Taatee kanaan waa meeqa agarre.. qotee boltoota sanis abba mucaan irraa qal**e dabalate soba jechis

  Рет қаралды 32,333

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Күн бұрын

Пікірлер: 193
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Qawwee afaan kaayani yaada jijjirsisan ummata dhengadduma immimaan boohe waan kessa jiru iyyate😢 haasawa jijjirsisan subhaan allaah maali biyyi kenya kuni mirga wanti jedhamu hin jiru ayyii kan isaan kessa hafe san way ajjesu miskinaa baay'ee iyyee nu qaxaaqaxan jedhee dubbate uuuf rabbii beeka waan kessa jiru yoona way carraa kenya ...
@Aliyahajji
@Aliyahajji Ай бұрын
Mali gonaa gubane rabbi isaani haa birmatu😭😭😭😭😭😭
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
@Aliyahajji Aaaamiiiiiiiiin 😥💔
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd Ай бұрын
Rabbiin bichaan dhugaa ummataa miskiina kanaa in gatiin ☝️
@uaeajman4945
@uaeajman4945 Ай бұрын
Hyiiiiiii tokko tilmaaman imaa umurii tokko Kan kooti umuriin 14 jedhaa tokko maalif tilmaama. Abba dha mitiiree sobduu in sobaa Abba mitii birrii dhan as ba,ee kun garuu guyyaan kun in darbaa karadeemaa galatoomi atii garuu❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤❤jaalalaa fi Jibbii Hiyyessaa lakki Fandishee .Wallahii Village of Congress OMN Eegiif wirtuu Lafee Dugdaa hayyootaa ijaarsaa Biyyaatti beeknaa malee Jaalalli ifaa Diggs said she/help Ijaafi Gurraa Haatii Mootiif ❤OMN Gaaddisaa Dallawaa❤ OMN
@marimagudato5952
@marimagudato5952 Ай бұрын
OMN voice for the voice less❤❤ JAWEEEE my king ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ahmedmuhammed-fy9fk
@ahmedmuhammed-fy9fk Ай бұрын
Jawwwe gootaa saba oromootii. Seenaa hojjetee jira. Ammas, fuldurattis hinhojjeta.Rabbi umrii dheeraafii fayyaaa haa kennuuf.
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 Ай бұрын
Odoo waan maatiin kenyaa kechaa jiruu agartaan yaa Oromoo koo😭😭😭😭Abdii nu kutachisaan karaa 3 ni waraani nuraati banamee. Odoo qabnuu iyyoomaanee.
@oromia583
@oromia583 Ай бұрын
Ni hubbannaa
@tasfayyazo3797
@tasfayyazo3797 Ай бұрын
Wayii oromoo 💔💔💔😢😢😢😢😢😢
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Oromoon duraanuu nama garaaf bitamuu fi nama jiraachuuf bitamu kan yoo akkana jechuu baatte si ajjeefna jedhaniin bitamee dhugaa saba baldhaa dhooysu hedduu qabdi osuma namoottan akkanaa qabduuti yoo tokkoomte Abbaa fadhe firraa kaafti kanaafuu kan fadhe waan fadhe haa haasawuu oromoon firaa fi diina isaa tolcheeti beeka tokkummaadhaan dhiina nama nyaataa kana firraa kaasuu qaba santahuu baannaan salpina kanaa oliitu dhufaa jira beekaa
@MeyraaCarcar
@MeyraaCarcar Ай бұрын
Yaa rabbi kiya ammas ammas dararaa ilmaan oromoorraa dhaabi
@Fira-b4p
