As wr wb uzasta ko me nama sadii ira basan tura mati ko anis Ama malto isan santu nati jira sanu caltii ni sodadhas kokee kos watu na hudha Amala ofii ofi jibuf sababa tokko male dalanu fira ko hunda ira fagadhe nama bira wojiin turtu nati mijata me du.ii naf godha kopha ko jira 😢😢😢😢
@BarreeBarsiifna Жыл бұрын
@Sabontu 😢 Abshir Akkuma video keessatti dubbatame qura'aana Rabbii irraa hin fagaatin
@BarreeBarsiifna Жыл бұрын
Zikirii Rabbii jabeessi Rabbiin Hamttuu waa hunda waan siif hin tolle sirraa haa qabu Goofttaan koo si haa Tikfatu
@BurqaRaman-oc9ig Жыл бұрын
as wr wh
@BarreeBarsiifna11 ай бұрын
Wa'aleeykumasalaam worahamatullahi wobarakaatuhu
@foziausuleamn8104 Жыл бұрын
Mee gaaffii takka yoo namatti siirin godhame bishaanitti haayaatota kanniin itti qara'anii yoo jedhan yeroon namni sun bishaan kana dhiqatee dhugu ganama moo galgala moo yeroma fedhe rakkoo hin qabu ammas yoo dhugu kana burcuqqoo tokkoo caalaa moo sanii gadi dhuguu qaba
@BarreeBarsiifna Жыл бұрын
Yeroma kamiyyuu numa ta'a qura'aani Rabbii Daangaa hin qabu