SAGALEEN MICHUUKOOTI: GEREMU GIZAW

  Рет қаралды 428,561

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 208
@bontubaysa8147
@bontubaysa8147 2 жыл бұрын
Farfaannaan gaariidha baay'ee sagaalee waaqayyootii Eebbifamaa garuu ija Hafuraan yoo ilaalee namootaa Hafuraa argaa hin jiruu qeequuf dirqamee gara fuulaa duraatii farfaannaa keenyaa haafuran ta'u qaba dhifaamaa waajjiin
@wqyoabdikotii2337
@wqyoabdikotii2337 2 жыл бұрын
Jabadhaa waqqayo isini haa ebbisuu garuu farfaana bara kana sirbaa male faruu Mitti sagalee akkana midhaguu kanani...
@ebisadegefa5760
@ebisadegefa5760 2 жыл бұрын
Ajaa'iba Kun Bilisummaa guddaadha! Galanni YEUSUUSIIF haa ta'u.
@leensaa6058
@leensaa6058 2 жыл бұрын
Wawooooo 😍😍😍😍😍sagaaleen michuu kotii yomu inni naa wamuu baayee natii tolaa mucaa koo naan jedhee naa jallatee tolaa
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Ebbifama maqaa yesuusitin ijoollee abbaa kooti
@Jiitu1234
@Jiitu1234 2 жыл бұрын
Dhaloonni waaqa hin amanne kana itti yoo itti agarsiisan koottu sirba yoo tahe asis jira jennaan shakkii malee dhufa
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen uuuuffffeeee ililililililili isyyyyyiiiiiii thank you my god uuuuuuuufffffffffeeeee tamasgeen yene geta Eyesus!!!!!!!🙏🙏🙏🙏🎤🎤🎤📚📖😍😍😍😍❤❤❤❤
@bizeneshbekele8391
@bizeneshbekele8391 2 жыл бұрын
Adaraa waqaa kuni farfanaa ammaa maloo ijoo maalii garuu laakii kanii dhisa mee
@boonibooni4246
@boonibooni4246 2 жыл бұрын
Ameen amen ameen Ameen Ameen amen ameen Ameen Ameen amen ameen Ameen Ameen ufffffee God bless you man of God ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏Gooftaan koo ayanaa isaa sif ha dabalu👈🙏
@aberakasaye6090
@aberakasaye6090 2 жыл бұрын
Ebbifami waqayyoo sii haa Ebbisuu
@ElshadaayiikOYESUUS
@ElshadaayiikOYESUUS 2 жыл бұрын
Uuuuffffeeee❤️ akkam nama boqachisa!!!!! Amayyuu darbaa... Ama dhumatti farfaadhaa... Far.. kessanin guddaa iti ebbifamnee raa!!!! ❤️❤️❤️
@abdibayisa4838
@abdibayisa4838 Жыл бұрын
Pppp0ppppppppp0pppppp
@Jiitu1234
@Jiitu1234 2 жыл бұрын
Waaqayyo qalbiitti sinaa deebisu Kun VIEW qofaan kan hojjetameedha Jabaadhaa silas qarshiifiimii
@jesusismylife6591
@jesusismylife6591 2 жыл бұрын
በእውነት የልዑል መንፈስ ያለበት ዝማሬ ነው!!!!! በብዙ ይባርካችሁ
@margemandesa4433
@margemandesa4433 2 жыл бұрын
Farfaanna isaa illee caba nama fayyisa shubbisni isa garuu sirba fakkata
@destaalovely2627
@destaalovely2627 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen ebbifitaa ijolee kakku ayyann waqayyoo sinnf haa bayyatuu darab farifadha
@NejasTesh
@NejasTesh 15 күн бұрын
Anoo. Naa ajaayibe irraa dedebiyee ilaale😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢baayy,e nama gadisia
@bethelgirma7810
@bethelgirma7810 Жыл бұрын
Farfena dha mo sirba dha Sammu kenyatta debiu qabna waaqayyo nuf ha dhisu
@familytube6398
@familytube6398 2 жыл бұрын
Waqayyoo isiin haa ebisu ebifamaa dachaa 🙏❣️
@ayanto6792
@ayanto6792 10 ай бұрын
Ameeeen Ameeeen jecha maloo dhalotaa koo farfaanani sagalee waqaayyotii waan ta'eef faruu garii maaf Akkaa sirbatii farsitu? dhifama wojjin garuu🥺🥺😭😭😭😭
@siifanjesus3149
@siifanjesus3149 2 жыл бұрын
Ebbifaama waaqayyoo isiin ha ebbisu calattii far keenya jallataama abbaa keenya far baacaa arguu kottiis gammadeera
@botetolossa3289
@botetolossa3289 2 жыл бұрын
Gooftaa sin Yaa Eebbisu
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641 2 жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Saba kakuu ✝️✝️✝️📖📖📖📖🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 жыл бұрын
Eebifama ijollee waqayyoo.
