ISAN DABARSE HIN CAALU: KIBE ITANA

  Рет қаралды 242,847

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 277
@martajobir2106
@martajobir2106 2 жыл бұрын
Dhukkana limixi kessa yoon demele hin sodhadhu sittu eggaa kootti........... ❤ ebbifii
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 3 жыл бұрын
Baga nagayaan dhufte. Eegaan ture
@bontuuyubtube1838
@bontuuyubtube1838 3 жыл бұрын
Abba cabsaa maatii naaf tahii
@muludebela5305
@muludebela5305 3 жыл бұрын
Abba cabsaa phenxe moo 🤣🤣🤣🤣🤣
@abilodiet9315
@abilodiet9315 3 жыл бұрын
🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@burte95
@burte95 Жыл бұрын
Ammeen ammeen ammeen ammeen ebbimii waqayoo si ha ebbiisuu
@bonach21olf35
@bonach21olf35 3 жыл бұрын
Waaqayyo Isa Ayyaana akka kana guddaa fi jaallatamaa, karaa jireenyichaa ifa baasee dubbatu si badhaase maqaan isaa haa eebbifamu. Dhugumaatti faarsaa galata Waaqayyoof nama dhaabu, faarsaa ayyaanaa fi dhugaa hafuuraan qindaa'e nuu gumaachitee jirta. Waaqayyo Abbaan kee si haa eebbisu! Gamanumaan, Obboleessa Koo Asaffaa baayyee galateeffachuun barbaada. Hamilee fi jajjabina ati faarfattoota keenyaaf taasiftu akkan si dinqisiifadhu na godeera. Waaqayyo si haa eebbisu jechuu jaalladheera.💔💔🙏🙏
@DejeneNegese-t3d
@DejeneNegese-t3d Жыл бұрын
Kibbee qsht nama dibataa jabaadhu itti cimi
@BorifaanAmbo
@BorifaanAmbo 9 ай бұрын
𝐄𝐛𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐦𝐢𝐢𝐢🎉
@galoshow5398
@galoshow5398 3 жыл бұрын
Baay'ee baay'ee bareeda dhugaa dubbachuuf kuni faarfannaa afuuraati eebbifami kibboo.
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Kootu mati walifi tannaa
@Ganno44
@Ganno44 3 жыл бұрын
mati nafi taa sanyii kotu
@SebontuSenbeta
@SebontuSenbeta 6 ай бұрын
Uuuuuuuuffeeee ergaa kooti utuu Isa hin taanee jiraachuu hin danda'u anillee eebbifami
@motumadugasaofficial5990
@motumadugasaofficial5990 3 жыл бұрын
dhugaa kee jette kibee koo utunni hin jirranne jiraachuu hin dandeenyuu ebbiifamii guddaa! Baga nagaa dhuftee jenneraa anaa dhufuu(WEL COME!)
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Nagaakoodha atti fayyaa koo yesusi koo ulfaadhuu Ammmmmeeen 🙏🏻🙏🏻🛐✝️📖❤️💯✅
@jaalalii
@jaalalii 2 жыл бұрын
Uuuuu farafanaa kanaa dhagefadhe qufun dadhabee edoo gafaa gadifametii yoo xiqatee guyatuu si'aa 5ni ol agefadhaa dhugaa ebifamii kibee KOO 💔😘
@wakgaribinu3339
@wakgaribinu3339 3 жыл бұрын
"..... osoo si hin taanee bara hamaa kana jiraachuu hin danda'u....."! Eebbifami Kibbee!!!!!
@waqayyoogudadhaagarummaani1203
@waqayyoogudadhaagarummaani1203 3 жыл бұрын
Si fideraa ulfinaaf galata hamumaa danda'uu ameeeeen ameeeee ameeeeen ebbifamaa
@vogoromo3050
@vogoromo3050 3 жыл бұрын
Shamarraan qabnu.... ati nuuf kenna keenya Eebbifamtuuko. Ayyaanni goofta kana caala siif haa dabalamu.
@tadelekebede3274
@tadelekebede3274 3 жыл бұрын
Waaqayyo guddise si haa eebbisu! Faarfannaa baayye na eebbise! Waaqayyommoo tajaajila kee haa baballisu!