@Fira-b4p Ай бұрын
Karaa deema rabbiin si eeguu
@Jamiladha
@Jamiladha Ай бұрын
Abdu Ani Akka kiyyati Abba muccas ta'ee Ummata sani irra hin Lalluu. Isaani wolliti qaban isiin ajjeefnaa moo Akka jettuu yoo jedhani ummani waan godhuu hin qabu,harkii Ummata duwaadha barii kani hojjatanif Ummatan sobuuf hin dhageennuu kana😭😭😭😭Ani Ummata oromoo idiila addunyaa kana irra Jiraf wonti isiin dhammu tokkuma🙏? du'aati Ummata oromoo kana habbisu yoo tokko tane qofa yaa ilmaa oromoo 😭😭😭.Ani hanga oromoon tokko tatuuti hin heerumu sabbabiin isa kan dhalate dinnii Akka hoolati qallati waan ta'eef dhalate dinnani du'uu irra garaa kiyya keessati naa hafu woyya, mallii jettuu ajjibba Yaa carraa sabba keenya A'a AA AA jedha jirachun carraa keenya Ta'ee 😭😭😭😭
@XaahirarsiiXaahir
@XaahirarsiiXaahir Ай бұрын
Ara miira keessa nayi
@MuhammedAbdella-w7u
@MuhammedAbdella-w7u Ай бұрын
Hin herumani ani hin fudhaa😂😂😂
@HawigalasheHawi
@HawigalasheHawi Ай бұрын
Galaatoomii abdu video kee ossoo sasaatuu najalaa dhumaa dubiin kee nama qabanesaa❤❤ yeeroo kamiyuu nuutii umataa miskiinaaf nagaa barbaanaa
@AhhHwg6
@AhhHwg6 Ай бұрын
Qalii wayii jirradhuu😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@marimagudato5952
@marimagudato5952 Ай бұрын
Abiy fanno ijjarra oromo feccesessa jurranne😢😢😢😢😢😢
@aldaam8678
@aldaam8678 Ай бұрын
Maatin kenyaa wagaa 5 dararaa akiis kesaa jiruu anii abaoo shaneen armoo too najalaa fudhatee qarshii nakafalchiftee oromotuu oromo nyataa harkii caluu😢😢😢
@Insrmu
@Insrmu Ай бұрын
Thanks brother.
@KwKe-hl6sv
@KwKe-hl6sv Ай бұрын
Suba allhaa qalamu fi ajesun gara garumaa qaba
@Tiyyaa.oromoo
@Tiyyaa.oromoo Ай бұрын
Omn sagalee ummataa oromoo issinii oromiyaa hinii jirtuu yaa allhaa abbaa hinii qabaduu amaraa dhufatee jirtaa ummanee asiraa hinii kijibaa bichaa 😢😢😢😢
@zeynbamuhammad2101
@zeynbamuhammad2101 Ай бұрын
arari akka buf hojadha rabbi ngh nuf haa busu inshala
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h Ай бұрын
Waan kadhattan rabbirraa hin dhabinaa❤fuuldurri keessan haa milkaahu❤maatii naa tahaa❤rabbi isin haa gammachisu❤
@هاي-ب5ص
@هاي-ب5ص Ай бұрын
As wr wb Abdu jabadhuu hojiin kee baayee namatii tolaa jabadhu❤❤❤❤❤❤❤
@ZenbaKamsotusa
@ZenbaKamsotusa Ай бұрын
Fandishe maseta rabbi itti kan Isa dhisi jawwar fi omn isaa badhina bilisome garbuma wayyane
@jamilatube-d4p
@jamilatube-d4p Ай бұрын
Mootummaan akkamittii halgaa nuraa deebisa shaneedhaa jirtuu bakka shaneen jirtu nageenyii hinjirtuu 😢😢😢😢😢
@HawigalasheHawi
@HawigalasheHawi Ай бұрын
Abdu mee raabbii jedhii fb ibsaa abbaa jalaalaa jalaa demmii link telleegiramaa xuuqii laalii waan ilmo oromoo ta'uu argii faanoo nama jiraa iraa gogaa kaaftee😢😢😢
@AbdinjiraaAbdinjiraa
@AbdinjiraaAbdinjiraa Ай бұрын
