THANK YOU TA'E TURE /Raaji Saamu'el Abrahaam / BUDDUSSEE TUBE 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godha.

  Рет қаралды 18,069

BUDDUSSEE TUBE

BUDDUSSEE TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 198
@feqethegunners2766
@feqethegunners2766 11 ай бұрын
Waldaa magaalaa Gooban dhufee waaqayyo isin abaara qarshii hin fiddan taanaan jedheet jimaataafi qidaamee walitti qabateet sanbata uummata sodaatee miliqee bade, nuuf gaafadhu gamme, raajiin guyyaasanaa faallaa ta,ee argame. Ati warra akkasii kana yommuu dhiyeessitu akka sagantaa caayaa Obn sanatti cimsii gaafadhu waan inni ittiin maree darbuu yaalu hin fudhatiin. Jabaadhu qashtiiko!
@turugetachew-dq3pt
@turugetachew-dq3pt 2 ай бұрын
Dhugaadha nutuu beekna Adaamaara Rajii sobduu birrii bichaaf Tajaajila hattuu saamtuu
@Dare4Jesus
@Dare4Jesus 11 ай бұрын
Namicha kanaan raajii jechuurra abbaa daldalaa(business man) yoo jetne sirriitti isa ibsa. Yeroo afur sagantaa inni irratti waamame hirmaadheera garuu wantoota inni godhe hundinuu kan waldaa irraa dhaloota kan fageessu malee kan jajjabeessu miti, waa'ee qarshii fi borcii isaa malee sagalee waaqayyoo irraa baradhes hin qabu. Tajaajilli isaa 1ffaa- qarshii kiisiikee jiru yoo as hin fiddu ta'e abaareera 2ffaa- Hafuura hamaa nama keessaa baasuuf 'highlands" 10 ol namarratti fixa 3ffaa- kenni siif kennama.... Gammeeko ati jabaadhu garuu gaafa namoota akkasii dhiyeessitu hamma ta'e ragaa qabatamaa xiqqoon utuu deggartee gaarii ta'a. Fakkeenyaaf bara 2015 wanta laga Xaafoo galma dargaggootti ta'e namootni hedduun quba qabu jedheen yaada. Galatoomaa! yoon dogongore dhiifama
@buddusseetube5086
@buddusseetube5086 11 ай бұрын
Ulfaadhu❤❤❤
@GudeAlex
@GudeAlex 11 ай бұрын
Gammee eebbifami jabaadhu! Raajii Saamu'eeliin immoo Oduu dhageenya malee qabatamaatti badii isaa waanan arge beeku in qabu qaamaan illee isa hinbeeku. Yoo dogoggore illee dhala namaa ti namni in dogoggore immoo dachee kanarra in jiru. Kanaaf maqa balleessii fi itti duuluun hanga kanatti in barbaachisu! Namni kun akkan hubadhutti nama jala kufee nama in jiraannedha nama of ta'e jiraatu illee' bara kana namni jajamu nama fakkeessee jiraachuu danda'u dha. Namni kun garuu kana in beeku waan dubbatu hunda dhoksee utuu in taane ifatti dubbata. Namni akkasii immoo hawaasa keessatti jibbamaa dha badii isaanii dhokatee waa meeqa balleessaa kan oolan heedduu dha. Yoo dogoggorri jiraatte ille wal gorfachuu wayya jedha.
@buddusseetube5086
@buddusseetube5086 11 ай бұрын
ulfaadhuu
@soresafisseha6707
@soresafisseha6707 11 ай бұрын
Ati hubataa namaati.
@Danielabeshu649
@Danielabeshu649 11 ай бұрын
waa bayye barachuu dandenyaa
@JobDesissa
@JobDesissa 4 ай бұрын
Hunduu waanuuma guutame haasaa'a!!
@maramabadasa8603
@maramabadasa8603 10 ай бұрын
Gammeeko jabaadhu. kan biroos fidi. garuu irra dibaan hin ta'u! ammas nan jedha irra dibaan hin ta'u!
