tup Oromoo Wedding For|Jadid-kifaya||video(4ffaa) 🎉congratulations 🎉Qube💍💜 💍

  Рет қаралды 119,975

JADID TUBE

JADID TUBE

Күн бұрын

ᴊᴀᴅɪᴅ ᴛᴜʙᴇ ᴅɪʀᴀᴍᴀʟᴇᴇ ɢᴀʀᴀ ɢᴀʀᴀ ɪsɪɴɪғ ᴅʜɪʜᴇsᴜ ǫᴏᴘɪ xᴜᴍᴜʀᴇ ᴊɪʀᴀ
ᴄʜᴀɴᴀʟʟɪ ᴊᴀᴅɪᴅ ᴛᴜʙᴇ ᴋᴇsᴀɴɪ ᴊᴀᴊᴀʙᴇsᴀ ʟɪᴋʏ sᴜʙᴇsᴄʀɪʙᴇ ɴᴜᴄɪɴᴀ ᴅʜᴀʙᴀᴅʜᴀ .
#ᴊᴀᴅɪᴅ_ᴛᴜʙᴇ_sᴜʙᴇsᴄʀɪʙᴇ_ʟɪᴋʏ_sʜᴇʀ
----
ᴄᴏᴍᴇᴅɪ ᴀғᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏ ʜᴇᴅᴅᴜ ɴᴍᴀᴛᴛɪ ᴛᴏʟᴜ ᴋᴀɴᴀ ʏᴏ ɪsɪɴɪᴛᴛɪ ᴛᴏʟᴇᴇ sᴜʙᴇsᴄʀɪʙᴇ ɢᴏᴄʜᴜɴ ᴍᴀᴛɪ ɴᴜғ ᴛᴀʜᴀ-----------
,:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ ᴋᴏ♥️♥️
᯾ғᴀᴄᴇʙᴏᴏᴋ➪➪ / jadid.tube.5
᯾ɪɴᴇsᴛᴀɢɪʀᴀᴍ➪ / jadid_aballah
᯾ᴛᴡɪᴛᴛᴇʀ➪ Ja...
᯾ Page) / jadidtube11

Пікірлер: 611
@drseenaamusxafaa
@drseenaamusxafaa 3 жыл бұрын
Sa'idoo atiilee moo???😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ani bayeen sii jalaadha bayeen sii kabaaja garuu ijoollee gorsitee ufaataa islaamumaa ibsuu itti godhu dhiftee waliin shubbistaa. yaa rabbii nuu qajeelchii munafiqaa nuu godhiin akkanatii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ciinii kessaan isinif gammaachuu tahuus muslimaa hundaa na gadiisisaa rabbiin isiin haa qajeelchuu
@hazizahaziz6072
@hazizahaziz6072 2 жыл бұрын
Walhii ofii kiiyaa laluu salafadhee malii kun subanaaAllh namaa sodachisaaSubanaaAllhAstofirahii
@iftuuabdi5292
@iftuuabdi5292 3 жыл бұрын
Kuni waan mashaa allaah jetanin hin qabu wari hikkaa mashaa allaah hin bayne duraa baradhaa dubarti muslimaa tate qulaa maali Rabbii isiin haa qajelchuu subahaan Allaah
@semirahabi
@semirahabi 3 жыл бұрын
Dhuguma keti mashallah jedhani islftne Arga mata qula musik
@iftuuabdi5292
@iftuuabdi5292 3 жыл бұрын
@@semirahabi dhugaa argadhuu ukti
@semirahabi
@semirahabi 3 жыл бұрын
@@iftuuabdi5292 Rabbin sodachu Dadhbne welh Subhnallah Aka wegri toko medrti gedhsu 😒😒😒😒 Rabbi nustru
@iftuuabdi5292
@iftuuabdi5292 3 жыл бұрын
@@semirahabi Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiin yaaRabbii 🤲🤲🤲
@nejutube215
@nejutube215 3 жыл бұрын
Saah
@sabontuoromoo9313
@sabontuoromoo9313 3 жыл бұрын
Adda munaa fiqaa jalla hin kinaa akka Ammanta tenati demma Allahamdulillah wollahi mussillimmumanu hin baredi adduwi isillamaa hin gamachisina ☝️☝️☝️☝️😭😭😭
@beftojamal7747
@beftojamal7747 3 жыл бұрын
Subbahanala jarrumaa ilalun namati hin tolu umatta walala yutubar hunda nama jibisisa halli jarra malii kun qulla demun biyya muslima kesa jirata fokkatudha rabbin soddadha cidha akana fokatu arge beku ilmo muslima adabba qabdi ufataa of sattarti kabaja qabdi bada asii
@aishaaali3346
@aishaaali3346 3 жыл бұрын
Dhugaa keti subahan Alaaah
