Darbuu fi dabruu hiikkaan isanii tokko miti Darbuu is transitive verb and it has object Where as Dabruu is intransitive and it doesn't have object , but in Oromo we don't use these two verbs correctly There are so many similar misuse of verbs and nouns
@foziamohamad84382 ай бұрын
Sudan yes rakina kan uima esaa
@AbdikBaneta2 ай бұрын
Dachaa dhibba sadi 😂😂😂😂
@Tuluuguddaan2 ай бұрын
Galatoomaa, garuu maaliif haala qabsoo Oromoo irratt akka kanatti xiyyeeffatanii hin xinxaltan? Hojiin Media Oromoo inni guddaan silaa uummata Oromoof waa‘ee qabsoo isaa, waan tolee fi waan qajeeluu qabu akkasumas ammoo badii hojjetamus ibsuu ture. Mee kana itti yaada.
Oromo please 🙏 stop sitting idle Go join OLA in million to uproot Ethiopia colonial empire regime. Abiy Ahmed fascist dictator rule must be defeated sooner than later. The worst thing is coming
@abbaagoolee44962 ай бұрын
OPDO/PEE PEE n serras ,polotiikaas hin beektu . Waan akkasii kana seeraan hidhuutu irra ture . Ammoo TPLF eessaa fide qabeenya sana . Akkuma TPLF sana EPLF maalif hin sooromne ?
@amanwoshe23092 ай бұрын
Afuuftuu 😂😂😂😂 dhugaa jirru
@derejegillo13342 ай бұрын
Saba Oromo addaa addaan qooduun, Bilisumman ta'ee nagaan argaammu tokkoo hin jiruu. Sabn Oromo qamma tokkoo akka ta'ee beekun walii fanna qabsoo gochuun mirga fi dirqamma keenya. Adda addan bu'aan argammu hin jiruu. Kana seenan nuu barsissee jiraa. Kanaf Tokkumman Bilisummadha. Bilisumman tokkummadha. Kana beeku qabnna.
Ni lolla ni falmanna Bifa haarawaan namni murti kana fudhanne booda Akka woli Aalanne tokko tokko keenna shakki tokko male biyya teenna ni deeffanna yoo dadhabne dhaloonni ni bilisoomsata