Weerara Guddaatu Faarfannaa irraatti Ka'e : Girmaa Kuusaa (Keessummaa Kaanenus)

  Рет қаралды 12,143

KANENUS GRAPHICS

KANENUS GRAPHICS

Күн бұрын

Пікірлер: 130
@adugnabayata9492
@adugnabayata9492 2 ай бұрын
Girmaa Kuusaatiin maaloo ergaa kana ittiin naaf gahaa. Ati nama ani akka nama tokkootti naman baay'ee jaalladhuufi irraa baradhedha. Adaraa faarfannaa kee is jalqabaa (lakkoofsa 1) youtube irratti nuuf gadhiisi jedhaa Eebbifamaa!
@BilisumaaKuubii
@BilisumaaKuubii 2 ай бұрын
Faarfaafatooni hoo maaliree gaheen isaanii?Toosiftootaa fii faarfaafatooni garaagaraa SI biratimoo
@GemachuHirpesa-wq3hi
@GemachuHirpesa-wq3hi 2 ай бұрын
Waaqayyo yoo nama dhokse tulluu irra dhaabbatanii. dhokatu.Waaqayyo yoo nama mul'ise immoo boolla keessa taa'anii Mul'atu. Eebbifami Girmaa kuusaa❤❤
@fanosealemu3353
@fanosealemu3353 5 күн бұрын
Waaqayyo si hàa eebbisu!!!
@ArfuuTakelaa
@ArfuuTakelaa 2 ай бұрын
Tolli waaqayyoo sin ha eebbisu barumsa adda F/ Gimaa irra barannee waaqayyoo umurii keessan nuf ha dheeressuu!!♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯
@DegagduChane
@DegagduChane 18 күн бұрын
Hubataa nama fi qaxalee eebbifami!
@mulugetaasefa-gn1cw
@mulugetaasefa-gn1cw 2 ай бұрын
Kkkkk utuu hattuu baqatanii hattuu tahu waan ajaa'ibatim eebbifami Faart Girmaa si jaallanna!
@derartuchemeda8011
@derartuchemeda8011 Ай бұрын
Wowo wowo akkasi kunoo
@DassieDula-i9k
@DassieDula-i9k Ай бұрын
Waaqayyo bayyee siin fayyadama jira jabadhu
@ArfaseArfase
@ArfaseArfase 2 ай бұрын
Farfata girmaa kusaaa waqayo baraf jirenyaaa kee haa ebisuuu Ayyanaasaa siif haa dabaluuu
@GammanneeGalmoo-c9x
@GammanneeGalmoo-c9x 19 күн бұрын
Waqayyoo isin haa eebisuu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa baay'ee namati tolaa dhugaa dhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@DassieDula-i9k
@DassieDula-i9k Ай бұрын
Waaqayyoonkoo sii Haa eebbisu Girmaakoo
@obsimanabebe34
@obsimanabebe34 2 ай бұрын
Eebbifamii hafi Girmaa Kuusaa, Jireenyakoo keessatti faarfannaan akka kankee iddoo qabu hin jiru. kun dhugaadha!!!
@SingerGudataDagafaofficial
@SingerGudataDagafaofficial 2 ай бұрын
Uuuuuffeeeee hayyuu keenyaa ummurii siyaa dheeressu gooftaan keenya yesus.Baay'een sitti gammada.Jecha dogogora hin qabne waan sirrii dubbatte.itti fufaa..........❤❤❤❤❤❤❤
@koomartisin4649
@koomartisin4649 Ай бұрын
waaqayyo si haa eebbissuu naman baayyee jaalladhu Girmeeeeeee
@gracegospel4293
@gracegospel4293 2 ай бұрын
Nama ayyaanni wqyo baayyateef girmaa🔥🥰 Namoota akksii hubannoo qaban nuuf affeeraa!
@BooneeYouTube-ui5rj
@BooneeYouTube-ui5rj 2 ай бұрын
waaqayyoo gooftaa isinii haa eebbisuu faarfataa girma waaqayyoo siyaa eebbisuu erga gudda dabarsite waan gudda irra baradhee dubbi ati dubbata turte keessa lamaan keessanu eebbifama ❤❤❤
@bontugelelcha5380
@bontugelelcha5380 2 ай бұрын
❤❤ Far girmaa kuusa har'aa miti durii kaasee nama waaqayyoo eebbisee dhalootaf kennee jedheen yaada❤
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 2 ай бұрын
Ergaa jabduu far. Girma dabarsan: Barri Wal fakkaata dhaloota baricha keessatti uumametu baricha gaarii gochuus balleessuus danda'a kanaaf bara kee keessatti hojjedhuu darbiin erga nuuf dhaamani dha. Far. Girma fi qopheessitootni qophii kaanenus! Ulfaadhaa ergaan keessan itti nuuf haa fufuun dhaamsa kooti . Biyya nagaa keessa jiraadha.
