🛑😭uuuuuuuuuf abdiin jaartii hajjii dhiira wojjiin manatti qabee jennaan waakkatte ajaaiba 😳😳

  Рет қаралды 30,260

Caaltuu Tube

Caaltuu Tube

Күн бұрын

Пікірлер: 443
@rogayhmaaloomaailtateeroga9716
@rogayhmaaloomaailtateeroga9716 28 күн бұрын
Uuuuuffff 😭😭🤣🤣🤣🤣🤣maali jechuu ketii gurba abdii ati wani kana dhisii sanyii kooo ❤️❤️
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h Ай бұрын
Maatii naa tahaa❤rabbin waan isin hawwitan hunda isinii haa tahu❤rahmata ufiitin rabbi isin haa ijaaru🎉❤
@BadariyaBadi
@BadariyaBadi Ай бұрын
Mashallaa Naguma dhira Ársii tatee Lecaa kenyaa 🐅🐅✊🐅❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@gdjd1749
@gdjd1749 29 күн бұрын
Abdii namitti tanaaf gurbachaa kana ufirra basii ykn jalaa bayii ummata zirii kana rabbii sii haa tiksuu Abdii lencaa🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆
@makkii1015
@makkii1015 Ай бұрын
Yaa abdii ummata siirii kana ufirraa eegi
@HaniiAhmad-fu8ke
@HaniiAhmad-fu8ke Ай бұрын
Daadafii baasii Abdii qaaliitii shaarmuxaa tanaa
@ShagituSultan
@ShagituSultan Ай бұрын
Sirii sitii godhufii dhufee Abdii Bishaani Nadhooni gegadaa sitii naxee sanuu anii Shakii irraa qabaa ufii egadhuu Abdi 😮😮😮😢
@kooketi7326
@kooketi7326 Ай бұрын
Rabbiin siihaeguu Abdi❤❤❤
@Someya-hp6pf
@Someya-hp6pf Ай бұрын
Abdii Arsii 🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
@Makia-hm7rr
@Makia-hm7rr 21 күн бұрын
Hijjab irraa bassii yaa akkii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@RomaaArsii-o7z
@RomaaArsii-o7z Ай бұрын
Mashaa Allah❤AA Rabin sih Eguu
@hioryu6516
@hioryu6516 Ай бұрын
Sababaa Arkkatee waaliin hulaa ittii cuuftee shorxaa ittii hin fiduu waan ishiin sii gotee iraa kafalataa
@ffaf126
@ffaf126 Ай бұрын
Dhugaa rabii dhirii mana abani wara hin jiree kesaa mali godha eybii🫣🫣🫣🫣
@DammaaHirphoo
@DammaaHirphoo 23 күн бұрын
Mali kabbajamatotaa jedha olltaa uuusss Abd gowoo wly waan sii hin galachine kesaa galataa
@Foziyashashe
@Foziyashashe Ай бұрын
wly Qabsisu Qabda Abdi Argaa Isani Wly Saree Kana Abdi Jabadhu Baga Iti Cabsitee❤❤❤❤❤❤❤
@AmeenaAmeena-w3p
@AmeenaAmeena-w3p Ай бұрын
😂😂😂
@SudaniKala-kz4tn
@SudaniKala-kz4tn Ай бұрын
Sirii sitii godhaa egadhuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@hikimatiiraabii9220
@hikimatiiraabii9220 Ай бұрын
Senutti siri goota.??🤔
@UmuHamzaa11
@UmuHamzaa11 Ай бұрын
Subahanallaa salpataa jartii nama wajini hulaa cufate ta'a
@tayitutube891
@tayitutube891 Ай бұрын
Yaa Abdii intaala kana irra faagadhuu
@saadu7901
@saadu7901 Ай бұрын
Salphiinaa waallaah rabbii nuu haa sataruu malee 😢😢
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 Ай бұрын
Rabbiin sii haa eguu inshaaAllah yaa Abdii 😢😢😢namichi sareeni sunis sirri sitti godhu godhuuf demaa namitti wajin ofii egadhu
@TiyaaGIRmAaTADESE
@TiyaaGIRmAaTADESE Ай бұрын
Matinatime❤
@RadiyaBashir-n7p
@RadiyaBashir-n7p 19 күн бұрын
Bagaa iittii cabsitee saynii koo
@IbsituRamadan-rm1te
@IbsituRamadan-rm1te Ай бұрын
Warii Arsii oboletii irahuu hin Oltuu😂😂😂😂Abdii Amala harargee qaba masha Allah ❤