@AlexFantahun-vx9ky
@AlexFantahun-vx9ky 11 ай бұрын
Gammicho bilchinaan as baateetta
@danieldube6118
@danieldube6118 11 ай бұрын
Waaqayyo saa eebbisu Gammee. Yoo danda'ame sagantaa akkanaa kana utuu itti fuftee gaaridha.
@zinashraga7752
@zinashraga7752 11 ай бұрын
Waan kisii keessan kessa jiru baasaa isinaan ebbisaa jedha samin achii booda namni tokko akka borsaatti hin deebisne isinaan abaara jedha baayyee waan nama arsuudha😢😢
@latajira8111
@latajira8111 10 ай бұрын
Waaqayyoo si haa eebbissu Raaji atis qophessa❤🎉❤
@edosagudins9717
@edosagudins9717 7 ай бұрын
Jechoota nama kakasan dubbateem saamiin dhugaa
@AffectionateGoldenRetrie-fe6jn
@AffectionateGoldenRetrie-fe6jn 11 ай бұрын
Gammee dhiifama naaf godhi malee, Raajin Kun baay'ee soba. Qr jaallata. Waaqayyo araara haabay'isuuf.
@GedefaOli
@GedefaOli 10 ай бұрын
Dhugaa waqayyoo Isa jirataa bayyee natti toolte gammee kenyaa itti fufii ebbifamii
@NadhiHabte
@NadhiHabte 11 ай бұрын
Amma Samu'eel Raajiidha jettee haasoftaa utuu waan fedhe dhufee ani hin amanu!!!!
@gizawlantebiye1433
@gizawlantebiye1433 11 ай бұрын
dhugaa gamee jabaadhu ati. namichaa kana akkas akkannaa jechuuni hin barbaduu garuu amantoota burjaajesuu irraa akka inni of eguu gorsii......
@ergamaguddichagreatmission6060
@ergamaguddichagreatmission6060 11 ай бұрын
Waa'een Abbaa Hafuuraa isin lamaanin qofa kan guduunfaamu miti,
@israelkumera4401
@israelkumera4401 11 ай бұрын
Dhugaa dubbachuf Gammee gaaffii ati gaafattee waan gaariidha garuu gaaffii ati gaafattee keessa kan saamu'eel hin deebisnetu jira innis yeroo tajaajila dhaqani qarshii hanga kanaa naaf kaffalttan malee hin dhufnu jedhu kana maaliif hin deebisne . hundumttu gatii isaa ni argata wanti isa jala dhokatu hin jiru ati immoo Eebbifamii .
@GemechisTesema
@GemechisTesema 11 ай бұрын
Jabaadhu Gammee! Of qabuu dhabuu keenya irraa kan ka'e karaan fayyina dhaloota cufamuu hin qabu
@lamisafkebedeofficial5177
@lamisafkebedeofficial5177 11 ай бұрын
Saamii koo siin jaalladhaa! Waaqayyo si haa eegu! Wangeela dhugaa dubbachuutti sii haa jabeessu. Gammee koo jabaadhu hojii guddaa fi gaarii jalqabde. Hard talk itti dabalii
@Grandas7358
@Grandas7358 10 ай бұрын
@44:23 Biyya kana keessati wanti baayeen as bukeesse achi bukkeeseera!
@manofgodprophetakenaw7372
@manofgodprophetakenaw7372 11 ай бұрын
Dhugaa dubaachuuf sagantaan akaana kun bayee gariidhaa jabadhuu gameekoo
@BikilaAtomsa-s3g
@BikilaAtomsa-s3g 11 ай бұрын
Ati Abbaan buddussee tube Kun jabaadhu! Isa kaan maal nu dhibe!
@lensatesfaye286
@lensatesfaye286 11 ай бұрын
Bless you
@abrahamtafese-m8w
@abrahamtafese-m8w 11 ай бұрын
good ammallee waamii saaxili raajota sobduu akkanaa ammayyuu baayyetu hafee jiraa
@tolesahabte6642
@tolesahabte6642 11 ай бұрын
Gamekoo dhugaa jabadhu wana kanaa hojechukef ammayuu namootaa baayyetu jira nu fidi maloo gameekoo
@eyosafetdaniel1674
@eyosafetdaniel1674 11 ай бұрын
Raajii sobduu fi fattaaltota uummata burjaajessuun juraatan. Safuu!
