Abiy iccitiin Jawar waliin waan dubbatee Jawar base jira | Moha Oromo

  Рет қаралды 13,866

Moha  Oromo

Moha Oromo

Күн бұрын

Пікірлер
@JawaraDagaga
@JawaraDagaga 4 сағат бұрын
Kunii dubii dhugaa ķetii jawee kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@6Sky6
@6Sky6 18 сағат бұрын
Hayyuu abshaalummaan duraa badde tahe Jawaar . Itiyoophiyaan Jawaar bulchuu fadhu tan warri kaa'ibaa waggoota 150 ol tan a'oo keessa seentee humna alaa diina seenaan beekkaman waliin haqaaramanii aangoo irratti deebi'uudhaaf cichan humanaan jilbiibsuu malee kan hinbeeyneedha . Jawaar ammoo akka afoochaatti nagaya qofatti amana . Yaada walitti bu'u qabate ummata hoogganuu hin danda'u . Daataan lafa Itoophiyaa %70 tan Abiyyi harka hinjirtu jedhu soba . Arraan tana ummatni Oromoo guutuu Oromiyaa Aanoolee hundarraa dameelwe hawaasummaa hundarraa nambi lama lama waa'ee araara biyyooleessaa irratti wal mari'achaa jirra osoo aanaan 1 hin hafin . Guutuun Oromiyaa harka mootummaati jirti . Naannooleen Somaalee , Affaarii fii Kibbaa nagayaan mootummaa jala jiran. Lafti Itoophiyaa hanquma Faannoo fii shaneen weerarmutti jiran qofaatu 70% ta'ee ? Jawwuu dhugaa duritti deebi'i .
@butuchawado-ry2vx
@butuchawado-ry2vx 21 сағат бұрын
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖🎖Urjii Addunyaa JAWAAR 🙏🙏🙏
@ZabedZabed-j9c
@ZabedZabed-j9c 22 сағат бұрын
Nuf jiradhu waggaa kumaa ❤❤❤
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 16 сағат бұрын
Yooyaa moha Oromo gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
@samukassa4671
@samukassa4671 9 сағат бұрын
Breve man you well said .
@tajuhsulxan2112
@tajuhsulxan2112 15 сағат бұрын
Abiiyi,,,dhirraaa,,yagowaaa
@ابوابراهيم-ب7ر6ص
@ابوابراهيم-ب7ر6ص 21 сағат бұрын
yaa Jawaar Mahaammad qabsaawaa mirga ummataa ❤❤❤
@MahmmadyusufMummad
@MahmmadyusufMummad Күн бұрын
Dhugaa keeti jawwee
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 23 сағат бұрын
Dhugaa dhaa 100%🙏🙏
@BilxKadir
@BilxKadir 16 сағат бұрын
❤❤❤❤
@BajoKontakt
@BajoKontakt 22 сағат бұрын
Dhuugadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MahamdAbdii93
@MahamdAbdii93 20 сағат бұрын
❤❤❤❤saa
@chalaAhmedAhmed
@chalaAhmedAhmed 17 сағат бұрын
Hayyui kenya jabeefamuu qaba
@Abdulhakim-o4h
@Abdulhakim-o4h 22 сағат бұрын
Jawaar Kenya dhugaa keeti umrii nu dheradhuu
@abrehamdejene7497
@abrehamdejene7497 14 сағат бұрын
Back to truck Jaa ✌️
@oromounda
@oromounda 19 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ii2gk5ji4h
@user-ii2gk5ji4h Күн бұрын
❤❤❤❤jaween mikig
@AbdurrazaaqAabbawoo
@AbdurrazaaqAabbawoo Күн бұрын
Jawaar ati hawaasaa keetitti deebi'uu caalaa wanti nagammachiisu hin jiru gaafa biyya keessa jirtu caalaa amma akka biyyaaf wajjattu abdiin sirraa qaba akka kootti
@ramosog5339
@ramosog5339 23 сағат бұрын
Galatome hayo bona oromo
@NasirThopi
@NasirThopi 21 сағат бұрын
