Waggaa 17'f seexanni natti taphate!/Taj.Quumilaachew Amanuu - Keessummaa Mo'aa

  Рет қаралды 5,573

MO'AA TV

MO'AA TV

Күн бұрын

Пікірлер: 27
@gizeleta3535
@gizeleta3535 7 ай бұрын
Waan ajaa'ibaati dhugaa. ijoolleen waaqayyoo dammaquu qabna afuura hamaa bara kana keessa hojjetu kanarratti. Garuu guddinni aangoon waaqa keenyaa hangam akka ta'e ilaalaa. Iyyesuus gooftaadha. Haleluyyyaaaaaaaa
@AbdiwakNemera
@AbdiwakNemera 7 ай бұрын
Dhugumaa dubbachuf duraa dhugaa bahumsaa yeroo 3ffaa dhaggeeffadhee garuu Amma afaan seeran Akka hubaadhu na gargaree wow amazing Gooftaa baraasaanisaa eebbisuu 🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@Merii-j5x
@Merii-j5x 7 ай бұрын
Ameeeen Ebbifamma seenaa ajja'iibaattii dhugaa bagaa waqaayyoo siin gargaare🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@mosesmohamed8978
@mosesmohamed8978 7 ай бұрын
Waaqii abbaa duula haa sii eebbisuuti anis woggoota 20 dhibama turee eegii gooftaa argadhee wanjjoon narraa cabee
@AsaantiiTaammiruu
@AsaantiiTaammiruu 7 ай бұрын
Ajab humna gooftaa keenyaa galanni Isaaf haa ta'u❤❤❤
@HirphaGuluma-qg2in
@HirphaGuluma-qg2in 7 ай бұрын
Karaa Foddaa TV Mo'aatiinan duursee arge imimmaaniinan dhaggeefffadhee fixe Waaqayyo Sin haa eebbisu dhaloota baayyee oolchaa jirtu Ammallee Mo'aan haa mo'u hojjettoonni marti nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤
@bonsaamante
@bonsaamante 7 ай бұрын
Kitaaba sana osoo gargaaru Booranaatti karaa danda'amuun nuuf ergitanii
@LakewOli-ct6vp
@LakewOli-ct6vp 7 ай бұрын
Yesuus Gooftadha
@getoli4422
@getoli4422 7 ай бұрын
Really amazing story. Glory to Lord!
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 7 ай бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 7 ай бұрын
Eebbifammaa❤
@kiyyaahassan7139
@kiyyaahassan7139 7 ай бұрын
Akka asirratti gaafataman eegaan ture Efaa eebbifami🙏
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 7 ай бұрын
Halleluyaa 🙏🙏🙏🙏
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 7 ай бұрын
Baga waaqayyoo isin furee !!!
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 7 ай бұрын
Galaata.waaqaayoo.🙏
@KebedeMegersa-k4q
@KebedeMegersa-k4q 7 ай бұрын
Ebbifam
@alialali197
@alialali197 7 ай бұрын
Addunyaa kanarraa Bagaa Si qabannee Yaa Gooftaa Koo uummaa Koo nuf ulfaadhuu Yesus bagaan kan kee ta,ee Eebbiiffama Eebbiiffama
@dhaabeeligaabaa5964
@dhaabeeligaabaa5964 7 ай бұрын
❤❤❤❤
@nanat1397
@nanat1397 7 ай бұрын
Dhugaa baa’umsaa Addat kun
@johntalila9854
@johntalila9854 7 ай бұрын
Dhugaa dubbachu kun ergadha malee dhugaa bahumsa qofa miti waaqayyoo isin haa ebbisu nama waaqayyoo ammayyuu umrii dheera yoo danda'ameef yeroo bira illee kutaa biran akka itti fufan abdii qaba maalif mana ani kireeffadhe tahu keessa abbaan mana nuti kireessu guyyaaf halkanif guyyaan caatiif sigaaran dabarsa yeroo isaa yeroo amma kanati qabeenya qabu of harka fixee suuqi cufe jira
@lelisaumeta7449
@lelisaumeta7449 7 ай бұрын
Omg glory be to the Lord!
@direafanitube8372
@direafanitube8372 7 ай бұрын
Dhuga ba'uumsa kana dhaggeeffadheera. Baay'ee kan nama ajaa'ibuudha. akka kootti gaazexeessaan haasofsiise utuu gidudu gidudutti gaggaabaabsee bara itti taateen kun ta'e gaggaafachaa adeemeera ta'ee, gaafii fi deebicha caalaatti guutuu godha ture.
@GamadeDesale
@GamadeDesale 7 ай бұрын
Kun dhugabattii ajjabsissa galatomaa❤❤❤
@mebatmebat6305
@mebatmebat6305 7 ай бұрын
❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@johntalila9854
@johntalila9854 7 ай бұрын
Bakka kitaabni isaani itti argamu mention nuuf godha
@mergaofficialtube1701
@mergaofficialtube1701 7 ай бұрын
Nama nana Waaqayyoo gooftaan sii haa eebbisu yoo ni danda'ama ta'e amma hard copy argannutti PDF online nuuf ka'i
@Awash24
@Awash24 7 ай бұрын
Baayyee dinqiidha, Thanks to God, really amazing and i want to call him. could you please share me his cell phone number?
Andro, ELMAN, TONI, MONA - Зари (Official Music Video)
2:50
RAAVA MUSIC
Рет қаралды 2 МЛН
번쩍번쩍 거리는 입
0:32
승비니 Seungbini
Рет қаралды 182 МЛН
JISOO - ‘꽃(FLOWER)’ M/V
3:05
BLACKPINK
Рет қаралды 137 МЛН
Qophii Caayaa,  guyyaa abbaa dhimmaatti hojjettoota 27 keessaa 1 qofatu waajjira jira, Mi'eessoo
59:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 61 М.
ስነ-ልቦናዊ እና አዕምሯዊ ችግሮቻችን: ክፍል1
1:22:11
AFARTANKII (40) QISO OO UGU SAAMEYNTA BADNAA_2022 iyo 2023_ SHEIKH MUSTAFA.
3:26:03
IFTIN BROTHERS STUDIO
Рет қаралды 2,6 МЛН
AN FAARFANNAA BARREESE HIN BEEKU.  FAAR MELESE ARGEWU/ BUDDUSSEE TUBE
1:31:21
Andro, ELMAN, TONI, MONA - Зари (Official Music Video)
2:50
RAAVA MUSIC
Рет қаралды 2 МЛН