@EliasBeriso-hz2mp
@EliasBeriso-hz2mp 8 ай бұрын
WOW!!!! Itti fuufi 🙏🙏🙏🙏❤❤🙏🙏🙏
@AskuleDinega
@AskuleDinega 11 ай бұрын
Gamee jabaadhu itifuufi!
@nagatubeofficial
@nagatubeofficial 11 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf akkan promo dhageefadhee fi guutummaa isaa itti argadhe waliif faallaadha. Jabaadhu hojii gaariidha.
@lensatesfaye286
@lensatesfaye286 11 ай бұрын
Bless you
@kiyamitiku3623
@kiyamitiku3623 11 ай бұрын
Dhugaa Waaqayyootidha soba guddaa wayii sobe billoo boshee deemeen beeku
@jirraa6931
@jirraa6931 11 ай бұрын
gammee ati jabaa dhu garuu Namichi kun ammayyuu Adaamaa keessa deebisee Biiraa Goggombisa jedhanii gorsii
@abdigurmessa4627
@abdigurmessa4627 11 ай бұрын
Qotee bulaa sagalee waaqayyootiin gowwomsanii erga qullaatti hambisanii booda akkas kolfuun iyyuu cubuu dha. Har'a nyaatee dhugee garaa guuttattee kolfuu danda'a ta'a. Bor garuu waaqayyo gatii si kaffalchiisa. Dhiisi saba wallaallummaa fi garraammummaa isaatti fayyadamtee hin saamiin
@Bereshitbarahaelohim9616
@Bereshitbarahaelohim9616 11 ай бұрын
Gooftaan si haa jabeessu ammayyuu milkaayi Gammee jabaa namaa love u always
@lammiinegasa5756
@lammiinegasa5756 11 ай бұрын
Wow Saamii!Galatoomi Gammee!
@gudagutemaofficial421
@gudagutemaofficial421 11 ай бұрын
Shiishaa moo shaashii jedhee?
@obseatube1719
@obseatube1719 11 ай бұрын
Gammee waaqayyo dachaa saa eebbisu dhugaa. Waan akkasii bareeda jabaadhu. Ani nama kana waa'ee isaa kanin bare karaa Ta'ee tureeti kanaafuu dhugaa keessa isaa jiru hin beeku himatamaa ta'uu isaa malee. Kanaafuu sagantaan akkasii ammoo ija jabinaan dhugaa fi soba adda baasuuf gaaffii ciccimoo akkasii gaafachuun namootaaf adda baasa waan ta'eef cimi Gammee❤ Dhaloonnis dammaqaa himataa qofa osoo hin taane himatamaanis nama akkamii akka ta'e qorachuun baruun dirqama keenya
@DameEba
@DameEba 11 ай бұрын
Gammishaa jabaadhu Ammayyuu wanta gaariiti jirta Ebbifammii
@gamachuragasa4782
@gamachuragasa4782 11 ай бұрын
Gamme eebbifami! Wangeelli keenya dhugaa jaalalaan walitti himaa jedha. Yoo akkas ta'e wal deebisuu, wal fayyisuu dandeenya. Saam- giiloo najaallachiifte. Thanks
@kiyakoo4597
@kiyakoo4597 11 ай бұрын
Gammee baay'ee namatti tola, Waaqayyo si haa eebbisu, sodaa tokko malee hamii adda addaa jiru irratti gaaffii akkasii dhiyeessuun baay'ee gariidha wal hamachuurraa iftoominaan qeeqa jiru irratti akkasitti mari'achuun waan dansadha.
