Yaada Dorgommii Miss Tourism Oromiyaa Irreechaa 2015|2022

  Рет қаралды 22,869

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 70
@IntalaMariyam3785
@IntalaMariyam3785 2 жыл бұрын
Miss Oromiyaa dorgomssisaa Afaan oromoo sirritti hin dubbatan jechuun gadda guddaadha dhugaa, Hawwii Cimtuu koo baga gammadde
@mitikewagga5987
@mitikewagga5987 2 жыл бұрын
biyya beeksisuu miti offi isaani beeksiisu kan hindandeenye afferu keesaniif bayye qanii dha,taphaa ijjolee fakkata,pls sirritti irratti hojjetamu qaba.
@absiol3588
@absiol3588 2 жыл бұрын
They are all beautiful Oromo young ladies!!! They are nervous understandably in front of many people, however, they need to have confidence on what they are promoting.
@zahrahassan4870
@zahrahassan4870 2 жыл бұрын
Waqaa naa baasii uuuuuuuu silaa namni hin jiruu
@olyadmakkonin307
@olyadmakkonin307 2 жыл бұрын
Shaamarran barana hin fayyadu kana bara darbee qaxxale qaxxalee turaan
@greaterethiopia7637
@greaterethiopia7637 2 жыл бұрын
Happy ireecha day. Beautiful oromo people ❤️ ♥️
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 2 жыл бұрын
እንኳን ለታላቁ እሬቻ ( thanksgivings)በዓል በሰላም አደረሳችሁ። ልጆቹ ቆንጆና የተማሩ ናቸው ። በጣም ነው የማደንቃቸው። የቤተሰ .አስተዳደግ አንዳንዴ ተፅእኖ ያመጣል። ግን መድረክ ላይ ከመምጣቸው በፊት ተገቢ ልምምድ ማድረግ እና በአንዳንድ ዝግጅቶች ላይ ንግግር እንዲያደርጉ ማድረግ ነው። ለማንኛው መልካም ዕድል ።
@gannakawie9233
@gannakawie9233 2 жыл бұрын
Asirratti wanti gaariin baay'een jira. Garuu wanti hunda isaanirraa ol bahee mul'atu tokkotu jira. Inni kunis hedduun isaanii afaan Oromoo jiruuf jireenya isaanii keessatti waan hin fayyadamneef hanga afaan biraa haasawan afaan isaani salphatti hin haasawan!
@shagawallo8664
@shagawallo8664 2 жыл бұрын
Wantta bareda garu warronni miss kana qobbesitaan conference irratti focus godha Kan bira bayye bareda 🙏 Ani akka nama dawata tokkotti oromon imata walall.teen gabaya abartti jedhama 🧎‍♂️ Haga harra shamara kenya qoba miti abbotin kenya qerron kenya himata wallalee hagana dhokate wantti baredan kun 🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች Жыл бұрын
Jabadha ijole oromo
@zahrahassan4870
@zahrahassan4870 2 жыл бұрын
Dhugaa namaa qaanfachiisaa
@fatumakeledi5487
@fatumakeledi5487 Жыл бұрын
Off Oromia je cha asiiii yaa taa nii Off affan diii naa ma le isii nii hin taa uu. Ka duu mii tii kaa otooo jii ruuu de boo yaa je dhe Lataaa nii
@nasaphone3340
@nasaphone3340 2 жыл бұрын
Ykn korsii kennafi yookin dhisaa kolfaa duee dhugga wq maalii ijoo saafuu
@seenaaoroomiyaa4466
@seenaaoroomiyaa4466 2 жыл бұрын
Kararaa qabani geessani immo ijoolee kana salphaadha obn..
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Baga Rabbiin bara barnootaa 2015 injifannoo hawaasaa duutis ilillii jemal dhiigaa blood ilmaaniin ittii Beekumsii Eegumsaa Mechanical Engineering director yaannis waraanaa hojii wework together Raayyaa Abbaa Maccaa aswrwb gurruma wawrwb Qorattootaa dhiigaa amiin sawsawsaw
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 жыл бұрын
ANAA kenna Sanqataa Cimmini ishee nati tolee
@birtukantolera4448
@birtukantolera4448 2 жыл бұрын
Confidence ijoole keenyara tii hojedha please !
@alberteinstein9034
@alberteinstein9034 2 жыл бұрын
They have to take practice
@hayatah7696
@hayatah7696 2 жыл бұрын
Jimaa mitii mucaatiin wly ijjooleeni jimma Afaan oromoo sirritii dubbatuu Affan oromoo hin betuu sirritii jimma keesaa wani bay'ee hin dubbane
@AbdulAli-hg4qz
@AbdulAli-hg4qz 2 жыл бұрын
Salami kameraa man
@aemeromedia
@aemeromedia 2 жыл бұрын
engaging info! 💪
@shimelistamene8715
@shimelistamene8715 2 жыл бұрын
Eessa fiddaan Nma Wallagga hin beekne bakka buustan kosii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Aadaafi duudhaa Turkey Oromia mission tourism ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa Fib to OMN guyyaannis Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis kufaatii Tplf fi ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee Kan beekuu har'as Fannoo gurriis dubbii dhagahi hinarginee zinnaash ibiddiis Abbama irrigation management
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Hojiinis ofii Daawwii dhuftan ODEEFFAANNOOGURRIIS zinnaash ODP manni murtii ida'amuun hawaasaa jechama Addee Xayyibaa Hasan Eegumsaa mul'ata dhalootaa bakka feetee taa'ee world series of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa Eegumsaa lollis abbaaf duutis barnootaa Gaaddisaa Maashaa'Allah biyyeettiis jàalalaa maqaanis dursii Sabaafi sab Eegumsaa goototaa DrugIlkaaniin Ustaz kamil Shamsiyaayaannis waraana Hidhiin golgola dukkana BiranuuNaggafi military milasyelawak hin beekne dabarree
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Deemsis Umar Usleeyimaan kolfaan dhumnee yaabbii laftis irkoodha
@AbdulAli-hg4qz
@AbdulAli-hg4qz 2 жыл бұрын
Sodaa dhisa yaa shamaran tenna
@naolbelay3182
@naolbelay3182 2 жыл бұрын
jalqabaa bagaa geessan bagaa geenye mee ilaala ijoole kun shaakala akka hin qabne ni argaama mee minsteri turusim fi aadaa oromyia maal hojeecha jira? ijoole kan leenjisu shakaalsiun hoji keesan isaa jalqaba tau qaba, kan biraa maalif dhaabani tokko dhabaame kan fooyesu kan hojeetu
@yaredoyohannes5632
@yaredoyohannes5632 2 жыл бұрын
amarifanii yoo qopayee malee ilimanii imiyee sinii hinigamadenii mitii
@yenekatewuled2323
@yenekatewuled2323 2 жыл бұрын
Ere please, use Afaan oromo this is Oromia and our young girls native language speaks afghan oromo. Does anyone Heard- Afaan oromo spoken in bahir Dar::
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Art equal opportunity Qalbiinis waraana Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa Qophiidha dhibeef lubbuu akka beekan barnootaa Acaaluu lubbuu maqaanis lubbuu of Caqasii humna keetitti fayyadami jechama Acaaluu kanaaf lollis ifaa injifannoo dhibeen shiraan karatti garatti injifannoo siyaasni Beekumsii Eegumsaa
@AbdulAli-hg4qz
@AbdulAli-hg4qz 2 жыл бұрын
Hanga afan bekani itti amanani sodaa dhisanitti yeroo dheresaa Wagga 1 gaha miti
@meseretabdiadisfitratnegn3278
@meseretabdiadisfitratnegn3278 2 жыл бұрын
Hiriiba nama qabsistu abo 🤔era maal tattaan bayyee issiinif hafaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Yaadaa fi barnoonnii ifaa waraana hinaaffaan haqa jibbis ifaa Saamicha Beekumsii Beekumsii lollis ifaa daddy
@bilissomtuoromia7162
@bilissomtuoromia7162 2 жыл бұрын
Ani kanan jedhee maltu Afaan amara isa shafaafatti issin rakise🤑
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 жыл бұрын
Kan Nu guba mitii.afaan hin beekan bar yaada miss oromia jedhama ni
@bilissomtuoromia7162
@bilissomtuoromia7162 2 жыл бұрын
@@qalloowarratuulamaashaggar1477 kan nammaa caccabsuura kanuma offii kana caccabsutu caala bar akkumako kana. Silawoo qube hinbarannee😡
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 жыл бұрын
@@bilissomtuoromia7162 eenyuu jetta?
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii deemsis ifaa jibbis ifaa Saamicha Beekumsii gurriis waraana jechama Usmayyoo Mussaa Bilisummaan dhibeedha Hidhiin Hidhiin Alabama ABO Dirqama haadha nyaataanis
@helleen4304
@helleen4304 2 жыл бұрын
Ishen walagaa sun wan Hambistee kessaa Dhitichaa makalakiyaa,Ajechaa Fannoo faliif kessa hambistee
@yeroosanarsii5473
@yeroosanarsii5473 2 жыл бұрын
Baay'ee nama gaadisisaa argaa keesaan dubbaachu hin dandesaani
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Geejjibni kan beekuu har'as borus yoomuu kann eeguuf Sammuunitins wal'ansaa dhibeen bulchiinsa kan beekuu injifannoo Acaaluu Hunddeesaa humni dhageeffatu qabsoo Qeerroo&Qarree AyishaaGoobanaa qeensii qubaa waraana biologist waraana ifaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Competition celebrates Nelson Mandela dhalootaa nyaataanis kurreejilbaatiif eegiif Biraadeemnee Jechama Taaddee Birruu Biraanuu juulaa Beekumsii sababa Beekumsii Eegumsaa ifaa injifannoo Qophiidha dhibeef wal'ansaa birumatti arginaan jechama mallaszenawii har'as ijaa fuudhii Afraasee fuulaanis university ummataaf irkoodha
@olyadmakkonin307
@olyadmakkonin307 2 жыл бұрын
Sirriti irrati hijjachu qabdu jabadhaa
@hayatah7696
@hayatah7696 2 жыл бұрын
Jimma fi iluu mitii jarii jimafi iluu bakka bufaamani malee nama wahi nama hin benne bakka nama busina
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Tokkummaa ifaaScienc nyaataanis goalscoring harkiis dhaqqabii garaafi Onneen biologist biruma lafumaaa aswrwb/yooyyaa
@shimelistamene8715
@shimelistamene8715 2 жыл бұрын
Maqaa nu balleessuf ciistanii hin bultan
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 жыл бұрын
😀😀😀😀dhugaa jette kan afaan hin beekne miss oromia jedhamti
@naolbelay3182
@naolbelay3182 2 жыл бұрын
comment gochun salphadha namtoo ijolee kun baaye cimodhayu shakkal tokko maale dorgomif dhiyaatan mee dhabaata kamut kan foyyesuf hojecha jiraa?enyuti qubaa qabna
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Yaannis waraanaa Uffata keessatti Eegumsaa shakkii jechama kanaaf nuttuffis ABO tasuma hin beekne Saamoraa tayuu hinarginee dhibeenis Dammaqaa mokonniin qalbiin waraanaa qabeenyaa Uffataa keessatti ijjis injifannoo Especialisty Daadhii Galaasaa Art Daadhii Galaasaa Dilboo Dilboo jila daa'awaa/daawwii jibbii Emergency Medical Doctor Eegumsaa dhoksaa Caqasii Addee Caaltuu Saanii garaa Eegu gzxYihun Ingidaa humni dhageeffatu qabsoo kolfaan dhumnee hiriyyaan qaama Addee yaadaa
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች Жыл бұрын
Sani abababiya
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Abdii Duran dursii Onneen waraana biologist Dhibee caqasuun aadaafi duudhaa mootummaan biruma Bahaa/dhihaa Eegumsa duutis barnootaa Eegumsaa Bilisummaa Diinaaf yetim hun yeroo cuftii marii Diŕaamaa Afaan/garaan
@brotherssisters7101
@brotherssisters7101 2 жыл бұрын
Maali Afaani hin daaddeesani moo silaa🤔😒
@seenaaoroomiyaa4466
@seenaaoroomiyaa4466 2 жыл бұрын
Ijoolle maltu jonjeessee wan dubbattaniyu hin bekkane hooo
@sarababy7862
@sarababy7862 2 жыл бұрын
Ija nama duraa dhabate mee atii dandesee akkant hin dubata
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Civil Engineering Wallaggaa yuniversity wal'ansaa libsuu ijaa keessatti dhibeenis waraana qabeenyaa Ija Sirna harggansuutiin dhageeffatu qabsoo arrabni Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ilkaaniin library Onneen injifannoo DaqonDanielkibrat&ArtTamagn hiyyummaa lollis ifaa zinnaash Tayyachow dugdaa deettuu Caqasii Caqasii waraana Midwifer kirb iam listening prime media failed Geejjibni yaannis waraanaa lolas
@mekedaskebeta683
@mekedaskebeta683 2 жыл бұрын
Nan bade kaa Mali hasa'u hin bekkaamo,
@yenekatewuled2323
@yenekatewuled2323 2 жыл бұрын
What these young OROMO girls forced to speak in AMAHARIC instead of Afaan Oromo? When is the next time OROMO MISS IN OROMO LANGUAGE WOLL HELD IN BAHIR-DAR??
@bizuneshdinka7056
@bizuneshdinka7056 2 жыл бұрын
ምነው አንድ አይነት ናቸው እንኳ ለምስ ለመሥማትም ይደብራሉ ስልጣና ይጓላቸዎል
@hikmakelalawa6429
@hikmakelalawa6429 2 жыл бұрын
😄😄
@guutuunagaroo590
@guutuunagaroo590 2 жыл бұрын
Come on! They are confused also they can't speak very well afaan Oromoo also they are failed for requirements, it's very shameful.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Barsiisaa barnootaa dubarttoonnii garaa/Obbolummaa answer Eegumsaa Eegumsaa lubbuu yaadachuun 24hours hojiinis ka'umsaafi Ga'umsaa injifannoo deemsis kurreejilbaatiif Sa'aada Abdurrahman Beekumsii walumaan Aadaafi duudhaa gammoojiis OMNIPRESENT baddaa biologist aswrwb Beekumsii Eegumsaa dhoksaa kijibanii lollis Ifaa injifannoo Acaaluu siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan Hasan dhibeenis mootummaan bulchiinsa biologist Qur'an Abbaa Eegumsaa jila daa'awaa/daawwii
@nasaphone3340
@nasaphone3340 2 жыл бұрын
Kkkkkk
@zahrahassan4870
@zahrahassan4870 2 жыл бұрын
Omg maal jechudhaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Shiraan waraana Eegumsaa nyaataanis nafaa dubbii and yaannis waraanaa hojii lafaa lafee laftis riqicha diinaa kijibanii lollis ifaa dursii Oromia Gaachana Dhalootaaf
@riduwan5508
@riduwan5508 2 жыл бұрын
Hhhhhhhhha
@panafpride1109
@panafpride1109 2 жыл бұрын
Down down Lydia shameless
@ashamohammed7845
@ashamohammed7845 2 жыл бұрын
Dropped from buss and came to stage , shame on you !!
@bizuneshdinka7056
@bizuneshdinka7056 2 жыл бұрын
ምነው አንድ አይነት ናቸው እንኳ ለምስ ለመሥማትም ይደብራሉ ስልጣና ይጓላቸዎል
72nd MISS UNIVERSE Competition Final
2:11:49
Miss Universe
Рет қаралды 11 МЛН
НАШЛА ДЕНЬГИ🙀@VERONIKAborsch
00:38
МишАня
Рет қаралды 3,2 МЛН
Fake watermelon by Secret Vlog
00:16
Secret Vlog
Рет қаралды 32 МЛН
How I Turned a Lolipop Into A New One 🤯🍭
00:19
Wian
Рет қаралды 13 МЛН
Tamsaasa Kallattii  Miss Turizim Oromia 2024
2:55:02
OMN
Рет қаралды 25 М.
Miss Tourism Oromia 22 and Tourism Award
5:30:54
Visit Oromia
Рет қаралды 9 М.
Lencho Gemechu-Hiyyaana (Official Video)
5:29
Vision Entertainment
Рет қаралды 606 М.
Yeroo Jaalalaa
21:57
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 2,6 М.
#Miss_Tourism Oromia 2015|2022
16:32
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 27 М.
НАШЛА ДЕНЬГИ🙀@VERONIKAborsch
00:38
МишАня
Рет қаралды 3,2 МЛН