Yaasin Hidanii Ilman Kiyaa Kobaa Nara Hafan Hadha Male Abaa Malee Jirtii Jolen Tiyaa 💔😭😭💔

  Рет қаралды 35,641

ummu kanus

ummu kanus

Күн бұрын

Пікірлер: 527
@kakuutube_430
@kakuutube_430 2 ай бұрын
😢😢Ummu Kaanus habibti amma dhiistee hunda isaa ijoollee keetti utuu deebitee maal qaba?anis haadha ijoolleetti anis akkuma keen biyya ormaa turee gale garuu ijoollee kee kanaan wanti qixxaatu waan hin jirreef hunduu sitti hafe utuu ijoollee kee rakkattee guddifatte siif wayya booda gaabbiin akka sitti hin dhufne,ijoolleen haadha malee hin toltu Kunoo gaafa akkasiifaa silaa bira jiraatte ijoolleen kee hin hiyyoommatan😢😢
@Msjain-v7s
@Msjain-v7s 2 ай бұрын
Dhugaa keetii walyii ❤❤😢😢😢😢
@FIIRITUBE
@FIIRITUBE 2 ай бұрын
Fayoo dhugaa jettee❤❤❤
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 2 ай бұрын
Dhugaa Keeti Qaali too 😢😢
@AsmaSonia-u1d
@AsmaSonia-u1d 2 ай бұрын
Dhugaa keetti qaali😭💋
@ummirashid8627
@ummirashid8627 2 ай бұрын
Rabbiin haa basu
@BAa-i2l
@BAa-i2l 2 ай бұрын
Abshir ijolee teetifii jarisaa kelee nagaan wolitii haa debisuu rabbiin taa wokaaltuu allaa jedhii rabbiin bakkaa bufaadhuu❤❤❤
@FIIRITUBE
@FIIRITUBE 2 ай бұрын
Umuu kanusii galii garaa ijolee tetii duniyan sagalii kudhan guttee bekttuu rabbii jedhii wolahi
@Zumexahir
@Zumexahir 2 ай бұрын
Wallahi imimman qabachu dadhabe dubbin ilmaani tun sare nama gooti wallala nama fakkessiti obsii Rabbi habasu Abba kaanus keenya😭😭😭
@Nayimalove
@Nayimalove 2 ай бұрын
Uuuuuuf Abshir Raabin ke ijole ke bira sif ha jiratu wanti hundu qadara Raabi ti jarsa kes Raabin naga dhan sif ha basuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 2 ай бұрын
Maatii naaf tahii mee ❤
@familyoro6275
@familyoro6275 2 ай бұрын
Rabbiin si haa basuu 😢😢😢😢😢😢Abshiir 😢😢😢😢Abshiir 😢😢😢
@Hayaati-j3y
@Hayaati-j3y 2 ай бұрын
Kinoo kana gaa ilmoo ofii gataani demuun rabbii isaa haa basuu ishaa Alha
@KalifMahamed-v8p
@KalifMahamed-v8p 2 ай бұрын
rabbin haabasuu yasiin kenyaa esatii hidhamee ykn diree kesaa gashiree esatii
@sabontuiticha3771
@sabontuiticha3771 2 ай бұрын
Rabbin haa bassuu attilee gali ijollee tetitii jirenyii gababududhaa life is short
@LeeylaaIbrahim
@LeeylaaIbrahim 2 ай бұрын
لاتحزن لاتغضب الله معسابإرين❤❤
@SaniiAliyyii
@SaniiAliyyii 2 ай бұрын
Yaa Rabi basi Amumati
@jafareefaatii2243
@jafareefaatii2243 2 ай бұрын
Mee Ati kun maltuu sitti badee jenanaa ilmaan dhiiftee deemtee mee hadaraa ijollee Keeti galii jiruu Duniyaa gabaduu kan jettee ijollee dhiiftee demuu bayyee baleessitee Rabbii Rabbii sihaa gamaachiisuu😢😢
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 2 ай бұрын
Rabbii ijoollee kee siif haa eegu😢abbaa mana kees nagaan siif haa baasuu gaalii hàala mijeeffadhu😢maatii naaf taha ijoollee oromoo anis isinii tahaa😢
@ZeedArsitii
@ZeedArsitii 2 ай бұрын