@karimaabintiihuseen4181
@karimaabintiihuseen4181 3 жыл бұрын
Au'uzubilahii maqaa nu nyaatani 😭😭😭😭💔
@dahbajamal5292
@dahbajamal5292 3 жыл бұрын
Omg walhi addaa munafiqatii bismilayii Mali foxaa hin godhatiinii subaahaan Allah
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 жыл бұрын
Mashaaaallaaaaaaaaaaah jedha isiin walii argachu kessaanifii garuu akkiii isiin gulaa demtaani kuni heduu naa gadisisaa wollaahi 😭😭😭😭😭😭🤦🏿‍♀️waa hin sharii'aan rabbii akkana nuuf ayamee subahanaallaah 😭😭
@duretiadam2761
@duretiadam2761 3 жыл бұрын
Dhukaa ketii walhii
@roziijimmaa9751
@roziijimmaa9751 3 жыл бұрын
Bareda baga ittin isiin gahe garuu musilima mitti ayii rabbii isiin haa qajelchu wly 😭😭😭😭😭😭
@merakhan6147
@merakhan6147 3 жыл бұрын
Addaa munaa fiqaa subahaanaa Alha 🌚🌚😭😭😭😭
@burqashow3688
@burqashow3688 2 жыл бұрын
Nadaarbee mal godhaa carraa kootii mashaa allah bagaa Rabbiin sigamachisee
@abdusseshow546
@abdusseshow546 3 жыл бұрын
Maalinni kun immoo yaarabbi
@musaybamuhammed2128
@musaybamuhammed2128 3 жыл бұрын
Subhaan Allaah yaa oromoo maal tatan bikki jiru tun adunyadha bar zabanulu akiri if dagatan yaa jolee muslima rifensa qullaa akkanatti utaltu mee guyyaa qiyaama san yadadha mee wallhi wakalax mee Aruuza kesan shariaa islamatin hin galfattani rabbiin isin ha qajelchu yaa oromoo tiyya
@nagelleetube1511
@nagelleetube1511 3 жыл бұрын
Subhallaa Allaah Mataa qulaa yaa Rabbii Katimaa tenaa tolchi😭😭😭
@maadiinarsiirobee6742
@maadiinarsiirobee6742 3 жыл бұрын
Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin wallahii rabbiin nu haa qajelchu inshaa Allaah 😭😭😭
@halimatube6984
@halimatube6984 3 жыл бұрын
Matti naf ta'ii sanyi koo kabajan si gafadhaa
@SafeeSabbaaHuddaaFierrJawara
@SafeeSabbaaHuddaaFierrJawara 3 жыл бұрын
😭😭🙏🙏🙏😢
@khdeircell2915
@khdeircell2915 3 жыл бұрын
subhan Allaah dhugaa keeti rabbiin haqajeelchu🥺😭😭😭
@misraaqasem3734
@misraaqasem3734 3 жыл бұрын
Amiiiin Amiiiin Amiiiin 😭😭😭😭☝️
@nejutube215
@nejutube215 3 жыл бұрын
Maali sila qullaan Allaahumma sattirnaa hooo
@saboontuuarsiibaha9612
@saboontuuarsiibaha9612 3 жыл бұрын
Maaaashaa Allah maaaashaa Allah maaaashaa Allah maaaashaa Allah maaaashaa Allah maaaashaa Allah maaaashaa rabbi walii isin haa dhiisuu wal jabeefaadha qaccaleewwaan akka walii mabruuk alfaa horaa bullaa
@ኢሻአሏህሁሉምያልፋል
@ኢሻአሏህሁሉምያልፋል 3 жыл бұрын
አኡዙቢላ አላህ በሚመሠገን በት ቀን ይታመፃል መቸም ሙሥሊምነን አትሉም የሠርግ ቀን እራቁት ፀጉር ተገልጦ
@neimabeker8758
@neimabeker8758 3 жыл бұрын
rabbi isin haa qajeelchu way ajaaiba qullaa deemuun keessan kun !!!!!