@abdiinjira1498
@abdiinjira1498 Ай бұрын
Girmaa sagalee kilolee fi ayyanni irra jirudha. Waaqayyo isa haa eebbisu. Garuu farfaannaa isaa isa lakk.1ffaa utuu update godhe....
@Dibora-uz5zc
@Dibora-uz5zc 2 ай бұрын
Uuuufffff nama kaana nuf jabeessa maaloo dhugaa nama waaqayyoo dibee nuu kaasee farfaanan isaa bay'ee kaan namaa jijiruu ulfinaa waaqayyoo kaan nuldhisuu baarii saanii jireenyii saanii tajaajilii saanii haa ebifaamuu umurrii saanii nuf haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤
@HaniEriko
@HaniEriko 2 ай бұрын
Farfataa Girmaa Nama waaqayyoo jireenya keessaniin Dubbii kessaniin kan Barsisaa kessaniin Ayyanni waaqayyoo sin irraa muldhatu dhugaadha sin egaan ture akka sin waa jettan Amma iyyu waaqayyoo Ayyaana kana caaluu Siniif haa dabalu Ebbifamaa ebbifamaa sinan jaaladhaa farfannaa kessan hundumaa baay'een ittin ebbifame Waaqayyoo Arrabaa. Koo ñaaf leenjisii ❤❤ Jireenya jireenya dhugaa bahuu qabdu umurii dheeraa nuuf jiraadhaa
@jiregnamarara5510
@jiregnamarara5510 2 ай бұрын
🙏👍wow Kun Ergaa dhaloota bara kanaati Far Girma Eebbifami
@boontuu559
@boontuu559 2 ай бұрын
Farfataa girimaa nama bayy'ee jallaadhuu farfanna kee bayy'ee itti Eebbisuu nufi jiraadhu nama jabbaa❤❤❤
@mikaelamanu
@mikaelamanu 2 ай бұрын
Eebbiifaama,F/Girma kuusa Waaqayyoo sii haa eebbiisuu,Kun barnoota cimadha adaara hattoota farfaanna kana nu sirreessa
@endalubusha
@endalubusha 2 ай бұрын
Waaqayyo bara baraan si eebbisuu nama waaqayyo jabaa!
@Ibsa-ob1gq
@Ibsa-ob1gq 2 ай бұрын
Yaadaa qubsaadha Ebbifamaa Namoota waaqayoo ❤
@TakiluDassalegn
@TakiluDassalegn 2 ай бұрын
Ogeessakoo, Eebbifami faàr, Girmuuko❤
@tesfayesentayehu6498
@tesfayesentayehu6498 2 ай бұрын
Girmaa nama waaqayyo hubataafi ogeessa, waaqayyo baay`edhuma siyaa Eebbisu.
@GeletaDaba
@GeletaDaba 2 ай бұрын
Girmaan kuusaa namaa waaqayyoo itti fayyaddaamuuf filaateedha.♥♥♥
@bijigdudubale3002
@bijigdudubale3002 2 ай бұрын
Waqaayyoo dabaale sammuu kee bara kee haa ebbisu ebbifaami fooni afuraati ebbifaama laman keessanu ergaa guddaa nu barbaachisu nuf himtaani❤❤❤❤❤
@pastorgemechuabdisatube8946
@pastorgemechuabdisatube8946 2 ай бұрын
Far Girmaan dhuguma nama waaqayyoo nuuf kaasedha eebbifamaa
@Mobile-p4x
@Mobile-p4x 2 ай бұрын
Ergaa aja'ibatii dhugaa waaqayyoo bara keessaan ha eebbisu ❤❤❤
@TsionGemechu-f1b
@TsionGemechu-f1b 2 ай бұрын
Jaalatama keenya bayye sii jaalanna nuuf jiraadha siin qabachuun keenya waanumma addatti ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 2 ай бұрын
Uuuuuuuuuffffee uuuuuuuuuffffee uuuuuuuuuffffee waqayo barota keessatii Nama qabaa. Nama waqayo goftaan sinaa eebbisuu ebbiffama farfanaan keessaanii bifaa in gederatuu yeroo hundumaa haradhaa bayeen ittii ebbifamee ayyaani sinifaa bayatuu 🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ergaa gudadhaa guri dhaguuf ijii arguu yoo jiratee 😢😢😢😢😢😢😢
