Waan jalqabde takka galmaan gahuu fi galmaan gahuu dhabuu kee wantoota murteessan kutaa 1ffaa

  Рет қаралды 3,334

Suad Muktar Official

Suad Muktar Official

Күн бұрын

Пікірлер: 40
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 Жыл бұрын
Anaa dhufuu bareduu koo ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰bagaa rabbiin nagahan nutii sii debisee rakkoo sii mudatefi bayeen gadee abshir jabduu tenyaa amaa hala gariin akka nuu jajabeesituu abdiin siraa qabaa inshallaha anii akka baratuu ketii waan bayeen siraa baradhee rabbiin jaza kee sifi haa debisuu jzklk rabbiin siraa haa jalatuu rabbiin sii haa jalatuu jabadhuu ❤❤
@mgrsa_mhmd
@mgrsa_mhmd Жыл бұрын
Su'ad teenya baga nagaan gama haasaa onnachiisootti nuuf dhufte 👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌 👉 Asumaanuu hordoftoota kee waan taanef vediyoolee kan keetirraa waan baay'ee takka baraan jira jedheen yaada asumaanuu waan takka kan mataa koo keessa na dhufeen akka gaafiitti siif dhiheessuu barbaada inniis maali seeta... Gaafii...Biznasa wahii tokko jalqabee namni yeroo dheeraa jijjirama utuu hin argamsiisne hoojjachuuf dirqamaa waan jiruuf nama biznasa wahii hoojjaturraa maaltuuu barbaachisa dabalataan ammaas akkamitti gabaa jijjiramaa jirtu tana hoogganuu dandeessa akkamitti biznas pilaanii ofii foyyeessuu dandeessa akkamitti gabaa guyyaa xiinxaluu fi wantoota deemaa jiran irraa hubachuu dandeessa akkamitti galmee heerragaa kee itti fayyadamuu dandeessa qo'annaa gabaan walqabatee wantoonni bifa barruutiin irratti hoojatamuu qabanoo maalfaadha dabalataan ammaas karoora biznasan walqabatee yeroo hunda barreessuu qofa utuu hin taane akkamitti barruulee barreessaa jirru kanarraahoo trend wahii takka baafnee waandeemaa jiru irraa hubachuu dandeenya wahuma hundaafuu yaadan gubbatti kaase kanarraa ogummaa keetin walqabatee waan baay'ee takka understand ana godhuun kee waan maluuf dhimma kanarratti waan harkaa qabdu irratti nuuf dabalii daran haala mijjaawaa fi hawwata taheen vedio wahii takka irratti nuuf qopheessi keessaafuu qabxii 1rratti xiyyeeffachuun jalqabaa ha xumuraa akka yaadichi nu harkaa wal hin dhooynetti xumura nuuf itti godhi...fkn shop biyya keenya kana keessatti baramaa tahe utuu nuu goote daran bu'a qabeessa jedheen yaada... Hedduu takka nuuf galatoomii Suad teenya si kabajna bakka guddoo siif qabna Umrii dheertuu siif hawwina haga yaadde olitti Rabbiin milkaa'ina kee si haa goonfachiisuu...
@guteabdureman8093
@guteabdureman8093 Жыл бұрын
Let's go 💪 mama Afrika nuuf JIRAADHU
@IklasAbdi-g9m
@IklasAbdi-g9m Жыл бұрын
Absolutely gorgeous idea continue
@SadaaMohamed-u4w
@SadaaMohamed-u4w Жыл бұрын
Mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah
@shukuribakari5621
@shukuribakari5621 Жыл бұрын
Masha alaha nu galatomi siriti si horodofuti jira nu jabadhu jabadu tena
@SadiyaSultan-c1t
@SadiyaSultan-c1t Жыл бұрын
Maashaa allh maashaa allh maashaa allh ❤
@BESTOROMOMUSIC8586
@BESTOROMOMUSIC8586 Жыл бұрын
💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💯💯💯💯💯💯 THANKS
@suleymanahmad3057
@suleymanahmad3057 Жыл бұрын
@belayneshyoutube
@belayneshyoutube Жыл бұрын
