Gaafiilee ciccimoo deeggartoonni mootummaa fi WBO deegaran Jawariif dhiyeessan deebii isaa Norwey i

  Рет қаралды 50,463

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 144
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 3 күн бұрын
Maatii naa tahaa ❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa oliin rabbi isn haa deemu
@tufawayesa
@tufawayesa 3 күн бұрын
ATI general artisti uummar dubbiin Kun akka hin tane dursite raagdeeta!! Keessuma waa'ee Oro Amhara Kun sirrii akka hin tane.waa'ee fakkeenya kubba.❤❤❤❤ Jiradhu general uummar ❤❤❤❤❤❤❤❤❤!!!
@redwanmuzamil
@redwanmuzamil 3 күн бұрын
Wallaahii ummataa hubataa akka keessanii amma yoonaatti hinargine akkasi quuqamni sabaa nuuf jiraadhaa namni hunduu iddoo kaleessaa sana hin jiru.
@KenesaAguma-m6i
@KenesaAguma-m6i Күн бұрын
Umer mee kan lubbuu wareege,koottu mee qarshii kee aarsaa godhi waan oromoon keessa jiru ilaali,gaafa sana waa’ee bilisummaa jiraa fi hin jiru haasofna!!!
@abdull-t2j
@abdull-t2j 3 күн бұрын
Dhugaatti beekaadha dr umar suleyman 🎉🎉🎉
@AbdiKalil-q1j
@AbdiKalil-q1j 3 күн бұрын
Silaa dhugaa jiru akkanatti namni hundi walitti himee dhiigni ummata qulqulluu hin dhangala'u
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 3 күн бұрын
Umari dheradhuu ummar qalli nama ❤❤
@MiftaMohamed-ss4vn
@MiftaMohamed-ss4vn 3 күн бұрын
Dhugaa rabbii umaanii oromoo Norway gaffilee halaan ciciimoo kaassaan
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
Galatoomaa Geejjibaan Hawaasni Jabaadhaa walitti ijaarsa M/m Seequn Gurrii Eegumsa Congratulations Eebbi Kitaaba Johar hin Gaabbuu seeraa Barnootaa idilee no Distance from Government 😊
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
❤ inshaa'Allah Akkumaa Mootummaa Minister fayyaatiin eeggamuu haadhumaa Kanaaf Callisuun Mirga Biyyaafi Biyyeettis ìn features gaafa obsaan injifachuun ifaa arda mariin Eegumsii Guddaa Didiiif Beelaafi Beellamaa Ilmaanis ajaa"ibaa Congratulation Congratulation ida'amauun
@XayibMuhamad
@XayibMuhamad 3 күн бұрын
Dhugaa ketii Umar lecaa 😢❤❤❤oromo
@Faayaakebar
@Faayaakebar Күн бұрын
Sagaleen bosona gujiif bosona wallaggaa keessaa lallabamaa ture Isa kana . Ammas warra ithoophiyaaf warri oromiyaa gargar ba'aa Artist Umar galatoomi
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
❤ inshaa'Allah Mootummaan ija waliin deemaa Waliin taa'ee Waliin akka nama dubbisuutti Ministerrii Fayyaa Eegumsa Barakallahu fiikums Ummaata as wrwb
@AhmedBale-v5r
@AhmedBale-v5r 3 күн бұрын
Umar jechun namaa dhugaa ketti
@ayshaboke1326
@ayshaboke1326 2 күн бұрын
General Umarii keenyaa Leencaa Oroomoo ❤❤❤❤ jawwisa my king of king
@ayatiayaati4473
@ayatiayaati4473 3 күн бұрын
Walhii gafii jabaduu gaffatee Umar suleman 😢
@bulchajibicho1014
@bulchajibicho1014 3 күн бұрын
Janeral ammas umurii nufi dgeeradha❤
@Umumusab-x6j
@Umumusab-x6j Күн бұрын
Wollah isin dhugaa hin jaallatan worri gaaffii kana mormitaan. Dheedhota.
@TelileAdem
@TelileAdem 3 күн бұрын
Rabbii Umrii nuf isiin haaa dheresu Hayyootta Keenyaa
@SolomonMerdasa-v1f
@SolomonMerdasa-v1f 3 күн бұрын
Gaaffiin keessan gaaffi Oromoof bu'uura ta'edha. Galatooma ummata.Kan tokkummaa nu dhabsiise beektota/geggeessitoota keenya malee gaggeeffamaa ykn uummata keenya miti. Kana eenyuyyu individual hubachuu qaba.