@GammeAdisu
@GammeAdisu 11 ай бұрын
Jabaadhaa Obbo Gammee
@YikirbelinaTeshager
@YikirbelinaTeshager 11 ай бұрын
Gammittii akkaataan gaaffiikee hedduu natti tolreera👍👏akkasumaan dhugaaf ija jabinaan itti fufi b/c dubbiin Waaqayyoo "Nuyi dhugichaaf hojjenna malee, dhugicha irratti hojjechuu hin dandeenyu*. 2Qor. 13:8 jedha waan ta'eef
@MilkiTaressa
@MilkiTaressa 11 ай бұрын
Mee gammee koo farfata akka mulgeeta dassaleny faa waami mee qoradhu warra dhugaa jirani
@hundessakanenus8549
@hundessakanenus8549 11 ай бұрын
ethiopia keessatti namni waaqayyo dibe anadha jedha akkuma Prophet Melese Tedila.qoosaatu irraa bareeda lallaba miti.
@Amanuel-x8z
@Amanuel-x8z 11 ай бұрын
Gamme bayye namatti toola akka ati itti fufte hojjeettu waaqayyo ayyaana Isa sif ha bayisu
@gamachufakadeashude604
@gamachufakadeashude604 11 ай бұрын
Waldaa namicha kanaa birrii malee hirmaachuu hin dandeessu, yeroo tokko nama birrii hin kennine ta'umsa gadhisaa bahaa jedhee baase.
@Jesusmyglory
@Jesusmyglory 11 ай бұрын
😂
@zinashraga7752
@zinashraga7752 11 ай бұрын
Qorichamo waqatu caalaa? Yoona isuma ta'am kkk
@FayisaNagasa-g4r
@FayisaNagasa-g4r 11 ай бұрын
Yaa waaqayyo dhiifama nuuf godhika. Garamitti deemaa jirraa?.
@MTBayisa
@MTBayisa 11 ай бұрын
Hin sobina rajii amboo ti waldaa guutuu wangelaa gosuu dhuftaani . .....ni yadaa tuu miti
@pharmacistoli9361
@pharmacistoli9361 11 ай бұрын
Jabdhuu gamme hojii garii irra jirtaa
@melkamuduferaofficial4146
@melkamuduferaofficial4146 11 ай бұрын
Yeroo sobdootaa !. Ni dhufa Yesuus.
@israelbekama3726
@israelbekama3726 11 ай бұрын
Haasaan namicha kanaa baay'ee isaa muuxannoo keessa jiru dhugaa bahaa jira. Gooftaan Yesuus sitti haa araaramu!
@BirhanuDaba-i5k
@BirhanuDaba-i5k 11 ай бұрын
Gammee sagantaankee baay'ee gaariidha garuu dhimma billoo boshee namichi kaase dhugaa irraa kan fagaatedha amantoonni waldaa billoo boshee keessa jiran si argachuu barbaadu yoo ati eeyyamamaa taateef.
@keenyatech
@keenyatech 11 ай бұрын
liikkiitti galchii warra akkasii kana corii as baasiiti
@KenawaqSailu
@KenawaqSailu 11 ай бұрын
Raajii saamiiii!!! Eebifamiii
@qananiialamaayyoo6505
@qananiialamaayyoo6505 11 ай бұрын
Namichi kun ammayyuu sobaa jira. FKN namni shugguxii sitti qabee zayitii biti siin jedhu hin jiru jedhee dubbate. Kun dhugumadha namni shugguxii namatti qabee biti jedhu hin jiru, garuu gaafa isaan maqaa Waaqayyoo waamaa namni akkas hin goone eebba Waaqayyoo of bira dabarsita yeroo jedhan uummanni shugguxii caalaa kana sodaata
@nebiyugeleta8797
@nebiyugeleta8797 11 ай бұрын
Gamme namatti tolaa jabaadhu
@tarekegnayansa4543
@tarekegnayansa4543 11 ай бұрын
Eebbifami Gammee
@adisu2022
@adisu2022 11 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu Gamme Sagantaa gaariidha.
@asefnak4764
@asefnak4764 11 ай бұрын
40:02 waa'ee abbaa hafuura waanuma sirrii kaafte.
@Hinso.Kenesa
@Hinso.Kenesa 11 ай бұрын
Ati namootuma afuuftuu /sobduu malee hin affeertuuyi?