wallaah ilmaan haadhaan tolti rabbiin isas baasee silee ijoolee teeti si haa deebisu jiruun duniyaa qormaata abshir💔💔💔
@Tengeoromedia5
@Tengeoromedia5 2 ай бұрын
Garuu jiruun tun wallh dhifama wajji erga ilmo godhatan jiruun tunuu xiqqo adduma deemu ykn jaarsi osoo jiruu jaartiin ilman irratti naqxe waan silaa Abbaan mana godhu qabu dubartiin deemun tana qabdi yoo hayyama fedhe siif godhe lle jechu rabbin haa baasu garuu rabbiin waa malee tana finne osoo lubbuun due hoo akkami waan ja u laali mee itti galta moo Akkam taata rabbiin hin godhini sister tiyya kanaafu rabbiin haa baasu waan gargar isin baase kana yoo keeyriif taatelle wajjiin Isiniif haa Fixu wallh 😭💔🤲
@zarero9710
@zarero9710 2 ай бұрын
Yaa Rabbi hidhama chuf nuu hiki.. rakkata chuf rakko nuu haa basi.. 😢
@FatyaAl-e7b
@FatyaAl-e7b 2 ай бұрын
😢😢😢😢wa wr wb Abeshar Rebi sebar hadhabatu
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 2 ай бұрын
Abshir ni baha Rabbiin haa baassu 😢😢Garuu maal balleesee hidhame sila😢❤💔💔💔😭😭😭😭😭😭yaasiin Rabbiin si ha baassu😢😢😢biyyi teenya biyya cubbuun guutamte😞
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 2 ай бұрын
Ummu kaanus habibti Amma dhiistee💔💔💔 Uuuuffffff 😢😢😢
@sitraabrahim6505
@sitraabrahim6505 2 ай бұрын
Rabbin nagyan haa basuu ishaAllah
@SamiraSamra-p9i
@SamiraSamra-p9i 2 ай бұрын
Abshiir rabbii nghaa ijoolee teti sii haa galchuu yaasiin rabbiin ijoolee isaati issaa haa deebisuu😢😢😢😢😢
@obsitutube5887
@obsitutube5887 2 ай бұрын
Rabbi sif haa basu isaa Garuu ati badii gudaa qabidaa. Duraanuu ilmaan kee dhisitee manaa bahun kee. Sirii miti ilmoon hadhumaan baredii. Kanaf debi biyya. Keee ilmoo kee bakketi hin hanbisin
@gammejr6775
@gammejr6775 2 ай бұрын
Rabbi sif haa baasu
@اميرهخالد-و1خ
@اميرهخالد-و1خ 2 ай бұрын
Wollaahi rabbi si haa basuu ilmaan ketti isaale basee silee yaada murdaa si guttee si haa galuu amirii ummuu kanus
@ZabibaaAmaan
@ZabibaaAmaan 2 ай бұрын
Abishii rabii sii halafisuu jiruu aduniyaa akanumaa guyaa tokaa gamachu guyaa tokaa mo gadanii darabaa kunisii hin darabaa obisee duyee godhii yasin rabii habasuu ishalaa
@hasana7233
@hasana7233 2 ай бұрын
Anniis akkattii gubaacha jira ijjollee koo irraa qaban hidhaan anii biyyaa ambaa jira 😢😢😢😢rabbiin siif haa baasu asuumanu anaafis duu'ayii goodha namni coment koo argitaan😢😢😢😢😢
@Fatiya-yd2ml
@Fatiya-yd2ml 2 ай бұрын
Rabbin sif haa baasu habibtii 😢😢
@najjashjoharhamid2319
@najjashjoharhamid2319 2 ай бұрын
Abshiir nibahaa rabbiin siif haabaasuu❤❤❤❤
@ZebibaJihad-i6p
@ZebibaJihad-i6p 2 ай бұрын
Yaa Rabbi koo nagaan ilmaan isaatti galchi uuuffff 😢 😭
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 2 ай бұрын
Rabbin waan isin yaaddan isini haa ta.uu❤maatii naa tahaa😢😢oliin rabbi isin haa deemu ❤ifaajen tee barakaa haa godhattu❤❤nabira hin tarinaa❤❤