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 3 жыл бұрын
Abbo namatti tolitu dhugaa waaqayyo jirenyya bareda isnfii haa kenu obbollotako♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 3 жыл бұрын
Wow wow wow wow wow wow wow wow wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-sm2nd9fi1b
@user-sm2nd9fi1b 3 жыл бұрын
Wwwwwwww bagaa walii fuutani hoora bayyaadha
@faayooabad
@faayooabad 2 жыл бұрын
MashalaAll hedutakanamti toleee
@foziyaasanyijawwee960
@foziyaasanyijawwee960 3 жыл бұрын
wal fudhu kesamif masha allh mabruka alfa alffa mabrukk❤💍💍❤ garuu uffanan kessa inaa lilahi waa inna ileyhi raji'iuun rabbi kessan ofirati sodadha yaa ilman muslimaa 😭😭😭😭😭
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/rXuYg3iObspkhbc
@umuuayifaa8841
@umuuayifaa8841 3 жыл бұрын
Mash Allah kan jedhamu Alsan bakaa qaba rabbiin issin haa qajelchuu Astofrallah lazim ofii yadadha idoo jirtan 😭😭😭
@sifanbeker7897
@sifanbeker7897 2 жыл бұрын
Hin baredduu garuu osoo akkaa amantaa muslimattii uffattee nii bareddaa subhaanallaa
@wakksgu9090
@wakksgu9090 3 жыл бұрын
MaaaaaashaaaaAllaaa mabruuuk mabruuuuuk mabruuuk horaa bulaa
@marwasaid2293
@marwasaid2293 3 жыл бұрын
Rabbi isin haa qajeelchu bboo
@عايشهجمال-ن9خ
@عايشهجمال-ن9خ 10 ай бұрын
😍😍😍😍❤❤❤❤mashalaa ok
@rahmalovetube1452
@rahmalovetube1452 3 жыл бұрын
Warrii as jala demtanii masha allah jetanu malif masha allah akka jedhamu addan bafadha rabbiin sina qajelchu 😭😭😭😭☝
@walyahahmed7127
@walyahahmed7127 3 жыл бұрын
Subanallhaaa yarabii sirii baqanee☝️ijaan ilalchaafuu hintoluu kun rabii isinif Hadhisuuu😔😢😢😢
@Samsung-kg5bt
@Samsung-kg5bt 3 жыл бұрын
Leesh?
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 3 жыл бұрын
mati naf tahi qomo
@ha-yutiibaratudinaliislaam6651
@ha-yutiibaratudinaliislaam6651 3 жыл бұрын
Subhaan Allah tarii Yowana Abshaluma isiiniti fakkataa siila ta.ee mimor kanaa ilmoo kessani tesisu hin olu Ilmoo kessani malii isiinra baratii yaa Rabbi dinii Kee nuu barsiisii😭😭
@amnaalmdhani8941
@amnaalmdhani8941 3 жыл бұрын
💘💘💘💘💘💘💓💓💓💓💓
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 3 жыл бұрын
Wwwwwwwww hora bullaa
@merutube5261
@merutube5261 3 жыл бұрын
Wwwooo
@sumyyaatube4817
@sumyyaatube4817 3 жыл бұрын
Ijoolee keka garaa gutanii argaa keessanii
@urjiyemachi3424
@urjiyemachi3424 2 жыл бұрын
Yaa umata nabii Muhammad worrii islama inalilahi wanaileyhi rajuun Yaa oromo Koo rabii keysa qabadha gamachun guyaa toko akasit Mata isan Hite wlh hedun fokata Muslim iraa Kunin harusa MashaAllah jedhamtunin hedun nama rifadhisa yaa oromo gize harusa godhatan uuff qabadha heduun isin jaladha kiswahili wan jete maisha ni safari
@taytotayto6756
@taytotayto6756 3 жыл бұрын
Rabii ijaa hamtuu sinii agasisinii
@sanyiiijawar9143
@sanyiiijawar9143 3 жыл бұрын
Maasha hlaa tabarak Aalla tabarak Aalla tabarak Aalla tabarak Aalla tabarak Aalla tabarak Aalla tabarak ❤️❤️❤️💔❤️💔❤️💔
@jamiilamuhammad9753
@jamiilamuhammad9753 3 жыл бұрын
Wwwwwww masha masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah bayee wolirraa baredudhaa bagaa ittii isin Gayee 💔💔❤❤❤❤❤❤
@samsungm7449
