Shimallis Abdiisa Abbaay xahayyee na yaadachiise jedha jawar mohammad...P/M/N/N/O.maal jedhe waye ja

  Рет қаралды 14,782

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 159
@AynalemGurmu-m5s
@AynalemGurmu-m5s 6 сағат бұрын
Abbo Shimalis Rabbi Giddan Dhiigni Ummata Oromoo Dhabama sii haa godhu Bartiin keessaan Sirna Minilik Oromo Harkkafi Harma nuu moree Isiin Amo Dhaloota kana Morma mortaan nuuti argisistaan akkaa Warriiti nuu Altaani Bara Bulchinsa Abiyii 😢😢😢
@makiama9561
@makiama9561 5 сағат бұрын
😢😢😢
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin 17 сағат бұрын
as wr wb ❤❤Maatii naaf taha oboleyaan koo keyirin isinitii Haa gortuu harkii keessan fayyaa Haa argatuu 🎉🎉🎉wan yadan rabbii isin Haa milkesuu 🎉🎉
@hornhopefareejallaala6491
@hornhopefareejallaala6491 17 сағат бұрын
Lenkee mee
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin 17 сағат бұрын
​@@hornhopefareejallaala6491youtube.com/@siifmamiin?si=p5HWuf-2D7ExD95d
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin 17 сағат бұрын
youtube.com/@siifmamiin?si=p5HWuf-2D7ExD95d
@AbdallahUmer
@AbdallahUmer 16 сағат бұрын
Maal nu qophesite qabda??
@AbdiiHajjii-HD
@AbdiiHajjii-HD 5 сағат бұрын
Hayyee
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 17 сағат бұрын
❤❤❤Afuuftun tunniin maal deebisti kijibaan midiyaa guutan
@MmMm-g4z7v
@MmMm-g4z7v 7 сағат бұрын
Dargaggoota oromiyaa guutun dirqamaan waraanatti guuranii fixan waan kanrraa jabaadhaa irraa dubbadhaa mee
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 17 сағат бұрын
Jawweekoo Abdiin kenyaa Kani Uumaata Salaalee sii qofa. Yoomiilee Abdii siiraa hin kunuu. 😭😭❤❤
@jamilatube-d4p
@jamilatube-d4p 17 сағат бұрын
Abdiin keenya rabiin tokkicha yaa gowaa
@noorhalalsheh1140
@noorhalalsheh1140 16 сағат бұрын
😂😂😂.itti immi lubbu ​@@jamilatube-d4p
@HamidMamee
@HamidMamee 12 сағат бұрын
Harki Hanna bare dooluutu sossoo'aa jedhanii jarattiin PPiitiis kijiba fi fakkeeysuun Amala ishiiti Mee badhaadhina kamtuu jira jireenya qaala'e kana keessatti gibira huumnaa olittiin ummata gidirsaa ajjeesaa, hidhaa, reebaa, gudeedaa, morma muraa, saamaa, mana irratti gubaa, badhaadhina jechuu hinqaanfatuu bineensi Afaan balla Kun Haasooyni akkanaa gurrarra nun yaa'uu badhaadhummaa isaanii fudhatanii qilee haa bu'anii oromoon yoo PPii hattuu tana firraa kaase malee gammachuu argatee hin juraatu
@RamadanAbrahim-f4f
@RamadanAbrahim-f4f 17 сағат бұрын
Hidhuufi ajjeesuun gaafii deebise
@AmanSeyfuu-v9d
@AmanSeyfuu-v9d 16 сағат бұрын
Shane Shane jedhaa miskina lafara fixanii 😢😢
@Halima-c1v
@Halima-c1v 8 сағат бұрын
Namichumaa shimaliis jedhamuu kana maa fidaa abduu hasofni issaa namaa jibisisaa
@makiama9561
@makiama9561 5 сағат бұрын
😂😂
@galmeysanimona
@galmeysanimona 9 сағат бұрын
Oso hin ture dhabama rabbii isa haa
@Habil2017
@Habil2017 11 сағат бұрын
Dhugaadha Shaneen Amaara sodaatti garuu waraana Oromiya dhokkottee itti dhugaasti
@sifaanalmaliki4873
@sifaanalmaliki4873 14 сағат бұрын
Nuf hojiin abiyif shimalis gadda male gammachuu guyyaa tokoo nu hin dhageesisinee dinnii dadhabani kun qamaa motummatin moo qama shaneettin gageefama jira hoo kuni maa soba atiyuu hin qanofnee hoo
@HabiibWaajiso-kx5xv