Anaa birraa vidio nama qalamee danuu naa biraa jiraa😢😢😢😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤❤Art Fandishee Auuzubillah Si tiikfannnaa.nama offers debated . Kanaaf as wrwb Abduu Akkuma Mootummaa Minister fayyaatiin eeggamuu Sagalee Salaalee Mootiif Gaaddisaa Haatii kanaaf of Congress waliin haa dhaabbannee
@Yasmen-fv7ux
@Yasmen-fv7ux Ай бұрын
Yaddaa jijjiirisisuu malatuu dhugaa jiruu garuu marsa midiya irratti imaani arageraa hundaafu biyyii tenaa biyyaa gagisitorta bulartuu waan ta'eef homaa gochuu hin danda'amuu rabbii humunaa ufitii abaa dhugaa Haa bilisomusuu
@Halima-c1v
@Halima-c1v Ай бұрын
Amaa issan woroni motumaa kuni umataa amaraa sodataa moo rabiin sodataa anaa naa dhibaa
@AliyaaAliyaa-dt3gf
@AliyaaAliyaa-dt3gf Ай бұрын
yaa rabbii nagahaa busii biyyaa kenyatii😭🤲👆
@roobaajibriil-t2o
@roobaajibriil-t2o Ай бұрын
Yes abdu nuf jiraadha
@MisraTalo
@MisraTalo Ай бұрын
Dhugaa jedhee kara demaa😢😢😢😢
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 Ай бұрын
Warri afaan Qabri jiranitu akkana godhata
@makiama9561
@makiama9561 Ай бұрын
😢😢😢😢😢. Eebaadee dubbii ima jijiiraan kaa
@AhhHwg6
@AhhHwg6 Ай бұрын
Uuuuffff abootee keenyaa ofuman waal nyacha jirra maal gonna dhumne tokko tokkon ayiii anaaf biyya kiyaa harrawa miitti karra deman dhugaa jedhe jirrenyi ko Aboote anii barreche beka kun waluma waal warrana bar wanuma tanu walale
@Kya-vu3iz
@Kya-vu3iz Ай бұрын
Kafaydaan. Isaa dhabtuutuu jii yes dhugaaketii 👍
@AhmedMohammednurAhmed
@AhmedMohammednurAhmed Ай бұрын
Kaneen akka fandishee talfuufaa irraa hin lalinaa
@shamilhussein8156
@shamilhussein8156 Ай бұрын
Rabbiin nama manama garssiisu dhabeehi cubbuu akka fanddishee kana garssiisa
@Zaytonq
@Zaytonq Ай бұрын
Kan qallame darra kessa darimu shamara qalani garbillala jartii wega 60qotodhan kachafanii malif walaltani madalle dhakachafaniru😢😢😢😢
@AbdallahkalifaMusa
@AbdallahkalifaMusa Ай бұрын
Dullachi shahada abiyi qabate du udema 😂😂😂😂😊
@muzayyenumar293
@muzayyenumar293 Ай бұрын
Abdu please rabbii jedhii inbox messenger laali mee yero tokko qaata sijala deeme sitti barreessa comment fb kee jalatti seenii naaf laali plis 😢
@Fatema123-w8g
@Fatema123-w8g Ай бұрын
Ples nuu iyyaa arsii dhumaa jiraa keesaatu Anaa hasaasaa naannoo shashee Ykn Riqaatee naamonii baaye dhumaa jiraa hidhaafi daraara heduu keesaa jiraa
@marimagudato5952
@marimagudato5952 Ай бұрын
Kara Dama /Engineer Daniel my king ❤❤❤❤❤long life ❤❤❤
@dagaashow7880
@dagaashow7880 Ай бұрын
dhugaa ketii ❤❤❤❤
@ObsinaanOroArsii
@ObsinaanOroArsii Ай бұрын
Dulachaa kana osoo ajessaani😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@RebiraTeshome-ww2qf
@RebiraTeshome-ww2qf Ай бұрын
Abduu koo galatomi. Nuuf jiradhu ati.