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii Ай бұрын
Keessa Gadii Hin Yaftuu Bada Abdii Hin Dabaltuu Atti dhugaa Wlh Icii Harkaa Lamaan Qabattee Ittii Naquu Didee Wlh
@fatutube1970
@fatutube1970 Ай бұрын
Wolahi hin dhisin abdiye yaya hopi❤❤❤💪
@عبدالعزيزعبدو-ق3م
@عبدالعزيزعبدو-ق3م Ай бұрын
Afaanii hin baninii shorakaa ittii wamii
@medinajamal8589
@medinajamal8589 28 күн бұрын
Fulaa qofaa ajabatee kesani sharimuxii
@Oroomoo11
@Oroomoo11 29 күн бұрын
Dhirii atii qabdee Abdalaa sahiibuumaa kesaniimii
@AmlaRam-b2k
@AmlaRam-b2k Ай бұрын
Sihirii itti fidee yonaa of irraa egii yaa abdi
@umuuhamza9847
@umuuhamza9847 Ай бұрын
Abdii walahii intalo sanii achii basii tana waskaa😮😮
@Feenaaxahirii
@Feenaaxahirii Ай бұрын
Jabadhuu abdii tiyyaa martuu tanaa manaa hidhatin darabii
@ShagituSultan
@ShagituSultan Ай бұрын
Abdaallaa Saree hatuu Malifii dhuftee
@HaniiAhmad-fu8ke
@HaniiAhmad-fu8ke Ай бұрын
Abdallah Akka Amaa duraa sanitii sii galafataa 😢😢😢😢😢Sihrii sitii godhaa jiruu😢😢😢
@DammaaHirphoo
@DammaaHirphoo 23 күн бұрын
Namani nama biraa hin dhufuu moo
@MashoKadir
@MashoKadir 16 күн бұрын
Subalaha niti saree
@سميةجمال-م8غ
@سميةجمال-م8غ Ай бұрын
Qaanyi akkaa arsiti
@Gjofi
@Gjofi Ай бұрын
Waa sitti gotii kunii dhugaa abdii
@ZamzamTusu
@ZamzamTusu Ай бұрын
Abdii ofii egii Rabbiin sii ha eguu
@AballaAmmad-nt3yg
@AballaAmmad-nt3yg 28 күн бұрын
Yoo hajii basee manaa dhufaa dawalee hin himuu
@KhadijaA-i2j
@KhadijaA-i2j Ай бұрын
Dhimaa jaratii abdii caalisi ilaali rabbii kan gafaatu waan taa'ef
@amanyamany6091
@amanyamany6091 Ай бұрын
A❤❤❤mashaala King 👑
@Someya-hp6pf
@Someya-hp6pf Ай бұрын
Abdii my king🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@medinajamal8589
@medinajamal8589 28 күн бұрын
Tuni ijabaa Maalii ajabatii
@nurasaed2698
@nurasaed2698 Ай бұрын
Dhiraa arsii waan akana fetuu dhirii tenaa kana betuu dhugaa
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 Ай бұрын
Tana intaloo baalagee qabsiisi wly Abdi saree tana waan Kabajaa hin qabnne
@Derartumamomamo
@Derartumamomamo Ай бұрын
Abdii warii yamaan kunii shexaanaa ofii egii rabii sii haa eguu😢😢😢😢
@sadukamuu9404
@sadukamuu9404 Ай бұрын
Subahana'allaah malii kunii
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro Ай бұрын
Malumaaf ajabattii namittii tunii shallee taan
@ZamzamKk
@ZamzamKk Ай бұрын
A my king 👑
@bashadudhaaba3022
@bashadudhaaba3022 Ай бұрын
Ati vidio warabuu dhistee gadi fuute dhukee iraa hin kastuu maa harka afarsa olta abdii
@SofiaAli-z6x
@SofiaAli-z6x Ай бұрын
Abdii.Atii.ofii Eegaadhuu.Namtiin.maratuudha😮😮
@HfhHgj-s4u
@HfhHgj-s4u Ай бұрын
Iti mudi abdi . Wani jabte walyi ya. Rabbii ka bara kana jabdu dubi ati lafisi male😂😂
@fatumamohammad9064
@fatumamohammad9064 Ай бұрын
Abdii jala shirshir jettee inni itti dhiyaatuu dinnaan kan biraa fidattehoo qaallittiin a'uuzubillaah najaa nu baasi ya Allaah🙈🙈🙈
@DerartuMohammed
@DerartuMohammed Ай бұрын