Ministerumara Hanga qabaletti mootii tahu fedha jedhe abiy😮
@HundaolKisa
@HundaolKisa 20 сағат бұрын
Bulchuun oduun osoo hin taane hojiini Ati immoo odeessitee walitti naquudha malee hojjattee hin agarsiiftukaa.
@aminjamal8906
@aminjamal8906 10 сағат бұрын
enyuu akka gotaa oromon arge jira motii girisaa caliste afufin abiy lenaca dinaa oromo kan akka abay tsayeefa matan gobise nuu agarsise
@HayatMahamed-qy7qe
@HayatMahamed-qy7qe 17 сағат бұрын
Nama tokkoti baasaasa lama irraa kahameera
@NeguseKibret-cr4gy
@NeguseKibret-cr4gy 20 сағат бұрын
Ajaa'ib!dhiiroo nama kanaaf eenyutu dhugaa tana agarsiiseef??galatoomi!dhugaan jirtu tanuma!!
@MahmmadyusufMummad
@MahmmadyusufMummad Күн бұрын
Badhaadhinni waan fedhe dubbatus Ergammtummaa Jalaa Kan baase sihii
@mensur12mensur68
@mensur12mensur68 22 сағат бұрын
Jawwe baga nudebite ummanni oromo rabbif siqaba qabso hara nujalqabsisi
@سممهع
@سممهع 16 сағат бұрын
Umrii.nuf.dherdhu...jawee.ko
@HundaolKisa
@HundaolKisa 22 сағат бұрын
Yartuutu jabaa qeeqa!biyya ormaa teechee afuufta afuuftuu.
@GalniShalamh
@GalniShalamh Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@BajoKontakt
@BajoKontakt 22 сағат бұрын
amalee dabali dubadhuu namakoo
@ahmedumar817
@ahmedumar817 23 сағат бұрын
Ethiopia is colonial empire please. Jawar only talking and explaining the problems. No new ideas about Solutions. Empire colonized different groups must be defeated first by armed struggle. No peaceful solution to Ethiopia. Empire can’t be Reformed please. Ethiopia only The Yugoslavia way. Abiy team can’t be reformed. Support OLA
@YacobHailu
@YacobHailu 21 сағат бұрын
Obbo Jawwaar mootummaa kanaa waliin garaagarummaa yaadaa jiru gara minjaalaatti fiduun irratti marii sirnawaa gaggeessuun furmaata fiduu wayyamoo wal'aansoo haaraa eegaluu wayya jettaa? Akkasumallee hooggansii fii tarsiimoon fedheyyuu dhufu seenessi finxaalotaa 'Siidaa hamaan' uumamaa jiru fkn, kanniin akka "Oromoof Amaarri yoo wliin jiraatan (wal-fuudhan) gaangeetu uumama kanaafuu tokko (Oromoon baduu qaba)" jedhu kana akkamitti walitti firoomsuun danda'ama jetta?
@Derejekebede-w3f
@Derejekebede-w3f 23 сағат бұрын
Mal barbaddamo jawar nu fixummo barbaddee
@tamasgenmashasha8540
@tamasgenmashasha8540 Күн бұрын
Ooltee bultu-llee baga of agrtee .
Jawaar Mohaammad garamitti deemaa jira?
19:39
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН
Сестра обхитрила!
00:17
Victoria Portfolio
Рет қаралды 958 М.
Арыстанның айқасы, Тәуіржанның шайқасы!
25:51
QosLike / ҚосЛайк / Косылайық
Рет қаралды 700 М.
coco在求救? #小丑 #天使 #shorts
00:29
好人小丑
Рет қаралды 120 МЛН
OMN   ODUU IJOO  MUDDE 19, 2024
7:05
OMN
Рет қаралды 2,7 М.
OMN: ODUU MUDDEE 18, 2024
23:33
OMN
Рет қаралды 35 М.
19,12,2024,ODuu Arifachisa, jawar muhammad irra.
4:01
Ahmad Culullee
Рет қаралды 2,8 М.
She made herself an ear of corn from his marmalade candies🌽🌽🌽
00:38
Valja & Maxim Family
Рет қаралды 18 МЛН