@HabiibWaajiso-kx5xv 10 сағат бұрын
Nuuf hingallee wonti jara kanaa maal siif deebifna obboleessa keenya
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 6 сағат бұрын
As wr wb baga naganii deebiite Abdii Jaabadhuu❤❤❤❤❤
@user-vu4tr9wr1j
@user-vu4tr9wr1j 3 сағат бұрын
Akka jarri dhufte naga maltu jira oromon guyarra inuma booha
@SeenaTube-q3k
@SeenaTube-q3k 4 сағат бұрын
Ilmaan oromo hundaan miidhama jiraa warana motumma warana faanoo waarana biraaniis dhugaa seenaa dhagaha turee amma moo baraa oromoon motumma ta'ee dhalii nama otto Lubbun keessa jiruu gogaa iraa kachiissanii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@hanatu
@hanatu 16 сағат бұрын
Ya rabii atii naga busii maloooo 😢😢😢❤❤
@Halima-c1v
@Halima-c1v 8 сағат бұрын
Bilxiginaan fanoo calaa woboo jibitti osso dinii qe'ee oromoo dhufee umataa fixuu woboo balalefatani fanoo hin sodatani naati fakataa😢😢😢
@user-vu4tr9wr1j
@user-vu4tr9wr1j 3 сағат бұрын
Ee anis aksuma natti fakate waye fanno hin dubatu Shane Shane jedha oola Rabin shan isaan hin bulchini
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 8 сағат бұрын
biyyaa boharsuu malee fayyidaa takkaa hin qabaanii😢😢😢😢
@Halima-c1v
@Halima-c1v 8 сағат бұрын
waan samii olii enutuu isaan gafatee duraa waan dachii kesaa malii gafatee nagayumaa barbanaa jedhee umanii kenaa
@HawwaHawwa-ji1um
@HawwaHawwa-ji1um 13 сағат бұрын
Akkam mana irratti gubuuraa namootummaati godina arsii godina arsimneessaa maal godhaa horaan nabiyyii mana ragguubaa as irra ol bahee booyyeen gara ofii guuttatee ummatatti taphata maalii jedha ofumaa ummata dararaa ummata gubaaran malee
@BilaalAbdaBilaalAbda
@BilaalAbdaBilaalAbda 13 сағат бұрын
Rabbii dhabamaa sii hagodhuu badaa gowaa bataa furii
@aliyolenca9082
@aliyolenca9082 8 сағат бұрын
Gafiin deebiye hinjiruu namicha afuftuu kana akunumati odeesa 🫎
@HabibumarHabibumar-wo4zm
@HabibumarHabibumar-wo4zm 5 сағат бұрын
Shmallis ni kijiba
@SadaGabi-ou7lr
@SadaGabi-ou7lr 16 сағат бұрын
Issanni maalifi amara soddaattu qoyi
@AbdiiMuraad
@AbdiiMuraad 5 сағат бұрын
Abaaoo ilaalchisee dubbiin shimee dhugaadja liqmsaa
@daddafaausmail2806
@daddafaausmail2806 17 сағат бұрын
Umata Jirenya Jibiisiifiitan Funantu Gibira Kadhatu Motummaa Ofii Dandahe Hiin Beyiine Kan Umata Hiyumafii Saxiile Isiin Malee Kan Adunyan Ufufii Jete Ajaftu
@Abbaacabsii
@Abbaacabsii 13 сағат бұрын
Abdu ati jara kana erga akkatti itti dhihaattee maalif oromoo dhumaa jirtu tana dhiisaa jenneen Akkamitti wasamii gadi deebifne jedha
@SifooTafari-l3z
@SifooTafari-l3z 16 сағат бұрын
Yaa rabbii ati shemeef abyee nuu raa kassii ati ni dayesaa yaa rabbii
@daddafaausmail2806
@daddafaausmail2806 17 сағат бұрын
Usii Kijiba Jabenyii Abay Tsahayefafu Huma Gone Ergamtu Fannoo
@OromofOromiyaa
@OromofOromiyaa 5 сағат бұрын
Maaltu amma kan haasa'uu fidee biyya
@MmMm-g4z7v
@MmMm-g4z7v 7 сағат бұрын
Jabbadhu
@AbdurRahman-z2v5w
@AbdurRahman-z2v5w 6 сағат бұрын
Mootummaa wonti jedhamtu tuni nagaya hinbarbaaddu
@mulatutule8243
@mulatutule8243 3 сағат бұрын
Gara motummaa abaarutti geesuu hin yaalin. Mootummaannis ta’e WBOn s Sabni naga haa argatuu Lola saba keenya irraa dhaaba. Gara mariitti kootaa. Lachuun keesaniyuu nu sobinaa jedha sabni.