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa 2 ай бұрын
Atis koottu naaf tahii ❤
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 2 ай бұрын
❤❤ok
@BiiftuuSuufiiyaan
@BiiftuuSuufiiyaan 2 ай бұрын
بكيت معك يا ام كانس الله يفرح قلبك بخروج زوجك من السجن😢😢😢
@WardaHachi-r4t
@WardaHachi-r4t 2 ай бұрын
Yaa Allah dirmadhuuf ati si danda'adha huma hin yaddii yaa ummu kanus Rabbiin jira amma basee si haa gammachiisuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Umeyri_kadar_official
@Umeyri_kadar_official 2 ай бұрын
Abshir inshaa'allah rabbin nibaasa rabbi haa baasu😭😭😭😭
@samsaam9730
@samsaam9730 2 ай бұрын
Abshir qalii tiyya Rabbi isaa haa baasuu insha Allah 😢😢😢😢😢😢😢😢
@SedamBeyan
@SedamBeyan 2 ай бұрын
Rabini haa basuu amishiirii du'yin sii gonaa ishaallaa
@makkiajeylu214
@makkiajeylu214 2 ай бұрын
😢😢😢Amshiir lubuu tiyyaa
@ruqiyasultan7468
@ruqiyasultan7468 2 ай бұрын
Yaa Allah rabbin yeroo gababa kessatti siif haa baasu
@ShueybiNasir-p3v
@ShueybiNasir-p3v 2 ай бұрын
Rabbin sif ha basuu ya habibiti tiya qalii abshir
@Milkiabuna
@Milkiabuna 2 ай бұрын
Abshir Habibiti Raabbin Siif habasuu😢😢😢😢
@Najat-tb2dg
@Najat-tb2dg 2 ай бұрын
Abshiir umuu kanusii ni bahaa rabbii biraa haa jiratuu jolee tee humaa hn ta'aanii inshaallah
@MakiyaaJamaal-q5l
@MakiyaaJamaal-q5l 2 ай бұрын
abshiirii rabiin ijolee ketii siifi haabasuu❤❤❤❤❤❤❤
@mubeemubitti4734
@mubeemubitti4734 2 ай бұрын
Bagaa gamadee mustariyaa❤❤❤
@Ajabajab-g7o
@Ajabajab-g7o 2 ай бұрын
Rabiin ha Bashu inshallah Abshir 😢
@KwtKwtt-qc3mx
@KwtKwtt-qc3mx 2 ай бұрын
Rabbiin Furmataa sii haa Latuu insha'Allah Abishira
@indujed3236
@indujed3236 2 ай бұрын
Wawrwb ya yarbi umi kansu sido Ethiopia jira mit tia dawil baellhe 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢miskna abshri 💔😭
@tiktokra-z4i
@tiktokra-z4i 2 ай бұрын
Lubu rabbin ngya ha basu
@خديجةحسو-ص1ف
@خديجةحسو-ص1ف 2 ай бұрын
Yaa Allaah 😢rabbiin sii haa basuu yaa oboleti tiyyaa amshiirii
@MsMs-p8i
@MsMs-p8i 2 ай бұрын
😢😢😢😢uuuuuuffff hayyi 😢wolhi akkanati garani naa gubate hini beku abshiri umuu kanusiyyee❤
@Ormosara
@Ormosara 2 ай бұрын
Rabi habasu ishala
@WardaHachi-r4t
@WardaHachi-r4t 2 ай бұрын
Abshiir inshaa Allah Rabbiin siif haa basuu
@haadhajaafar
@haadhajaafar 2 ай бұрын
Wa'aleykum salam warahmatulah wabarakatuhu yaa allah 😢abshir ba'adi usri yusraa jedhanimi nii baha rabbin haa basuu 😢
@MunisaBh-kg7gf
@MunisaBh-kg7gf 2 ай бұрын
Abshrii qali mama 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@romatube963
@romatube963 2 ай бұрын
Rabbii is ha basuu inshaallaa 😢😢😢homa tahuu hin yaddiina ❤❤😢😢
@hasana7233
@hasana7233 2 ай бұрын
Uuffffff anumaa nattii fakkatti mee rabbiin baase saa gammachuu😢😢😢😢😢
@MadinaBori-q4t
@MadinaBori-q4t 2 ай бұрын
Rabbii ha bassu inshallah rakko booda baldhinatu jira abshir umu kanus❤
@YahyaGulam-y4k
@YahyaGulam-y4k 2 ай бұрын
Ati maa hin gale ijole ketii
@asiyaaloveasiyaa633
@asiyaaloveasiyaa633 2 ай бұрын
Wl wr wb Abshiir ummu kanus jabadhuu tiyyaa Rabbiin Abba mana kee sii haa basuu mana hidhaa keessa jiruu Adanyaa qormataa duralee Rabbii biraa sii basee ammalee Rabbii jiraa Abshiir biyyaa nama jirata hin boyini duu'aa'ii Gadhafi❤😭
@sinibona
@sinibona 2 ай бұрын
rabbii issaa haa basuu inshaallaa Amshiri😢😢😢❤❤❤❤❤
@ruqiyaqasim1842
@ruqiyaqasim1842 2 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭 rabbiin isaa haa bashuu inshaa Allah Abshirii
@jadidmuktar2876
@jadidmuktar2876 2 ай бұрын
Abshirii qalii namaa 😢😢😢abshirii Rabbii jiraa jabadhuu kaa maligodhani
@Musatariyaametamet
@Musatariyaametamet Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Abshir hadha kanuuus huuma hiin tahu
@Omturkey2028
@Omturkey2028 2 ай бұрын
Yaa rabbii kiyya maloo ummu kanus ijolle tetitti galii ykn of birattii fidii duniyan hin gutamtuu boddee gabbitaa 💔😢😢😢😢😢
@JimmakushMan
@JimmakushMan 2 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuf wlyiii imimmaan qabachuun dadhabe an rabbi siif haa baasu
@OroQueen
@OroQueen 2 ай бұрын
Yaa Allaah Rabbiin haa baasu wallaahi 😢😢😢
@AsmoMaxamed-sk1sn
@AsmoMaxamed-sk1sn 2 ай бұрын
Rabbin habaasu wly imiiman qabachuu dadhabe😢😢😢😢😢😢😢
@sofiitube2313
@sofiitube2313 2 ай бұрын
Rabiiin isa haa baasu inshaa aallah😢
@FuheeMamad
@FuheeMamad 2 ай бұрын
Abshiir rabbin ha basuu atii maf hin galle ijoletii
@Na3ima-xi5fx
@Na3ima-xi5fx 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢 abashiiri rabbin nagayaan haa basuu
@taslimhubbi7624
@taslimhubbi7624 2 ай бұрын
Rabbiin siif haa baasuu yaboo😢😢😢😢
@makuhusen3788
@makuhusen3788 2 ай бұрын
Obsii rabbiin hidhaa sii haa baasuu.
@mekiyaturbuk6567
@mekiyaturbuk6567 2 ай бұрын
Uuuuufi yaa haadha fi ilmoo Abshiirr qaalii tiiyya Rabbiin haa bassuu Abbaa ijoolee ❤❤❤❤❤😢
@Abdirashid12-k9r
@Abdirashid12-k9r 2 ай бұрын
❤😂
@HawiHuseni
@HawiHuseni 2 ай бұрын
Yaa rabbi sihabasu❤❤❤❤🎉🎉
@Sifanoroo70
@Sifanoroo70 2 ай бұрын
Uuufff rabbiin siif haa haasu unmu kaanus😢😢😢
@darartufuad7802
@darartufuad7802 2 ай бұрын
Rabiii ha basuu
@Zumexahir
@Zumexahir 2 ай бұрын
Way yaa Rabbi kiyya Abshir ummu kaanus tiyya Rabbin Abba ilman keeti siif abasu biyya hunda milashan ummata funanun jirani obsi rabbin siif habasu wallahi halli biyya keenya baayye nama jibbisisa😭😭😭😭😭😭😭😭😝😝
@nameone4264
@nameone4264 2 ай бұрын
Rabbi haa dirmaatuf Abshir sis rabbi jirra 😭😭
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 2 ай бұрын
Abshriiiii abshriiiii homaa hin ta.aniii yaa shamaraan tenaa waan fetaan rakatanillee ilmoo kessaan darbitaniii biyyaa dedebitanii ilmoo tesaan laluu hin dandenee hin deminaa rakadhaa hiyomaa nanawyumaa ilmoo tesaan arguu dandetaan ta.aa waliraa barusaa fudhaa waallaahi isiin wajiii boyuu dadhabnee yeroon amaa kesaa jiruu zabalu akiriii yaa rabbii keriii nuu dhagesisiiii