Galatoomi barumsaa guddaan siraa argadhee nuuf jabaadhu ❤️❤️🥰
@shukriiabishuu4002
@shukriiabishuu4002 Жыл бұрын
Masha’Allaha Galtomii 🎉
@faayooahmad9209
@faayooahmad9209 Жыл бұрын
Galatoomii 💯💯💯💯❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@hwhw906
@hwhw906 Жыл бұрын
Bagaa nagaaya nuu deebite.suad .
@obseekiyaa3580
@obseekiyaa3580 Жыл бұрын
❤my hearts so love my sister good you job
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 Жыл бұрын
Baga nagaayaa dhuftee Jabduu Koo ❤🌳❤️🥰🥰
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadhu
@emoabas7473
@emoabas7473 Жыл бұрын
Baga nagan dhufte hayu nama ❤❤❤❤
@dechastaha5923
@dechastaha5923 Жыл бұрын
Bagaa Nagayaan nuf deebiitee well come barsistuu tenyaa.
@abdulazizbakrii375
@abdulazizbakrii375 Жыл бұрын
As wl wr wb su,aad muktar dhihenyakan nidhabamne dhufnee jira bara haraawan barri bara garii nufhata,uu❤❤❤❤
@fytfayinefu6845
@fytfayinefu6845 Жыл бұрын
Jabduu too
@hamzaxahaofficial9136
@hamzaxahaofficial9136 Жыл бұрын
Hedduudha Si jaalannaa Nuuf Jabaadhu ❤
@RubyRuby-cv3ne
@RubyRuby-cv3ne Жыл бұрын
Galatta guddaa na biraa qabdaa. Jabduu tenyaa❤❤❤
@beyanmohammed7601
@beyanmohammed7601 Жыл бұрын
Jzk sister
@TekiyaJemal
@TekiyaJemal Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@TekiyaJemal
@TekiyaJemal Жыл бұрын
🥰🥰🥰
@jher8562
@jher8562 Жыл бұрын
mama afrika ❤
@moneyid
@moneyid Жыл бұрын
i really love you madam
@sabaif_oro_tube2863
@sabaif_oro_tube2863 Жыл бұрын
As wr wb Obboleetti tiyya Qaalii eessa badee nuuf deebitee Maashaa Allaah bagaa nuuf deebitee
@TekiyaJemal
@TekiyaJemal Жыл бұрын
Galatoomi mami❤
@hwhw906
@hwhw906 Жыл бұрын
Akkaatan atii ka'umsaa nuu keesattii uumaa jirtu waan gaariidha.
@mikelast1146
@mikelast1146 Жыл бұрын
As wr wb nggayaa jiritaa
@MiskiAbbanga
@MiskiAbbanga Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
@kiiyootokee5482
@kiiyootokee5482 Жыл бұрын
Wecam mamii dhuga keti galatomii ❤
@hayataAmede61
@hayataAmede61 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊 Good job
@amankishoamankisho
@amankishoamankisho Жыл бұрын
As wr wb ngyjirtaa Baganuudhufte
@abasamaan-zv8hc
@abasamaan-zv8hc Жыл бұрын
As wr wb me nadubisii kesan
@aishayoutube2037
@aishayoutube2037 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🤝🤝🤝🤝🛑
@MamiMusxafa
@MamiMusxafa Жыл бұрын
Galatomiii hayu namaaa
@SMATv3
@SMATv3 Жыл бұрын
Bagaa nagayan debitee qashtii to
Akkamitti waan yaadde galmaan gahuu dandeessa?
17:59
Suad Muktar Official
Рет қаралды 8 М.
Война Семей - ВСЕ СЕРИИ, 1 сезон (серии 1-20)
7:40:31
Семейные Сериалы
Рет қаралды 1,6 МЛН
Thank you mommy 😊💝 #shorts
0:24
5-Minute Crafts HOUSE
Рет қаралды 33 МЛН
번쩍번쩍 거리는 입
0:32
승비니 Seungbini
Рет қаралды 182 МЛН
Mal hojjane of jijjiraa ?🤔🤔
23:16
Suad Muktar Official
Рет қаралды 1,5 М.
#upwork irratti akkaataa hojii apply godhan|how to apply job on upwork
11:51
Eassa irra Eagalla?🤔
9:51
Suad Muktar Official
Рет қаралды 6 М.
Hiriyaa Kee Waliin Akka Maleeti   Addaan Baatee jirtaa
11:25
Suad Muktar Official
Рет қаралды 3,2 М.
Ati dhaamsa kana barachuuf hangam takkan qophiidhaa?
10:28
Suad Muktar Official
Рет қаралды 3,7 М.
Maal hojjana?🤔🤔🤔
18:47
Suad Muktar Official
Рет қаралды 10 М.