@samsungm7449 3 жыл бұрын
Kukukukukukuku maliii qamaa qulaa sheriyaa in betaniii subahana allhaa icii
@mominaahamed7630
@mominaahamed7630 3 жыл бұрын
Walahii Anii yeroon jalqaba argee kiristiyaanan se"ee kakkaa muslimaa subahanalh
@zadofficial4118
@zadofficial4118 2 жыл бұрын
Wallahi waan isin akas jirtani isiin iseene,, subhanallah ,,
@addgaaa5101
@addgaaa5101 2 жыл бұрын
MasahaAllaah MasahaAllaah MasahaAllaah MasahaAllaah
@azizatahir2808
@azizatahir2808 3 жыл бұрын
Garuu jadid dhifamaa wajin malif akaa amantaa musilimaatii wol hin futan raabiin hisinif adhisuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abditube8989
@abditube8989 3 жыл бұрын
Baga Rabbiin Sii Jarree
@yuviyivi6957
@yuviyivi6957 3 жыл бұрын
Mashaa Allaa mashaa allaa horaa bulaa
@sajasajaa4558
@sajasajaa4558 3 жыл бұрын
Maashaallaah maashaallaah tabarikaallaah garuu ililitaa hin beekkanii kaanii iyyaanifii
@qananiifayissaa8247
@qananiifayissaa8247 3 жыл бұрын
Baga gammadaa
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 жыл бұрын
Shamaratuu midii cidhaa balesee malee ni baredaa cinii wwwwwww 👌👌👌👌👌👌🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️
@malkaaorotuub7036
@malkaaorotuub7036 2 жыл бұрын
Waw jadid
@shamsayoutube5275
@shamsayoutube5275 3 жыл бұрын
Walahii aka cidhaa kana ittii egee akanamii garuu bayee ganee mafii amatii ofi hini hubanee sanuu TOT iratii gadii dhisanii
@saadahali5062
@saadahali5062 2 жыл бұрын
Subanalah 😭😭😭😭😭
@aantuukamal4181
@aantuukamal4181 3 жыл бұрын
Way kafiya wlh sii wajjii bohee miskiin tiyya diqqodhaa atti dhugaa
@fatiyaakadir3155
@fatiyaakadir3155 3 жыл бұрын
Warrii as jalaa deemtanii mashaalla jettaan deemaa duraa hikaa mashaallaa jedhuu baradhaa mashaallaan namaa munafiqaati ykn yahuudaati fakkaatuuf hin jedhaamu namaa sunnaa Nabii Muhammed hordoofee fi islaamaa maqaa oso tanee tan haqaan qabatee iti hojjaateef jedhaama Ummaata maqaa muslimaa tahuu qofaa himatee fashiinaa yahuudaa hordoofu Auzuubillaa jartii mara rifeensaa qullaa fi qaama qullaa deema wallaahii as keessaa warraa addunyaa malee Akiraa beynee Wallaahii videon addunyaan dawwatu kun yomil qiyaamaa ragaa isiniti bahuuf ta'a namuu waan facafatee hammata
@ililitube52
@ililitube52 3 жыл бұрын
Aboo ijaa adawii siraa haqbuu
@ayyanshadin8306
@ayyanshadin8306 3 жыл бұрын
Mucaa bereedduu tasgabbii qabdu fuutee Akkaam Maashaa Allah Nasiiba qabdaa
@ofiitahiijiraadhuu8666
@ofiitahiijiraadhuu8666 3 жыл бұрын
Warrii comment mashaa allah jettani harmaa walahii mee maal argatin wan isin gammachisuu subahaan allah Ummaata qulaa demuu Rabbii haa qajjelachuu garuu Amantii jaraa kana malii tokkichumti keesssa Rabbiin ofii irraati yaadatee hin jiruu subahaan allah
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
MAATI NA TAYI QAALI KO PLS
@dghhety4520
@dghhety4520 3 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwww baaye daas jeetu
@hhhhhh-fg7vx
@hhhhhh-fg7vx 3 жыл бұрын
waliin horaaa bulaa😍😍
@حليمه-ز2خ
@حليمه-ز2خ 3 жыл бұрын
Demaa wosakan seraa shariaa rabbii cabasitan.maqaafii.isalammaa.mata qura arate.kayate.matati.hin.milkayina.jechufii.abarasa.asatgfurulhaa.
