Yoh. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture. ² Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture. ³ Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru. ⁴ Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture. ⁵ Sagalichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u.
@RashidHhuseenАй бұрын
Dubbiiin evedansiin hin qabne dura nama dhibdii isumtii beekuutti jirti dubatti debistee mirkaneessu salfattetti dhiisa
@MameeAhamadmahamad3 ай бұрын
As wr wb ajjaa ibaa
@UmaarAbbu3 ай бұрын
❤❤❤
@ZaynB-f2y2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@hawwiiAbadir3 ай бұрын
Yaa rabbii nu basii
@abcdabcd51303 ай бұрын
Yoo jii kesaa babnee garaa goftaa
@obbsiiulleehayyuttiObbsiiiulleАй бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@ZerihuunKibebewАй бұрын
Waanitinamanee maafnamafalmitanii
@Alfaatihxaahir3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AlemaAchiir13 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂 yaaaa isaa waqaayoon isihajaaltuuii❤❤❤❤❤
@USTAz-v5x2 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂
@USTAz-v5x2 ай бұрын
As wr wb
@USTAz-v5x2 ай бұрын
USTA az Muhammad ❤
@USTAz-v5x2 ай бұрын
Ati maadhamaata dhamatu yoo hindandenne kessabahi
@rahmakhalil1322 ай бұрын
😅😂😂😂😂😂
@MNuurGiraany3 ай бұрын
Amanuubaattus amantiin walbari
@MizbaahuAbba.Zinaab2 ай бұрын
😂😂😂😂😂🎉😂😂😂😂😂😂
@KilkileMedia-ti3du24 күн бұрын
Dubartiin tamuu gaafa heeramtee deessu ilma namaa deessi issaa aleeyhi salaam inni garuu ergamaa rabbiiti banii takkaahuu ummata Israelitti ergame.akka ummatni Israel jallataan kun rabbitti amanu akka rabbitti qajeeluuf jechuudhaaf.kanaafu iyyasuus nama ilma namaati ergamaa rabbiti garuu nama keessa nama rabbiin aangoo isaa kenneefii ummata kana Gama isaatiin Rabbiin malee ani Rabbi miti ani Rabbi miti nama jedhee ummata Israel kanaaf himedha.
Nutoo waaqa tokkos sadiis hin gabaruu,waaqni nutti ammanuu waaqa gabarsuu barbaaduu mitti,metis warqees hin barbaaduu warumti gabaruu bartaan gabaraa male Kan gabaramuu waaqa tolfamaadha, warri waaqa nama gootanni ammantan jabaadha😂gabaraa nabi Mohammediin
@Jibruuoffice3 ай бұрын
@@BabiNeme Ifumaa tolfattanii gabbartanii 🤣🤣🤣🤣
@hawwiiAbadir3 ай бұрын
😂😂😂😂
@zeydaanhasan85443 ай бұрын
Waaqa gabbaruu jechuun gadi jedhanii sagaduufii wanta inni ajaje dalaguun gabaruu abboomuu jedhama Nabi Mohamed SAW hin gabbarru Akka ergamaatti amanna Isin warra Namaan ergamaa warra Israelin waaqa jettu wallaalummaan
@HdDd-cy9uq2 ай бұрын
Arga ke qoshasha wahidha nabi Muhammad salalahu alehii wasam nuti nabi Muhammad ergama rabi ta,udhafi gabricha rabi ta udha raga banaa male isanis hingabaru rabuma qofa gabara