@wandimuhabtamu266
@wandimuhabtamu266 11 ай бұрын
Eebbifaami Gamme
@abditadesse9709
@abditadesse9709 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤ Anaa dhufu Gammeee milkaa’iii
@waktolaendalew1564
@waktolaendalew1564 11 ай бұрын
Gammee waqaayyoo si haa ebbisuu. Garuu namicha kanna biyyaattiin Beekaa ani waaniin guyyaa tokko naa godhe nan Beekaa of qulqulluu of godhee tajajiiltoota kan biraa yeroo inni maqaa balleessu baayee na arse. Isaa inni jarsooliin waldaa birrii gurrii nan jedhan jedhe in ofiimaa isaan guraattee gala--------waanan hasa'uu baayeen qaban turee garuu -------
@LalisaAdugne
@LalisaAdugne 10 ай бұрын
Atoo dhugadhaa
@MegertuTilahun-pj4yc
@MegertuTilahun-pj4yc 11 ай бұрын
Gamme yaadan yeroo baayyee geggeessitoota waldaa gorsu tajaajiltota madirakirra jiran qoradhaa eeggadhaa jedheen
@damtewdereje983
@damtewdereje983 10 ай бұрын
caaliisema nati tola samin kun amas part 2 dhiyesa please
@KenawaqSailu
@KenawaqSailu 11 ай бұрын
Eeebiifaamii
@gemechislema1167
@gemechislema1167 11 ай бұрын
Beddelle biraa irrawoo
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 11 ай бұрын
Amma namoni tokko tokko . Hasa'a keyu bekama ati rajjii miti😂😂😂😂😂
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 11 ай бұрын
Malloo ijoo buddusee har'an argadheem😂
@mergaetefaofficial9943
@mergaetefaofficial9943 11 ай бұрын
obboleessa koo wa'ee nama kanaa yeroon dhaga'ee baay'een gadi buusee ilaale garuu amma waan baay'ee waan inni dubbate fi akkaataa dubbii isaa irraa garuu waan baay'een hubadhe. abalu akkasi jedhanii quba walitti qabuu irraa walitti dhihaatanii wal gorsuun gaariidha obboleessa keenya gamme ati illee galatoomi. namoota nuti fagootti beeknu itti dhiheenyan wa'ee isaanii akka beeknuuf dabalii nuuf affeeri.
@jenandejene3001
@jenandejene3001 11 ай бұрын
Nice gammeeko jabaadhu
@melkamuduferaofficial4146
@melkamuduferaofficial4146 11 ай бұрын
Duuriyyee hin ta'inaa maaloo.
@asefnak4764
@asefnak4764 11 ай бұрын
38:06 waldaan kiristaanaa warri durii kan Isaan buqqee, hindaaqqoo gurguraniif wangeela babalisuuf malee Garaa isaanii guuttachuuf konkolaataa garii bitachuudhaaf miti, plus irratti kadhatameera gowoomsaa jedhuun hin gurgunj
@gamachufakadeashude604
@gamachufakadeashude604 11 ай бұрын
Naman waraana jedhee afaan guutee dubbatta, Har'as namichi kun hattuudha, sobduudha.
@getachewbent8469
@getachewbent8469 3 ай бұрын
What is your church background?Waaqayyoo garuu dhugaa farada ,akka namaa miti waaqayyoo inni suuta farada.Waan haasofteef garuu firdiin jira.
@dassuhambisa1229
@dassuhambisa1229 11 ай бұрын
Ooh Edduu Namati tolaa Gammee Dhugaa
@KenawaqSailu
@KenawaqSailu 11 ай бұрын
Raajii saamii eebifamii.
@ermii4331
@ermii4331 11 ай бұрын
Sagantaa keessaan baayyee barsiisaa dha jabaadha itti fuufaa
@tekatariku4407
@tekatariku4407 11 ай бұрын
Gammee eebbifamii gaffii gafatamuu qabu itti cabsitee gafachuukeef
@mamodereje6192
@mamodereje6192 11 ай бұрын
as bukeessee achi bukeesuu keessa atis jirtaa beekii!
@KenawaqSailu
@KenawaqSailu 11 ай бұрын
Waaqumti sii Eebisuuu.