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 2 ай бұрын
Dhugaadha isaa hojataamee jiruu irraa debi,aan hojachuun fayyiddaa barbachaaf malee maliif barbachisee ebifamaa jalataam nama❤
@gelanatesfaye-b2j
@gelanatesfaye-b2j 2 ай бұрын
Dhugaadha nutti dubbate waaqayyo; nuuf eebbifami Far. Girmaa iddoo jirru of argine
@genitabeebe3342
@genitabeebe3342 2 ай бұрын
Waluuma galaati farfaanna remix gochuun haa dhabaatu warii jetaan👍
@BuzeNagaasaa
@BuzeNagaasaa 2 ай бұрын
Eeyyee dhaabbachuu qaba.faarfannaan kan abbaa muul'ataati
@LALISETAMIRU-d4z
@LALISETAMIRU-d4z 2 ай бұрын
Waqaayyoo isin haa Ebbisuu dacha dachaan dhugaa❤❤
@newcreationCJ
@newcreationCJ 2 ай бұрын
Nama Waaqayyoo Girmaa Kuusaa si jaalanna. Waaqayyo namoota akka kee qulqullummaaf jiraatan nuuf haa baay'isu
@ToleraEtana-t3i
@ToleraEtana-t3i Ай бұрын
Waaqayyo gooftaan maccaa isin haa eebbisu 😢😢😢
@AlloCel
@AlloCel 2 ай бұрын
Wawww ebbifaamii dhugaa bayee namaati tolaa qophiin galatomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sisaybedada1984
@sisaybedada1984 2 ай бұрын
Eebbiifaamii farfataa keenyaa baayee sii jaalanaa ❤❤❤jabaa keenyaa❤❤❤
@SingerFikaduLema
@SingerFikaduLema 2 ай бұрын
Farfaata girmaa kuusaa ebbiffaamii abbaan farfaannaa dirree irraa gaale hattuun dirreettii yaa'ee atii baayee nama hubbaatadha waldaan kiristaannaa tessee ilaaluu qabdii
@bonsitube2016
@bonsitube2016 2 ай бұрын
Uuuuyi nama Waaqayyoo karaa hundumaan jireenyaa fi arrabaan dibame nama dhugaa❤❤❤❤❤
@Merii-j5x
@Merii-j5x 2 ай бұрын
Wow Ebbifamaa yadaa gariidha dhugaa👍👍👍👍waaqayyoo issin haa ebbisuu nuf jiraadha 🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️
@tamirunegera8905
@tamirunegera8905 2 ай бұрын
Exactly 💯 waanuma goonu dhabneem...
@TolesaGutema-n1e
@TolesaGutema-n1e 2 ай бұрын
Ishoo eebbifamii girmaa kusaa nuuf waamuu keef
@BuzeNagaasaa
@BuzeNagaasaa 2 ай бұрын
Eebbifamaa waaqayyo isin haa eebbisu.
@user-lp1ns6rl8m
@user-lp1ns6rl8m 2 ай бұрын
Dhugaa dubaachuuf, faarfataa baay'een jalaadhuu.💯💯💯❤❤❤❤❤❤❤❤
@AdisuAbera-h9e
@AdisuAbera-h9e 2 ай бұрын
Irraa deben dhageffadhee dhugaa bayyee bayyee natti tolee girmaa waaqayyoo bayyee bayyee siha ebbissuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FayisaWakjira-g7z
@FayisaWakjira-g7z 2 ай бұрын
Nuuf jiradhuu ishoo dhuugaa
@shelememosisa585
@shelememosisa585 Ай бұрын
Hubanna waaqayyotu namaaf kenna Girmaa kuusaa si jaallanna.
@SingitanNagaro
@SingitanNagaro Ай бұрын
Galatooma nama Waqayyoo...
@dugasabayeta6219
@dugasabayeta6219 2 ай бұрын
Eebbifami nama Gooftaa umurii nuuf dheeradhu!
