walaeykum salaam warahmatuulahi wabarakatuuhu sanyii koo Galatomii mee makinaa ykn mashinaa sabusaa ittii dalaganii nu dhiyesii Akkasumaa farshaa mana keessa, Afatanii nu dhiyesii
@jamilakamil92054 жыл бұрын
anis kanaa barbadaa
@rayyanimuhammad9402 жыл бұрын
@@jamilakamil9205 mashini sanbusa hin Jira ani takkaa hin argine
@gishas9734 жыл бұрын
Mashalla mashalla garu gafi kiyyaa na debisii mee korinsi gati isaa nati himi
@yaarabbitokkumaanufkeenni73973 жыл бұрын
Ati maalif lakk kee nuuf hin keninee 🤔ani kana bodaa share hin godhuu like siif hin godhuu atii maa yadaa kee malee kaa nama sii biratii hin fudhatamuu moo
@sabontuuarsii56994 жыл бұрын
Gatomi mucaa kan gaalani kee guddaa malummaa sii kafallah💓💓
@oromiyabiyakoo42872 жыл бұрын
Du.ii godhiif 💘🤲
@ayemosisa28123 жыл бұрын
Wow Bay,ee namati tola bakka argamasa nufi ibsii
@hydg1146 Жыл бұрын
Masaha Allah Masaha Allah lakofsa,nafergii
@alfiifiabdiitoub78453 жыл бұрын
Ok galatomaa bayye isinif bilbila gafa achi demu bitachuf akka iddo saan nu gesitan
@sanaytsenaayithirphasaa7398 Жыл бұрын
Essati argamaa manaa gessuu hin dandessu 👌👌👌
@ayyetube26832 жыл бұрын
Wawoo wallagga baha ni nafi fiduu😍😍
@SadamxahaSadamxaha Жыл бұрын
Esaati argamaa Eleen❤
@nesiraabafita30304 ай бұрын
MashaaAllh Gattiin isaa hoo
@cookies1iv4444 жыл бұрын
Maashaallaaa Taabaarakaallaa jaabaadhuu wan daansaa daallaguu jiirtaa sanyii
@taduutubee86984 жыл бұрын
Bay'ee galatoomii dhugaa waan heduu siraa bare
@hamdaamiin44592 жыл бұрын
Abo bayee galato elekana bayee barbadee an somali jiraa💚💚💚💚🤴🤴