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 3 күн бұрын
Saha Jawee koo naa tayee debiin kee dirqamaa dimokraasiin nuu jiraadhuu waggaa kumaa ❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
❤Maasha'Allah Congratulations Eebba kitaaba Johar hin Gaabbuu fi ida'amauun M/M ato Mallas duula ija qabnee Obsaaf haayyootaati duulee milkii dhabee sababa ijjjis Mootiif wayyuu dubbisaakaa? Kanaaf mi dhorkina Badhaadhinni hordofus Congratulations Athletes Eebbaa kitaaba hin Gaabbinuun osoo dubbifnee
@CaltuuAslii
@CaltuuAslii 3 күн бұрын
wallaahii oso ijaa akkaa jawishaa kannee kana nama hundaa raabbiinii kennee adunyaan kunii jenataa
@oromiya2793
@oromiya2793 3 күн бұрын
ጀግናኣሮሞ ❤❤❤
@IsuOro
@IsuOro 3 күн бұрын
Jawar gafii guutuu akka ajaibaati deebise abba fedhe mormuu danda'a
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
❤ inshaa'Allah Gaafa Dubbisan Hayuumaa Johar Muhammad arguu kanaaf Odoo dubbifinee ida'amauun dheebuun du'a keessa jirtii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
Bismillah Dinner B/J Umar Usleeyiman deebisaa gara Manaa Yoo deemna deemsi tolee Yoo Yaadan yaanni platinum award tokkoo ija yaada Mo'ataan kitaaba Johar hin Gaabbuu waliin taa"uus sakallaa/teettus
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 3 күн бұрын
Ummanni gutuun wbo deeggara jawar pp irra harka qabaa jira
@abdiijamal6543
@abdiijamal6543 3 күн бұрын
Gafii umar Irra hanbisaanii
@DachasAamad
@DachasAamad 2 күн бұрын
Akkatti walitti himaa dhugaa 🎉
@abdull-t2j
@abdull-t2j 3 күн бұрын
Gaaffi walmadaalu gaafate jawarille hin deeggarre abiyyille dhuga jirtu
@MesayAlemaywe
@MesayAlemaywe Күн бұрын
Dhugaa dha arraba Ra'ee sagaleen kankeeyuu sagalee Ra'eetti dhageefadhu akka nama barateetti Umar Nama Cimaa Uummata isaatif dhaabateedha ati hojiin kankee dhiiga Oromoo dhangalaasudha
@عبداللهسعيد-ص4ذ
@عبداللهسعيد-ص4ذ 3 күн бұрын
Yoo walii gaalaan Alaa gaalanii
@uaess9428
@uaess9428 3 күн бұрын
Jawee kessa kiyya jirta wallahi gaafi hundaa gammachuun fudhata maashaalla osoo abiyyi ta'e gaaffi hin jaallatu fulli jijirame silaa jawwe koo waggaa kuma nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤
@Tekalegn430
@Tekalegn430 2 күн бұрын
Hawaasni Osloo dhugaatti hayyuudha❤ Namni barate akkatti yaada dhiyeeffata.
@تننن-ق3ف
@تننن-ق3ف 3 күн бұрын
Siyaasaa atii demtuunii yoo namanii hubatuu jiratee sirtii naa tayee anaa inshaallaa rabii umrii dhertuu sii haa keenuu inshaallaa
@AbdulazizAhmed-fw1xk
@AbdulazizAhmed-fw1xk 2 күн бұрын
yaanni jaawar sirrii dha biiti dimokraasa'u qaba❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 2 күн бұрын
Ayyii yaa oromoo jedhee namichii sunii Ana waajjinuu 😂😂
@abdurahmanabdusemed9460
@abdurahmanabdusemed9460 3 күн бұрын
siyaasin biyyaa kennaf jireenyii ummataa kenna sadarka akkam irraa jira humiin ummataa kenyaa sadarka akkam irraa jira jedhee mee illaalamee
@muhamedsafi7325
@muhamedsafi7325 3 күн бұрын
Geerarsa fi bekmsii siyaasaa garagaraa
@HundehabtamuTerefe
@HundehabtamuTerefe 2 күн бұрын
Afaan ko ha du'u abbako bagaan si jalladhe dhugan jirtu kanuma umar kenya❤
@AqiilOro-e8h
@AqiilOro-e8h 2 күн бұрын
Umaar suleymaan kun dhuguma nama jabaadha
@كمالمختار
@كمالمختار 3 күн бұрын
Jabadhuu jabaa kenyaa
@redwanmuzamil
@redwanmuzamil 3 күн бұрын
Rabbiin machii keessaa isin baasee qalbii isinitti haoru.
