Surprise Godhamee Fi Booche 😭Maalttu Booshise Hoo?😡 Magaalaa Arsiii Asallaa Deemnee Turre Ku/14ffa

  Рет қаралды 70,607

Jafe Tube

Jafe Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 367
@AbdiAhmad75
@AbdiAhmad75 Жыл бұрын
Woww Jafe Wallahi dhugaa tanan Duraalee hedduu takkan Si Hordoofa turee garuu kan Har'aadha kun Kan Duriin Adda Wallahi Maalif jenaan Karaa dheerraa kana Deemtee osoo Dadhaabbee hin jedhiin Achii geessu keettif dhugaa hedduu takka Galatoomi jafe kiyyaa hedduu takka nu Boonsitee Ammallee jabaadhu itti fufiin Siin jedha Rabbiin Bakka Atti Deemttu hundatti Si biraa haa jiraatuu dhugaa Harargeerra Kaate karaa dheerra kana Qaxamurtee dhaquu keettif hedduu Ulfaadhu Wallahi Ani akka Nama tokkotti hedduun si jaalladha hedduun si diinqisiifadhaa insha Allah Anilleen yoo Rabbiin ja'ee guyyaa tokko surprise Akkana kana Haadhaf Abbaa kiyyaa Godhuuf Niyyaan qabaa insha Allah yoo Rabbiin naaf Laafisse Surprises niin godha ja'eettin Niyyaa Qabaa insha Allah guyyaa San Walumanuu Achiin nu haa eegu Asumanuu Atilleen Du'aa'ii naaf godhii Jafe kiyyaa Atilleen Rabbiin Bakka jirtuutti si biraa haa jiraatuu Anilleen ijoollee Harargee Lixa joollee Bordoddeetti Ammaf Saudi Arabia jiraa insha Allah Nama Qaamaleen wal biraa dhufee wal Arguu nu haa Taasiisuu Barreefamallee sitti dheerreesse jabaadhu itti fufiin Siin jedha waan gaarii Hojjatta jirtaa Bakka Deemtu hundatti Rabbiin si waliin haa jiraatuu
@Fuadmama
@Fuadmama Жыл бұрын
🎉
@jafetubee
@jafetubee Жыл бұрын
Aamiiin Aamiin Obbaleessaa kiyya qaalii abshiir inshaa Allah galatoomii hedduu naaf jiraadhu wal arkinaa
@zaraaman6067
@zaraaman6067 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@ummuYunnus
@ummuYunnus Жыл бұрын
Arsii too❤❤❤❤ jafii like kuma20 gochu qabdu ijole Arsii🎉🎉🎉🎉
@Ethionewsdaliy
@Ethionewsdaliy Жыл бұрын
Mashaa Allah jaalala akkasii nuu haa kennu rabbiin keenya
@burteaisha3173
@burteaisha3173 11 ай бұрын
Mashaa.Allah.Rabbii.Jazaa.Haa.Debufii.Walahii.Naa.Bochisete.Oboletii.Hin.Qabuu.Keremafii.Mashaa.Allah
@MiskiiTaaHassan
@MiskiiTaaHassan Жыл бұрын
Jafee koo Mashalaa siraa jee jiraa Mashalaa Mashalaa Alaa Mashalaa 🎉❤Ati qalii namaa bashashaa ko ❤
@HuseeinAbdinuur
@HuseeinAbdinuur Жыл бұрын
Masha allha tabaraka allha Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha Masha allha tabaraka allha
@duretiihkadir
@duretiihkadir Ай бұрын
Mashallahaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashaallaha wow💯💯💯thank you so much
@umar3583
@umar3583 Жыл бұрын
Mashallaah mashallaah obboleettii akkanaa qabaachun hedduu nama gammachiisa😢❤
@jirrajirra230
@jirrajirra230 8 ай бұрын
Maashallah tabarakallah, Jafe rabbi sirraa haa jaalatu, Obboleettee Zamzamii waan baaste rabbi bakka haa Buusuu. Jafe Bilbila kee naaf barreessi
@nanaati9448
@nanaati9448 Жыл бұрын