@yusufii5203
@yusufii5203 3 жыл бұрын
Bayee bareda wojini turaa
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 2 жыл бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa
@wirkimm4050
@wirkimm4050 3 жыл бұрын
Gahila gari isinifaa tauu woow
@sasczshafsd709
@sasczshafsd709 3 жыл бұрын
Raabbiin isiin haa qaajelchuu ummaata amaanti ofii iraanfaate akkuuma yaahuda qulaa yaa'uu
@sennaabokonaa5894
@sennaabokonaa5894 3 жыл бұрын
Raabii umurii dheertuu Isin yaa keenuu 💝💝💝
@dfdf706
@dfdf706 3 жыл бұрын
Aruuznii biyaa araaba kun zahamaa hin dhabuu laalabaa bismilahii
@kuwaitk2777
@kuwaitk2777 3 жыл бұрын
Auuzubillahi maal faffakkatu subhaan Allah wollahi bayee nama sodaachisee
@khawla3891
@khawla3891 3 жыл бұрын
mashaAlla mashaAlla ija.irraa.hafaa
@stgfxhgf2997
@stgfxhgf2997 3 жыл бұрын
🚫mashallhhh 🚫🚫 oN
@MostQim-u2i
@MostQim-u2i 11 ай бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa
@leelloojiruu5020
@leelloojiruu5020 3 жыл бұрын
Congratulations 🎊🤷🙄
@rawanalhosani8867
@rawanalhosani8867 3 жыл бұрын
Warii mashaa alaa jeetaan rabiin soodaadhaa
@SamiiraOro-n2s
@SamiiraOro-n2s 3 ай бұрын
MashaaIha MashaaIha MashaaIha ❤❤MashaaIha MashaaIha is ❤❤
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 3 жыл бұрын
Maashaallaa taabarkallaa baayeessaa baareeduu ija afaa saaboonootaa oromiiyaa oromiiyaa qaalii
@dghhety4520
@dghhety4520 3 жыл бұрын
Horaaaa bullllaaaa
@djsjdjfjc907
@djsjdjfjc907 3 жыл бұрын
Mashallaa dhaa garuu malif mataa duwaa sirbtuu hadraa
@kadijakadija8504
@kadijakadija8504 3 жыл бұрын
Islama mo jarii kunii yaa rabbii
@dfikotu7886
@dfikotu7886 3 жыл бұрын
Mashaa allah rabbii waliin isiin haa bulchuu
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Maatii tahhii dafi kzbin.info/www/bejne/rXuYg3iObspkhbc
@aniorommo673
@aniorommo673 2 жыл бұрын
mashala
@hananorotube3180
@hananorotube3180 3 жыл бұрын
Subhaan allaah rifeensa qullaa qaama qullaa rabbi nu haa sattaru 😭😭😭😭😢😢
@ittigafatamtuushamaraarsii968
@ittigafatamtuushamaraarsii968 3 жыл бұрын
Jarii kuni musilimaa mo Kiristan 🤠🤧🤧
@ashaaoromo1925
@ashaaoromo1925 3 жыл бұрын
mashaa alh wowowowowowo
@shemsiyashashamanelijji7080
@shemsiyashashamanelijji7080 3 жыл бұрын
mali kani ijaba ofi irra mulquu suni durayuu soda nama tati kaa sera ijaba keessati umata keessati oli mulqi hin jedhuu hausubila 😂😂😂 isn wori arusa mashaallhaa hora bula🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hussenbalee-oe8jg
@hussenbalee-oe8jg Жыл бұрын
Maabruk
@bsinaattube9183
@bsinaattube9183 2 жыл бұрын
Ummataa gowwaa warri yamanii kunii
@mayiramaabduljabarabduljab767
@mayiramaabduljabarabduljab767 3 жыл бұрын
Mashaa Allah 💖
@ruqiyaasabotuuarsiihasasha4134
@ruqiyaasabotuuarsiihasasha4134 3 жыл бұрын
Mashalhaa mashalhaa mashalhaa bayee bayyee isinii gamanee woraa bulhaa
@Zነኝተስፋያደከመኝ123
@Zነኝተስፋያደከመኝ123 3 жыл бұрын
ምኑ ነው ማሻ አላህ የሚባለው
@ha-yutiibaratudinaliislaam6651
@ha-yutiibaratudinaliislaam6651 3 жыл бұрын
