoreAxile-p7f
@SoreAxile-p7f Сағат бұрын
Jaallali dhuga waan Abigo sif qabbuu fakkata soree
@SanyiiApp
@SanyiiApp 2 сағат бұрын
Jabadhaa garuu soree heduu sii ajjaibee garuu matinii matidhaa jireenii kee jireena kanafuu jalallalii woriqinaa birr hojatee fidaa hinii tufattin🤫🤫🤫
@WarkeBayisa
@WarkeBayisa 6 минут бұрын
Kolikoee 😢😢😢
@segnifikr1
@segnifikr1 47 минут бұрын
Prank nw adel Bertuu engidii😆
@Siyamm-e3l
@Siyamm-e3l 2 сағат бұрын
ijolle dahima yeroo uffanni itti gababbate fakkata gara kee dhoksii male soo soo 😂😂😂😂😂
@Taareetiyya
@Taareetiyya 2 сағат бұрын
Dubbiin keessan hundisaa sobadha prankidha prankidha sobdoota wayii
@karimaagamadaa
@karimaagamadaa 2 сағат бұрын
Attii malii dhaa garuu sii cubisaa abi go attii nagadee tatetaa😢😢😢
@LensaH-p4l
@LensaH-p4l Сағат бұрын
In jaaltun tanan in waan c jaaltuf Irraa fagadhu bq rabif jedhi hin midhint in c daggachu ha yaltu addara irra fagadhuu😢
@chaltuchaltu-oc3ht
@chaltuchaltu-oc3ht Сағат бұрын
Mali jechdha kaa jirenyaa mucaa kesaa bayi dhugaa garuu Ati hin betuu namaa tidaridhaasiituuu hin betuu dhugaa 😢😢😢
@FrawitOnala
@FrawitOnala 2 сағат бұрын
Sore hira garidha jabadhu
@firedarajee
@firedarajee 2 сағат бұрын
Bayyee sittii aree bareduu ko😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@AsantiAsacho
@AsantiAsacho 2 сағат бұрын
Uidio waraabamoo boo enyuun gowwomsitaa innimoo vidio kana hin arguumooyii
@BirkiiJiru
@BirkiiJiru Сағат бұрын
Soree sadarka kanatii maatiin hiree kee si murtesuu hin danda,uu dhugumaa mucaadhaf jaalala dhugaa qabda yoo ta,ee maatiin kee kan atii jaalatu kana jedhani jaalala kessaan dangesuu hin danda,an sababni isa jirenyaa mataa kee jirata waan ta,eef pls mucaan dhugaa si jaalata hin midhiin🙏🙏
@loomedhami8055
@loomedhami8055 2 сағат бұрын
Micayonanaa mucaa sifii jedhee maratuu kanaa dhitee esaa detaa jaladhuu matinii kee jirenyaa kee sifii hini jirataanii
@suifgmbsi
@suifgmbsi 2 сағат бұрын
Jalala hin dhibini atii
@Biraanee-o9m
@Biraanee-o9m 2 сағат бұрын
Abigon bayyee nama gaddisisaa dhugaa dubbachuuf nutii shamaran isaa ofii keenya jalannee malee isaa nu jalaatuf bakka hin qabnu😢 boddee garuu mudhaamni keenya Ammo Ulfaatadha 😢️ 💔
@Rome-k8o
@Rome-k8o Сағат бұрын
Kan sii jallattuu adda baafadhuu😢😢😢
@RomanToube
@RomanToube 2 сағат бұрын
Sore garuu obbollessa keetis naaf him maaf solan jela figaa birin hindhufa hin deema 😢
@firaolobsa4078
@firaolobsa4078 2 сағат бұрын
Namni akka Sore kun bayyee jira namootni akkasii nama miidhuuf malu kanaf irra of eggannoo godha jechuun barbaada
@Dammeeshow
@Dammeeshow Сағат бұрын
Lubbuu komentii dhisii wan samun kee fedhee walin jiradhuu of hin dhiphisiin😢😢😢❤❤
@DarejjeShumi
@DarejjeShumi Сағат бұрын
abi go wajin galabaxama solan king 👑
@RumanaAbara
@RumanaAbara 3 сағат бұрын
Soretii ko jalallaa qosaa mitii wahee jalallaa kan jalatee bekkaa namaa si jalatuu atis jalallaa dhugaa kenif
@MasiToto
@MasiToto Сағат бұрын
Kan ati jalatu calaa kan si jalatu filadhu hin qosii jireenya ketii kan si jalatu amma dhumaa kan si waliin ta'uu nama si jalatu kan ati jalatuu garuu guyya tokko akka si gatuu bekki warri yadda kotii wal fakkata qabda like godha🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Sifani-g3k
@Sifani-g3k 3 сағат бұрын
Atii hin akabadhinii soretii kanumaa qabuu jalachufi hin figinii sijalatee jaldhuu 😢😢😢
Waanta hundaa natti himte sooren😭😱
28:13
Abi fi sore
Рет қаралды 61 М.
Abdlan Bulcha Qabate😭😭😭😭😭😭
15:26
BULCHA TUBE
Рет қаралды 970
Random Emoji Beatbox Challenge #beatbox #tiktok
00:47
BeatboxJCOP
Рет қаралды 29 МЛН
兔子姐姐最终逃走了吗?#小丑#兔子警官#家庭
00:58
小蚂蚁和小宇宙
Рет қаралды 14 МЛН
Cool Parenting Gadget Against Mosquitos! 🦟👶 #gen
00:21
TheSoul Music Family
Рет қаралды 33 МЛН
Al Kalima Season 1 Episode 4
50:05
Kalima Podcast
Рет қаралды 3,5 М.
ወንድማማቾችን ያጋደለችው የቤት ሰራተኛ (ክፍል 17 )
27:53
Menta cinema /መንታ ሲኒማ
Рет қаралды 11 М.
🧊ይቴ ታሰረ 😭የሊዱ ቤተሰቦች ክስ መሰረቱ
14:19
Yite Tube ይቴ ቲዩብ
Рет қаралды 9 М.
ዮአዳን (ክፍል 40)
24:52
ለዛ
Рет қаралды 147 М.
ዕንቁ (ክፍል 21)
40:58
Birabiro Tube ቢራቢሮ
Рет қаралды 23 М.