KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Qophii Qaanqee show Caamsaa 17,2016 Gafii fi debii Jaarmayaalee siyaasaa Oromoo 4 waliigaltaan irraa
54:03
Jaal sanyiin waamicha obbo shimallis fudhatee Marii nagahaa gochuuf deemaa? Kaabutaa maal jedha?
26:55
Do you love Blackpink?🖤🩷
00:23
Побег из Тюрьмы : Тетрис помог Nuggets Gegagedigedagedago сбежать от Nikocado Avocado !
00:18
Этот беспредельщик ПЕРЕШЁЛ ЧЕРТУ и за это был СЕРЬЁЗНО НАКАЗАН #shorts
01:41
FOREVER BUNNY
00:14
Xiinxala Jaawaar Mahaammad Sochii Musiliimotaafi Hidhamtoota Siyaasaa Oromoorratti
Рет қаралды 46,249
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 1,4 М.
Oromopress
Күн бұрын
Пікірлер: 51
@roqayaali3274
6 жыл бұрын
Lencaa dhugaaf dhabtee rabbiin sii woliin haa jiratuu umurii tee nufii haa dhersuu hamtun sin argin gariin sii darbin uuuphammm
@jimmaabbajifarabbajifar6427
5 жыл бұрын
Uuuufffff jawwe koo akka nuu sijallanu wallahii umurii kee rabbiin nuf hadhihesuuu gotaa gota gota caluu
@mftaashnaasir
2 ай бұрын
Mashaala jawwaa ittimii dhugaa jiruu
@sabontukhaliljimmaa5250
8 жыл бұрын
Mashaa allah jawar siraji mohammed nufi jiradhu Leenca Leenca caltuu ati jabadhu gaara fuli durati namatu Dhala jabadha rabbin sii haa gargaru
@mominahuseenimominahuseeni6598
2 жыл бұрын
Jawari koo abbaa haqaa umarii erdhuu
@axmadomar6399
2 жыл бұрын
Yajjuwaar.jjia18.akkaitti.affan.siijjallisaan.karoraa.baasanii.huubadhuu🤩😍❤️💚❤️💪😍😍
@sabbotuuarsiihaddabaalahad2500
7 жыл бұрын
wan isiiniti jabbatee kulii rabbii isinii haa lafisuu inshallaa gafaa tokko nii bilsomnaa akkanati hin hafnuu ishallaa sabbonaa sabba koo oromoo wolii fanaa dhumuu nuf woyyaa akkanati teenyee yoo laluu garanii nuu gubatee haa jabbanuu rabbi keena kadhanee
@misbahusmail6643
11 жыл бұрын
jaawaar mahaammad urmii dheeradhu jabaadhu rabbi sii haa laafisu
@zaytonagendo1983
8 жыл бұрын
waayii jarwaa beekumaa dhumaa hin qaaabnee Sif ha keenuu maaashaalha
@hawwiihuluqaa8564
8 жыл бұрын
zaytona gendo
@hawwiihuluqaa8564
8 жыл бұрын
umanii.oromoo.hundii.jabanehe
@hawwiihuluqaa8564
8 жыл бұрын
Haa.qabasofnu.harka.wala.qabane.hundii.kenya....mulu
@safiyaaqa5007
7 жыл бұрын
Maashala maashala maashala saanyii offi rabbiin issin biraa haa jiraatu lencaa Oromo jabaadha inshaa allaa
@mariammina5721
2 жыл бұрын
As.wr.wb.mashaalah.mashaalah.mashaalah.baga.gamane..baga.rabin.jirachisee.nuf.basee.Alaahamdilaah
@gannobontuu324
8 жыл бұрын
masha Allaah Rabbiin umrii sif haa dheresuu amatun sii argiin guffuun sii dhayyii leecaa oromoo bayye'en sii jaladhaa
@promw864
7 жыл бұрын
Maasha allah. Dhugaa keeti....ija saba keenyaa nuuf jiraadhu Umrii dheeraa hamtuun sin argin. Rabbiin Cunqqursaa Sabummaa OROMOO fi Cunqursaa Amantii MUSLIMUMMAA ni danda'aa nurraa haa kaasu insha allah. Marii baayyee akkaan barbaachisaa fi gammachiisaa ta'e geggeessitan Nutis Oromoonni wantoota deemaa jiru ni agarra, ni dhageenna kanaaf #TOKKUMMAA Cimsuun GARAAGARUMMAA Amantii fi Gandummaa dhabamsiisuun OROMUMMAAF jiraachuu fi Falmachuun barbaachisummaa gaariidha. Rabbiin TOKKO nu haa taasisu..........TOKKUMMAAN ni fida BILISUMMAA Yaa rabbi nu gargaari. Galatoomaa nuuf jiraadhaa💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤😍😍😗😚😙😍😍😍👍👍👍👍👍👍👏👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@abaskedir4411
7 жыл бұрын
Prom W daawaa Afaani oromootin darabuu
@sabbotuuarsiihaddabaalahad2500
7 жыл бұрын
maashalaa maashalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa maashaalaa garidhaa nu jirradha jawar keenaa
@CadbiDaawe
5 ай бұрын
jehii hassan
@ismailalbokmani5320
7 жыл бұрын
masha allaah oboleessaa keenyaa Jaawaar Mohammad masha allaah ammallee nuf jiradhuu Lecaa keenyaa amallee rabbiin ijaa hamatuu sirraa haa qabuu nuf jabbadhu yaa allaah kan akkaa isaa nuf heeddummeessii isinillee ummataa oromooo jabadhaa qabasoo ittii fufiiii wayiii gara koo lammii kiyyaa dhumatee yaa allaah attii nuf biramadhuu😂☝☝☝☝
@hayatmohammed920
7 жыл бұрын
Mashaalaa jaawarii urumiikee nadhifadhuu sayii koo rabii isibiraa hajiratuu
@siiniiboniioromiyaasiinibo4954
6 жыл бұрын
nufii jiradhu umurii dhera sifi hawa leencaa kenya kabadhu baga kenya tatee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@semeraoromo6618
6 жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah 👍❤❤❤❤❤❤💗💗💗💗💗💗❤❤💗❤❤❤
@nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948
7 жыл бұрын
Masha allah God bless you gawar Mohammad you are king of oromo people!!!!