@workinehsorsa5824
@workinehsorsa5824 3 жыл бұрын
Baay'eetii ebbifameraa waaqayyoo gooftaan Ayyaana isaa siif Yaa baayisuu kibbee!...faarfannaa kee baayeen jaladhaa
@yoomgamtessa4664
@yoomgamtessa4664 2 жыл бұрын
Kibbeekoo🥰 Waaqayyo dabalee dabalee siin haa eebbisu.
@fenetalemu8750
@fenetalemu8750 3 жыл бұрын
Eebbaaf ta'ii❣✝️
@solomondawit8866
@solomondawit8866 3 жыл бұрын
Atillee eebbifami mucaa gooftaa
@zelalem58
@zelalem58 3 жыл бұрын
Ameen siif fideera galataaf ulfina ammumman danda’u Eebbifami
@lilyqatar8475
@lilyqatar8475 9 ай бұрын
Amezing song I can’t stop listing kibuu God bless you 😢❤
@shukeebirahanuu2097
@shukeebirahanuu2097 3 жыл бұрын
Uuuuuuffff ebifamaa xinumaakoti dhagefaadha turee farsaa kesaani hamaa dhumaati isn dhabuu
@ayantuwaqayotube7178
@ayantuwaqayotube7178 3 жыл бұрын
Ameen ebbifamii ayyani sifi haa bayyatuu jabadhuu
@hijazimestawotbalcha6910
@hijazimestawotbalcha6910 3 жыл бұрын
Amen Amen Amen Ebifamii Waqayyoo Abaani Si ha Ebisuu kanumaa Calaa Ubanaa Fi Ogummaa Sifii ha dabaluu Elelelelelelelele!!
@lamizarihun8908
@lamizarihun8908 3 жыл бұрын
si fideeraa galataaf ulfina hammumaan dandahuu utuu sintaanee mana kootii bahee as-dana hingahu eebbifamii
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
Waaqayyo guddaa siha Eebbisu mucaa waaqayyoo uffannaankees baayye kan nama gammachiisudha jabaadhu😘😘😘😘😘😘👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@faniandsif3401
@faniandsif3401 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuffffffffeeeeee ammeen ammmmmmeeeeeeennnn faruun kee hin qufamuu hundii isattu waqayyo siha ebisuu
@rebiraifa5147
@rebiraifa5147 3 жыл бұрын
Otuu Si hin taane bara hamaa kana jiraachuu hin danda’u. Dhuguma Waaqayyoon malee eessaa dandahama.
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Malo mati naf ta.ime
@biqiltuusaanyiihacee758
@biqiltuusaanyiihacee758 3 жыл бұрын
Sii fidee dhuferaa galtafi ulfinaa amumaan danda'uu anii osoo siin hin tanee bara hamma kanaa jirachun danda'uu Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifamiiii dachaa dachan
@Obsii365
@Obsii365 3 жыл бұрын
Ottuu si hin taane bara hamaa kan jiraachuu hin danda'uu Ameen Eebbifami dachaan ❤🙏
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 жыл бұрын
💚💖💚💖🙏🙏🙏🙏
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 3 жыл бұрын
Uuuuffeee uuuuuuffeee ameeenn ameeenn ameeen ameeen ameeen Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@learnfromyoutube8103
@learnfromyoutube8103 3 жыл бұрын
Kibekoo akkam akkaa baredduu dhugaa Ebbiffamii
@senagedarame8274
@senagedarame8274 2 жыл бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN Ebbifamtu keenya Ebbifama maqa 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽
@danielfeyisa
@danielfeyisa 3 жыл бұрын
Wowwowoow.... Haleeluuyyaa... ergaan jechoonni ati fayyadamte hunduu.....waaqayyo sihaa eebbisu.