@obsituhussen1221
@obsituhussen1221 Ай бұрын
Waan tootoree asira fiida Abdu keenya 😂
@AbobekerMohamed-cc4rd
@AbobekerMohamed-cc4rd Ай бұрын
A wr wb baga nagaahan dhufte qalii oro🙏😍💪
@SirajJamal-m8c
@SirajJamal-m8c Ай бұрын
Maalii..jee.sheban.garaa...nama.Qubaa
@FlAZ55
@FlAZ55 Ай бұрын
dhiifama yeroo baayye warri salaalee ufumaa akka bofaa uleedhaan mataa keessa wal tumee wal ajjeesa
@madinawayu9295
@madinawayu9295 Ай бұрын
Dhugaa ketii wly ❤️❤️
@HxZnsk-j4r
@HxZnsk-j4r Ай бұрын
Dhugadhaa.omn.hin.sobaa.waqa❤❤❤❤❤
@MaammeWallaggaa
@MaammeWallaggaa Ай бұрын
Yuuyyaa Baga nagaa nagaa dhuftee❤
@ComCell-s1h
@ComCell-s1h Ай бұрын
Oromiiyya keessa Ciirra Balleesssa Warraa Buddoottta kana Durra Bodda oromon Tokkuman Jirattaa 😢😢😢😢
@tajuabdureman677
@tajuabdureman677 Ай бұрын
Raachee hantuuta dhugaa dubbadhu irra dibaa hin gidhinii ati duraanuu waan oromoo dubbachuu hin beeytuu hudduu nadhoo amaraa jala fiuguu malee
@Abdibeyan_r3d
@Abdibeyan_r3d Ай бұрын
Haasaan kara deemaa dubbii qolaati abbaa galuuf gala
@zeynbamuhammad2101
@zeynbamuhammad2101 Ай бұрын
Loli enyufu fayyda hin qabu arari bu'u qaba rabbi arara nuf ha busu
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 Ай бұрын
OMN voice of Oromo people
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Guddaa Galatoomi Abdii 😭😭😭😭😭😭😭☝️ 😊
@IdrahimAbdoo
@IdrahimAbdoo Ай бұрын
Fadishen balagee😂😂😂😂😂😂😂😂
@REDIMANTUBE
@REDIMANTUBE Ай бұрын
Wellcome to abdu🎉🎉🎉🎉🎉
@kaleiften1659
@kaleiften1659 Ай бұрын
Aana darraa amaaraa kennuuf filmii kana hojjatan kuni hujii ppiitii hinsobaminaa!
@HajiiHamid
@HajiiHamid Ай бұрын
Jarsaa balagee sakaran farshoo Gobana dacee
@AbseeSaad
@AbseeSaad Ай бұрын
Dhuga kee jetee qalli nama eebbifamii
@bekriabdulmejid1979
@bekriabdulmejid1979 Ай бұрын
Kana qarbata garaa dibbee, atalaa farsoo,udaan Jawar intaatu ati. Ajuzaa.
@selemonkebede4758
@selemonkebede4758 Ай бұрын
Yaa Waaqayyoo maal nu dhageessifta? Ummata bilxiginnaa kana nurraa hin dhaabdanii firri isaanii. Waa'ee Salaale keessa jiru numa warra keessa jirutu beeka. Namni du'ee awwaala deemuyyuu dadhabneerra.