@kaleiften1659
@kaleiften1659 14 сағат бұрын
Hayi shimee biyya kabulchaa jiru sihi moo shaneedha???
@NebiyuAbdulaziz
@NebiyuAbdulaziz 16 сағат бұрын
Badhadhiinaa jechuune kana nama ajesuu fii kana nama qeloo dha.namachii koonii barachuu isaa nashakiisiisaa.
@YusufAhmed-ug9hv
@YusufAhmed-ug9hv 2 сағат бұрын
Dhama'a dhama badu
@ZenabeBilal
@ZenabeBilal 4 сағат бұрын
Gaaffiin deebi'ee tokkollee hin jiru
@Habil2017
@Habil2017 11 сағат бұрын
Shanee diina Oromooti
@ejiguetana7169
@ejiguetana7169 8 сағат бұрын
Maalfaa deebiisanii samii gadiitti maqaa gaaffii hinkaafne pp jaju/faarsuu malee?
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 8 сағат бұрын
gowaa ilkaan dachaa kanaa😢😢😢😢
@Habil2017
@Habil2017 11 сағат бұрын
Deebi’e jira hinjenne hin kijibin. Deebisuutti jirra jedhe.
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 16 сағат бұрын
Wan bira hasawun durati malif midhaama ummata dhiise , faalla hasawan ,
@anianumakanuma8197
@anianumakanuma8197 15 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢 rabbiin balaa isatti haa buusu shimee kana.
@MURAD_IBRAHIM_OFFICIAL
@MURAD_IBRAHIM_OFFICIAL 8 сағат бұрын
😂😂😂
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 16 сағат бұрын
Qotiyoo keenyaa Shimee or Cundhuraa
@tulluuMediatmn
@tulluuMediatmn 17 сағат бұрын
nageenyi yoo gaaffiin romoo guutuumaan guututtii yoodeebi,ed qofa araarri dhufa ppn kijibduudha
@Halima-c1v
@Halima-c1v 8 сағат бұрын
simaa fa'aa yaa shimalis kaan dinaa jelaa hiriree
@ukashaoro
@ukashaoro 37 минут бұрын
Gumas ummata oromoorabbin sin hakafalu shimallis
@ase4182
@ase4182 17 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Jawweer Jawweer WBO1 ❤❤❤❤❤❤❤❤Jawweer Oromoo1 1❤️❤️❤️❤️❤️💖💖💖💖💖💖💖💜💜💜💜💜🐯🐯🐯🐯💙💙
@billsuccess
@billsuccess 15 сағат бұрын
Shimeen ilmaa rakkoo keessaati guddaate waan tahef, buddeena lama yoo nyatee, waan samii gadii hundaa harkaa qaba itti fakkataa.
@EMANOROMO
@EMANOROMO 5 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂dhuga ket
@AhmedDadar-he2hm
@AhmedDadar-he2hm 16 сағат бұрын
Namni gabraturee fi ergamtuu kiijibuu hin sodatuu
@AnwaarHaadii
@AnwaarHaadii 16 сағат бұрын
As wr wb qaalii keenyaa akamii jiirtuu giisee huudaa waajiin jiiraa
@FayyeeTamiru
@FayyeeTamiru 14 сағат бұрын
Soba Shimeen gadi naqee Dacheen dandeesse hin battu
@AbdooOmar-f4o
@AbdooOmar-f4o Сағат бұрын
wanni ilkaan qottoo kuni maaluma jedhaa.
@samsongetachew7466
@samsongetachew7466 17 сағат бұрын
Isaan Haa rafan abjuu bareedaa argaa jiru !