@lamisafkebedeofficial5177
@lamisafkebedeofficial5177 2 жыл бұрын
Faarfannaa addaatti eebbifami nama Waaqayyo
@galanigalani8849
@galanigalani8849 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ebbifaamaa dachaa dhaan 🥰 ♥️ ❤️ 😍 ✨️ 💖 🥰 ♥️ ❤️ 😍 ✨️
@adesaadesa861
@adesaadesa861 2 жыл бұрын
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebbiffamii nama waqaa 🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@derejedufera9320
@derejedufera9320 2 жыл бұрын
Garree baayyee guddaa galatoomi Eebbifami
@geremugizaw
@geremugizaw 2 жыл бұрын
Eebbifamaakoo
@Yooyyaa311
@Yooyyaa311 2 жыл бұрын
Wow Na Oolchiteetta Lafe Cabuu Narraa Dhiqxeetta Narraa Cubbuu🙆❤❤❤❤ Eebbifamaa!!
@geremugizaw
@geremugizaw 2 жыл бұрын
Desta dhugoo leeencakoo sinjaalladha
@abenezertigire8617
@abenezertigire8617 2 жыл бұрын
Eebbifami Garre , Waaqayyo baraaf jireenya kee ha eebbisu
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee ebbifamii dachaan dachaan 🥰♥️♥️♥️♥️
@yesusguda2145
@yesusguda2145 2 жыл бұрын
Ammmeeen Eebbifamaa dachaa
@bonafufa806
@bonafufa806 2 жыл бұрын
waqaayyoo isiin haa ebbisuuu🥰🙏
@jerusalemmedia10
@jerusalemmedia10 Жыл бұрын
Ijoolleen keenya diree faarfanna guutee sabakoof gooftaa nuu ilaaliimee
@mtssitayomucaakakuumobile9289
@mtssitayomucaakakuumobile9289 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen Ameeeeen Eebbifamaa dachaa ijoollee kakuu darbaa deemaa maqaa yasusiin✝️💕🎤👏👏👏🙏🙏
@geremugizaw
@geremugizaw Жыл бұрын
Eebbifamaa hundi keessanuu Kabajaaf jaalala addaan isiniif qaba!
@ketemuderibu3354
@ketemuderibu3354 25 күн бұрын
Eebbifamaa barri keessa haaeebbifamuu❤😊❤❤🎉
@asemulu2762
@asemulu2762 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebifamaaa
@uaeb2868
@uaeb2868 2 жыл бұрын
Waaqayyoo gooftan isin haa eebbisuu eebbifama
@monaoromiyaacom
@monaoromiyaacom 2 жыл бұрын
Wowwoo ebbiffamaa ijoole waqayoo I love
@nasardxb5638
@nasardxb5638 2 жыл бұрын
Uuuufff Uuuufff Amen Amen Amen Amen Amen Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa 🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️📖📖📖
@Jiitu1234
@Jiitu1234 2 жыл бұрын
Yeedalloo woow Sochiin sirba biyya lafaati kanuma
@NafisheTelila
@NafisheTelila 5 ай бұрын
Best Gospel singer bless you
@hawiilami9796
@hawiilami9796 Жыл бұрын
Malii dhistee yoo sirbumaa sirbitee kun silaa farfannas hin jedhamuu
@falmatuasefalami1576
@falmatuasefalami1576 Жыл бұрын
Maarree sirbaa fi faarsaayyuu walii wallaalle yaa saba
@apostlecalebguyo103
@apostlecalebguyo103 Жыл бұрын
May God bless you, wonderful worship 🙏🙏
@aynalemsor4824
@aynalemsor4824 2 жыл бұрын
አሜን ተባረኩ ተባረኩ የአባቴ ቡሩካን❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@bedanebulitube9665
@bedanebulitube9665 2 жыл бұрын
Eebbifama dhugaa baayee namati tola
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen ebbiifamaa matti waqaayoo
@seasonofactsandharvesttube2766
@seasonofactsandharvesttube2766 2 жыл бұрын
Waaqayyo isin ha’eebisu, eebifami oboleesaa! 🙏🏽
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 2 жыл бұрын
አሜንንንን እልልልልልልልልልልል ጌታ እግዚአብሔር ይባርካችሁ
@wandimmuutube8983
@wandimmuutube8983 2 жыл бұрын
Garreekoo barrikee haa eebbifamu qaxaleekoo sijaallanna
@danielfeyisa
@danielfeyisa 2 жыл бұрын
''Laga Marqaa jennaan ijoolelen fal'aanaan yaate'' jedha mammaakaan..... yeroo itti aanutti garuu Baandii Odaa Nabee ykn Burqaa Buraayyuu waliin hojjedhu.
