Waallahi hatii sabbontuu nu tufatee sii kadhane nu dide fixa fi nasima uf iraa basii ijjoolee tee jabefadhu yeroo nu jenuu jarii dhigaa kotii jechaa batee bodaa kama jarii dhigaa sira naquu jirtuu sabbontuu miccir kinina liqibsisina akka issin hadha yanee umaani yamanii sirii qofan samuu wal cinqa
@HamdiyaorotuАй бұрын
Dhuga keti wly kesaa kotii dubate ani komati baresu fi jibe😢
@appuae3582Ай бұрын
Hadha sabontuu liki hin gonee iti gururii ijoleen wooli jalatuu addan hin basini😢😢😢😢
@zeinabmuusaa5223Ай бұрын
Atii balesa gudaa qabda hadha sabontu 😢😢😢😢.
@HawiShifeАй бұрын
hadha sabbontu lakki micoo tana mustafa kenni 😢😢😢😢😢
@YaaddeeTubeАй бұрын
Muraad Waaqayyoo Isiin Ha Guuddisuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@GishehussenАй бұрын
Ijoollee lamani wali jalatani maali godhuu demata. atis homaa takka godhuu hin fedhaa ishee jalatee male dirqamaa mit lakkii haadhaa sabontuu dhisii ijoollee kana lama wali jalatee addani hin baasani
@HikmaaAuАй бұрын
Ani warumaa Comeenti kana na Ajibii Kesatuu Warii Ilmoo dhalatani qabdaa Asa jala dematana badii iti muratan subahanalla Ilmoo jechuu salpaa isinitii fakatee Ilmoo atii dhalatee yoo kaa Biraa Dhufee Abaa itti tahee nama mitii binessii Alaa Ilmoo ofii dabarse hin latuu sutaa iraa hadhaa sabontuu Rabbii si fana haa jiratuu hadhoo kaa Abashir ❤❤
@OBSINAANOROARSII-rl3rbАй бұрын
Ammaa sirraa bushaayee m8sxafaan mal sigodhee irraa gadi bu'ii ijjolleen wol jalatii
@خديجةيوسفانورАй бұрын
Ati iti dhisi ishin yero barbadee ni dhufti si biraa ok ati hin yadahin haa tetu ok fira isaniti halagaa moti raku hin qabu hin shaqalin hadha sabontu ok ❤❤
@SumayaSirajАй бұрын
Haadha sabbontu akka daa'ima maa godhatta sirraa boshaaya wally mustafan soddaa kee ta'uuf deema hin fixatin boru Itti qaanofta
Mee ilmoo tee alhaamduulillaah jeedhii duraa osoo ukkaaamsani dhaabaamtee akkaam taataa garu musxaafan haa fudhuu keennif nikaaya goodhaaf abbaa waajjiin maariyaadhuu alhaamduulillaah jeedhii kaa ittii
@barakqsxsw90Ай бұрын
Subahanalaa waan siraa hin fakanee dalagartaa😢😢😢
@MawradiiTaHamzaaАй бұрын
Dhabadhuu walahi ofii kabajii sumatu midhe miyo tetiile ofile miyo tana musxafa dha kenii nii jalatii qalibi isi hin cabsiin 😢 Atii jalala hin beytu yo dhabate ho😢M 💔 S 😢
@hikmaamohammed4040Ай бұрын
Sirrii hin jirtuu hadhaa sabbontu
@Sameera-d3rАй бұрын
Hadhaa cala kan ilmo calau hin joruu subaha Allah isin adada yoo atii hadhaa cala itii ati kan sii dhoksituf smash rabiin jazaa haa kafalu insha'Allah 😢