@AbseeSaad
@AbseeSaad 13 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢 waaqayyoo nagaa haa busuu
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 16 сағат бұрын
Badhadhiinaa ❤🐅
@FoziaFozia-e1e
@FoziaFozia-e1e 8 сағат бұрын
Dhugaa jedhee osoo sabafi kaa lulutuu tee haga ilmii nama goramuu malii dalaydii bosona kesaa
@FesaDeder
@FesaDeder 16 сағат бұрын
Kana dafka nurradhisa
@SamsungDuos-dl1qn
@SamsungDuos-dl1qn 8 сағат бұрын
Gallatomi qalli ❤❤❤
@Tiyyaa.oromoo
@Tiyyaa.oromoo 16 сағат бұрын
Hayii shemee kkk kijibaa koo ardhaa hayuu arbasuu dhufee 😂😂😂😂
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 5 сағат бұрын
Gaalatomii qalii oke by
@ililliOusso
@ililliOusso 12 сағат бұрын
Enyuutu jaree fano?
@SifooTafari-l3z
@SifooTafari-l3z 16 сағат бұрын
Fannoo debsuu hin denyee gafii Mali nuu debisattan shimee
@oromia583
@oromia583 17 сағат бұрын
Gurba loon kana wallayii
@jemilatunna5276
@jemilatunna5276 16 сағат бұрын
Namicha ilkaan 77 argaa kee
@bakkalchabilaal9106
@bakkalchabilaal9106 17 сағат бұрын
Namtichi kun Tubboo sagaraati bomba
@DharoJiloo
@DharoJiloo 49 минут бұрын
Shimalisi akkuma Matta baxatuu dubilee baxatee ofifii jira 😅😅😅Kuni debi mali debisaa yaa gara ofii guttate malee 🙈🙈🙈🙈
@sifaanalmaliki4873
@sifaanalmaliki4873 14 сағат бұрын
Namni kun shamalis utuma namni isa arguu guyyaa soba ijjo😂😂😂😂😂
@RaamaaFayyis0
@RaamaaFayyis0 17 сағат бұрын
Attii barrii woottii natii toltuufii dhugaa dubataa nutii motumaa hini qabnuu motuumaa sa,rree malee
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 17 сағат бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
@naftaiyoutube
@naftaiyoutube 15 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤wel come
@AffectionateCoconut-ob6im
@AffectionateCoconut-ob6im 4 сағат бұрын
Wly anii qabsoon ummataa kana gafaa oromoon lafaa citee dhagaa bilisonsanii moo wa'ee ummataa dhumaruu dhisanii ka biraa hasayaan Mali
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 17 сағат бұрын
😮😮😮Shimallis situ biyya bulcha moo shanetu biyya bulcha ? maalif shaneen sirraa deebistuuf ?
@sortii-t6t
@sortii-t6t 17 сағат бұрын
Abdii muratii hin hasofsisinii shemee gowaa😅😅😅😅😅
@GoMahh-m2t
@GoMahh-m2t 14 сағат бұрын
👍👍👍👍👍😊
@ObsinaanOroArsii
@ObsinaanOroArsii 17 сағат бұрын
Kaa alabaa tigreen lumixirraa jijirtee mee malumaa jijirtee
@MohamedAbdulahi-b6w
@MohamedAbdulahi-b6w 9 сағат бұрын
Kkkķkkkkkķkkkķkkkk dubin kunn kan itti kolfann dhuga ummata hamman sobuudha
@AbdallahUmer
@AbdallahUmer 16 сағат бұрын
Gibirri ol nuuf kaee jira Deebin😂😂😂😂
@AsYo-hc4km
@AsYo-hc4km 5 сағат бұрын
Gaafin deebiiee hin jiru
@sortii-t6t
@sortii-t6t 17 сағат бұрын
Badhadhinaa jedhe ob shimee❌🤛🤛
@KamalRak-f6i
@KamalRak-f6i 6 сағат бұрын
Jawar oromo qallaa jiraani hin arguu
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 16 сағат бұрын
Shiimee qoriichaa budaa jabadhuu ❤❤❤❤❤