Maashaallaah tabaaraakaala mee jafee rakaabotii kuni qarshii meeqaa
@MaryamMaryam-uq5xh
@MaryamMaryam-uq5xh Жыл бұрын
Yaa Allaah wallaahi osoo hin bekiini imimaan ijaa naa jigee😭😭 Tan obboleetti isi gamachiiftee RABBIIN bakka isiifi haa busu
@obsaabdusalm1463
@obsaabdusalm1463 Жыл бұрын
Gammachuunis nama ni boochisti edaa 😢
@MiftahuddiinJamaal-y2s
@MiftahuddiinJamaal-y2s 22 күн бұрын
Hojii garii hojachaa jirtaa amalee itti fuffi jafe bro kiya qalii❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@rahmaBukure-q1w
@rahmaBukure-q1w Жыл бұрын
Mashalaa Allah namni hundaa akka kee kana ta'ee maalii qaba dhugaa ummaannii diree dawaa kunii ummataa jalala malee jibbaa beeknee🥰🥰🥰🥰🥰
@fakiafakia7020
@fakiafakia7020 Жыл бұрын
An yoomuman mattikoo surpires godhaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@SeadaAhmad-t1r
@SeadaAhmad-t1r Жыл бұрын
osoo tokko tokkooti .kennaa fudhatuuf soban garuu maatii dhugaa❤❤❤❤❤❤tahuu isaanii hanga inni ermiyasi jedheenuu hin beknu jedhan❤❤❤
@MmMm-up8yt
@MmMm-up8yt Жыл бұрын
Jafee hujiin ke nyadhuu😂😂😂😂❤❤❤
@Mokilm-op5ek
@Mokilm-op5ek Жыл бұрын
Wowwowwe Maasha Allah tabarakallaah rahmaan Yaa biyya too❤❤❤❤ Hedduu galaatoomi Jafe thank you very much.❤❤🎉🎉
@radirade1616
@radirade1616 Жыл бұрын
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa tabarakallaa tabarakallaa tabarakallaa tabarakallaa jafee tubee anii dhufuu
@Etopi-hj5sm
@Etopi-hj5sm Жыл бұрын
WOW ❤❤❤Arsii Tiya Biya Namni Wali Itti Yad Jabana Wan uma qabnun Wal yayadnu Oblewan Kana Lola Me Akkam Namatti Toluu Jalaa Jechun Kana Bayachu le Didu Dada Garu Kenan Xiqqoo hin qabuu 🤍❤🖤💞💞🙏🙏💗💗💗🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more jajjabaadha❤🎉
@Daree500
@Daree500 Жыл бұрын
Gatini isaa meqa lachu naf himi mee jafee jzk ❤❤❤🙏
@LamiyaaCalhaa
@LamiyaaCalhaa Жыл бұрын
Masha Allha Masha Allha Masha Allha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@GGGGGG-ij8ln
@GGGGGG-ij8ln Жыл бұрын
Joollee ajaaibaa qabdi masha allah rabbi bakkaan haa gahuuf
@MiskiiTaaHassan
@MiskiiTaaHassan Жыл бұрын
Mashalaa Alaa Mashalaa Mashalaa Alaa Mashalaa Mashalaa Alaa Mashalaa Mashalaa Alaa Mashalaa Mashalaa Alaa Mashalaa Mashalaa Alaa ❤❤❤❤❤
@Mariyee_Arsii_Saguree5817
@Mariyee_Arsii_Saguree5817 Жыл бұрын
Arsii Too I miss you😢😢😢😢❤❤❤
@uaealain5995
@uaealain5995 Жыл бұрын
Yaa alhaa Wly Rabin Adunyafi Afakiratiisii haa gamachisuu
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 Жыл бұрын
Wl wr wb maashaallaah jalqaba irratii jafee jazaa kumullahu khairan
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤❤❤❤kolfaan ifaa jibbis rifaatuu jechoota biraantaa'ee guyyaan ifa deemsis Gaarumaa
@Falmiiko
@Falmiiko Жыл бұрын
Jabadhu ❤❤❤
@ArifTahir-ei3hx
@ArifTahir-ei3hx Жыл бұрын
Mashalahaa ❤ bayyee nama gammachisa
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 Жыл бұрын