@geremugizaw
@geremugizaw 2 жыл бұрын
Gorsikee gorsa bu'aa qabeessa miti! Kanaaf sin dhaga'u oboleessakoo
@KattoufTelecom-m5s
@KattoufTelecom-m5s 2 ай бұрын
🥰😍🥰🖤
@seenaakeebekii7820
@seenaakeebekii7820 2 жыл бұрын
Wowowowo ilalee qufuun dadhabee😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@geremugizaw
@geremugizaw 2 жыл бұрын
Garraamiikoo eebbifamii
@nafishetelila3186
@nafishetelila3186 Жыл бұрын
Wow best Gospel songs haleluya
@monaoromiyaacom
@monaoromiyaacom 2 жыл бұрын
I'm first like
@tujubaayele2174
@tujubaayele2174 2 жыл бұрын
Wow Amazing song God bless you
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 2 жыл бұрын
Wawooooooooo hojii bay'ee baredadhaa jabadhaa lammiikoo
@Tigist-yk3ly
@Tigist-yk3ly 10 ай бұрын
Ebbiffamiiiiiii ❤❤❤❤❤
@dawitmitiku8188
@dawitmitiku8188 2 жыл бұрын
gare keenyaa nuu jiraadhuu
@sofiasifan2498
@sofiasifan2498 2 жыл бұрын
chiki chikki jedhin abbo safuu maloo gaffi yoo debifttan malumaa qabaaba yaa warra muziqessitotaf muziqaa
@dammeelikkissaa8471
@dammeelikkissaa8471 2 жыл бұрын
Maaloo waarii farfataan akkaa waaqayyoo isintii gammaduutii farfadhaa oguumaa biyyaa lafaa tii hin hirkatinaa Ayyanaa waaqayyoo ufadhaa isatuu nama Fayyisaa isatuu garaa waaqayyotii nama debbisaa yaa oobbolotaa koo maalif addaa danaa nutii haa mulatuu kirstoos akkaa ammaa farfataan janatii mitii yesuus kan mulatuu maloo oof Egadhaa karaa keenyaa millii wangelaa hin dhabatinii Kootaa waangelaf kaarataana Hafuura waaqayyoo keessa dhokanee abbaa keenyaa maqaas ulfesuun hin danda'amaa Barumaa badee keesa iyyuu waaqayyoon dhaga'uun hin dada'amaa qodaa ulee qabatanuu wangeelaa badhaa kana calaa hin dubbadhuu
@KattoufTelecom-m5s
@KattoufTelecom-m5s 2 ай бұрын
😍🥰🥰😍
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Congraa 150k Ase
@ደስታዬበጌታሙሉነው-ጸ9ገ
@ደስታዬበጌታሙሉነው-ጸ9ገ 2 жыл бұрын
አሜንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንን ተባረክ በብዙ ተባረክ❣️❣️❣️❣️❣️💫🍃🍃🍃🍒🍒🍒❣️❣️❣️✅✅😘😘😘😘
@dammeelikkissaa8471
@dammeelikkissaa8471 2 жыл бұрын
Anoo Gaffii dhumaa tokkoo nama naaf Debbisun dhabee yaa dholotaa ammaa Lafa kanatii akkumaa sirbitaanitii Manaa keesaan isaa galaatis sirbituu yuu ?? Maalif gatii dhabee dhignnii yesuus maalif ulfinaa dhabee maqaan mootii waaqaf lafaa inni ummee nubiraa ga'ee maalif rakkasee maalfi sobnee waal jajjabessinaa maalif iji keesaan hin banamnee yaa obboolaa koo kootaa mee farfachuu keenyaa duraa Enyuun Akkaa farfannuu addaa bafanaa. Ijoo farafachuuni fi Lalabuun nu gamchuu jirenyatii koota jirenyaa dhugaa jiranaa siirbbii Biyya fatuu simboo qabaa Esaa dhaqee wangeelii kan ulee fillataan maalinni kuun farfannadha moo sirbaa dhugaa waaqayyoo annaf gala hin jiruu wa'een farfatotaa baraa keenyaa maalif gufuu wangeelaa tana kottoo gufuu dhalotatii hin tanuu kotaa garaa waaqayyootii debbinaa