@derartudemesa3379
@derartudemesa3379 11 ай бұрын
Deebiinsaa nama hin quubsu
@alemayehudhufera3492
@alemayehudhufera3492 11 ай бұрын
Obboleessa keenya Gammee,Waaqayyo gooftaan barakee jireenyakee haa eebbisu. Raajii Saamu'eeliinis gooftaan haa eebbisuu,akkasitti isa hin beekun ture,amma garuu ergaa guddaa waldaa kiristaanaa fi dhalootaaf galaa ta'uu danda'u waan dabarsiteef eebbifami,jiraadhu jenna
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 11 ай бұрын
Dhugaa baayyee Galatoomi namicha kana dhiyeessuu keef ani takka physically argeen beeku bara 2004 E.C Najjoottiin waa'ee isaa tajajilaa dhuma akkas isaa irraan dhaga'ee akka inni waanuma arrogant taheettin ilaalaa ture, even tajaajilaa dhuma nattiin fakkaatuu ture. Woow dhuguma namich cimaadha. Dhugaa burksee dubbataa. Please namoota akkas akkasi yoo dhiyeessitee wantootaa baayyee qajeelchu dandeessaa. Dhoksaa baayyee muuxxannoo jireenyaa isaa irraas horateera. Ani isa inni fb irraati share share waliif godha jedhu kolfeen darbaa ture. Haasaan isaa baayyee baayyee nama ti tola plus fact dha. Cool
@DaseTesema-vn7oh
@DaseTesema-vn7oh 10 ай бұрын
Gammee jaabadhu
@Seexaayoutube
@Seexaayoutube 11 ай бұрын
Anan natii dubbatee naf hin rawwanne Makinaa bitaa Nan jedhee
@Totojordan-bm2fu
@Totojordan-bm2fu 11 ай бұрын
Dhugumaa Waaqayyoo Samu'el Sobdudha Waldaa Billoo Boshee Yoom Dhufte Istayidemiin Essaa jiraa Billoo Boshee Kessaaa ?Callistee Maqaa Waldaa fi Gaggessitoota Waldaa hin Ballessiin .Pls Median Interview Nama gotaan Rajoota Sobdu Akka namtitii Samu'el Ofiin Jettu kana Mediati Hin fidinaa
@genettesfayeaga4843
@genettesfayeaga4843 11 ай бұрын
Ta'ee turee isin warra obboloota kiristiyaanota fb irratti maqaa hadheessu mitii gooftaan isiniif haa dhiisuu mee amma waanti isin dubbattan eenyuuf liqimfama jettaniitu kan dubbatan sobdoota nana
@TedyTerefe
@TedyTerefe 11 ай бұрын
Hafuura saree,hafuura hoolaa.....jedhekaa namichi
@MergaTamiru-jo9iy
@MergaTamiru-jo9iy 6 ай бұрын
Sirritti samaa ture
@KenawaqSailu
@KenawaqSailu 11 ай бұрын
Eebiifamaa
@kindebuli3098
@kindebuli3098 11 ай бұрын
Rajjumaan kee amalaa dhunfaa kee hin jijjiruu tanaan kun rajjii oso hin tanee Waqayyoon iyyu hin beku
@askome1943
@askome1943 11 ай бұрын
Saamii kunoo ani asan jira. Harki obboleessakee hin citu hin fayya kaardii guutii jettee inni hin fayyine ni cite.
@LalisaAmsalu-o2f
@LalisaAmsalu-o2f 3 ай бұрын
Milkiyaas 3:17-18 17 Waaqayyo gooftaan maccaa, “Guyyaa ani murtoo godhe sanatti isaan qabeenya dhuunfaa koo in ta'u; akkuma abbaan ilma isaaf hojjetuuf oo'u akkasuma anis isaaniif nan oo'a*; 18 yommus isin garaa garummaa warra qajeelotaa fi warra jal'oota gidduu jiru, warra ana Waaqayyoof hojjetuu fi warra anaaf hin hojjenne gidduu jirus dabaltanii in argitu” jedha*.