Warii mashaa Allah jetan Rabbi sodadha ummata kenyaa hika mashaa Allah haa baranuu ummataa Akka kafiraa rifensaa qulaa demuu maltu mashaa Allah isiin jechisise Rabbin isanile nulee haa qajelchu wallah jirenyi duniyaa gababdudha😭😭☝️ Amaa moo inafaa jedhaa kootati wallah Anii jirenyaa Akkana naa kenura Dhabee naa hambisuu Osoo qulaa demu osoon duhee hoo Ahii dinii bekuu dhabu waa heduu nuu gote wallah😭😭😭
@WATAR_WOOD
@WATAR_WOOD 2 жыл бұрын
MAATI NA TAYI QALLI KO JZK
@shageeumriarsiiiraa2805
@shageeumriarsiiiraa2805 3 жыл бұрын
Wwwwww mashalla ahha yaa jadid & k baga gesasi
@ghjkffhbj8399
@ghjkffhbj8399 3 жыл бұрын
Masha allah masha allah masha allah masha allah masha allah
@khadeejakhadeeja5355
@khadeejakhadeeja5355 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯
@monazobra3389
@monazobra3389 3 жыл бұрын
Subahan allaha maa adaaraa mataa qulaa raabiin hin sodaatanuu duraan bayeesaan isin jaladha 😭😭😭😭😭😭aduunyaan kun gababdudha adaraa waan kayiri hojechufi hayaaluu raabiin nuhaa qajelchu☝☝😭😭
@hawiitube3654
@hawiitube3654 3 жыл бұрын
Wawuu tokofadha
@መማየኡምኑርልኝ
@መማየኡምኑርልኝ 3 жыл бұрын
Wowo
@burtukanoromoocore272
@burtukanoromoocore272 3 жыл бұрын
Silaa màshalaa jenaa mataan qulaa seraa isilamaa keaaa bataani mal gonaree
@fakiyaaolaanaa9058
@fakiyaaolaanaa9058 3 жыл бұрын
Jireenyii gaarii agaadhumaatii waalituu
@maryamtube3687
@maryamtube3687 3 жыл бұрын
Auzubillah yoo akkas taatan malee hin ta'u
@sadasada4359
@sadasada4359 3 жыл бұрын
Horaa dagagaa lafaa gutaa mashaa allalh
@obsaniiegadhaacaraato2555
@obsaniiegadhaacaraato2555 3 жыл бұрын
Mashaalh horaa bula💜💚
@zobaidazobaida5346
@zobaidazobaida5346 3 жыл бұрын
Mashallah mashallah j &k horaa bula like godha anatu dura laale 👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤💚❤👈
@uaefujairah5979
@uaefujairah5979 3 жыл бұрын
Yoakanaa walahii hinerumuu shexan Shexana
@ililitube52
@ililitube52 3 жыл бұрын
My biroo ko 💔💔💔💔💔💔💔
@taibahtaibah3758
@taibahtaibah3758 3 жыл бұрын
Horaa bulaa❤❤😍😍😍
@muhwihyahussen2685
@muhwihyahussen2685 3 жыл бұрын
Tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa tabrkallaa
@sabootuuwaalloobaatee9249
@sabootuuwaalloobaatee9249 3 жыл бұрын
Waroon Masha Allah jeetaan maali jeechuudha naama quulaa yaun akana jeechun hin baribachiisu yaa umaata muusiliima ofiin jeetan raabii soodaadha wahuma agaritanin Masha Allah jeechuu ofi egaa yaa obboleewaan tiiyaa qaqali ,,
Surprise  ajaa'ibaa Ayyanif godhame
25:26
Marru show
Рет қаралды 43 М.
БУ, ИСПУГАЛСЯ?? #shorts
00:22
Паша Осадчий
Рет қаралды 2,6 МЛН
ТЮРЕМЩИК В БОКСЕ! #shorts
00:58
HARD_MMA
Рет қаралды 2,2 МЛН
HELP!!!
00:46
Natan por Aí
Рет қаралды 66 МЛН
Kan booda wal faana ta’u hin dandeenyu😱😭
29:06
Abi fi sore
Рет қаралды 80 М.
Cidha Oolii fi Burtee
28:15
OMARS MEDIA
Рет қаралды 13 М.
Best Wedding vibe(Cidha Ajaa’iba) |Ethiopia|Oromoo| Adam Mohaammed shubbituu
3:17
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 759 М.
БУ, ИСПУГАЛСЯ?? #shorts
00:22
Паша Осадчий
Рет қаралды 2,6 МЛН