Dhirumaa isaraa niqama kana fudhu hin jiru pelece mee camera kaha gadisef minyoti itti erga fulara mulqaaa abdi atii harakani hin qabatani
@makiyaabdala3691
@makiyaabdala3691 Ай бұрын
Abdii,raabbii sii haa eguu ❤❤❤❤
@CstCs-k6o
@CstCs-k6o Ай бұрын
Silaa hojiin hin jiruumoo worra yamaan
@FeyisalAmin-u9y
@FeyisalAmin-u9y Ай бұрын
Namittin shamuxaadhaa wolaahi sharmuxaa hin maaraatee Abdallaa sirrii dalaguufi demaa saree saree Abdallaa balagee😢😢
@فاطمةاثيوبيا-خ8ط
@فاطمةاثيوبيا-خ8ط Ай бұрын
Kkkkkkkkk
@ZaharaZahara-x5k
@ZaharaZahara-x5k Ай бұрын
Itii wamii qabsisii wly😂😂😂
@rogayhmaaloomaailtateeroga9716
@rogayhmaaloomaailtateeroga9716 28 күн бұрын
Abdiyee dhiisi ni maratee namitini❤️🤣
@Msjain-v7s
@Msjain-v7s Ай бұрын
Abdii atii itii casii atii gotaa walyii 🤴 king 🤴
@HfHfh-j4z
@HfHfh-j4z Ай бұрын
Namitii tana imaa dadhadanii uuuuuu😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@fatimaaaa9358
@fatimaaaa9358 Ай бұрын
A❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉💪💪💪💪💪💪
@karemaa8585
@karemaa8585 Ай бұрын
Wallhii iti wamii hisisii Jara lachuu
@sooniilibee9853
@sooniilibee9853 Ай бұрын
Manaa jijjirii abdii ati
@alamiitashomaa6677
@alamiitashomaa6677 Ай бұрын
Safuu italii kun maratudhaa iraa fagadhuu abdiii
@uaess9428
@uaess9428 Ай бұрын
Ilmoo gowwa abdin kun wayuma of irra qabaayi maa sobde harka hafrasita akka dhiira osoo taate dhalaan hundi sitti roriftu wasaka wallahi eci kijibaa siihirin isaan sitti godhan harkaa miila si laamshese tish
@HadhaakalidiiManakiyaa-i4r
@HadhaakalidiiManakiyaa-i4r Ай бұрын
Matti na ta,ii
@ZalikaBashir-su6ui
@ZalikaBashir-su6ui Ай бұрын
Shrmuxaa Naamitii dhirifidii SuubanaAla😂😂 kaanafuu Aabad barbdee dhabdee jeenaa Aarbsitii Guuyaa Aabdii Baalgee mitii Naamitti Aabadiraa dhaabanii dhiraa biraa fiideee 😂😂😂😂 Yaa Rabbii
@Tsehay-zu9fx
@Tsehay-zu9fx Ай бұрын
Dafii qabisisii abdii
@hawia1507
@hawia1507 Ай бұрын
Ya yaa hojii woraa yabanii😮😮
@مكية-ي3خ
@مكية-ي3خ Ай бұрын
Namitn abdi barabade dhabde kanaf arabasit
@shishi4089
@shishi4089 Ай бұрын
Abdi dhiraa ati waqi💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@DammaaHirphoo
@DammaaHirphoo 23 күн бұрын
Abdii atti malif dubbi ĥin tanee hasoftaa dhisii kunii sirii mitii
@AlbaharBahar-b5b
@AlbaharBahar-b5b Ай бұрын
Ofis egadhuu yaa abadiii
@AliaKedir-hg9xe
@AliaKedir-hg9xe Ай бұрын
❤❤❤💪💪💪💪👍👍👍abdi godhifii cacabsii
@zawidaaoromoallhwakiil5834
@zawidaaoromoallhwakiil5834 Ай бұрын
Saree kana maqa amantii balesitii hiqabaa Sana irraa basaa adaraa hiqamani kun kabaja guddaa qabaa 😢😢😢😢
@HadiaaSultan
@HadiaaSultan Ай бұрын
Umini KZbin dalagata jira dhuga setaa
@ormiyaormiya
@ormiyaormiya Ай бұрын
Ani akkasi jedhee ijabuma lafa nuf kayii jedheen
@ormiyaormiya
@ormiyaormiya Ай бұрын
Ani akkasi jedhee ijabuma lafa nuf kayii jedheen
@ShaabiyaAbdella
@ShaabiyaAbdella Ай бұрын
Ana abdiitu gaara naa nyaate abdii rabbiin sii haa eguu ammo intaala tun dubii sii barbaadii seeratti himadhu ofii egii lubbu kee
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa Ай бұрын
Motumatii hin keniitu sababa iti arkate💪🐅