@mereramulatu707
@mereramulatu707 3 жыл бұрын
wallaahii baay'ee namatti tola may Allah bless you
@booni7034
@booni7034 3 жыл бұрын
Wow Ebbifami dhugaa ati tokkoffaadha sii jaalana😘🙏🙏 Like share Godha yaa sabaa👍👍
@moneratube7459
@moneratube7459 3 жыл бұрын
Anis tokkoffadhaa
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 3 жыл бұрын
Eebbifami guddaa Kibbeeko Bareedduuf Ayyaana qabeeettiikoo💓💓💓💓💓💓💓💓Sinjaalladha
@josephmulatu3441
@josephmulatu3441 3 жыл бұрын
Kibbeekoo♥️♥️ Faarfannaashee durii ijoollummaa kootti dhaggeeffataa turen yaadadha Weyine eebbifami ammallee! Sagaleeshee ammallee akkuma Sana bareeda!
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 3 жыл бұрын
Sii fidera gofta ko galataf ulfina hamuman danda,uu Ameen Ameen Ameen 😢🙏🙏🙏🙏 Ebifami dacha😍😍😍
@jamaneshbalay205
@jamaneshbalay205 3 жыл бұрын
Woow Bagaa Naga dhufutee waqayoo sa ebbisu hamayuu
@asterdejene1685
@asterdejene1685 3 жыл бұрын
Waqayyoo sii yaa eebbiisuu eebbiifamii
@nextday7681
@nextday7681 3 жыл бұрын
Farfannaa kana keessattin jireenya koo ilaalee dachaan eebbifami kibbee koo
@amelekedida5783
@amelekedida5783 3 жыл бұрын
Kibeekoo Ebbifamii Ayyinichi ammayu sif haa dabalaamu❤️❤️❤️
@chialidagafa9414
@chialidagafa9414 3 жыл бұрын
Ameen ebbifami dacha 🙏🙏👏👏❤
@jitumideksayoutube7509
@jitumideksayoutube7509 3 жыл бұрын
Osoo sin tanee baraa hamaa jirachuu ......
@ayantujesus5633
@ayantujesus5633 3 жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifama dachaa uuuufff yesuuse koo ulfadhu Kan cala darbii demiiiiiii wangelaaf 🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️🏃‍♀️👌👌👍👍👍✝️✝️✝️📖📖📖🙌🙌🙌🙏
@mesiiitube1313
@mesiiitube1313 3 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamii dachaan bareddu koo
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 3 жыл бұрын
Amen Amen Amen gofta si haa Eebbisu Eebbifami
@jonastadesse3515
@jonastadesse3515 3 жыл бұрын
oooo guddaa eebbifami kibbituko
@bikltuchalte7771
@bikltuchalte7771 3 жыл бұрын
Ebbiffamii barredu koo waqayyoo aynna issa siif abbayyesuu🙏🏻💓🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@tigistitube6405
@tigistitube6405 3 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeen ebbifaamii ayyannisaa daachaan siif haa baay'atuu qaxalee koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❣❣❣❣❣❣🙌🙌🙌🙌
@bekelchetemesgan1593
@bekelchetemesgan1593 3 жыл бұрын
Ebbfamaa dachaa
@GamachuBoru-p7e
@GamachuBoru-p7e 3 ай бұрын
what a song, it blesses the trinity
@Sarontube
@Sarontube 3 жыл бұрын
Waaqayoo baraf Jireenya kee haa ebbisuu kibee koo 🥰 Farsaa keessa. nama qabbanesuudha
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Kootu maatii waliif taana sanyi ofii koo
@tesfayehasan4699
@tesfayehasan4699 3 жыл бұрын
Namatti tola guddaa eebbifami
@tamymoyman2669
@tamymoyman2669 3 жыл бұрын
Guddaa Eebbifami
@diborayadesaa3976
@diborayadesaa3976 3 жыл бұрын
Wowowow nuuf jiraadhuu ebbiiffamii guddaa
@boonaarundasaa4848
@boonaarundasaa4848 3 жыл бұрын
faarfannaa bareedaadha baga nagaa n dhufte
@burtaatube5440
@burtaatube5440 3 жыл бұрын
Wooow eebbifami kibbiyee keenyaa 🥰😍😍❤🙏🙏🙏 Baga Nagaan nuuf dhuftes😘😘🥰🥰🥰
@ashenafihabtamu8402
@ashenafihabtamu8402 3 жыл бұрын
baay'ee namatti tola galatoomi! ayyaana isaa siif haa dabalu