@zeeynabalovearsiiroobeedid9125
8 жыл бұрын
maashalaa tabarakala ati bagaa tatee lammii kiyaaa
@siifishasheebiiyaako2984
8 жыл бұрын
jaawaarii keenyaa oroomoo taa'u keetii fii baayee baayee jaalaadhee hamaatuu sii araagiinii
@najraahmad3739
7 жыл бұрын
Masha Allah ija dinna irraa hafii sanyii
@ፍቅርፍቅር-ከ4ሠ
7 жыл бұрын
masha'Allah rabbiin ijja dinaa tiraa sihaatiksuu
@hawanabifg4029
6 жыл бұрын
nufi jiradhu jawaar keenya
@janaamokonan2937
8 жыл бұрын
umri dheradhu lamii ofii galani ke bilisuma ha tahuu
@muazmahmud3863
7 жыл бұрын
Long life for jowaraa
@mashaaallaarabbiinsirahaja9567
8 жыл бұрын
jiradhuu umir dheradhuu
@halima0abdermanam151
6 жыл бұрын
Halimaa
@nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948
7 жыл бұрын
Wowowow Wowowow Wowowow gawar Mohammad you are king of oromo we love you and we respect so much!!!!
@fayzaabdulqadir9159
6 жыл бұрын
Mashaa allh mashaa allh Lenca kenna
@hayachannel4186
7 жыл бұрын
Jawarkenaalencaalencacaallugalaatomihaaliikebayyeegaariidhamashaallaahnugamachisteeumriinuufdheradhusinjaalanaadhabateumatadhuaanjazakalaahkeyraan
@እያሱስውስጤነውእያሱስውስ
8 жыл бұрын
jabadhaa age
@najraahmad3739
7 жыл бұрын
Masha Allah
@wardwardinash3140
7 жыл бұрын
ittii jabadhuu
@karimamohamed953
8 жыл бұрын
jawar bar ati silaa oromo tahu baatte hedduun gadda nuf jiraadhu leenca nama
@najraahmad3739
7 жыл бұрын
Lenca kenya umarii dharadhu
@najraahmad3739
7 жыл бұрын
Dhugaa ketii waye lakofsi umata nu dhibee
@aishaayosh1485
7 жыл бұрын
💪💪💪💪👍👍👍☝☝
@sobbooqaadabalee7457
9 жыл бұрын
jawaar xiinxala isaa baay'een hordofe.kan afaan Amaaraas afaan Oromoo fi afaan English muraasa isaa.baay'ee cimaadha.Jawaar nuuf yaa jiraatu. GAAFFII:osoon JAWAAR argadhee gaafadhu waltajjii marii warra amaaraa esat jedhamu tokko irratti ODF ilaalchisee jarri habashaa sadan tokko baay'ee walfalman. 1. maaliif dhimma oromoo dhimma ofii taasisanii kana hunda akka cinqamanii walfaman 2.dhufaatiin hundeessitoota ABO duraanii kun "istiraateejiif" malee dhugaa tokkummaa Itoophiyaa fedhanii miti jedhanii walitti wacu.fkn Obbo LEENCOON bara mootummaa cehuumsaa ani itoyoophiyummaa kiyyarratti waltajjii taa'uun barbaada("gana idaraaddaralahu")jedhan amma waggaa kana hunda boodaobbo leencoon fa'a tokkummaa ito.tti hin amanan jedhanii dubbatu. 3. dhimmi amantii musliimaa akka dhimma oromoo qofaa hin taane erga dubbatanii booda kaayyoo abo ni fallessa waan ta'eef isa kana fa'a hubataniitu jedhanii walitti wacu. kanaaf namni keenya hundi dhimma oromoo fi amantii kana akka hubatu maalgochuun nama hunda amansiisuun danda'amaa? 4.kuni hundi oromoo ilaalchisee gama saba habashaa kanaan maaliif akka hafarfamu naaf ifaa miti. 5.JAWAAR HOJII GAARII HOJJECHAA JIRTAA NAAF JABAADHU JEDHAANII.dhimma tokkummaa irratti gorsa gaarii dabarsaa jira. 6.warra akka WANDY SHARMAN achumatti nurraa gara dippiloomaasiitiin qabuun hin danda'amuu? 6.Obbo boruu barraaqaa marii tokko irratti baay'inni uummata keenyaa miliyoona 40 ta'uu himachuun qaanii nutti ta'e jedhan. KANAAF tooftaa baay'ina keenyatti fayyadamuu akkamitti akka uumuun danda'amu irraa baruun fedha. UUMMANNI OROMOO HUNDI GALATOOMAA. SABBOONTOTA oromoo hundaa isanan jaaladhaa fayyaa naaf ta'aa.