Maashaallaah rabbiin irraa haa jalatuu obbolleettii jazaa kumullahu khairan baga Gammadee taa meeshaa bitaanifi
@MaammichooOroArsii
@MaammichooOroArsii Жыл бұрын
Wow dhugaa rabbii hedduu namatti tola jaaffee Koo hedduu si dinqisiifadha jabaadhu dhugaa rabbii miira keessa na galche boohun isii sun 😢😂
@warqeeali-fq3zx
@warqeeali-fq3zx Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤Maashaall Maashaall Maashaall Maashaall Maashaall Maashaall Maashaall
@MisraaMisraa-hy5gf
@MisraaMisraa-hy5gf 9 ай бұрын
Mashall Allh bayee gari dhala karaa hangaan dheratuu kanaa demuu keettifi heduu galatomii jabadhuu obbllesaa kiyya
@SeadaAhmad-t1r
@SeadaAhmad-t1r Жыл бұрын
mashallaah.Arsii qaalii yeroo namni kan walitti kennatee wal ganutti isin wal bira dhaabatanii rabbiin jaalala keessaniif umrii keesan haa dheeressu
@Ililioromof
@Ililioromof Жыл бұрын
Rabbin obboleti akkana sifinif haa kenu hunda keessanu
@ItelItel-cn4ds
@ItelItel-cn4ds Жыл бұрын
Daiman ira masha allh ja,a ya ummata
@user-hk1ly7bc2gAlfiyaa
@user-hk1ly7bc2gAlfiyaa Жыл бұрын
As wr wb akmi Ngya jirtaa jafee sitin hajamee
@RamadenUmar
@RamadenUmar 3 ай бұрын
WOWJafee siwalin jiraa amallee jabadhuu❤❤❤❤❤
@SeadaAhmad-t1r
@SeadaAhmad-t1r Жыл бұрын
yaa.miskiina tiyya Arsii amaanaa namaa hin baatti!!!!
@GsffDfgg-bg3dd
@GsffDfgg-bg3dd Жыл бұрын
Mashaallah mashaallah Allah rabbiin isiin irraa haa jiratuu insha'Allah ❤❤❤❤❤❤
@فهدخدير
@فهدخدير Жыл бұрын
Maasha allaahaa Maasha allaahaa Maasha allaahaa taabarakallaaha ❤❤❤❤
@SeadaAhmad-t1r
@SeadaAhmad-t1r Жыл бұрын
rabbiin bakka isii haa buusu
@fayyee..family
@fayyee..family Жыл бұрын
Mashallalha Mashallalha tabarklha 🎉🎉🎉
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 Жыл бұрын
Jafeee wowowowo heduu namatii tollaa ittii fufufiiii oboletiii tee rabbiin umrii sii haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤ hamtuun isiin jiduu hin seninii oboletii tee gamachiftee rabbiin bakkaa attii baftee dachaa dachaa godhee sii haa debisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Baleho99
@Baleho99 Жыл бұрын
Guruban kaan ajibati masha alaah rabbin sih gudisi
@msoman-g7i
@msoman-g7i Жыл бұрын
Waaaaaaaw Masha allah jabadhu biro kiyya naaf tate hoji kee mo😅😅😅😅😅
@QiduuOromititii
@QiduuOromititii Жыл бұрын
Matii nafii ta.ii❤❤
@shitoobaacaa755
@shitoobaacaa755 Жыл бұрын
Maali taa, otoo wallagaa nuufii demanii tiin jabadhuu Qaxaalee keenyaa 🎉🎉🎉😢😢
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin isiin irraa haa jalatuu wallaah waan bareedaa dha
@arsii5305
@arsii5305 Жыл бұрын
Mashaal Allah 😢🎉❤😭
@kadiiraman9753
@kadiiraman9753 Жыл бұрын
Mashaalla Allah Mashaalla Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FatimaMohammed-ky1fn
@FatimaMohammed-ky1fn Жыл бұрын
Mashallaa Mashallaa rabbin jza isii ha kalu waan isin barbadu rabbii bakakan ha gahu ❤❤❤❤❤
@Mad-h4u