@dawitmegersa7817
@dawitmegersa7817 3 жыл бұрын
wow batm desblognal geta ebariksh
@solomon5376
@solomon5376 3 жыл бұрын
Faarsaan kun laphee nama keessa galee; hafuura nama haaressa💕💕💕💯💯
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Malo mati naf ta.ime
@sinbonnedaraje1780
@sinbonnedaraje1780 3 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen uuuuufffffeee gooftan baraf jireenya kee dacha yaa ebisu obb/tti koo k bayyee sii jaladha ebaaf ta.ii amayu
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Wowwww Amazing kibuu koo Bagaa waaqayyoo si agararee ebbifamatuu ebbifamii dachaa ❤️💘💝💖
@aragusori5021
@aragusori5021 3 жыл бұрын
Ebbifamtuko ebbifamii ayyanisaa siif haa bayyatuu
@koofiabdiijiraa6338
@koofiabdiijiraa6338 3 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamii kibee koo Ayyaan qabite
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Ebifamitu koo mati naf ta.ime
@biqiltuusaanyiihacee758
@biqiltuusaanyiihacee758 3 жыл бұрын
Nagaa kodhaa atii naaf nagaa koo uuuuuuufffffeeeeee Ameeeeeeeeeeeeen
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 3 жыл бұрын
Ameeen! Eebbifamii Faarfatoota Bara kana Keessa baay'ee fkn gaarii Nuf taate Eebbifamii dhugaa faarfannaa Waaqa gammachiisu akkasitti uffattaa seeraa uffatanidhaa!!!!
@saved6476
@saved6476 3 жыл бұрын
👐Kibbee, akkasumas nu biraan ga'uu keessatti warri qooda fudhattan hundi eebbifamaa
@habtechala7366
@habtechala7366 3 жыл бұрын
Eebbifaami jaallatamtu nama goofta
@richoo732
@richoo732 3 жыл бұрын
Ebifamii ebifamtuu koo❤
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 3 жыл бұрын
Wowo ebifamaa heduu namatii tolaa hundii kesanuu 👍❤❤
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Misty koo mati naf ta.imr
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 3 жыл бұрын
@@ELSAGADOTUBE tole
@sahra4091
@sahra4091 3 жыл бұрын
Oromumaa tuu as nafiidhee.
@girmabekele7762
@girmabekele7762 3 жыл бұрын
Uffee,Yesuus madda nagaa koo!!!!!!>
@efahundessa6600
@efahundessa6600 3 жыл бұрын
Situ eegaa kooti!! Uffannaan kees safuu qaba galatoomi jebduu keenya
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Malo mati naf ta.ime
@ebidjr.3608
@ebidjr.3608 3 жыл бұрын
Waaqayyo kee daddabalee si haa eebbisu!
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 жыл бұрын
Kibiyee bagaa nagadhan dhufte ameeen goftan si ebbisuu😍😍
@deressatube4947
@deressatube4947 2 жыл бұрын
I love this song, God bless you.
@gidoalextube6185
@gidoalextube6185 3 жыл бұрын
Eebbifami giiftiinanaa!
@bayisadebele180
@bayisadebele180 3 жыл бұрын
Amazing waaqumti teessoo isaarraa,ayyaana dachaa siif haa baay'isu uffaannaan kee hedduu si miidhagsee baay'ee ulfaadhuu kan faarffannaa akkan jedhee ibsuu in danda'uu si jaallanna !!!
@febeninethiopia6263
@febeninethiopia6263 3 жыл бұрын
ishoo Eebifamii!!! dursaa iyyuu essaa dhaaqee farsaan afuuraa akkan kùun
@welega2624
@welega2624 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte kibo 🙏🙏🙏 Eebbifamii dachaa
@yohanisdabesa4122
@yohanisdabesa4122 3 жыл бұрын
Eebbifami, Ayyaanni sif haa baay'atu!
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Malo mati naf ta.ime
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 3 жыл бұрын
Kibbee waaqayyo si haa eebbisu!!!