@Halima-c1v
@Halima-c1v Ай бұрын
😂😂😂fandisheen hin dulomee dhisaa
@HamzahMohammad-j2b
@HamzahMohammad-j2b Ай бұрын
Rabbuma jira umata kenyaaf
@AwwalTurkka
@AwwalTurkka Ай бұрын
Yaa rabbi ati furmaata fidi 😢😢
@سليمانعبدالله-ح1ع
@سليمانعبدالله-ح1ع Ай бұрын
gidirsan kana darbe hin jiraa nama akati qabaan kijibisn me laala yaa oromoo koo mucaan qalmee jiruu hin qalam.nee jeedhan 😢😢😢😢 kena kan raabiiuman nu ha dubaatu 😢😢
@FeseShow-cd5ku
@FeseShow-cd5ku Ай бұрын
Jara sodaatu akkas godhe malee qalamuun dhugaadha
@haleema7678
@haleema7678 Ай бұрын
Jurási dulachiimaali jedhaa inni wayee jawwari.maali godha dubataa hareeni
@mulatutule8243
@mulatutule8243 Ай бұрын
Muu ! Fannoon oromoodhuma keessa jirtii. Gaffiin saba keenya loola narra dhaaba kan jechaa jiru Sirridha. Fannoo ijaatsa hin bartuu taanan Yoomiyyuu oromoon hinuma du’a. Mootumaa fi wBOn keessa isani Fannoo irraa hin qulessan taanan oromoon hinumayyuu caalatti boo’a. STOP WAR !
@hibakind123
@hibakind123 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ jabadhuu
@shifadilala2810
@shifadilala2810 Ай бұрын
As wr wb Abduu kenyaa ❤❤❤❤❤
@DamiFurarakosabaa
@DamiFurarakosabaa Ай бұрын
Fandishe banjoytee akam
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin Ай бұрын
as wr wb 🎉🎉❤Maatii naaf taha oboleyaan koo
@Abdibeyan_r3d
@Abdibeyan_r3d Ай бұрын
Kkkkk ka gaash faandishee kun nama kolfisiisa. jawaariin maal jedhee faarsaa ture duraan fandisheen.
@Aliyahajji
@Aliyahajji Ай бұрын
Kan ummata salale fixaa jiru Abiyyi Abiyyi
@SifooTafari-l3z
@SifooTafari-l3z Ай бұрын
Silaa gottaa isaa
@BadruSheikhassen
@BadruSheikhassen Ай бұрын
Fandisheen Dulloomee jiraa dhiisaa !!!!!!! Dhugaa Oromoo Qalamtee maalif baaftanii caalaa Odoo Warra Oromoo Qala Faannoo Sanitti duulanii bareedaa ture !
@Gghu-tr1xm
@Gghu-tr1xm Ай бұрын
Mali sobadhu yaa oromoo dhegada Akka galamee Abba mucaa irrraa dhegee aramaa malifi yaa daa jijitanii
@jaalleejamalahmed3885
@jaalleejamalahmed3885 Ай бұрын
Fandishee waanuma jedhamuu qabu jechaa jira.
@dvhc1966
@dvhc1966 Ай бұрын
Na amani ati warra abbaa garooti hhh isin yoomuu oromoo moti
@meymunahabib6113
@meymunahabib6113 Ай бұрын
Sallalee sodaatudhaa osoo gootaa taatee ilmii kee duuee Lubuun jiiraahuuff ilmiikee duuaa isaa dooyfataa jiirtaa jeeynaa sallee maqaa nyaataanii
@MuhammadIdris-x5f
@MuhammadIdris-x5f Ай бұрын
If they do not protect the people who live in many towns in Oromeya, in particular the fertile land or minerals are more sought after and valued, the life of a total cannibalistic human being does not matter. Behind all this are the immersors in cahoots with sworn military mayors and the state.
@SioCell-e2z
@SioCell-e2z Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤kara
@AbdiAbrahim-e9j
@AbdiAbrahim-e9j Ай бұрын
Jabaadhu bro
@Jaalann
@Jaalann Ай бұрын
Baayye si eegaa jira dubbii kee baayye dhugoomsa
@ahmedmuhammed-fy9fk
@ahmedmuhammed-fy9fk Ай бұрын
Salaaleen goota...
@kichuu129
@kichuu129 Ай бұрын
jaarsi ammoo maali fi safuu wallalee !