@Mad-h4u Жыл бұрын
Mashallah mashallah Alhmdulillah 🎉❤❤❤😢❤❤❤❤
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah
@hamzasultan4591
@hamzasultan4591 Жыл бұрын
Maashaa Allaah wolhi hedu Nama gamachisa Atsi galatomi Jafe qalii
@فوزيةعلي-ي9ب
@فوزيةعلي-ي9ب Жыл бұрын
Rabin jaza isinfihakafallu J.T
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤❤❤❤hawaasaan Gaaddisaa hayun galatoomii jafe wrwrwb
@FiriiSaanii
@FiriiSaanii Жыл бұрын
Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah Mashaallaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mekiyaturbuk6567
@mekiyaturbuk6567 Жыл бұрын
hin yaaddee miissikinnaa ❤❤❤❤maashaallh
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Жыл бұрын
Wayii Arsii tiyaa kabajaa kee moo hay Arsii too ❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤Maashaa'Allah Aswrwb maqaani Qabeenyaa wal'ansaa Surprises Eegumsis jafe wrwrwb yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa araaraa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤Sawsawsaw Sometimes Aswrwb Somaliland Alhamdulillah OBN 24hours hin dagatiin yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa Galaanaa tokkummaa ❤❤ NAGEENYAA DHIBEENIS ARAARA GALAANA DIIMAA ARAARRII IFAA SURPRISES EEGUMSIS haatii Jechama Acaaluu gurraa Abbaa/hiriyyaan Gaanneerraka
@Amina-e2z4k
@Amina-e2z4k Жыл бұрын
As wr wb jafeh bajajih. Teh xiyarah fakatiih kkk❤❤
@MeyremaMohammed-e4r
@MeyremaMohammed-e4r Жыл бұрын
As.wr.wb.jirta.jafe.tubi.mashala❤❤
@misramohammed7613
@misramohammed7613 Жыл бұрын
Miskinaa wly 😢😢😢😢
@qannoonuur4162
@qannoonuur4162 11 ай бұрын
Maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zubeydaazubeydaa457
@zubeydaazubeydaa457 Жыл бұрын
Lubbuu itii futee itti hin himtuu😢 Wwwww waln bohee walyi😢😢😢😢❤
@ObseeTolasaa2214
@ObseeTolasaa2214 Жыл бұрын
Rabbiif jedhee kani kaffaanaa ittii michaan kuni itophiyaatti meqaa jafe sorry garuu ❤❤❤❤
@QiduuOromititii
@QiduuOromititii Жыл бұрын
Matii nafii ta.ii mee❤❤❤🎉
@madinatarboosh3874
@madinatarboosh3874 Жыл бұрын
Mashallah mashallah mashallah rabbii bakka bafte haa gutuuf obboleetti isi kena keniteef rabbii umrii waliin haa dheeresuu
@QiduuOromititii
@QiduuOromititii Жыл бұрын
Matii nafii ta.ii ❤❤❤🎉
@AdhamAdhamali
@AdhamAdhamali Жыл бұрын
Maashaallaa sanyii bayee baredaa
@madinatube9950
@madinatube9950 Жыл бұрын
Jafe gaati rakabota buna kana naa himi mee obolesa koo❤
@Fami931
@Fami931 Жыл бұрын
Ibsaa bonsaa 😅😅😅😊😊😊😊 hujii tee nyadhuu 😊
@Wardatube235
@Wardatube235 Жыл бұрын
Maashaalh ❤❤❤❤
@Aminaaali-n7c
@Aminaaali-n7c Жыл бұрын
Mashaallah mashaallah bayee namati tollaat 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@Halimaatube12
@Halimaatube12 Жыл бұрын
Mashaa Allah taabarakallah ❤❤
@fuadmukhtar9943
@fuadmukhtar9943 Жыл бұрын
Jafe Arsii Bahaa,osoo hin taane Godina Arsii jedhamee haa sirreeffamu.