baratuu badee jedhuu malee bari hin banee namatuu ulfinaa waaqayyoo dhisee namatuu kirstoos isaa jireenyaa ta'ee mana ka'ee adda ofi mulisutii ka'ee namnii nugafataa waaqayyoo garuu Yesuus hin dhufaa yaa isaa raftuu Wamichaaf idoo ladhuu hin qosiinnii Carraa keetii yaa namakoo warraa maqasaa ulfeesee waaqayyos in ulfessaa waarraa maqaaa isaa salphisee immoo waaqayyoo isa hin salphisaa kara keenyaa haa sireefanu
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 2 жыл бұрын
Ebifama saba kakuu bayee bareduu 🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@tabotemekonnen145
@tabotemekonnen145 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen 🙏🙏🥰🥰🤲🤲📖🎚🎹🎶🎸❤❤ebifama dacha
@nimonachimdi2666
@nimonachimdi2666 2 жыл бұрын
Wow!! Amazing song. God bless🎉
@saratirpa4606
@saratirpa4606 2 жыл бұрын
wawwwoooo Ebiifamaa
@emirumulatu211
@emirumulatu211 2 жыл бұрын
Ragada ajaa'ibsiisaa! Ollaa sirbaa!!!!
@burtukaanjesusintalaaarsii6826
@burtukaanjesusintalaaarsii6826 2 жыл бұрын
Ameen ameen nuf ebbifama ebbifamaa
@berekettibebu4479
@berekettibebu4479 2 жыл бұрын
best cultural gospel song!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@biftuchala5060
@biftuchala5060 Жыл бұрын
👍👍👍👍👍🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕
@kenatenegassa9507
@kenatenegassa9507 Жыл бұрын
​@@biftuchala5060to1
@SanaSana-qc9br
@SanaSana-qc9br Жыл бұрын
ameeeni ameeeni♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥️
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735 2 жыл бұрын
Sirbaa hammaa yerooti maratuwwaan
@jesusismylife6591
@jesusismylife6591 2 жыл бұрын
ኣሜን ኣሜን ኣሜን ኣሜን እግዚአብሔር ፀጋውን በብዙ ይጨምርልህ
@sahaalenaze5943
@sahaalenaze5943 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen 🙏🙏🙏tabarakuu ❤❤
@seenaakeebekii7820
@seenaakeebekii7820 2 жыл бұрын
Waaqayyo isnaa ebbisuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@BiyanshiBoro
@BiyanshiBoro Жыл бұрын
Ameeen ebifamaa❤❤❤❤❤
@sileshiwedajow7666
@sileshiwedajow7666 10 ай бұрын
Eebbifamaa!
@tolosaolana4599
@tolosaolana4599 2 жыл бұрын
Eebbifamaa
@ayuwgga455
@ayuwgga455 2 жыл бұрын
Essey Abate kibrun yekebelew
@tameruregasa9239
@tameruregasa9239 Жыл бұрын
Faarfannaa baay'ee bareeda
@kindebuli3098
@kindebuli3098 2 ай бұрын
Blessed 🙏🙏🙏🙏
@hawiiamboo7427
@hawiiamboo7427 2 жыл бұрын
Wowo bay'ee ebbifami ebbifami ebbifami ❤💖💖💖❤❤❤💖💖🙏
@abdisafi8908
@abdisafi8908 Жыл бұрын
Mana caffarati mo mana amantati kun balagewwan
@MimiMimi-ou3iw
@MimiMimi-ou3iw 2 жыл бұрын
Ameeen iyesuus ulfaadhu🙏🙏🙏
@Yaadan-p6r
@Yaadan-p6r Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mimigirma2735
@mimigirma2735 2 жыл бұрын
Amen goftaan sii haa ebbisu
@rokofficialchannel
@rokofficialchannel 2 жыл бұрын
Can you create Thumbinal for this video? I think it is best to atract viewers.