@ZiyadH.Sulxan
@ZiyadH.Sulxan 2 күн бұрын
Dhuugaa jedhee Umar usleyman
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 күн бұрын
❤❤Rabbiin Gidduu keesaan has tiksuu Mee Ministera Fayyaatiin wal tikafaadhaan inc.. Waan jedhamu nama dhibaa yaanni gargar tahee =no and Christians Qaama ogeeaaatu Dhaabaa wal gaafadhaa ❤❤ view
@beifafana6905
@beifafana6905 2 күн бұрын
kubbaa Abiy harka galte Abbichuu waliin ta'aa hojjedhaa gad walxiqqeessuu dhiisatii
@Orostudent
@Orostudent 3 күн бұрын
Abduu atis irratti nuuf haasawi gabaabsiti dafi
@MahamednureTesi
@MahamednureTesi Күн бұрын
Umrii nuf dheradhuu jenral
@HirphaMideksa-n1l
@HirphaMideksa-n1l 3 күн бұрын
Well Come bro
@amhaborcha5689
@amhaborcha5689 2 күн бұрын
በጭፍን መደገፍ ወይም መቃወም ቀርቷል። የዛረዉ ጥያቄዎችና ትችቶች ተገቢ ናቸዉ።
@orotechofficial
@orotechofficial Күн бұрын
Hoggansi Oromoo garbummaa jalatti hambise hoggansa ABO/WBO ti 100%. Kaleessallee har'allee ofiif ummata sochoosuu hin danda'ani...yoo hayyuun akka Jawaar dhufu ammoo isaantu dura dhaabbata...walumaa galatti akka kootti qabsoon hidhannoo ummata oromootiif kasaaraa malee bu'aa buusu hin qabu kanaan booda! Tokko taanee hayyuu siyaasa beekuu fi dhugaa ummataa kabajuu fi dubbatu akka Jawaar jala hiriiruu qofa furmaanni 100%. Warri har'a Jawaariin mormaa jiran warruma gaafa Inni Abiyyi hin ta'u, jechaa ture isa qeeqaa tureedha! Jawaar dhugaa sababa dubbatuuf namni hundi qeeqa...kan Jeneraaltichi keenya dubbates sirriidha....haa ta'u garuu rakkoo ummanni keenya keessa jiru kanaaf furmaati maali isa jedhu utuu gaafatanii irra nu fayyada natti fakkaata. Karaan WBO fi PP lamaansaayyuu Oromoodhaaf karaa gaarii natti hin fakkaatu! dhugaa dubbachuuf PP'n akka barbaade uummata irratti waraana akka labsuuf sababa kan ta'e WBO'dha. Yeroon kana jedhu WBO'n diina Oromooti jechuu koo miti...garuu diinni kallattii isaaniitiin qaawwa argate jechuu barbaadeeni! Waan hundaafuu Jawwee Rabbi si haa gargaaru...akkuma kanaan duraa dhagaa alaaf keessaa sitti darbamu funaantee Oromiyaa fi Itiyoophiyaa Sabaa fi Sab-lammoota hundaaf gaarii taate akka ijaartu abdiin qaba! Dogoggoree yoon jiraadhe dhiifama! Na oofkalchaa Oromoo🙏🙏🙏 Yaadan dhiyeesseef Arrabni waan barbaachisu natti hin fakkaatu...kanammoo uummata Kutaalee Oromiyaa baadiyyaa keessa jiraataa jirutu na hubate...Diyaasfooronnii fi warri Finfinnee na arrabsuu dandeessu😌
@كمالمختار
@كمالمختار 3 күн бұрын
Galatoomii Abduu
@SadaGabi-ou7lr
@SadaGabi-ou7lr 3 күн бұрын
Laammaa
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 күн бұрын
No one is competent with the one and only jawee
@Abde_Tube_1
@Abde_Tube_1 3 күн бұрын
Deebii quubsaa ❤❤❤
@Abdurahman0915
@Abdurahman0915 3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤Jawwee king
@wondimagegnteka421
@wondimagegnteka421 2 күн бұрын
Oromoon qabsoo finiinsuu malee xumuruu fi abbaa itti ta'uu hin beeku, Kan duraa Leencootu Mallasaaf kenne kan ammaa immoo Jawaartu Abiyyiif kenne, boru immoo warra soddaaf kennuuf daboo gaafachaa jiru!