@MilkiyasMulugeta-z9t
@MilkiyasMulugeta-z9t 2 ай бұрын
Girmiyyeeeee Namaa Waqayyoo Darbaa Nuuf Jiradhaa
@engidagabissa9871
@engidagabissa9871 2 ай бұрын
Eebbifami nama waaqayyoo Far. Girma
@LatuBelay
@LatuBelay 2 ай бұрын
Wow Eebbifamaa Girmaa namoota waaqayyoo
@user-xh6vq1vu6i
@user-xh6vq1vu6i 2 ай бұрын
Tnx you are blessed
@DesalegnLechisa-wt7sl
@DesalegnLechisa-wt7sl 2 ай бұрын
Ebbifamii ❤❤❤
@KeneneArarso
@KeneneArarso 2 ай бұрын
Waaqayyoo sin ha ebbisuu ebbifamaa 💞🙏
@nafiteshoma4242
@nafiteshoma4242 2 ай бұрын
Waaqayyoo Goftaan baraakee haa eebbissuu😍😍😍
@OftanaDugasa
@OftanaDugasa Ай бұрын
Farfaataa Girmaa Gooftaan bara kee jireenya kee haa eebbisu! Ani durayyuu ergawwaan farfaannaa kee fi Gooftaan si keessa ka'e baay'ee Gooftaan galataeeffadha ergaani fi innaffaa hafuura dhugaan si keessa jiru baay'ee nama dammaqsa eebbifami!
@genitabeebe3342
@genitabeebe3342 2 ай бұрын
Gooftumtii kanuuma caala ayaana dachaa sitaa dabaalu bara kanaa nama akkasiiti ija jabiinan dubbaate dhaloota karaati deebiisutu dhabaame kanaaf dhalooni utuu ufaate jiru qulaa ta'e ebbifaami❤❤❤❤❤
@Galex_2400
@Galex_2400 2 ай бұрын
Girmaa nama hubataa fi bilchina qabu ❤❤❤
@HabtamuAdugna-hw4tk
@HabtamuAdugna-hw4tk 2 ай бұрын
Baattadheen deema ulfinakee x2
@TegestKitensa
@TegestKitensa 2 ай бұрын
Maalloo nan boqodhe❤❤❤
@latihambisa6499
@latihambisa6499 2 ай бұрын
dhugumatti faarfataan kun nama bilchaatadha, kan gurra qabu haa dhagahu
@Samsung123-eo3ej
@Samsung123-eo3ej 2 ай бұрын
Woo yaa gariidhaa eebbifamaa❤❤❤
@DaveSisay-d8w
@DaveSisay-d8w 2 ай бұрын
Dhugaa ergaa ajabaaf barsiisa addaadha girmako nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa 2 ай бұрын
Kiristaanummaan jireenya...
@woldeshure9561
@woldeshure9561 2 ай бұрын
Eebbifami Girmish!!!
@kefyalewfikiru8479
@kefyalewfikiru8479 2 ай бұрын
Wow waan sirrimaa haasa'e❤❤❤
@hundeenkooiyeesuusii7239
@hundeenkooiyeesuusii7239 2 ай бұрын
Gooftaan isiin haa ebiisuu❤❤
@DanielTeresa-kn3qj
@DanielTeresa-kn3qj 2 ай бұрын
Eebbifamtoota keenya❤
@boniishaneewallagga2547
@boniishaneewallagga2547 2 ай бұрын
Dhugaa keeessaniidha❤❤ nuuf jiraadhaa
@guddamedia
@guddamedia 2 ай бұрын
Waa'ee Remix kan jedhuufi warra faarfannaan saba dura bu'an ilaalchisee kan ka'an sirrii mitin jedha. Faarfannaan business dhaaf ykn biddeenaaf osoo hin taanee tajaajilaafidha. Ergaan faarfataa biraa erga ba'ee booddee sabni akka isaaf mijatutti yoo ittiin eebbifame rakkoo qaba jedhee hin amanu. Dhimmoonni qulqullummaa fi gamoo ilaalchisanii ka'an garuu dhugaa cimaadha.
@turugetachew-dq3pt
@turugetachew-dq3pt 2 ай бұрын
Dhugaadha
@sisaybedada1984
@sisaybedada1984 2 ай бұрын
Baarumsaa leenjii gababaa far Girmaa karaa kaamiin argachuu dandenyaa ykn waari essaa argachuu hin dandenyee tegrm ykn yourube irraattiu leenji kanaa kaara kaamiin arganaa❤
@tolesaedeto5182
@tolesaedeto5182 2 ай бұрын
Bilbila isaa siniif keenya.