@AffectionateGoldenRetrie-fe6jn
@AffectionateGoldenRetrie-fe6jn 11 ай бұрын
Baruma kana Ambo dhufee, torba tokkoon asitti waraana ulfaatatu ka'aa, akka ooltaniif Qr 200 fi isaa oliin marabii narraa bitaa jedheetu gurguraa Ture. Raajimmaan isaas, qabeenyan qofa irratti. Yaa Waaqayo anattis, Raajii kanattis araarami maaloo🙈🤷
@abrahambirhanu3419
@abrahambirhanu3419 11 ай бұрын
Namichi ani raajiidha ofiin jedhu kun Daqiiqaa 29ffaa irratti dubbiin inni maqaa Billoo Boshee dhahee dubbate Soba guddaadha. Hanga har'aatti namichi kun Aanaa Bonayyaa Boshee dhaqeeraa jedheen adda baafachuufan ture. Karaa keenya hin baane. Birriin madaabaraadhaan walitti qabame jedhe, ittiin waldaa ijaaran jedhe...Anaa fi faarfattoota lamatu dhaqee Birrii kuma kudhan kudhan fudhannee galle jedhe. Iddoo biraa dhaqee isa saame maqaa Waldaa Aanaa keenyaatti qabate, harkaa waldhoofte ta'a. Eeyyee maqaa Waaqayyoo dhahee waan dubbatuuf dubbiin isaa dhugaa fakkaachuu mala, garuu Raajiinfaa hin afuufani. @Buddussee Tube'n dhimma kana utuu irra deebiin gaafattee baay'ee jaallanna, ani yoo barbaachisaa ta'e waldoota MY Aanaa sana jala jiran Sabakoota naannoo sana jiran si quunnamsiisuu nan danda'a. Garuu, dubbiin SOBAA 'Media' kee irratti tamsa'ee jira. Isa kanaaf atis waan quba hin qabaatiiniif tamsaaftullee komii kana dhageessee calliftee yoo darbite si komachuun waan hin oolle.
@BentiChala
@BentiChala 11 ай бұрын
Saami waa'ee ta'ee turee dhiisi maalo isaan dhugaa dubbatu waan qabatamaan qaba
@MilkiTaressa
@MilkiTaressa 11 ай бұрын
Namoota baayee dhugaa jira ani kana ragaadha
@wakjiradano6158
@wakjiradano6158 11 ай бұрын
Amma amaneeraa garuu ???
Poolisiin Yeroo baay'ee na qabe/Pastor Kefyalew Amante BUDDUSSEETUBE
54:56
Арыстанның айқасы, Тәуіржанның шайқасы!
25:51
QosLike / ҚосЛайк / Косылайық
Рет қаралды 700 М.
Quando A Diferença De Altura É Muito Grande 😲😂
00:12
Mari Maria
Рет қаралды 45 МЛН
It works #beatbox #tiktok
00:34
BeatboxJCOP
Рет қаралды 41 МЛН
#Yesus_ati_Dhiira! Raajii Garbooleen Maaltu Mudateen 😁 Seenaa nama onnachiisuu fi  Mararu ❤️
9:47
Bonsa Addisu Gute - Good News - Oduu Gaarii
Рет қаралды 19 М.
F.A.S.T. Party Press Conference (20/01/2025)
1:05:00
Radio Samoa
Рет қаралды 2,8 М.
Deep Spiritual Testimony ‼️‼️Genuine Testimony By Mr Xaba.
10:11
Thabani ST Media
Рет қаралды 11 М.
ዘልኩ ድኣ! ግርማይ ሳንዲያጎ  2025
17:11
Ghirmay Sandiyago | ግርማይ ሳንዲያጎ
Рет қаралды 86 М.
ሕንከት ዘይብሎም ኣብ ቅነ ዓወት 1/6/2025
2:21:54
AKILE10 Media
Рет қаралды 3,4 М.
AN FAARFANNAA BARREESE HIN BEEKU.  FAAR MELESE ARGEWU/ BUDDUSSEE TUBE
1:31:21
ERGAA BAAY'EE NAMA SODAACHISU KARAA RAAJII GARBOOLEE
24:34
GOSPEL TUBE
Рет қаралды 24 М.
Арыстанның айқасы, Тәуіржанның шайқасы!
25:51
QosLike / ҚосЛайк / Косылайық
Рет қаралды 700 М.