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 3 күн бұрын
Ijoollee kana gadi ari'aamee bakkee haa taphattuu
@totealhousani9415
@totealhousani9415 2 күн бұрын
Oromoo ko 😭😭😭😭😭
@Salman-c1i8i
@Salman-c1i8i 2 күн бұрын
Abibi.aba.aqaa.umri.jiraduu..gota.koo
@abarashethyopia864
@abarashethyopia864 3 күн бұрын
Rakisadha dubbin akka durii miti
@عبداللهسعيد-ص4ذ
@عبداللهسعيد-ص4ذ 3 күн бұрын
Dhugaan jiruu kana
@MohammedAliyyi-w8q
@MohammedAliyyi-w8q 3 күн бұрын
Gaaffiin jeneral artist umar jajjabduudha deebisaa. ?
@Aladulhii
@Aladulhii 3 күн бұрын
Yes dhugama ketii walahi
@beyourself9714
@beyourself9714 3 күн бұрын
Gootni akkasitti gaaffii gaafata male, akka keeysan callisee harka hin rukutu.
@FozehFofo-xq8tb
@FozehFofo-xq8tb 3 күн бұрын
ayii walyii juwaari WBO jibbaa kaa 😢
@mameeoborraatube9334
@mameeoborraatube9334 2 күн бұрын
Lakkii jawar jibbaa WBO hinqabuu
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 күн бұрын
Jawaaaaa long life Jawaaaaa my king Jawaaaaa means the political expert❤❤❤❤❤❤
@AwwalAbbaaraayyaa
@AwwalAbbaaraayyaa 6 сағат бұрын
Wly dubbiin ke dhugaadha
@bezaerko5516
@bezaerko5516 2 күн бұрын
Warri Norwey gaffiin isaanii gaffii uummata bay'ee dha.Gaabbii guddaa qabna. Amma akkamiitti amannaa?
@MNur-y9l
@MNur-y9l 2 күн бұрын
Umar is king
@AwwalAbubakar1
@AwwalAbubakar1 3 күн бұрын
Hayi oromo
@GidexNazimu
@GidexNazimu 3 күн бұрын
😂😂😂😂 umar baga itti himtee😅
@Halima-c1v
@Halima-c1v 3 күн бұрын
Umaar kenaa rabiin urmii kee nuf haa dheresuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@FaysalSuldaan
@FaysalSuldaan 3 күн бұрын
Umar jirta qalii saba
@JamsukaaIbrahim
@JamsukaaIbrahim 3 күн бұрын
Jawwee Kenya ATI ammallee irraa deebinee si jaallana
@AbdelakimJemal-n9d
@AbdelakimJemal-n9d Күн бұрын
Jowar eenyuutuu itti dhiyata
@nigusaedeneke7662
@nigusaedeneke7662 3 күн бұрын
Wara qama,ee hasa,uu
@Fatema-dp7bt
@Fatema-dp7bt 2 күн бұрын
Arisii uda siluma biya nama jira eda
@DinaNuree
@DinaNuree 2 күн бұрын
❤❤❤❤🎉🎉
@Dinaa-bi1yi
@Dinaa-bi1yi 2 күн бұрын
dddd
@FeyoAmano
@FeyoAmano Күн бұрын
Xinxaalla ciimaa barbaada yaa ummaata keenya kan oromoo
@IsuOro
@IsuOro 3 күн бұрын
Qawween oromoo qabatuu darraa fi giddaa ayyanaa irraa dinaa hin dhorkinee jedhe goota jawar dhugaa dubbachuuf💪🏾💪🏾
@Zamzammohammed278
@Zamzammohammed278 3 күн бұрын
Jawwee welcome ❤❤
@mameeoborraatube9334
@mameeoborraatube9334 2 күн бұрын
Yaanni jawaar 100%sirriidha Ethiopia dimokraasii sirriitiin bultu tan oromiyaan akka naannootti ofiin ofbulchitu tan oromiyaan hidhamuun maletti saamamuun maletti gudeedamuun maletti ajjeefamuun maletti dhiitamuun maletti reebamuun maletti baqachuun maletti kabajamtee offiif murteeyfattee ofiin ofbulchitu kanaatu oromoo fi oromiyaaf furmaata yes kanaatu furmaata Oromiyaan walba taate yoo ijaaramtees rakkoon oromoo fi oromiyaa rakkoodhuma kan oromiyaa walaba taate bulchu saniis akkuma Amma shimallis oromiyaa godhaa jiru kana caalaa godha Anaatu isiniif beekaan kan itti fufu tahaa hundaafuu rabbiin kheeyrii haa godhuu isaatu beeka akka biyyaaf tolu akka namaaf tolu akka miskiinaaf toluu
@argetageneti6495
@argetageneti6495 Күн бұрын
Gowwaan keenya nufuxxe
@HuseinAbdi-m1d
@HuseinAbdi-m1d 3 күн бұрын
Dhugaan Jirtu kanuma iti himi kaa
@ZakariyyaaNuuraddiin
@ZakariyyaaNuuraddiin 3 күн бұрын
Galatoomi Abdu
@SalmanAman-s1s
@SalmanAman-s1s 2 күн бұрын
Galatoomaa
@barigame-y9u
@barigame-y9u 2 күн бұрын
Umar Suleiman
@olinegassa1758
@olinegassa1758 3 күн бұрын
ሀገር በምላስ አይኖርም ወይም አይፈርስም።
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 3 күн бұрын
All Neftenas who want to preserve the evil ortho Amhara empire will fail like Gobana Dacci Haile Fido’s Barro Tumsa Lencho letta Bekele Garba Abiy Lemma& the traitor of all times Jowhar will fail , it is a matter of time , Oromia shall be free lead by its millions of true sons and daughters.