@abebetulu1
@abebetulu1 Ай бұрын
Artist Daani'eel Gemeda Karadema Gota Gota Nama Douga Dubatu Lencha Saba Soda Toko malee Dhugaa Umata Salale Darat waan ta’e Achecha deemuun Gaye waan ijaan argee Fundurat Soda Toko malee Dhiira Nama Bas Uman Oromo Yomiyu Gota Dabe Hnbeku Wakayo muchaa Kanaa Hamara Isaa Haegu dhaggeeffadhaa
@SabaafTolaa
@SabaafTolaa Ай бұрын
Fandisheen maraattudha irra laallamu
@EeEe-uq8oi
@EeEe-uq8oi Ай бұрын
galatoma esadhenuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yarrabi 🤲🤲
@DUNIYAAOROMOO
@DUNIYAAOROMOO Ай бұрын
Jarsii umrii kanaanan garaa gutachuuf kijjibaa egaalee 🙆🙆👎👎
@sharukshrukhan6981
@sharukshrukhan6981 Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢
@FfghGhui-z3w
@FfghGhui-z3w Ай бұрын
Ayii yaa oromo 💔🥺🥺
@addisketema-my1uh
@addisketema-my1uh Ай бұрын
Ayyii oromoo 😢😢
@AlemudinKasim
@AlemudinKasim Ай бұрын
Ganamni fixeensa gaalgaala nu tolchi jaarsi aakira badee
@Ethiopialovepalastine
@Ethiopialovepalastine Ай бұрын
Yeroo faannoo irratti tarkaanfii fudhatuu dhaqne WBO tu nu waraana akkam taana abdii kiyya Akkamitti diina ittisuu dandeenya qaama keenyaa nu waraanuu??????? Rakkoon nama keenya bira jira akka isin teessanii haasoftanuu miti ? Please ABO nuuf gaafadhaa nuti nagaa hin jibbine. Otuu WBO n nu wajjiin dhugaan faannoo ittisuuf fedhii qabaatee faannoon dachii oromoo irra gahuu hin dandeessu. Kana dubbiin dhugaa.
@anianumakanuma8197
@anianumakanuma8197 Ай бұрын
Ayii dhugaa dhaa garuu isin sadiinuu waluma duubaan wal rukuttu!
@Zaytonq
@Zaytonq Ай бұрын
Nuff gallatomii abba komenttii hidhaho motumman hin dubatuu hidhafii waranii motumma ajecha hin dhisne yerro wbo dhadhaban numati zorruu😢😢😢
@dvhc1966
@dvhc1966 Ай бұрын
Jalqaba ati enyuu alaabaan ati baatte ka enyuuti hhhh yeroo wal sobnu kute waboon oromoodha oromoon ammoo guutuun keenya waboodha hubadhu ok wallaahi nuti waboodha
@HnanHnan-z6u
@HnanHnan-z6u Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢
@bariiislaamaa
@bariiislaamaa Ай бұрын
Sheeka manaamaatii bar Fandisheefi kolkolow maal beekaa mitii
@AffectionateCoconut-ob6im
@AffectionateCoconut-ob6im Ай бұрын
Jawariin as genyee bar
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Rabbiif as genyee
@noorhalalsheh1140
@noorhalalsheh1140 Ай бұрын
lubbu rabiif as genya jawar maal sif godhee rabii galatefadhu
黑天使被操控了#short #angel #clown
00:40
Super Beauty team
Рет қаралды 61 МЛН
Andu'alam Gosaa -  GADAATU KEETI - New Ethiopian Oromo Music 2018 (Official Video)
5:09
የ ቀን የአማርኛ ዜና ታህሳስ 26 - 2017 ዓም - Abbay News - Ethiopia
10:15
ዓባይ ዜና - Abbay News
Рет қаралды 3,5 М.
Tsedale Lemma in conversation with Jawar Mohamed - Part 2
54:22
Addis Standard
Рет қаралды 18 М.
Tsedale Lemma in conversation with Jawar Mohamed - Part 1
45:09
Addis Standard
Рет қаралды 89 М.
ሚያዚያ ሙሉ ፊልም - new ethiopian full movie 2024 | new ethiopian movie Miyaziya 2024 #Mlikitmedia
1:44:26