@vxvww921
@vxvww921 Жыл бұрын
Mashaal mashaal mashaal mashaal mashaal mashaal mashaal mashaal ❤❤❤❤❤mashaal
@zoxo5557
@zoxo5557 Жыл бұрын
Mashaa allaah ❤️ ♥️ 💖
@DakteeAhimad
@DakteeAhimad 10 ай бұрын
Kkkkkkkkkk ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jafee tubii yoyaa
@madinatube9950
@madinatube9950 Жыл бұрын
Maashaallah Asallah too❤❤❤
@Mustafaosmaan
@Mustafaosmaan 10 ай бұрын
Mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa mshalhaa
@uaealain5995
@uaealain5995 Жыл бұрын
Masha'lha ❤❤😂
@Calicabdallecadaani555
@Calicabdallecadaani555 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤maasha allah imala gaari
@Rumana408
@Rumana408 Жыл бұрын
Miskina wly oboletii akanaa qabatun uuuuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@aishaaisha9854
@aishaaisha9854 Жыл бұрын
Mashaa Allahaa Wollahi wajjiin boyee😢😢😢😢
@BaraanAbdulla
@BaraanAbdulla Жыл бұрын
Maasha. Allha. Jafee. Koo
@Mad-h4u
@Mad-h4u Жыл бұрын
Mashallah mucan dhuga akka nama gufati❤❤❤
@فوزيةعلي-ي9ب
@فوزيةعلي-ي9ب Жыл бұрын
Habibititaa😢😢❤❤
@JamilaaOromo
@JamilaaOromo Жыл бұрын
Mashaa allaah obbotti uffi ❤❤❤🎉🎉🎉
@ZhraLink-k7g
@ZhraLink-k7g Жыл бұрын
Maashaallaa bayyee namatii tolaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DararatuuJamal
@DararatuuJamal Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Aboflah12_5
@Aboflah12_5 Жыл бұрын
KZbin chaynal yahyaa Muhammad jadhamu sabiskiray godhi aniis siigodhe KZbin nikun haarawaa atis hanga dandeessun nacinadhaa badhu baarakallah ❤❤
@ManBaaleeTube
@ManBaaleeTube Жыл бұрын
Walahii naa bochisee wan kun😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Kubraa271
@Kubraa271 Жыл бұрын
Mashallah🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@muneeramuneera5915
@muneeramuneera5915 Жыл бұрын
Maashah' ahllaa wly ininan kee argee anilee boee
@ajjsjjsjsjz1712
@ajjsjjsjsjz1712 Жыл бұрын
Mashallaaa Tabarakaallaa Mashallaaa Mashallaaa Tabarakaallaa Mashallaaa Mashallaaa Tabarakaallaa ❤
@mskh4667
@mskh4667 11 ай бұрын
yomi Raftee yom kattee takkaa baburaa keesaati Raftee takkaa hoteelaa bultee kameraa akaam akaana siin woraabe 😂😂sii dukaa figaa ollee kamera😂
@qashtiibaalee5918
@qashtiibaalee5918 Жыл бұрын
Maasha Allah maasha Allah 🎉🎉🎉🎉
@zeyitunatube6548
@zeyitunatube6548 Жыл бұрын
Mashallah ❤❤❤❤
@FafiiAhimadWalloo
@FafiiAhimadWalloo Жыл бұрын
Masha Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah
Kennaa Obbaleeytiin teenya naaf goote wly Hedduun gammade arra
25:03
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 50 МЛН
А я думаю что за звук такой знакомый? 😂😂😂
00:15
Денис Кукояка
Рет қаралды 6 МЛН
If people acted like cats 🙀😹 LeoNata family #shorts
00:22
LeoNata Family
Рет қаралды 41 МЛН
Surprise Addaa (P/11) Magaalaa Finfinnee Deemnee Namaaf Goone
23:39
Koottaa Anaaf Ayyaan akka itti oolle laala wajji boharraa
21:28
Ferdous tube
Рет қаралды 9 М.
Umrii tiya taka bofa arkan qabadhe hinbeku ara amo qabadhe
26:42
ifrah mamile
Рет қаралды 13 М.