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 13 сағат бұрын
Dofa oromo yo jete sira bareda😅hor🤧
@HaamidAbdulfattaa
@HaamidAbdulfattaa 8 сағат бұрын
Dhugaa itti hime jawween
@AbuTalha-d2g
@AbuTalha-d2g 9 сағат бұрын
PP durumaa qabdde yom dhuga dubbatte betti ija dunuuffatte sobdi soba hin qaafattu
@Alfya-m4y
@Alfya-m4y 16 сағат бұрын
shimalisi ilakanuma kanaa hin sirefatu lataa mee enu iti naa hamimaa
@ahmedediris4309
@ahmedediris4309 15 сағат бұрын
Kkkkkkkkkkkkk
@EathopiaStar
@EathopiaStar 13 минут бұрын
Jaartii isaaniitif deebiigaha kenaniiru malu kanaan achi ......shame on them
@mifta-Temam
@mifta-Temam 3 сағат бұрын
Me dubbiin shimallisifi Abbay Tsaayyee maaltu walitti fidee? Atis shaneedha!🤔
@TiruududTiid
@TiruududTiid 17 сағат бұрын
Yoo kijibaan Akka shimee kana 🤣
@sortii-t6t
@sortii-t6t 17 сағат бұрын
Barduu koo dhugaa ketii ❤❤❤❤
@TiruududTiid
@TiruududTiid 17 сағат бұрын
@sortii-t6t bar jarsi baye'ee takka kijibaa Auzubilaah🤣🤣
@sortii-t6t
@sortii-t6t 16 сағат бұрын
@@TiruududTiid bashannana koo 😢😢baraa kanaa kesaa bijibaa malee dhuganii esaa jiraa lubbuu
@TiruududTiid
@TiruududTiid 2 сағат бұрын
@sortii-t6t Ee wly
@IssaaHusine
@IssaaHusine 23 минут бұрын
Hanga ati aangoo gadii dhiiftuti ummani oromoo nagayaa hin argatuu.
@ObsinaanOroArsii
@ObsinaanOroArsii 17 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂 abboo Abdiiii❤❤❤❤❤
@makiyamakiya5356
@makiyamakiya5356 3 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤🖤🖤🖤🖤🖤💙💙💙💙💙💙💙
@sortii-t6t
@sortii-t6t 17 сағат бұрын
Badhadhinaa jedhe ob shimee❌🤛🤛a
@yrhhufhh7250
@yrhhufhh7250 15 сағат бұрын
❤❤🎉🎉💪💪💪💪👍👍
@abdulhamidabdulwehab7993
@abdulhamidabdulwehab7993 6 сағат бұрын
Habaqii haadha kee jedhiin 😂
@SifooTafari-l3z
@SifooTafari-l3z 16 сағат бұрын
Shaan si bulchii shimee
@diini9165
@diini9165 16 сағат бұрын
Gaafa shiimee fi Abiiyotiin biiyaatii itopiiyaa buullchaaniitii illmii oromo Qaallamee
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 16 сағат бұрын
dhugaadha shanee dha fariiden wayaane fi fannoo
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 13 сағат бұрын
Rabii shani si bulichini inshalha sagaxee 😊
@mza2884
@mza2884 9 сағат бұрын
ይህ ከብት ኦሮሞ እንደ በግ እያሳረደ መሪ ነኝ እያለ ያቅራራል። ከብት በለው፣ ኦሮሞ አሁን በህይወት እንዲኖር ሰለባ ያስፈልጋል።
@MdMohammad-x3n
@MdMohammad-x3n 10 сағат бұрын
As
Twin Telepathy Challenge!
00:23
Stokes Twins
Рет қаралды 121 МЛН
Молодой боец приземлил легенду!
01:02
МИНУС БАЛЛ
Рет қаралды 2,1 МЛН
ጃዋር መሀመድ ለምን ዛሬ አባይ ጸሀዬን ጎትቶ አመጣ?
52:03
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 4,8 М.
Новости дня | 28 ноября - дневной выпуск
11:37
Euronews по-русски
Рет қаралды 4,3 М.
OMN  ODUU  SADAASA 27, 2024
21:41
OMN
Рет қаралды 34 М.
የ ቀን የአማርኛ ዜና ህዳር 19 - 2017 ዓም - Abbay News - Ethiopia
11:17
ዓባይ ዜና - Abbay News
Рет қаралды 7 М.
Twin Telepathy Challenge!
00:23
Stokes Twins
Рет қаралды 121 МЛН