@NaimaKadir-x1v
@NaimaKadir-x1v 2 ай бұрын
Abshiir lubuu😢😢😢😢😢😢😢😢
@Abdiishurube
@Abdiishurube 2 ай бұрын
Yaa Allah rabbiin haa basuu inshaa Allah 😢😢😢😢😢
@سميةجمال-م8غ
@سميةجمال-م8غ 2 ай бұрын
inshaallaah raabbii naagayan issi haabasu hin booyin jireenyaa biyaarraa nama baasa
@FilomWendimu
@FilomWendimu Ай бұрын
Abshir Rabin si bira Haa jiratu
@Momokoko-d5b
@Momokoko-d5b 2 ай бұрын
Abshiir Yaa obolleetii tiyaa qalii namaa ❤❤❤❤
@NaimaKadir-x1v
@NaimaKadir-x1v 2 ай бұрын
Abshiir lubuu😢😢 😢😢😢
@samiraamaan2198
@samiraamaan2198 2 ай бұрын
Raabbiin si basuu😢😢😢
@DacheTube
@DacheTube 2 ай бұрын
❤❤❤ rabbi isa habasu
@2WINTUBE2
@2WINTUBE2 2 ай бұрын
Abshir umu kanus ❤❤❤❤
@SaniiAliyyii
@SaniiAliyyii 2 ай бұрын
Rabin ha basuu😢😢
@tamimay8009
@tamimay8009 2 ай бұрын
Ilmaan keetii deebii jiruu baqattummaa si'i gahaa
@foziaaman412
@foziaaman412 2 ай бұрын
Abshir Rabbin imiman ke sirra ha haqu insha Allah
@UmuRayanUmuRayan
@UmuRayanUmuRayan 2 ай бұрын
Yaa jiruu Etopiya abshir yaa umu kanus nii dabara inshallah 😢😢
@rahamaabdurehman7797
@rahamaabdurehman7797 2 ай бұрын
Rabii siif ha lafisu ukhti tiya Abshir huma qabdu obsi 😢 rabin wan jole teti wajin dan sii base hunda siif gute wajin waliti si ha debisu ukhti tiya 😢
@HamdiiBoss
@HamdiiBoss 2 ай бұрын
Abshir innsh Allah sis rbbii jira hin yaddin
@امخالامخال
@امخالامخال 2 ай бұрын
Lubbu gali gama ijjoollee teeti ❤❤❤
@ZaytonaJaja
@ZaytonaJaja 2 ай бұрын
Rabiin isiihaa basuu,inshaalla, abashirii😢😢😢😢😢😢😢
@AyshaAg
@AyshaAg 2 ай бұрын
Amshirii wanii ofii 😢😢😢😢rabii haa basuu nii bayaa hini yadayinii amshirii 😢😢😢😭😭😭😭
@Nura_Tubers
@Nura_Tubers 2 ай бұрын
Please Kadir Jawarif Share godha.
@munishatube5014
@munishatube5014 2 ай бұрын
Rabbii haa basuu daimaan tesaanis Rabbii biraa haa jiratuu Abshirii 😢
@RuqiyyaHusein
@RuqiyyaHusein 2 ай бұрын
Uuu😢😢😢😢😢😢 uuuff yaa Rabbii basif imiman qabatu dadhabe
@BaharmumeAbdisha
@BaharmumeAbdisha 2 ай бұрын
Amumati rabbi haa basu
@Harmefamily22
@Harmefamily22 2 ай бұрын
Maali baleesee uuuuf yaa rabbii koo abbaa ilmaan uuuf😢😢😢😢😢😢abshir❤❤❤
@TokummaBoru
@TokummaBoru 2 ай бұрын
Insha Allaah Rabbii ha baasu insha Allaah
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
Mustariya simanne jirra Alhamduillah
19:24
ummu kanus
Рет қаралды 159 М.
Yaassiin Dhamsa Qaba 🥹🥹yaa oromo tiiyaa
7:40
ummu kanus
Рет қаралды 40 М.
Koota Umaa Tiyya fi  Abaa Kiyyaa Wajin Waal Isiin Barsisaa 🥰🥰
22:12
Ollmayaa kenyaa Kan Toorbani Kutaa 3ffaa 🥰
23:40
ummu kanus
Рет қаралды 58 М.
Dhiibba Waldaan Biiftuun Boolee  Aadaa fi Waaqqeeffannaa irraatti Goote
1:55:43
Biftu Bole MY Congregation
Рет қаралды 9 М.
Wanii Jarsa Fii Jartii Addan Fageysuu Malii?
15:20
ummu kanus
Рет қаралды 10 М.