@danichahine7527
8 жыл бұрын
S hermxa jhuer
@rowidahusain2426
8 жыл бұрын
ክክክክክክ.ጁሀሪ.አሌህእዴ.ሴቶቹ.ሁሉሲጠሉቢህአለቁ.የኔልጂ.የኔልጂየሉ.ግን.ሁነትም.ከተመስስይፆተህገ.ተገብተሀልእዴ.ክክክክክክክክክክክክ????መልስ
@hanan6198
8 жыл бұрын
Rowida Husain ጀዋር እናቱ እሡጋናት ሜሥቱም ልጁም ባአንድናቸው፡፡
@rowidahusain2426
8 жыл бұрын
ተደ.ሚዲነው.ሚጨጩት.የኔልጂ.የኔበል.የሉ.ክክክክክክክክክ
@nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948
7 жыл бұрын
Rowida Husain sharmoxa yelamagi ligi ye gawarn tose wechi!!
@ፍቅርፍቅር-ከ4ሠ
7 жыл бұрын
masha'Allah rabbiin ijja dinaa tiraa sihaatiksuu
54:03
Qophii Qaanqee show Caamsaa 17,2016 Gafii fi debii Jaarmayaalee siyaasaa Oromoo 4 waliigaltaan irraa
Qaanqee Show
Рет қаралды 6 М.
26:55
Jaal sanyiin waamicha obbo shimallis fudhatee Marii nagahaa gochuuf deemaa? Kaabutaa maal jedha?
United Oromia
Рет қаралды 29 М.
00:23
Do you love Blackpink?🖤🩷
Karina
Рет қаралды 23 МЛН
00:18
Побег из Тюрьмы : Тетрис помог Nuggets Gegagedigedagedago сбежать от Nikocado Avocado !
Фани Хани
Рет қаралды 2,1 МЛН
01:41
Этот беспредельщик ПЕРЕШЁЛ ЧЕРТУ и за это был СЕРЬЁЗНО НАКАЗАН #shorts
BalcevMMA_BOXING
Рет қаралды 13 МЛН
00:14
FOREVER BUNNY
Natan por Aí
Рет қаралды 36 МЛН
9:22
Obbo Jawar Mohammed Marii araaraa Mootummaa fi ABO guyyaa arraa abbootin gadaafi haadholii
OMN
Рет қаралды 621 М.
29:36
Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
VOA Afaan Oromoo
Рет қаралды 59 М.
29:38
Seenaa Gabaabaa S.Jaarraa Abbaa Gadaa ll FANATV II OBS II Ituuf Humbanna ll 4nQallo ll CaliiCalanqoo
Dirree GTV
Рет қаралды 4,4 М.
39:08
Soltan Açilovany goldamak/You are not ALONE!/МЫ С ТОБОЙ!
TurkmenHelsinkiFond
Рет қаралды 4,3 М.
17:28
Seenaa ummata oromoo fi Hundeeffama Magaalaa Finfinnee
GIDDA TUBE
Рет қаралды 112 М.
49:16
Call Between Alexey Navalny and FSB Officer Konstantin Kudryavtsev [English Subtitles]
Bellingcat
Рет қаралды 380 М.
42:24
GAAFFII FI DEEBII ARTIIST ANGAATUU BAALCHAA KUTAA 2FFAA FI XUMURAA
OMN
Рет қаралды 19 М.
1:08:10
هدف از بیان خطبه فدکیه چه بود؟
استاد علی اکبر رائفی پور (کانال رسمی موسسه مصاف)
Рет қаралды 6 М.
17:27
DEG DEG: Shirqool Halis ah oo loo Dhigay Ciidanka Gorgor & Haramcad, MD Xasan Sh oo Afka furtay...
SAHANKA TV
Рет қаралды 26 М.
1:22:45
RAAJOTAA WAJJIN WALITTI BU'IINSA ADDAA QABDAMOO? FAAR. ELIYAAS GABULAA /BUDDUUSSEE TUBE/
BUDDUSSEE TUBE
Рет қаралды 4,8 М.
00:23
Do you love Blackpink?🖤🩷
Karina
Рет қаралды 23 МЛН