@FatumaAhmed-g6o
@FatumaAhmed-g6o Ай бұрын
Dhuga keti abadi ❤
@AsdDsa-gl9ko
@AsdDsa-gl9ko Ай бұрын
Abdii bayee Galatomii sanyii gotaa 🎉😅
@Wadi-sp2oi
@Wadi-sp2oi Ай бұрын
Abdii my kigii ❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪
@Tulluu_Dhoyraa
@Tulluu_Dhoyraa Ай бұрын
Abdi kana ammo booda ammo si marachanii akka ati darsa hunda caccabsitu si godhu demani of eegi man kee gutuu camera kawu qaabda heeey
@zinashzinashayalaaayala4323
@zinashzinashayalaaayala4323 Ай бұрын
Abdi Abdii atii yero hundaa ofi egadhuu jartii hajii comer sii warabdii
@Rozita-f6u
@Rozita-f6u 22 күн бұрын
Wlyii atiii siritii hin jirtuu sirayii auzubilaaha isii kaa gafatuu rabiii
@MariyamArsii
@MariyamArsii 22 күн бұрын
Uamanii kometii ufii qusadhaa diramaa tauu danidaa😅😅😅😅😅😅😅😅
@LatifaAbdullah-d8s
@LatifaAbdullah-d8s Ай бұрын
Lecaa.kenaa.itii.mudii.dhirii.arasii.kana.betuu.wolh❤❤❤❤.abidyee
@aishaaa1904
@aishaaa1904 25 күн бұрын
Bagaa ittii muditee Abdii😂😂
@Semirayoutube-d1o
@Semirayoutube-d1o Ай бұрын
Abdi ofii egeadhu siriiti
@BduJdp
@BduJdp Ай бұрын
Yaa abdii micayoon. Sikadhatee dadhabnan fidatee😂😂😂😂😂😂😂 saredhaa ishiin
@marieemariee1196
@marieemariee1196 Ай бұрын
Abidii. Anii. Sisodadhee. Akuumaa. Sirii. Sitii. Higoone. Sodadheraa. Yemenii. Babaderaa. Ofii. Egii
@FarhanAmana
@FarhanAmana Ай бұрын
Sara ati dhirani t-shirt jetaa balagen kuni iqaba kana basi hin hofatini balagaenikuni
@سميراال-ظ4ط
@سميراال-ظ4ط Ай бұрын
A ❤❤❤😂😂 gotaa arsichaa itii mudiii
@sabbontuuoromoo365
@sabbontuuoromoo365 Ай бұрын
Namittin balageedha duraanu ishee baree jiraa Sharmuxaan tun dhiraa maaltuu ishee gahaa saree Wasakaa tana
@HayatKw-s1i
@HayatKw-s1i Ай бұрын
A❤❤❤gotaa koo dhukee iraa kaasii😂😂❤❤
@AmlaRam-b2k
@AmlaRam-b2k Ай бұрын
Subahaan allahaa😢😢😢😢😢
@Sabuntu
@Sabuntu Ай бұрын
Yaa abdii malo dhissii dhimaa kan kessa bahii obollesa koo malo rabbii sii yaa egguu
@هبهالله-ق7غ
@هبهالله-ق7غ Ай бұрын
👍
@عبدالعزيزعبدو-ق3م
@عبدالعزيزعبدو-ق3م Ай бұрын
Namitii
@sabbontuuoromoo365
@sabbontuuoromoo365 Ай бұрын
Dhiraa koo Abdii❤❤❤❤❤ ittii Caabsii
@diniyasiqa9207
@diniyasiqa9207 Ай бұрын
tuniin nadhitii qaraa akkanaa hi gubatuu
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro Ай бұрын
Abdi ilmaa arsee jiradhuu
@ayshaaysha6273
@ayshaaysha6273 Ай бұрын
Dhissii Abbddii jarrttii hajjittii markkattee wannii fettee Haa godhuu
@Sabontushawa-o8d
@Sabontushawa-o8d Ай бұрын
Abdii qabsisuu didee zinaa dalagaan jetee
@Hawwine
@Hawwine 10 күн бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk 😁😁😁😁😁🤣🤣🤣 abdii hojii Kee 😁 😁 🤣 🤣
人是不能做到吗?#火影忍者 #家人  #佐助
00:20
火影忍者一家
Рет қаралды 20 МЛН
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
Kotiki_Z
Рет қаралды 42 МЛН
Abdin aridhaani icciitin jaartii hajjii baase
12:21
YAYA hope
Рет қаралды 18 М.
Aayyoon Harargee kolfaan nu fixxe ❤️
2:16
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 40 М.
አብርሽ ቆረጠለት. ተለያይተናል አለ😱😭😭
28:55
AB Grace አብርሽ ግሬስ
Рет қаралды 251 М.
人是不能做到吗?#火影忍者 #家人  #佐助
00:20
火影忍者一家
Рет қаралды 20 МЛН