@bonafufa806
@bonafufa806 2 жыл бұрын
amezing god bless u
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 2 жыл бұрын
Abet shubisaa siribumaa ta'ee kaa
@adugnagirma6849
@adugnagirma6849 2 жыл бұрын
Be blessed Dear
@Iyaasuus
@Iyaasuus Жыл бұрын
Ameen ameen❤❤❤❤❤❤❤❤
@fitsumtola3154
@fitsumtola3154 2 жыл бұрын
Gare kenyaa Ebifamika mal jenna.
@lensashawotobe5911
@lensashawotobe5911 2 жыл бұрын
Amazing thanks god🙏
@sifani8590
@sifani8590 2 жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን 🌹🌹🌹🌹💞💞💞💞💞
@obseeapp9511
@obseeapp9511 2 жыл бұрын
Waaqayyoo Goftaan siin haa Ebbisuu Ebbiifamaa ✝️
@mashor3074
@mashor3074 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen Ameeeeeen Ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@bizeneshbekele8391
@bizeneshbekele8391 2 жыл бұрын
Wanumaa waalee baranaa anii farfanaafii sirbaa addanii baafachaa hin jiruu dhugaa maaloo obbolataa koo kunii hundumaa maalatuu baadee kaa🤔🤔🤔🤔🤔
@jesusismylife6591
@jesusismylife6591 10 ай бұрын
Aaaaameeeeennnnnnn
@abdisafi8908
@abdisafi8908 Жыл бұрын
I/suus Ilma namati male rabbi miti
GEREMU GIZAW : HIRKOOKOO .!
6:18
OBORO MEDIA
Рет қаралды 343 М.
TA'E REEFUU!!
9:10
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 337 М.
I thought one thing and the truth is something else 😂
00:34
عائلة ابو رعد Abo Raad family
Рет қаралды 22 МЛН
So Cute 🥰 who is better?
00:15
dednahype
Рет қаралды 17 МЛН
Lazy days…
00:24
Anwar Jibawi
Рет қаралды 9 МЛН
JAALA ARAARAA: HIRPHA BAHIRU
6:49
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,4 МЛН
Callistee hin ilaaliin: Gurmuu faarfattoota Rihobot
7:30
KANENUS GRAPHICS
Рет қаралды 71 М.
BINIAM BIJIGA: NAAF GADI BUUTE(SHAGGOOYYEE)
5:24
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 97 М.
UUMAA MARAA: DAMEE FIQAADUU
7:59
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,5 МЛН
GEREMU GIZAW : GOOTICHAKO
5:39
OBORO MEDIA
Рет қаралды 31 М.
Hindarbe Barri Rakkinaa  | YITBAREK TAMIRU | 2024 New Afaan Oromo Live Worship
16:43
MEGERSA GIZAW | ILMA LEENCAA | EGEREE MEDIA
6:35
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 34 М.
RaiM & Meirambek Besbayev - Ozindeimin
2:47
Meirambek Besbayev
Рет қаралды 1 МЛН
Ислам Итляшев - В этой женщине (Премьера клипа 2024)
3:22
Roza Zergerli - İstedim ( Yeni )
2:32
Sarkhan Pro
Рет қаралды 2,2 МЛН
ALEM - Kúıіm | Official Music Video
3:42
ALEM
Рет қаралды 40 М.
Қайрат Нұртас - О Тоба-ай (Official Audio)
2:41
Kairat Nurtas
Рет қаралды 56 М.
ALI Otenov - TIYN / ТИЫН (Official Music Video)
2:46
ALI OTENOV
Рет қаралды 604 М.
ROSÉ - toxic till the end (official music video)
3:54
ROSÉ
Рет қаралды 35 МЛН