Akka isin oromoo addaan qoodanii Sagalee taatanuuf laa argine. Torbaan lamaaf hiriirri Mormii guutuu Godina Gujii keessatti gaggeeffama turee haga ammaatti manneen barnootaa Godina Gujii Guutumaan Guutu’utti Kan Dhaabbate maaliif hin gabassine. Oromummaan gujii hin hammanne qilee haa seentu!
@MegersaBirhanu-n5y10 сағат бұрын
Welcome 🎉
@AsmareeFeyisa10 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤
@AsladdiinAbdallahii8 сағат бұрын
Welcome
@seyfumohammed96199 сағат бұрын
Baga dubbatan diqaala media hattuu ergamtuu Egypt
@IbroAbdi-b9n9 сағат бұрын
Galatomi Ani heddu si hordofa garuu soba Akka nutti hin dubbannee sobni guyya tokof nama basa garu boda yoo soba tate wanti ati dubbatuu ummata biratti fudhatama dhabduu Ani kanaa kan jedhuu haga amma takka oduu soba isinii dabarsu hin argine