Jawar Mohammed Maalif akka Kitaaba Hin Gaabbu jedhu barreesse Himee jira.

  Рет қаралды 8,877

United Oromia

United Oromia

Күн бұрын

Obbo Jawar Mohammed Kitaaba Hin Gaabbu jedhu sababa barreessef bbc Afaan Oromo waliin turtii taasise keessatti hime.

Пікірлер: 34
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 7 сағат бұрын
Congrats 🎊 jawar Muhammad 😊
@sabontuuarsii9
@sabontuuarsii9 4 сағат бұрын
Jawwee koo bagaa rabbiin kanan sii gayee 😭😭😭😭😘😍😍😍
@tumsaasabaaofficial
@tumsaasabaaofficial 13 сағат бұрын
🎉🎉 Congratulations jawe
@MahmmadyusufMummad
@MahmmadyusufMummad 16 сағат бұрын
Jabaadhu jaaffee kiyya
@abdulhamidabdulwehab7993
@abdulhamidabdulwehab7993 13 сағат бұрын
Leenca haati deette❤❤❤❤ Jawwee koo🎉🎉🎉
@SadaGabi-ou7lr
@SadaGabi-ou7lr 16 сағат бұрын
Jawee King simmatu nuu bulcha ishallaha
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 5 сағат бұрын
Bagaa dhuftee gootako ❤❤😢😢😢😢😢
@GenoNuraKebero-hx7kc
@GenoNuraKebero-hx7kc 14 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 16 сағат бұрын
Wle come 💖💖💖💖
@faaizARahim
@faaizARahim 17 сағат бұрын
Hayyuu namaa❤
@FuadBro5
@FuadBro5 17 сағат бұрын
Bullii Jawwee koo Abb qeeroo
@jigsadiina2099
@jigsadiina2099 4 сағат бұрын
Fuad wayyee qeeroo mall beektaa eenyuu artassa lubuu itt kafalee akka ijaree ammamii bektaa?
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata 16 сағат бұрын
Loing live jawaer king of oromo
@RahimaaSanyiijawar
@RahimaaSanyiijawar 11 минут бұрын
❤❤❤🎉
@fatimah09alkmm22
@fatimah09alkmm22 16 сағат бұрын
Hedduu sii jaalana ❤❤
@FuadBro5
@FuadBro5 17 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@AmarikYa
@AmarikYa 15 сағат бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤😻😻😻😻😻😻😻😻😻😻
@MahmmadyusufMummad
@MahmmadyusufMummad 16 сағат бұрын
👍
@TsegayeBejiga
@TsegayeBejiga 19 минут бұрын
Bagaa gammaade goota keenya
@jigsadiina2099
@jigsadiina2099 4 сағат бұрын
Waan issa gabisiuu waan hun jireef mall yoo jetee qabsoo Oromoo gurgurratee duromeerra.
@waliikenya5169
@waliikenya5169 9 сағат бұрын
Yannii qabsoon sun bakkagahe jira inni je,e soba yoo bakkagahe malif baqan jirata lata.
@senayom.5909
@senayom.5909 14 сағат бұрын
Guyyaa Kana Gahuuf Hadhaa Baay'ee Dhandhamteenjirta.
@MusaMurtiguuto
@MusaMurtiguuto 15 сағат бұрын
Bayyen si jaaladha hayyu namaa
@farhandawid
@farhandawid 14 сағат бұрын
Kitaaba seenaa dhuunfaa katabuuf namni hundinuu mana hidhaa seenuun irraa hin eeggamu! Kitaana siyaasa, hawaasummaafi diinagdee of keessaa qabu kan dhalootaaf bu'uura tahu yoo katabe gaariidha! Siyaasni cabsi, baysi, iyyi jedhu yeroon isaa darbee jira! Kan oromoo fayyadu diinagdeedha! Namni mufattan akka jirtan nan beeka garuu dhaabbadhu ilaali!
@namanekemti8556
@namanekemti8556 15 сағат бұрын
Kitaabni Jawaar Itoophiyaa xiqqeessu barreesse kun harka caalu lammiilee Itoophiyaatiif kitaaba yeroon hin dabarre miti. Dubbisaan oduu guddisa Jewaar fi falaasama siyaasaa ganda Oromuma isaa dhaggeeffachuu barbaadu hin jiru. Kitaabicha mana hidhaa keessatti barreesse jechuun kitaabni kun erga mana hidhaatii bahee waggaa lama booda maxxanfame. Hidhameef mararfannaa argachuu qofa barbaada, Fakkaata.
@fatimah09alkmm22
@fatimah09alkmm22 16 сағат бұрын
Jawwee koo
@AmeTube-bg2cd
@AmeTube-bg2cd 16 сағат бұрын
Aniis hin gaabbu!
@Mahamad-s5u
@Mahamad-s5u 12 сағат бұрын
Welcomee
@galaaneetayeetube2803
@galaaneetayeetube2803 16 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AbdalaMan-j2j
@AbdalaMan-j2j 16 сағат бұрын
👍
@FgbhGAahmadgff-wh5ng
@FgbhGAahmadgff-wh5ng 12 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Tahiribrahim-p3e
@Tahiribrahim-p3e 16 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤
@ZaaratHaranna
@ZaaratHaranna 12 сағат бұрын
❤❤❤❤❤
@TajuMuhamad
@TajuMuhamad 3 сағат бұрын
❤❤❤
Gameettii Oromo Music by Felmeta kebede
5:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 71 М.
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 27 МЛН
ሰበር ዜና ውርደት ተከናነቡ😱
17:56
Mohammed Kedir ስልጤ 2
Рет қаралды 852
ODUU Ammee WBO Abiy biyyattii Gadhisuu Mal  jedhe jira | Moha Oromo
8:13
Gingilchaa 44ffaa Dirree Xiyyaara Itoophiyaatu Gingilchina
1:15:08
Qaanqee Show
Рет қаралды 39 М.