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 3 жыл бұрын
ishoooo dach Eebbifama F/tu Kibee☦📖🍇🎼🎼🎶🎶🎼🎸🎸🎸🎸
@simbookooyesuus8494
@simbookooyesuus8494 3 жыл бұрын
Waqayyooo bara jireenya kee ha ebbisuu ebbifamii
@chialidagafa9414
@chialidagafa9414 3 жыл бұрын
Ameen ameen ebbifami dacha si ha ebbisuu ayyani waqayyo sif ha baayatu obboleti koo ameen ameen ameen ameen 🙏🙏🙏🙏❤❤❤👏👏👏🤲🤲☝️
@ebisetafese7634
@ebisetafese7634 3 жыл бұрын
Wow You are a great singer Ati goota wangeelaati. Kabaja guuddaan siif qaba.
@diribe9235
@diribe9235 3 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftee!
@edjigayehuayana1001
@edjigayehuayana1001 3 жыл бұрын
Ebbifami waaqayyo bara kee haa eebbisu!!!
@DegefaBacha-y8w
@DegefaBacha-y8w 5 ай бұрын
Waqqayoo siii ebisuu
@chaltutakele2363
@chaltutakele2363 3 жыл бұрын
Eebbifami Kibbee.
@workykazem3640
@workykazem3640 3 жыл бұрын
Ebifamii kibbee
@MultiBerhanu
@MultiBerhanu 6 ай бұрын
Anaa dhufu1baga nagaan dhufte!!!
@Addu-show
@Addu-show 3 жыл бұрын
Wow Amazing Ebbifamii
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Mati walifi tanna kootuu
@Ganno44
@Ganno44 3 жыл бұрын
mati nafi taa sanyii kotu
@gulumamitiku5715
@gulumamitiku5715 3 жыл бұрын
God blessed you kibe its very amazing song!!!!!!
@duledebeli1800
@duledebeli1800 3 жыл бұрын
Waaawuuuuuuu eebbifamii
@raelbulcho673
@raelbulcho673 3 жыл бұрын
Eebbifami Nama waaqayyo
@shetoyegeta8576
@shetoyegeta8576 3 жыл бұрын
Ebbafmi kibe koo baay ee itti ebbafma
@hanatilahun8019
@hanatilahun8019 3 жыл бұрын
Bareeduu koo eebbifami
@simosimo-ji1bi
@simosimo-ji1bi 3 жыл бұрын
Ammen kibekooo bg ngn dhuftee
@danielshasho5609
@danielshasho5609 3 жыл бұрын
Gooftaan koo sii haa Eebbisuu√√√√
@bethelemoromititti1517
@bethelemoromititti1517 3 жыл бұрын
Eebbifamtukoo akkan sijalladhuu nuf jiradhuu ❤️😍😘
@damitudamitu424
@damitudamitu424 3 жыл бұрын
Ebifami Waaqayyoon si haa Ebissuu
UUMAA MARAA: DAMEE FIQAADUU
7:59
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,6 МЛН
KIBINESH ITANA: AMMA GARUU GUYYAATU DHUFE
5:58
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 803 М.
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
VIP ACCESS
00:47
Natan por Aí
Рет қаралды 30 МЛН
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН
TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU
7:17
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 1,2 МЛН
Hin Raafaminaa By Abraham  Tarree New song 2022
7:12
MAADEE MEDIA
Рет қаралды 98 М.
Yeroo hundumaa garaan ko
13:00
Toran tube
Рет қаралды 240
Yohannes Girma // የልቤ ደስታ// Yelibe Desta
9:46
Apostle Yohannes Girma - Johnny
Рет қаралды 2,7 МЛН
Kibbinesh Ittana ||baayyen muudaa koo barbaadu...|
6:59
Beeka B
Рет қаралды 57 М.
Dabalaa bula galannikoo ( Faarfattuu Kibbee Ittaanaa)
5:00
Bidike Almadi Official
Рет қаралды 641 М.
MICHUU LAFA ONAA: FAARFATTOOTA WGW SHASHAMANNEE
7:42
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 241 М.