@ebsamohamed5845
@ebsamohamed5845 3 күн бұрын
All those who want to preserve the ortho Amhara empire are the number one enemies of orommuma & Oromia whatever their name is.😊
@FozehFofo-xq8tb
@FozehFofo-xq8tb 3 күн бұрын
walyii Juwaari ethopiyaa qaboosata tae kan achii qeerron harakaa quulla kaara irraa yaanii dhuumani hin😅 jiraa sijamari warri dhugaani qabosuu WBO qofaa kaani afuufatu bichadha
@efrembrobi
@efrembrobi 2 күн бұрын
#Jawee
@AbdelakimJemal-n9d
@AbdelakimJemal-n9d Күн бұрын
🎉🎉🎉
@HawaBashir-b7z
@HawaBashir-b7z 3 күн бұрын
❤❤❤❤🎉
@KamoAbduro
@KamoAbduro 3 күн бұрын
❤❤❤❤
@muhwihyahussen6653
@muhwihyahussen6653 3 күн бұрын
𝔻𝕙𝕦𝕘𝕒𝕟 𝕛𝕚𝕣𝕣𝕥𝕥𝕦𝕦 𝕥𝕒𝕟𝕒 𝕜𝕟𝕠𝕠
@AbrahamBali-bf7hk
@AbrahamBali-bf7hk 3 күн бұрын
J❤
@chaltusuphe9465
@chaltusuphe9465 3 күн бұрын
Abichuun sii dhagahuu😂😂
@adugnawakshum5864
@adugnawakshum5864 3 күн бұрын
🎉
@FozehFofo-xq8tb
@FozehFofo-xq8tb 3 күн бұрын
ethopiya dina oromoti ilamani oromo kaan caalla ethopa suphuufi arsaa kaaafallanin hin jiruu ergaa😂 ethoyafi qobsooftee oromoni bichaani maaliif dauu WB O king Giriisaaa saree maallumaa qaabosoo oromofi gaafi uumata oromo maali akka taeele hin beekttu dhadheewwani naa arbaa dhiisaati dhaqaa itopyaa ergaa qaboofasaatani deema somaliya kolaa koo horiwwani
@Aladulhii
@Aladulhii 3 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
Simannaa Ho'aa Magaalaa Gullisoo | PROPHET MESERET TAYE | @araratvworldwide
30:23
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
Что-что Мурсдей говорит? 💭 #симбочка #симба #мурсдей
00:19
ፓስተሩ ገናን ለምን ያከብራል ...እብደታቸው የተረጋገጠ ሰዎች ታወቁ
21:36
ዮፍታ ሚዲያ-Yofta media መምህር ግሩም ከበደ
Рет қаралды 3,5 М.
OMN   ODUU  AMAJJII 7, 2025
18:31
OMN
Рет қаралды 24 М.
Jawaritti fiigee irra qaban!//Jawar kadhacha jiran!!1/7/2025 F24
13:53
OMN   ODUU  AMAJJII 6, 2025
31:39
OMN
Рет қаралды 31 М.
OBSEEN EENYU?? / HAFTEE BAQQALAA WALIIN
1:07:07
KALAQAN ENTERTAINMENT
Рет қаралды 10 М.
OMN: Dirbaba Dubbii- Waliigaltee Nagaa
1:48:55
OMN
Рет қаралды 27 М.
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН