Yeroo meeqa of ajjeesuuf yaale🥲

  Рет қаралды 30,963

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Пікірлер: 509
@ummukanus
@ummukanus 3 жыл бұрын
Jabadhuu waan baarruumssaa qabuu hoojjaatanii
@bohartub9200
@bohartub9200 2 жыл бұрын
Umu kanus mati naf tahi
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 3 жыл бұрын
Rabbiin umrii kee nuuf haa dheeresu Dr nafyad qaalii keenya❤🌳❤
@yeroosanintalaashawaa2407
@yeroosanintalaashawaa2407 3 жыл бұрын
Wayyoo ani dhugaa see rifadhee Dr nafyad getuu hamman sii hin argiin garuu barumsaa bayyee qabdaa namoonii bayyee yeroo dhukkubuu abdii muratuu garuu kunii tahuu hin qabaa Galatoomi atii qalii koo🙏❤️
@birishee9389
@birishee9389 3 жыл бұрын
Tasummaa hin yadamuu dr dhugaa piraki nugutuuyadanii yeeroo baa'yee nugorosiitii akkamitii jedhee shakkee dhugaa I love ❤ 😍 💖 ❣
@maskiitube4954
@maskiitube4954 3 жыл бұрын
Akkaa diramaati Dhiyesuu kessaanif ulfadhaa dhugaa dubachuuf namni akkaa Dr kenyaa kanaa nan jechaa turee baay'eedhaa Barumsaa guddaa of kessaa qabaa Ulfaadhaa Dr ❤🙏🙏
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Kootu wali jabeefana
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 жыл бұрын
@Roobee 12 kottuu mattii nafii tayyii sih tayyaa
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 жыл бұрын
@Roobee 12 Abishir baredda koo amma sih debbisi Naimaa kaa jedhun
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
Waaqayyoo sii haa faayiisuu Dr Nafyaad Getu gooftaa jirta waajijin haajirtu
@mereimmohammed6125
@mereimmohammed6125 3 жыл бұрын
Yaa doctor ani dhugaa seyee rifadhe wallaahi hamtuun siin argin 😀😀😀
@huwaiehuwvie432
@huwaiehuwvie432 3 жыл бұрын
Uuu maalo maaf nu rifaachistaa
@QqQw-bf7kl
@QqQw-bf7kl 3 жыл бұрын
Woyii rabbiin isin hafayisu Dr Nafiiytii Abashiirr rabbiin kedhu
@kennaatube5029
@kennaatube5029 3 жыл бұрын
Ergaa cimaa qabaa Dr Guddaa galatoomi! Namni namaf miti kan jiraatuu Jireenyi biyyaa lafa dhugumaa abdi nama kutachisaa dhugaa dubbachuuf namni nama waliin namotaa bay'ees ta'ee 2 ol ta'anii walin mari'aatu tanaan wantaa kam irrayuu bilisaa Garuu namni nan dubbisuu namni naraa fagatee malif laata jenne of cinqinaa tanaan akkumaa ergaa Dr Nafyaad kanaaf saxilamnaa
@destabati843
@destabati843 3 жыл бұрын
woyoo Dr. dhugaa booyeen ture dhugama see,ee baayeen rifadhe namni kamiyuu hin dhibamin
@seniasenia2422
@seniasenia2422 3 жыл бұрын
Wollaahi dhugaa se rifadhe rabbiin isin haa eeguu
@sabotuumusilimaadxb8409
@sabotuumusilimaadxb8409 3 жыл бұрын
Mashaahalaah tabarakaraman jiradhuu Dr Dr kenyaa
@malakawaxati4236
@malakawaxati4236 3 жыл бұрын
Dhugaase rifadhee Dr keenyaa
@saphalookadiir3634
@saphalookadiir3634 3 жыл бұрын
Nuu jiradhuu Dr waan baayyee namaa barsisaa namaa hubateef dhugaa ✊🏿
@mashalima6392
@mashalima6392 3 жыл бұрын
Yaa Rabii Rabii dhugaan baresituu
@barhanemar8297
@barhanemar8297 2 жыл бұрын
Du'aa bekatanii nagaan dhamatanii jedhuu haboo jiradhuu umuriii dheraa💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤
@aishakayo286
@aishakayo286 3 жыл бұрын
Dhugadha moo dr keenya
@gffgvygvv531
@gffgvygvv531 2 жыл бұрын
Jabadhaa barumasaa garidha Dr.❤❤❤❤👍👍👍
@GetiTube
@GetiTube 3 жыл бұрын
Wooo galatoma gudda barumsa gariidha dursaa dhugaa seyee baay'ee rifadhee
@bisax3832
@bisax3832 3 жыл бұрын
Maaloo dhugumaa see Akaamiti rifaadhe doktoor umrii nu dheeradhaa. 💘💘💘💘
@gemeyana7
@gemeyana7 3 жыл бұрын
wal jabeessaa akkasumas sabaaf hubannoo kennaa deemuun keessan waan hedduu ajaayibsiifamuu qabudha!
@sefanobsii2953
@sefanobsii2953 3 жыл бұрын
umrii nuf dheeradhuu
@kiyyaakoo1103
@kiyyaakoo1103 3 жыл бұрын
Dr koo hedduu rifadhee dhugaa nattii fakkatee wayooo
@muniratube776
@muniratube776 2 жыл бұрын
Wollaahii dhugaa se'een akkamin rifadhe😀 garuu nama dhibee akkasii qabuuf barumsa guddaadha Jabaadhaa isiniin jenna
@siifanfekadusiifanfekadu423
@siifanfekadusiifanfekadu423 3 жыл бұрын
Yaaliin Kee bareedadha garuu bifa biraadhan hojjechuu yaali Dr keenyaa! Thank you❤️❤️❤️❤️
@ganniitube2003
@ganniitube2003 3 жыл бұрын
Baruumsa guddadha dhugaatti guddaa galatoomi doktor.🙏🏽🙏🏽 dhugaa namoonni heddun si qeequ garuu baruumsi kee hedduu nama boonsa. Waaqayyo bakka jirtutti sihaa tikisu.🙏🏽
@hawwiiintalaashawaa3118
@hawwiiintalaashawaa3118 3 жыл бұрын
Doctor ani dhugaa sa'ee rifadhe jabadhu jabaa koo
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 3 жыл бұрын
Woww waqayyo si haa Eebbisu Dhuga barumsa cimadha jabadhu
@fafiayyubtube3553
@fafiayyubtube3553 3 жыл бұрын
Gorsaa baredadhA thank
@Rooz-lz8xr
@Rooz-lz8xr 7 ай бұрын
Dhugumaati barnootaa bayee iraa baratauudha❤❤❤❤❤❤❤❤
@jghhut6708
@jghhut6708 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffff mal jecha jirta kuni Abjudha moo dhuguma malo dhuga nuf himi Dr Nafiyad siti ijaa kenya dhibe kenya hunduma furmata nuf taha jirta yaa rabbii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@shimemabebe8257
@shimemabebe8257 3 жыл бұрын
namni sirriti yadaani caqaase wan gudda irraa baratta jedheni yaada. Proud of you guys, powerful conversation!
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Matii nafii taa me oromo ko
@hiikuua5tub222
@hiikuua5tub222 3 жыл бұрын
Shemee matii naaf tahii sanyii
@shimemabebe8257
@shimemabebe8257 3 жыл бұрын
@@ganootube7855 sif ta’eera Ganoo
@shimemabebe8257
@shimemabebe8257 3 жыл бұрын
@@hiikuua5tub222 sif ta’eera Hikuu
@nkoogoftako851
@nkoogoftako851 3 жыл бұрын
Hibataa waa Irraa bartaa jiraadhaa Dr Koo umrii Dheraa isaan jalanaa isaan kabajanaa 🙏🌹🌹♥️♥️👈
@bahariiifaa2845
@bahariiifaa2845 3 жыл бұрын
Yaa Dr anii dhugaa sa'en rifadhe hamtu sirra haa qabuu jiraadha 💖💖💖💖💖💖❤❤❤💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
@sumeyaethiopia2349
@sumeyaethiopia2349 3 жыл бұрын
rabbiin siihaafayisuu
@biiftuuoromoo1661
@biiftuuoromoo1661 3 жыл бұрын
Dr keenya Barumsa gaggaarii isinirra argachaan jira!ani nuuf jiraadhaa!❤🙏
@hiikuua5tub222
@hiikuua5tub222 3 жыл бұрын
Biiftuu oromoo matii naaf tahii sanyii
@hayaatiarsiishaashee8011
@hayaatiarsiishaashee8011 3 жыл бұрын
Uuuuuuffiii dhugaa mataa Duree lalee Heduu Rifadhee galatamii Dr//barumsaa gudaa qabaa😥😥
@hayatyenya3649
@hayatyenya3649 3 жыл бұрын
Uuuf dhifamaa bayyee rifadhee dr nu jiradhuu umri dheraa
@mawardimukutar9702
@mawardimukutar9702 3 жыл бұрын
Jabadhu itti fufii ergaa gudaa qabaa wan garriidha heduu sijalannaa lafeetoo
@anisahnurmala5114
@anisahnurmala5114 3 жыл бұрын
Waayyoo maalo qaalii nama bayyee rifadhee dhugaa se.ee nuf jiradhu
@haajirahaajira7372
@haajirahaajira7372 3 жыл бұрын
Dhugaa see'e rifaadhe Yaa Dr umrii kee Rabbii nuf haa dheereessu
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Kootu mana koo
@zamzambintadam1998
@zamzambintadam1998 3 жыл бұрын
Rabbi siha fayisu Abba cabsa
@zainabmohammed9020
@zainabmohammed9020 2 жыл бұрын
Takkaa doktoorri of ajeessaa jiraatee nama fayyisa male rabbii gaditti.nafi si jallana hin du'in
@rahmakedir5635
@rahmakedir5635 2 жыл бұрын
Fakkessu sirrit beytaa yaa Dr gaaruu yaaliin ufii ajessuu hin baytee
@iteenashmucaawalisosss3457
@iteenashmucaawalisosss3457 3 жыл бұрын
Enaa kaas asooftuu dhugaa Fakkataa fakkesuu bayyee dandeesaa Dr bayyee galatomi Thank you so much
@zeharagahli5670
@zeharagahli5670 3 жыл бұрын
Jiraadhuu anii wallahi bayyeen rifaadheen tuure dhuugaa setow
@baatuuchanal4373
@baatuuchanal4373 3 жыл бұрын
Jiradhuu Dr kenyaa
@keyrattube9249
@keyrattube9249 3 жыл бұрын
Wallah dhuga seeyeen hedduu rifadhee. barumsaa guddaa ofi kessaa qaba . namota hedduutu akkana jedhu.😆😆😆❤❤❤👍
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 2 жыл бұрын
Jabaadha bareedadha! Wayyoo isumaa dhugaa se'ee rifaafheeyyuu Dr nuf jiraadhuu barumsaa ergaa qabudhaa dhugaa❤❤👌
@chaltuabdallah7960
@chaltuabdallah7960 2 жыл бұрын
,mashaallhaa mashaallhaa💘💘
@makidaoussen8155
@makidaoussen8155 3 жыл бұрын
Abshirii Dr kenaa
@obseeoromiyaa5927
@obseeoromiyaa5927 3 жыл бұрын
Rabbii umurii sii yaa dheeruu.....
@xayibaxayiba5586
@xayibaxayiba5586 2 жыл бұрын
Wolahi hibilahi heduu rifadhee dhuga see
@daameebiiranuu4088
@daameebiiranuu4088 2 жыл бұрын
Uuuyi dhugan se ee aman dhagefadhutii 😍😍😍🥰
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 3 жыл бұрын
Hedduu sii jaalana Dr kenya💪💪💪❤️💚❤️
@zainabhousseini7108
@zainabhousseini7108 3 жыл бұрын
Waan gaariidhaan dhuftani.jabaadha.namatti tola
@amenabokamal2730
@amenabokamal2730 3 жыл бұрын
duraa dhugaa see yaa boo rabbii umurii sii haa dheressuu
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 3 жыл бұрын
Uuuuuffff ergaa gudda ofira qabaa, nuf jiradhu Dr, waan barii kuni kessa jiruu,
@kiyyalove7838
@kiyyalove7838 2 жыл бұрын
Maaloo Dr dhuga bay'ee nama bositaa galatomii waan edduu siraa baradhee
@rozaatajawar2433
@rozaatajawar2433 Жыл бұрын
Galatomaa D.r barumsaa garii nu barsistee dhugaa Rabbii umri isni ha dheresu
@seenaamidhaksaaoro1774
@seenaamidhaksaaoro1774 3 жыл бұрын
Welcome Abbaa Cabasii
@gadiseetulluu4560
@gadiseetulluu4560 2 жыл бұрын
Dhugaa barumsaa gudadhaa namaa seraa dhagefatee galatoma Dr kenya
@abdinkoojiratadhaa1442
@abdinkoojiratadhaa1442 3 жыл бұрын
Dhugaa barumsaa gudaa ofi kesa qabaa jabadha itti fufaa Ebifamaa qaliwani koo 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
@nasritube8060
@nasritube8060 3 жыл бұрын
Wawa dhugaa dubachuf Wani heduu irraa barachu dandenyu Dr heduu nuf gallatomaa
@Chalajemalofficial3934
@Chalajemalofficial3934 3 жыл бұрын
Hedduu galatoomi Dr. Keenya qaalii
@abitiadinew5451
@abitiadinew5451 2 жыл бұрын
Dhugaa seheen rifaadhe
@kwtbbhh119
@kwtbbhh119 3 жыл бұрын
😭😭💔💔 wayii dhugaa see umrii sii haa dheersuu habibii 🥰
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 2 жыл бұрын
Jalalaatuu isin qabee jechuudha Dr koo 🥰❤
@lelokumsa9839
@lelokumsa9839 3 жыл бұрын
Dhugaa se.ee iyuu mee dr
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 3 жыл бұрын
Uuuuuffffii dhugaa se'ee rifadhee.
@misaretdibaba9861
@misaretdibaba9861 2 жыл бұрын
Dhuma se'e dhugaa bay'een naa'ee garu Barumsaa gudaa qaba kan Akkana dabalame hotoo hojetame garidha galatomi Dr 🙏🙏
@chantamisocial2604
@chantamisocial2604 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff bayyee rifadheyu waqayyoo si haa bayisuu
@kafalekissi8657
@kafalekissi8657 3 жыл бұрын
Ooo my goodness. Naasuu guddaatu natti dhagahame. Waan hundaafu baga dhugaa hin ta'iin. Barnoota gaariidha!
@maloomafinamaa.walite.naqi850
@maloomafinamaa.walite.naqi850 3 жыл бұрын
Hojii keesaani waayoo bayyee rifadhee turee waqayoo si eguu
@omaralshamsi5012
@omaralshamsi5012 3 жыл бұрын
Maal jechuu dhaa qosadhaa moo Waaqayyoo saa egu dr
@Sf-xk7yx
@Sf-xk7yx 3 жыл бұрын
yaAllah Gaalatoomii saanyii koo
@toltuuitalaashawaa8608
@toltuuitalaashawaa8608 3 жыл бұрын
Uuuuuff dhugaa see #dr Kenya Garuu barusaa ofii kesaa qabaa💞
@obsitumotuma5652
@obsitumotuma5652 3 жыл бұрын
Woow baayye namatti tolaa waan bayye nama hubachiisa galatooma Dr dura dhugaa se'een garaa koo na nyaatee😢
@botuuagaaroo7363
@botuuagaaroo7363 2 жыл бұрын
Uuuufffff dhugaa see bayee riifadhef
@lishandhufera8480
@lishandhufera8480 3 жыл бұрын
Barumisaa bareedaa nuufi jiradha Dr❤🙏
@hiikuua5tub222
@hiikuua5tub222 3 жыл бұрын
Lishan dhufera matii naaf tahii sanyii
@AyishaAhmed-s5p
@AyishaAhmed-s5p 5 ай бұрын
Wollahii dhugasee
@missbabu9662
@missbabu9662 3 жыл бұрын
Dr Mukkahuni maali iraa namatii dhufaa
@suxetube9320
@suxetube9320 3 жыл бұрын
Malif ni rifachista dr.Nafyad
@kedirrahmatube7353
@kedirrahmatube7353 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffff dr dura baye rifadhe dhugaa rabbii 💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏🙏
@ranaahmed8155
@ranaahmed8155 3 жыл бұрын
Wallah rabbi nun haa eguu waanuma sammu keenya bara kana tae
@AAbus-vu9ex
@AAbus-vu9ex 3 жыл бұрын
dhuga kuni nama bayee irrati argama anu yero tokko wonti kuni naa quname ture gorsafi barumsa cima namafi kena👏
@romialiyi1215
@romialiyi1215 3 жыл бұрын
Mali nu jaalaa tatee.dr.kenyaa rabbin umurii kee nuf haa.dheresuu
@abbasabdi5213
@abbasabdi5213 2 жыл бұрын
Ya Doktar Heduu Na Rifachistee Dhugaa Sahee Hamtun sin Argiin Nuf jiradhuu
@xajjoogutu2588
@xajjoogutu2588 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuiiiiii Dr baayee naBochiftee dhugaa natifakkaatee uuufff maalumaafu barumsaa keef Galatomi ♥ 👌 ergaabaayee nama boonsuu Dabarsitanii isinjalana nuf jiraadha🙄😭❤❤
@derartudefar3258
@derartudefar3258 3 жыл бұрын
Thank you this video is very helpful . It's so important to know that information, I hope everyone knows it, thanks
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i Sanyii koo
@rahmakedir5635
@rahmakedir5635 2 жыл бұрын
Barrumsa hedduu Qaba mattin kiyyalee naa dawaluu diddaan waan naa jiban natii fakkataa anumara dalyde
@hamzaoromo7
@hamzaoromo7 3 жыл бұрын
Waanuma hawaasa keessatti ragamu hojitti hiiktan jaa'iba Jabaadhaa waan gaaridha
@Gaddooaddunaa5480
@Gaddooaddunaa5480 3 жыл бұрын
Dhugaa dhaa garuu
@HayatHayat-zp7ur
@HayatHayat-zp7ur 3 жыл бұрын
Haridha dhugaama nama kofalichiifitan Dr abba caabisa keenyaa!!
@SarahSarah-sg3sx
@SarahSarah-sg3sx 3 жыл бұрын
Dhugaa see bayee rifadhe dhugumaa wani isin nu ibsitani kuni wanatumaa jiruu anumatu yeroo 2 yalee ofii ajesufi garu wani guyyani kiyaa hin genefi hafi
@KaabteeKinfee-i8f
@KaabteeKinfee-i8f 6 ай бұрын
Atti haayyuu keenyaa jabaaduu
@hamditube1082
@hamditube1082 3 жыл бұрын
hedduu isin jalannaa DR kenyaa Thank you
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Mamilaa nafi taa
@hamditube1082
@hamditube1082 3 жыл бұрын
tube siiif godhee😘😘😘🤳
@hamditube1082
@hamditube1082 3 жыл бұрын
siiif godhee 😍😘😘🤳
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
@@hamditube1082 gaalltomii
@derernogosi6900
@derernogosi6900 2 жыл бұрын
Jabadha
@fanodirba3846
@fanodirba3846 3 жыл бұрын
Dr Nu jiradhuu sanyii koo
@mulusoressa752
@mulusoressa752 Жыл бұрын
Hojiin nuf ibbisuu ke galtomii Dr 🥰🥰🥰
@ofbekkii6843
@ofbekkii6843 3 жыл бұрын
bayyee rifadhee Dr maloo
Dubartoonni ulfaa Ofii isaaniif daa’ima isaaniif of eeggannoo gochuu qaban
36:55
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 26 М.
How I Turned a Lolipop Into A New One 🤯🍭
00:19
Wian
Рет қаралды 13 МЛН
Sigma baby, you've conquered soap! 😲😮‍💨 LeoNata family #shorts
00:37
버블티로 부자 구별하는법4
00:11
진영민yeongmin
Рет қаралды 28 МЛН
UFC 308 : Уиттакер VS Чимаев
01:54
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 838 М.
Qaamni saalaa dhiiraa akkamitti caba?  ||ibsa bal'aa)
5:59
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 18 М.
Harmeenkoo sagalee shiibirree bashkada fakkeesitee Kolfaan nu fixxe 😂
6:41
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 64 М.
Daa’ima kitaaba 120 ol dubbise | Dubaayitti dhalatanii guddatan
11:28
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 31 М.
our wedding part 2 | Akka ajaa'ibaatti dabarsine
15:50
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 21 М.
Wal qunnamtiin saalaa dubartiin tokko erga deessee (dhaltee) booda yoom heeyyama?
10:25
How I Turned a Lolipop Into A New One 🤯🍭
00:19
Wian
Рет қаралды 13 МЛН