@obsemulune1184
@obsemulune1184 2 ай бұрын
Dhuga waqayyoo barnota guda qaba
@EbisaYonas
@EbisaYonas 2 ай бұрын
Eebbifami ❤❤❤
@dooniimedia3153
@dooniimedia3153 2 ай бұрын
Kanuma dubbiin jiru dhuga
@abdiijiraata7809
@abdiijiraata7809 2 ай бұрын
Eeebbifamaa ergaa guddadha
@BurtukanTasfa
@BurtukanTasfa 2 ай бұрын
Girmaa❤❤❤❤❤❤
@qanogadisa
@qanogadisa 2 ай бұрын
Eebbifamaa.
@ChimdiFeyisa
@ChimdiFeyisa 2 ай бұрын
WAAQAYYO SIN HAA EEBBISU
@hawahawa2475
@hawahawa2475 2 ай бұрын
Dhugaa jetan namaa waqayyoo
@BontuLataa
@BontuLataa 2 ай бұрын
Bataadhen deema ulfina farsaa baay'ee jallaadha 😢😢
@EliyasGadisa
@EliyasGadisa 2 ай бұрын
❤❤❤❤wow Eebbifami❤❤❤❤❤
@meheretsolomon825
@meheretsolomon825 2 ай бұрын
Eebbiifaamaa❤❤
@ARAGASIARAGASI-o2n
@ARAGASIARAGASI-o2n 2 ай бұрын
Wow baredadha 😢😢❤❤❤
@mamitofujairah6199
@mamitofujairah6199 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa maatii waqayyo 🙏🙏
@lemessahunduma329
@lemessahunduma329 2 ай бұрын
Ameen ebifaami
@DestaLamessa
@DestaLamessa 2 ай бұрын
Girmaa jallataama namaa nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤
@BontuLataa
@BontuLataa 2 ай бұрын
Ebbifaamaa 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 ❤❤❤❤❤❤❤❤
@WandeeMargaa12
@WandeeMargaa12 2 ай бұрын
Yaada Guddaadha❤
@SenooLibee-ly7sb
@SenooLibee-ly7sb 2 ай бұрын
Baruumsaa jajabaa of kessaa qabba ebbifammaa
@laboobaamedia
@laboobaamedia 2 ай бұрын
WOW yaaddaa baayyee namati toludha itti fufaa obbolotako jaltamoo matii waqaayyoo ❤️‍🩹❤️‍🩹
@HumnechaMuleta
@HumnechaMuleta 2 ай бұрын
Uuuuuuumpp❤❤❤❤
@habtamuwakgariofficialtube6588
@habtamuwakgariofficialtube6588 2 ай бұрын
Yaadni keessan baay'ee namatti tola waa'ee waaqeffachiiftotaa isa ka'e irratti akka waldaa keenyaatti Toosiftoota jedhamu kun immoo ragaa sagalee waaqayyoo keessa argachuu dandeenya 2Sen 34:13 “warra ba'aa baatanii fi hojjetoota warra hojii humnaa hojjetan faarfannaadhaan toosisanii in hojjechiisu turan; isaan keessaa garri kaan immoo caaftota, geggeessitootaa fi karra-eegdota turan.” jedha kanaaf akkasitti osoo waamamanii sababa faarfannaadhaan tumsaniif jechuudha eebbifama!!!
@tolesaedeto5182
@tolesaedeto5182 2 ай бұрын
Eebbifamaa Gooftaan sin haa eebbisu.
@gemechuburka6277
@gemechuburka6277 2 ай бұрын
Ati moodela kiristoos irraa barateedha dhugaa . eebbifami
@TaboteFikadu
@TaboteFikadu 2 ай бұрын
Bilchaata nama
Girmaa Kuusaa - Hangafa Barbaachakoo
12:32
GHM MEDIA
Рет қаралды 84 М.
Kunama Anna anana  BAPTISM
14:47
Kunama Nashville
Рет қаралды 1,9 М.
黑天使只对C罗有感觉#short #angel #clown
00:39
Super Beauty team
Рет қаралды 33 МЛН
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
Kotiki_Z
Рет қаралды 19 МЛН
Lamborghini vs Smoke 😱
00:38
Topper Guild
Рет қаралды 67 МЛН
Ambaasaaddar Diinaa Muftii Eenyu? - Keessummaa Mo’aa
54:43
MO'AA TV
Рет қаралды 2,5 М.
Qorichi keenya ni hojjete : Keessummaa Kaanenus
45:31
KANENUS GRAPHICS
Рет қаралды 9 М.
KEESSUMMAA KAANENUS : Faarfataa Dirribaa Dinquu Waliin
1:10:00
KANENUS GRAPHICS
Рет қаралды 2,7 М.
黑天使只对C罗有感觉#short #angel #clown
00:39
Super Beauty team
Рет қаралды 33 МЛН